cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

IISAA ORG

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
8 549
Obunachilar
+6524 soatlar
+1527 kunlar
+1 01030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Mata duree '' akka islaamummaatti dhuguma sheyxaanni gurra namaa keessatti ni fincaanaa?" irratti mariitu jiraa https://t.me/Dhugaa_Dhokatee?videochat
Hammasini ko'rsatish...
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐀𝐚𝐭𝐞

Kaayyoon group kanaa Dhugaa kiristaanonni bible keessa dhoksan Kokkotee baasuun islaamummaa mirkaneessudha. liinkii group

https://t.me/+Z_VhK0CbYLRlZjI0

1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐊𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Hammasini ko'rsatish...
2024 MB
1500 MB
1024 MB
1000 MB
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑟𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑚𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑞𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐊𝐊𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐀𝐭𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐀𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙌𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙞𝙺𝚄𝙌 𝚆𝙟𝚁𝙰𝙷𝙌𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙞 𝚆𝙟𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W) аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee olfuudhuudhaan dubbise eenyu? Ads:👇👇 https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Hammasini ko'rsatish...
Abuu Bakr As-Siddiiq (RA)
Abdallaah Bin Mas'uud (RA)
Ja'afar Bin Abii Xaalib (RA)
Bilaal Bin Rabaah (RA)
Photo unavailableShow in Telegram
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐊𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐊𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐊𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐊𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Hammasini ko'rsatish...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐊𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐊𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐊𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐂𝐚𝐊𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞
𝐌𝐚𝐚𝐥𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐔𝐮𝐊𝐚𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐔𝐮𝐊𝐚𝐊𝐚𝐚
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐍𝐚𝐊𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚
𝐉𝐚𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑟𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑚𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑞𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐊𝐊𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐀𝐭𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐀𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ኚታቜ ዚተመሚጡትን ቻናሎቜ ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐚𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐢𝐚𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐊           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐚𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐚𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
Hammasini ko'rsatish...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐢𝐚𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑞𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑚𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑟𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑚𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑞𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐚𝐊𝐚𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐊𝐊𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐀𝐭𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐊𝐊𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚
𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐀𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐀𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐬𝐚
