cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

New curriculum Book & Exam

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
8 429
المشتركون
+3824 ساعات
+2897 أيام
+1 47630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
¿¿¿ coin

secret coin

👍 8 1
MAKE MONEY ONLINE 💰!
إظهار الكل...
👎 6👍 2
إظهار الكل...
👍 14🤔 12 4
إظهار الكل...
$PRETON DROP

Preton community: @preton_eng

https://twitter.com/preton_official

QORMATA BARA 2016 #1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi #2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama. ------------------- BBO-Ebla 30/2016 #1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% . #2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a #DHAAMSA! #_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba, #_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu, #_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu, #_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu, #_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti. #CARRAA_GAARII !! BBO 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 71 31👏 8🔥 5🥰 5
24/08/2016 #Hatattamaan_Haa_Raawwatu! Waajjira Barnotaa #Godinaalee_21fi Waajjira Barnootaa #Magaalotaa_23 tiif B.J. ---------------- #Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa yeroo gabaabaa keessatti akka kennamuuf Bul. Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qajeelfama dabarsee ture irratti hundaa'un Magaalotni muraasni qajeelfama mootummaa kabajuun kan raawwatan yoo ta'u, magaalotni hedduun ammas rincicaa jiru. Kanaafuu, Waajjirri Barnootaa Godinaalee 21fi Waajjirri Barnootaa Bul. Magaalota 23 dhimma kan qaama dhimmi ilaalu waliin ta'uun hordoffii wal irraa hin cinne taasisuun akka raawwachiistan xalayaan isin gaheera. 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 48 21🔥 5👏 4🤩 3🥰 1
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More https://www.facebook.com/100048758598453/posts/pfbid036rE1e2RKtSbHMkqXHowBFMSY7GNCSZvufmDamVWrcxeBVS8otatpzU6yf4rm64Epl/?app=fbl
إظهار الكل...
Biiroo Barnootaa Oromiyaa

#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi...

👍 49 15👏 8👎 7🥰 3🤔 1🎉 1
Photo unavailableShow in Telegram
Daawwannaa Hojii Baruu Barsiisuu Hooggansi BBO Gaggeessaa Jiru Cimee Itti Fufee Jira @@@@@@@@@@@@@@@ #Hooggansi Biiroo_Banootaa Oromiyaa godinaalee gara garaatti bobba'uun hojiin baruufi barsiisuu daree keessaa akkamitti akka gaggeeffamaa jiru Supparvizyinii tasaa gaggeessaa jira. Haaluma kanaan gareen Baha Oromiyaa Dr. #Bultoosaa_Hirkoon durfamu godina Harargee Bahaa aanaalee gara garaa manneen barnootaa keessatti argamuun daawwannaa gaggeessaa jira. Bu'uura Kallattii Gumii Tiraanisformeeshinii Barnootaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa kaa'een godinaaleefi Bul.Magaalaa tokko tokko keessatti barsiisotaaf lafti mana jireenyaa kennamuu jalqabuun hojii gaarii ta'uun ibsameera. Bulchiinsi Aanaa Fadis barsiiftuu rakkoo hawaasummaa addaa qabdu cina dhaabbachuun lafa mana jireenyaa kennuun ijaaraa jiraachuun hubatamee.......https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...
👍 70 24🔥 3🎉 3🤩 1
https://t.me/notcoin_bot?start=r_581083_32433240 🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift 🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
إظهار الكل...
Notcoin

Probably nothing @notcoin