Beki Bekam Academy
الذهاب إلى القناة على Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
738
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
+7730 أيام
أرشيف المشاركات
Barattoonni bara kana qormaata fudhattan barattoota bara 2019 entrance fudhatan akkasumas 9 - 12 ta'an share godhaafii channel kana.
Akkam jirtu hundumtuu, warri marsaa lammaffaa qormaata irra turtan baga gammaddan, baga nagaan xumurtani, Akkam ture qormaanni haalli qormaataa mee karaa comment akkasumas karaa reaction natti agarsiisaa mee.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu? Akkami dubbisni, in dhiphatiinaa waan baay'ee ilaaluuf jettanii just relax gochaadhuma waan ilaaluu qabdan ilaalaatii gara qormaataatti deemaa boru, jabaadhaa as geessanii abdii kutachuu waanti jedhamu hin hojjetu, sin waan dandeessan godhaa isa hafe waaqayyotti dhiisaa. Qaxaleewwan waaqayyo sin faana haa ta'u. ❤️
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu qaxaleewwan, warri qormaata irra jirtan guyyoota kana sirritti itti fayyadamaa just waanta jiru revise godhaa isa dhumaatiif, akka carraatti ilaalaa jabaadhaa xiqqumatu sin hafe.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu hundumti keessan? Warri qormaata irra turtan baga waaqayyo sin gargaare fixxan. Akkam ture qormaatni mee reaction fi comment dhaan na beeksisaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
kanarra maaltu barbaadamaree warri marsaa boodarra jirtan carraa kana sirritti itti fayyadamaa.
"Dear Students,
Our 2026–2027 admission application is now officially open!
We kindly ask each of you to share the application announcement widely through your social media platforms and personal networks. This is especially important, as many talented students can benefit from the same opportunity you received.
Let's work together to help the next generation of future innovators find their way to SIT.
Thank you." Kun ergaa SIT irraa darbeedha kanaaf hundumtuu itti yaadaa, qormaata gaafa fixxan itti deebitu garuu yaadatti qabadhaa akka qormaata fixxaniin apply gootu.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu, warri qormaata irra jirtan akkami qormaatni ? Warri marsaa kanii maal hojjetaa jirtu?
Repost from GADAA CAMPUS
Yooyyaa
Hiriyoonni marti akkam jirtu.
Mudannoo ko yeroon Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa online dhaan qorame bifa armaan oliin siniif qoodeen jira.
Itti dhiyaadha!
Hey Friends
those who are gonna take Entrance Exam the following days don't go for Exam before you hear this Voice message.
It is what I have encountered during online examination last year.
Don't forget to share for your friends too
Carraa Gaarii siniif haa ta'uuf warri gara center qormaataatti imaalaa jiraniifii barattoota marsaa jalqabaa hundumaaf.
https://t.me/BekiBekam_academy
Maaltu barbaaddu mee amma maaltu sinitti dhagahamaa jira comment irratti naaf barreessaa.👇👇👇.
https://t.me/BekiBekam_academy
Sin hin daganne, haalumatu naaf mijachuu dide yaa jarana, baqqaa warri marsaa jalqabaa relax gootanii yerootti waan dubbistan apply gootan waan ta'eef jabaadhaa, waantota biraa yaaduu dhiisaatii qormaata keessan irratti focus godha.
Waanti yeroo baay'ee akka barataatti dogoggorru dursinee haalota tilmaamne abdii kutannee dhiisna garuu waanti sunimmoo akka nuti yaadni osoo hin taane gaafa deebinee ilaallu salphaadha. Kanaaf dogoggora akkasii akka hin dogoggoreef of eeggadhaa.
Mee haala jiru maal fakkaata qophii qormaataaf react👍❤️🔥 godhaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
Sin hin daganne, haalumatu naaf mijachuu dide yaa jarana, baqqaa warri marsaa jalqabaa relax gootanii yerootti waan dubbistan apply gootan waan ta'eef jabaadhaa, waantota biraa yaaduu dhiisaatii qormaata keessan irratti focus godha.
Waanti yeroo baay'ee akka barataatti dogoggorru dursinee haalota tilmaamne abdii kutannee dhiisna garuu waanti sunimmoo akka nuti yaadni osoo hin taane gaafa deebinee ilaallu salphaadha. Kanaaf dogoggora akkasii akka hin dogoggoreef of eeggadhaa.
Mee haala jiru maal fakkaata qophii qormaataaf react👍❤️🔥 godhaamee.
