âïžIrreen keenya Kaaliqa keenyaðµðž
Kanalga Telegramâda oâtish
@anas_mohammed_1 Û- silaa wanti samii fii dachii keessa jirtu hundi siif kennamtee,arrabaa fii qalbiin tee qofti Du'aa'ii fii zikrii irraa hidhamtee; irra miskiinaa fii irra hiyyeeysa duniyaa kanaa taata.» عÙÙÙÙØ§ ÙÙÙØšÙ٠ؚاÙÙÙ ÙØ£ØšØŽØ±Ùاአâïž @Anas_mohammed_3
Ko'proq ko'rsatish1 351
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kun
+2230 kun
Postlar arxiv
Bakka jirtu hundatti salaata kee hin dagatin; salaata kee irratti jabaadhu.
#Jecha_dhumaa_Rasuulaa ï·º
âSalaata irratti jabaadhaa, salaata keessan eeggadhaa.â
â Rasuula Rabbii Muhammad ï·º â€ïžâð©¹ð«¶
âYaa Gooftaa koo! Qalbiin koo naaf qulqulleessi; nafsii koo fi qaama koo halaala irratti eegi; wanta haraamaa akka jibbu na godhi; iimaana koo naaf jabeessi.â
Rabbiin kadhannaa garboota Isaa ni dhagaâa.
âïž Yaa obboleessa koo, yaa obboleettii kooâŠ
Duuti yeroo murtaaâe hin beeku. Kanaaf jireenya keenya tawbaa, ibaadaa fi hojii gaariin haa miidhagsinu.
Cubbuutti abdii hin kutatin; gara Rabbii deebiâuun yeroo hunda ni dandaâama. Tawbaa godhi, wantoota cubbuu siitti fidan irraa fagaadhu, Rabbiin irratti hirkadhu.
ð€² Rabbiin nuu fi isin hunda cubbuu irraa haa eegu; qalbii keenya ifa iimaanaatiin haa miidhagsu; ija keenya wanta Inni hin jaallanne irraa haa eegu; tawbaa dhugaa nuuf haa kennu. Aamiin.
https://t.me/anas_mohammed_1
ðïž ZINAA IJAAâŠ
ð¯ Bara kana keessatti, kiyyoo guddaa Sheyxaanni ilmaan namaa itti qabachuuf qopheesse keessaa tokko suuraa fi viidiyoowwan sagaagalummaa (pornography) ilaaluudha.
Cubbuun kun dargaggoota keenya keessatti akka dhibee babalâataa jira. Dhiiraa fi dubartii hedduu keessatti, namoonni baayâeen callisanii itti dhiphachaa jiru; iimaanni isaanii laafaa, sodaan Rabbii immoo qalbii isaanii keessaa hirâachaa jira.
ð Yaa obboleessa koo, Rabbiin si argaa jira!
Balbala cuftee, golgaa haguugdee, sagalee cuftee, earphone kaaâattee, âkophaa koo jiraâ jettee yaaduu dandeessa. Garuu Gooftaan kee, waan ijaan kee dhoksitee fi waan qalbiin kee dhoksite hunda beeku, si waliin jira.
Iji kee kennaa Rabbii ti. Akkamitti kennaa Gooftaa keetiin Gooftaa kee faallaa deemta?
Iji inni siif kenname Qurâaana ittiin dubbisuuf, wanta Rabbiin jaallatu ittiin ilaaluuf malee, wantoota xuraaâaa fi qaama qullaa namaa ilaaluuf miti.
ð Nabiyyiin Muhammad ï·º akkana jechuun isaanii ni gabaafama:
«âNamni tokko waan inni irratti jiraatee duâa; waan irratti duâes irratti kaafama.â»
Kanaaf mee yaadi, obboleessa koo! Yeroo wanta hamaa ilaalaa jirtu, duuti siif dhufnaan maal taâa? Yeroo lubbuun baâuuf jirtutti maal jechaa fi maal ilaalaa taata?
Gooftaa kee haala akkamiitiin qunnamuu barbaadda?
ð¡ Ija Muslimni Rabbiin kabaje akkamitti wantoota xuraaâaa fi qullaa taâan ilaaluun xureessuu qaba?
Iji kee qalbii kee irratti dhiibbaa qaba. Ilaalchi wantoota badaa gara qalbii seensisuun iimaana laaffisuu dandaâa. Wanti kun yeroo dheeraaf itti fufnaan, Qurâaana dhaggeeffachuu, gorsa fudhachuu, salaataa fi ibaadaa irratti fedhii dhabuu dandaâa.
Kanaaf Rabbiin nu haa eegu!
âïž Sumuudhaan / amaleeffannaa kana irraa akkamitti baâuu dandeessa?
Yaa obboleessa koo, Wallahi, irraa baâuu ni dandeessa. Abdii hin kutatin! Rabbiin araaramaa fi rahmata godhaa dha.
