Crypto Highlights
Kanalga Telegram’da o‘tish
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
Ko'proq ko'rsatish6 260
Obunachilar
-724 soatlar
-287 kunlar
-12430 kunlar
Postlar arxiv
6 260
🏴☠️ MemHash Secret Codes
🚁Code ➡️
100k_energy_for_1k_stars
☄️100,000 🔥Energy
🚨Expired taha sababa taheef dafaa guuttadhaa6 260
Wow kun nama gammachiisa
Airdrop Namoonni Ethiopia keessa jiran hojjetan seeera guutu kan qabuuf Token supply murta'e qabate kan dhufe. Telegram keessan irratti ammuma main gochuu kan dandeessan sababii Token million muraasa isaa gabaati dhiyeesu yaadanii jiraniif gatiin isaa ni dabala jedhamee eegama jira.
Osoo namni itti hin bayyatiin dafaa eegalaa👇👇✅
https://t.me/ET_Netsa_Airdrop_bot?start=r5361931478
$ETN token mining is live!
@etnetsacoin @et_apps Chat: @et_apps_diss
6 260
Family gatiin crypto hedduu gadi bu'ee jira!
Yeroo kana coin gara garaa bitnee yoo keenye bu'aa irraa argachuu dandeenya gaafa gatiin coin nuti binne sun yommuu dabalu.
⚠Yaada dhuunfaa kootiidha.
6 260
Namoonni haala ittiin telegram bot hojjetan ni barbaadduu?
Channel kanatti makamaa nama 20 qofa fudhata.
https://t.me/+XpUS1V9WkwowMjlk
Amma itti hin dabalanne taanaan booda kaffaltii qabaachuu mala.
6 260
Family #CAPS har'a galgala mining ⛏️ dhaabbachuu qaba ture!
Garuu guyyaa 1 dabalanii jiru.
Namni haga Amma hin jalqabne hammuma dandeessa ticket walitti qabadhaa.
[START CAPS🧢]
6 260
Stay resilient, informed, and passionate. Every challenge is a step towards success. 🚀🌟
---------------
Guyyaa Gaarii Qabaadhaa 🤗 ❤️
6 260
Good Night 🌃 @Dero_Crypto Family ❤️
Bakka nagaa bulaa! Bor odeeffannoo haaraan walitti deebina.🙏
6 260
#wPAWS
Family namni wPAWS hin bitne jiraa?
Akka X(Twitter) isaanii irratti beeksisanitti "wPAWS kan hin bitanne dhiibbaa guddaa qaba" jechaa turuun isaanii ni beekama.
Maarree kanneen TON kaffaltanii wPAWS bitachuu feetan keessaan na dubbisuun TON bitachuu dandeessu.
⚠ wPAWS bitachuun guyyaa boruu dhuma.
@dero_tk
6 260
MAATII DERO CRYPTO MARAAF
Galgala kana channel ajaa'ibaa tokko wajjin isin walbarsiisa innis JOSHUA GRAPHICS dha channel kun LOGO,Intro,Thumbnail fi k.k.f isiniif dhufee jira.
Wantoota kana isiin gargaaru danda'aa.
LOOGOO 👉 TELEGRAM
-FACEBOOK
-YOUTUBE
-INSTAGRAM
BANNER👉 BIRTHDAY
-GA'EELA
-FAARUU
INTRO 👉 NEWS
-BUSINESS FI K.K.F dha .
Marree channel isaanii join godhaatii ajajadhaa.
6 260
+1
Ergaa copy gootan link kana gadii
Mises browser ykn kiwi browser irratti paste gootu
Ittu aansuun step kana hordofaa
1. Email kessan guuttuu
2. Username guttattuu
3. Password Mata keessani kan yaadattan wal fakkataa guuttu
4. Verify catpcha gootu erga xumurtani
5. Register gootu .
6. Gara email kessan deemun verify email gootu
7. Login gootu gara kiwi ykn mises kessani deebitani
Then kessa isa isiinif hima dursa Register godhaa
Link ittin seentan
https://app.despeed.net/register?ref=7ki18AeSK1Eo
Link kana copy godhatii browser kessan irrattii paste godhaa
6 260
Despeed haala salphaadhan bifa suuraan isiinif agarsiisna yoo isiinif galu dide video qophessina
6 260
Ergaa username twiitarii keessanii achirratti galchitanii gootanii koodii isiniif dhufu sana copy gochuudhaan piroofaayilii ykn bio twitter keessanii irratti paste gootu sana booda continue gootu itti aansuun try jedhee daqiiqaa tokkoo gadi lakkaa'e erga lakkaayee fixee gaafa itti buutan keessaa isin galcha yoo isin dide amma ammaa irra deebi'aa yaalaa sana booda akkaataa itti keessa isaa hojjetan waliin ilaalla waan isiniin galle comment godhaa
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