“Utubaalee Islaamaa shanan Macaafa qulqulluu keessatti ...” Al-tokko xiinxilaan dubbisaa ajaa'iba kana ... Qabxiiwwan Bu’uuraa kan amantaan Islaamaa irratti ijaarame shanii 5 dha. Isa kanas hadiisa Bukhaarii fi Muslim gabaase keessatti akkana jechuun ergamaan Rabbii ibsanii jiru: عن اؚن عمر -رضي الله عنهما- أن رسول الله ï·º قال: ؚني الإسلام على خمس ؎هادة أن لا إله إلا الله، وأن محمدًا عؚده، ورسوله، وإقام الصلاة، وإيتاء الزكاة، وحج الؚيت، وصوم رمضان [متفق عليه] . Hiika isaa; “𝗜𝘀𝗮𝗮𝗺𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝘄𝗮𝗮 𝘀𝗵𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝗮𝗺𝘁𝗲, 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗵𝗮𝗟𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗞𝗮𝗻 𝗎𝗮𝗯𝗯𝗮𝗿𝗮𝗺𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗿𝗮𝗎𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗵𝘂𝘂, 𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱 𝗲𝗿𝗎𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝘁𝗶 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗿𝗮𝗎𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗵𝘂𝘂, 𝗊𝗮𝗹𝗮𝗮𝘁𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝘂𝘂, 𝗭𝗮𝗞𝗮𝗮 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂, 𝗛𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶 𝗎𝗌𝗱𝗵𝘂𝘂, 𝗝𝗶'𝗮 𝗥𝗮𝗺𝗮𝗱𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 𝘀𝗌𝗌𝗺𝘂𝘂 𝗱𝗵𝗮.” ❋ Bukhaarii fi Muslimtu gabaase ❋ Haaluma kanaan utubaan shanan kun Macaafa Qulqulluu keessattis kaa'amee jira. 🛑 1. Tokkichummaa Rabbii. "Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.” [Maarqos 12:29] "Yaa Israa'el dhaga'i! Waaqayyo gooftaan keenya Waaqayyo isa tokkicha!" [Keessa Deebii 6:4] 🛑 2. Salaata. "Yommus Yesus immoo, “Seexana nana, argaa koo duraa turi! ‘Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi isa duwwaafis hojjedhu!’ kan jedhu caafameera” jedheen." [Maatewos 4:10] "Kana irratti Museenii fi Aaron fuula waldaa duraa ba'anii gara balbala dunkaana itti wal ga'anii dhaqanii, adda isaaniitiin lafatti in gombifaman; ulfinni Waaqayyoos isaanitti in mul'ate." [Lakkoobsa 20:6] "Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee” jedhee kadhate." [Maatewos 26:39] "Musee fi Aaron, ilmaan isaaniis harka isaanii fi miilla isaanii ittiin in dhiqatu turan. Yeroo gara dunkaana itti wal ga'anii dhaqan hundumaa yookiis yeroo iddoo aarsaatti dhi'aatan hundumaa Waaqayyo akka Musee abboometti in dhiqatu turan." [Ba'uu 40:31-32] 🛑 3. Zakaa. "Kanaaf yommuu warra rakkataniif kennitan, akkuma fakkeessitoonni mana sagadaa fi daandii irratti godhan, namootaan akka kabajamaniif xurumbaadhaan hin labsinaa! Dhuguman isinitti hima, isaan kun gatii isaanii argataniiru. Ati garuu yeroo arjoomtu, waan harki kee mirgaa godhu harki kee bitaa iyyuu hin beekin! ." [Maatewos 6:2-3] "Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!" [1 Phexros 4:8] 🛑 4. Sooma (FASTING). "Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa, mootii ta'ee waggaa shanaffaa isaatti, waggicha keessaa ji'a salgaffaatti, sabni Yerusaalem keessa jiraatan hundinuu, warri mandaroota Yihudaa warra kaan keessaa gara Yerusaalem dhufan hundinuus yeroo itti soomuudhaan Waaqayyo duratti dhi'aatan in labsan." [Ermiyaas 36:9] "Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e." [Maatewos 4:2] "Yesus, “Yeroodhuma soomtanitti immoo, akka warra of argisiiftuu nyaara keessan hin guurinaa! Isaan soomuun isaanii namootatti akka mul'atutti, fuula isaanii in boosomsu; dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii fudhataniiru. Ati garuu yeroodhuma soomtutti, mataa kee dibadhu, fuula kees dhiqadhu! ” [Maatewos 6:16-17], (Qur'aana 2:183-185) 🛑 5. Hajjii godhuu. "bara booddeetti tulluun manni qulqullummaa inni kan Waaqayyoo irra jiru, tulloota hundumaa keessaa akka isa caaluutti jabaatee in dhaabata, gaarota hundumaa gararraattis ol in ka'a; sabni lafa irraa hundinuus gara isaatti in yaa'u. Sabni lafa irraas baay'atanii in dhufu, Xiyoon keessaa seerri, Yerusaalem keessaas dubbiin Waaqayyoo waan ba'uuf, “Karaa isaa akka inni nu barsiisuuf, nus daandii isaa irra akka adeemnuuf, kottaa gara tulluu mana Waaqayyootti, gara mana Waaqayyoo isa kan Yaaqoobitti ol in baanaa!” in jedhu." [Isaayaas 2:2-3] https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467
Hammasini ko'rsatish...
"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa 84:5-6] (Qur’aana 3:96).... 2:125~127, ● Utubaa Islaamaa 5 Macaafa Qulqulluu fi Qur'aana keessatti kan kaa'ame kana osoo arganii Islaamummaa maaliif hin fudhannee ...? 𝗀𝗌𝗜𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻: © Ifaa Dhugaa https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468
Hammasini ko'rsatish...
𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇞🇩

"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa 84:5-6] (Qur’aana 3:96).... 2:125~127, ● Utubaa Islaamaa 5 Macaafa Qulqulluu fi Qur'aana keessatti kan kaa'ame kana osoo arganii Islaamummaa maaliif hin fudhannee ...? 𝗀𝗌𝗜𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻: © Ifaa Dhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.