Rabbiin Qurâaana keessatti akkana jedha:
«**âYaa gabroota Kiyya, warra lubbuu keessan irratti daangaa darb»
an! Rahmata Rabbii irraa abdii hin kutatinaa. Dhugumatti, Rabbiin cubbuu hunda ni araarama.â**
«(Az-Zumar 39:53)»
ð Amala kana irraa bilisa baâuuf:
1ïžâ£ Tawbaa dhugaa godhi!
Amma irraa eegalee Rabbiin kadhadhu:
âYaa Gooftaa koo! Ani balleesseera. Ija koo sirriitti hin fayyadamne. Naaf araarami; kana booda gara cubbuu kanaatti hin deebiâu.â
Tawbaa dhugaa godhi. Rabbiin jaallachuun miira yeroo gabaabaa fi gatii hin qabne caalaa akka siif guddaa taâe of yaadachiisi.
2ïžâ£ Kophaa taâuu irraa of eegi!
Cubbuun kun yeroo baayâee kophaa taâuu wajjin wal qabata. Kanaaf yeroo dheeraa kophaa hin turin.
Bilbila kee siree irratti qabattee kophaa hin ciisin. Bilbila kee irraa fagaadhu; yoo dandaâame, gara kutaa ciisichaa bilbila hin galchin.
Yeroo barbaachisaa taâetti, smartphone fayyadamuus yeroo muraasaaf daangessuu dandeessa.
3ïžâ£ Ija kee eegi!
Daandii irrattiis taâe miidiyaa hawaasaa irratti ija kee eegi.
Ilaalchi tasaa si mudachuu dandaâa; garuu itti fufsiisanii ilaaluu irraa of qusadhu.
Miidiyaa hawaasaa keessaa wantoota fedhii badaa kakaasan irraa fagaadhu. Yoo barbaachisaa taâe, app ykn account si kakaasu guutumaan guutuutti cufi ykn haqii.
4ïžâ£ Soomarratti jabaadhu!
Nabiyyiin Muhammad ï·º dargaggootaaf:
âIsin keessaa namni gaaâilaaf dandeettii qabu haa fuudhu; namni hin dandeenye immoo haa soomu.â
jedhanii gorsaniiru.
Soomni fedhii ofii toâachuuf nama gargaara.
5ïžâ£ âRabbiin na argaâ jedhi!
Yeroo cubbuu kana hojjechuuf jettu, nama kabajamaa tokko ykn abbaa kee si bira jira yoo taâe, ni hojjettaa?
Yoo hin hojjenne, akkamitti Gooftaan kee si argaa jiraachuu isaa dagatta?
Rabbiin yeroo hunda si arga; waan ati dhoksitus ni beeka. Yaadni kun of eeguuf si gargaara.
6ïžâ£ Bilbila kee fi interneetii kee qulqulleessi!
Chaanaalii, garee, app fi accountwwan wantoota badaa si kakaasan amma irraa kaasee haqii ykn cufi.
Hiriyyoota cubbuu si yaadachiisan irraa fagaadhu; namoota gaarii fi Rabbiin si yaadachiisan waliin taâi.
7ïžâ£ Duâaaâi godhi!
Sujuuda keessa jirtutti Rabbiin kadhadhu:
ððð
ðIja Budaa fi Histii jalaa najaa Nuhaa baasu ilaahin!!!
ð€²ð€²ð€²ð€²ð€²
+3
Hooggantoonni Haarawni magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Guyyaa Har'aa muudamtan hundinuu Hawaasa magaalaa teenyaa tajaajiluu fi magaalaa teenya guddisuu irratti Rabbiin isin haa gargaaru.
Bara Hojii gaarii isiniif haa tahu
Magaalaa teenya Amaanaa
GAFII FI DEBBIIð Sahaabota hadiisa baayâee dabarsuun beekaman Hadiisa Rasuulaa ï·º baayâee dabarsuun kan beekaman Sahaabota torba. Isaanis:?
GAFII FI DEBBIIð Sahaabota hadiisa baayâee dabarsuun beekaman Hadiisa Rasuulaa ï·º baayâee dabarsuun kan beekaman Sahaabota torba. Isaanis:?
"Dasiin Ija tiyyaa Salaata keessatti naaf Godhamtee." Je'an Nabiin ï·º
Halkan juma'aati salawaata Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam irratti buusaa, baayyisaa.
