cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Waldaa misooma Oromiya

https://t.me/Ambo_Students_Group_New_2016

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganTaΚΌlim98 262
Reklama postlari
501
Obunachilar
+324 soatlar
+247 kunlar
+8730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

sticker.webp0.16 KB
❀ 1πŸ₯° 1
sticker.webp0.15 KB
sticker.webp0.15 KB
NAAF KAKACHIISAA! Tarii jaalalakootu Qabaatemoo xurii Ishiitu jijjiirrate Ilaalcha ishii durii? Osoo anaan oodduu Gabaatti haasofti Waayee jiraachuukoo Yoo yaaddu ni qaanofti Ollaatti wacuudhaaf Tasa yeroo hin dhabdu Anatti hasaasuuf garuu Sakoondii tokko hin qabdu Ani osoon hin qabne Badiin ishii hale Waanuman jibbamuuf Garuu nan wallaale Badii ishiin agartee Ittiin na jibbitu Mee naaf gaafadhaa Sinitti haa himtuu Jedhaa naaf gaafadhaa β€œMaali badiin isaa?” Yoon badii qabaadhe Jiraachuufaan dhiisa! Waanta ishiin jettemmoo Naaf kakachiisaa! #Bilisummaa_Shibbiruu✍🏻 Join @BarruuWalaabu
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 4❀ 1πŸ₯° 1
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 2πŸ₯° 2
Photo unavailableShow in Telegram
πŸ‘ 4❀ 2πŸ₯° 2
Channel W
Group W
Channel A
Group A
sticker.webp0.16 KB
πŸ‘ 4❀ 2
Photo unavailableShow in Telegram
πŸ‘ 4πŸ”₯ 3❀ 1
Oromo
Tigre
Amhara
Tokko Filadhu Darbi
12 Amala Namoota D Dhugaan beekumsa Qabanii. 1. Hammam akka qaroo ta'an hin dubbatan. Sammuu isaanii guddisuu irratti bobba'anii jiraatu. 2. Waan hojjetan qoratanii yaaluun caalaatti baratu. 3. Ofii isaanii waan tokko adda baasuuf yaalu. Wantoota adda baasuuf yaalii fi mala rakkoo furuu baay’ee fayyadamu. 4. Yeroo hunda beekumsa adamsaa jiraatu. Waan duraan beekan osoo hin taane waan beekuu barbaadan irratti xiyyeeffatu. 5. Waan beekaniin hin dhaadatan. Inumaayyuu beekumsa isaanii hojii irra oolchu. 6. Tuqaawwan walitti hidhu. Wantoota wal hin fakkaanne gidduutti walitti dhufeenya barbaadu, dirree fi gosa barumsaa hunda keessatti ni dubbisu. 7. Fedhii baruu guddaa waan qabaniif gaaffii ciccimoo hedduu gaafatu. 8. Muuxannoo isaanii irraa mudaa hin qaban. 9. Hibboo adda addaa hiikuu barbaadu. 10. Kufaatii irratti rakkoo hin qaban. 11. Hayyuu of fakkeessuuf hin yaalan. 12. Yeroo hunda jechoota gurguddaa hin fayyadaman. Jechoota sirrii ta’an fayyadamu, yeroo barbaachisaa ta’etti guddaas ta’e salphaa garuu ifaafi salphaa ta’uu irratti xiyyeeffatu. πŸ“² Share godhaa! ━━━━━━━━━━━ πŸ–‹οΈ. https://t.me/Ambo_Ifa_Boru_New_2016 πŸ–ŒοΈ
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 4πŸ₯° 2
Gaaffii SammuuπŸ€” 8. Yeroo hunda halluu dhaabbataa ta'e qaba garuu dheerina dhaabbataa hin qabu. Yeroo aduu ni argama garuu yeroo roobaa hin argamu. hin nyaatu hin dhugus, miidhaas hin qabu. Wanti kun maal ta'uu danda'a?
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 3πŸ₯° 2
πŸ‡¦. Duumessa
πŸ‡§. Samii
πŸ‡¨. Gaaddidduu
πŸ‡©. Fixeensa
πŸ‡ͺ. Deebii hin qabu
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.