Solomon Dabale Lami
Hamma Lubbuun jirtutti Abdii Hin kutiin በህዎት እስካሌ/ሌሽ ድረስ ተስፋ ኣትቁርጥ/ጪ Don't give up as long as you live
Ko'proq ko'rsatish12 286
Obunachilar
+15724 soatlar
+8237 kunlar
+3 27330 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Photo unavailableShow in Telegram
Biiroo Galiiwwanii bulchiinsa magaalaa Finfinnee
# Muuxannoo:0 year
# Ogummaa:BA Accounting/Accounting and Finance/Banking and Finance/Public Finance/Coopretive Accounting and Editing/Economics/Developmental Economics/Management/Business Management/Business Adminstration/Public Adminstration and Development Management/Finance and Development Economics/Logistics and Supply chain Management/Business Management/Marketing and Related
Eebbifamtoota bara 2014 fii 2015 fii Exit Exam kan darbe/te
CGPA: Dhiiraaf 3.2 Yoo ta'u Dhalaaf:3:00 fii isaa ol kan qabu/du
Galmeen Online: https://aarevenuesbureau.gov.et
Galmeen hanga:24/10/2016
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 28❤ 12👎 3👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Waamicha Qormaataa
Ejansii Geejiba Oromiyaa
Gita hojii: Ogeessa Kenninsa fii Haaromsa Heeyyama konkolaachisummaa fii Teknishaala irratti galmooftan warreen qabxii CGPA 3.4 fii isaa ol qabdan Qormaataaf kan dhiyaattan yoo ta'u
Gita hojii: Ogeessa Bulchiinsa Sistamaa IV irratti namoonni galmooftanii hundii gaafa 21/10/2016 Qormaataaf galma aadaa Oromootti akka argamtan jedha
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
❤ 7👍 6
Barattoota kutaa 12ffaa Xumuraniif
Galmeen hanga:25/10/2016
Bakkii Galmee: Waajjira Barnoota Aanaa ykn Magaalaatti akka galmooftan jedha.
https://t.me/solomondabale2023
👍 17❤ 8😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
Hijira Bank
Baayyina:10 barbaada
1. Branch Manager
Ogummaa: BA Accounting/Management/Economics and related
Muuxannoo:6 year
Bakki hojii: Shiree, Dirree Daawwaa
2. CSM
Ogummaa: BA Accounting/Management/Economics and related
Muuxannoo:5 year
Bakki hojii: Finfinnee, Dirree Daawwaa, Bahar Dar, Chanyii
3. Senior Sharia Compliance Officer
Ogummaa: BA Accounting/Management/Economics and related
Muuxannoo:4 year
Bakki hojii: Head office
Galmeen Online: https://forms.gle/4LZzSARE7ZmL8xSy5
Galmeen hanga:1/10/2016
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 14❤ 4
Diredawa city Administration Health bureau
Gita hojii:: Public Health Data search and Review (Contract)
Ogummaa: MSc/BSc Epidemiology/Statistics/Health Informatics/Information Science/Biostatics
Muuxannoo:5/7 year
Bakki Galmee: Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Dirree Daawwaa,Kutaa Bulchiinsa lakk.305 tti galmaa'uu dandeessu
Galmeen hanga:21/10/2016
Qulqullinaan Ilaaluuf:
https://t.me/solomondabale2023
❤ 7👍 4
Bu'aa Qormaata Mirkaneessa Madaallii
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Shaggar
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 25❤ 9
Bu'aa Qormaataa ☑️🙏🙏
Jijjiirraa Shaggar
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Shaggar
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 16❤ 2🤔 1
BLTO- Shawaa Lixaa
Baayyina:4, Muuxannoo:0 year
Gita hojii: Barsii
Bakki hojii: Abuuna Gindabarat
Ogummaa:
☑️BSc Mechanical Engineering
☑️ Conistruction Technology
☑️ Electrical Engineering
☑️ Surveying Technology
Ulaagaa:
1 OC Haaraa kan qabu/du
2 Waraqaa Hoji Dhabdummaa ni barbaachisa
Bakki Galmee: Waajjira Carraa Hojii Uumuu Oromiyaa,Godinatti argamuu, Gamoo 2ffaatti galmaa'uu dandeessu.
Galmeen hanga:1/11/2016
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 13❤ 4
Waamicha Qaxarrii
የቅጥር ጥሪ
Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
Gita hojii: ECD Health Center
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
👍 10❤ 7
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.