اÙÙÙÙ
Ù٠صÙÙ٠عÙÙ Ù
ØÙ
ÙÙØ¯ ÙØ£Ø²ÙØ§Ø¬Ù ÙØ°ÙرÙÙÙØªÙ
ÙÙ
ا صÙÙØªÙ عÙ٠آ٠إؚراÙÙÙ
ÙØšØ§Ø±Ù٠عÙÙ Ù
ØÙ
ÙÙØ¯ ÙØ£Ø²ÙØ§Ø¬Ù ÙØ°ÙرÙÙÙØªÙ
ÙÙ
ا ØšØ§Ø±ÙØªÙ عÙ٠آ٠إؚراÙÙÙ
Ø¥ÙÙÙÙ ØÙ
ÙØ¯Ù Ù
Ø¬ÙØ¯
ð¢ ð¶ð«ððŒ ð®ðšððŽðšðªð¯ð°ð°ðºðšðš! ð¢
ð¯ðððððð ðšðððð ð±ððððð bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama.
ðšððððð
ððððððð! Amma immoo barnoota lafarratti baratamaa jiru kana bifa sagaleetiin (Audio) waraabuudhaan darsiiwwan garaa garaa chanalii kana irratti maxxansuu jalqabeera.
ð ð³ððððð ðªððððððð:
https://t.me/+N8Z16msrdWhmYzJk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
â±â¥âââââââ£
ââ©âðŒïžâ€ââ€â€â
Aduunyaatti mana ballaa Aakiraatti firdawsiin ollaa rasuulaa{ï·º}Rabbiin nuuf haakennu #Aamiinð€²ð€²
@anas_mohammed_1
Repost from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
ð Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
ââ
âââ±â²
â â±â±â²â²
â±â±ââ®â²â²
ââââââ
â±ââââââââââ â²
â± ÏÑâ¢ÏÐŒÑ⢠â²
â±â± ââ³âââ® ââ³â â²â²
ââ ââ» ââ ââ»â ââ
Open Home - Click here
â ððð ððšð® ðð¡ðð§ð§ðð¥ â
Ads :ðð
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
Channel/Group 20K+ ðð®ðð¬ðð«ð¢ððð«ð¬
ð
ð«ðð ðð«ðšðŠðšððð: @Rafiqul_Islaam
Adds:ððð
My Channel @Rafiiqul_Islaam
HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
ÙâÙÙØ§Ù اؚÙÙÙ ÙÙØ¯ÙاÙ
ÙØ©Ù اÙÙ
ÙÙÙØ¯ÙسÙÙÙ Ø±ÙØÙÙ
ÙÙ٠اÙÙÙ:
ÙØ§Ø¹ÙÙ
Ø£Ù Ø£ÙØ«Ø± اÙÙØ§Ø³ Ø¥ÙÙ
ا ÙÙÙÙØ§ ÙØ®ÙÙ Ù
ذÙ
Ø© اÙÙÙÙØ§Ø³Ø
ÙØØš Ù
دØÙÙ
ÙØµØ§Ø±Øª ØØ±ÙاتÙÙ
ÙÙÙÙÙÙØ§ عÙÙ Ù
ا ÙÙØ§Ù٠رض٠اÙÙØ§Ø³Ø رجاء اÙÙ
Ø¯Ø ÙØ®ÙÙØ§ Ù
ÙÙÙ Ø§ÙØ°ÙÙ
ÙØ ÙØ°ÙÙ Ù
ÙÙ٠اÙÙ
ÙÙÙØ§Øª ÙÙØ¬ØšØª Ù
Ø¹Ø§ÙØ¬ØªÙ.
Ù
ختصر Ù
ÙÙØ§Ø¬ اÙÙØ§ØµØ¯ÙÙ (٢١٢).
Ibn Qudaamah Al-Maqdisii رØÙ
٠اÙÙÙ akkana jedhan:
âBeeki; namoonni baayâeen kan badan, qeeqa namootaa sodaachuu fi faaruu isaanii jaallachuu irraa kan kaâe.
Sochiin isaanii hundi fedhii fi gammachuu namootaa irratti hundaaâa; jajuun isaanii akka argamuuf, qeeqni immoo akka isaan irra hin geenyeef jedhanii yaadu.
Kunis wantoota nama balleessan keessaa tokko waan taâeef, dhibee kana irraa of sirreessuun dirqama.
ð Mukhtasaru Minhaajil-Qaasiidiin, fuula 212
https://t.me/anas_mohammed_1
2: Sahaabota Rasuulaa keessaa ï·º Kan Rasuulli ï·º Afaan Yahuudaa akka baratuuf gara isaaniitti ergan eenyu?
A) Zeydi Ibnu Saabit
B) Abdallaah Ibnu Ravaah
C) Mu'aaz Ibnu Jabal
D) Abdallaah Ibnu Mas'uud
ðððð ðððððððððððð
ðªðððððððððð ðšðððð ð¶ððððððððð ð©ððððððððððð ð©ðððððððððððððð ð»ð'ðð ð°ðððððð ðžððððððð ð«ðððððððððð ð²ððððððð ðªðððððððððð ðšðððð ð¶ððððððððð ð©ðððððððð ð°ðððððð ðžððððððð ð«ðððððððððð ð²ððððððð ð±ððð ð®ðð
ðððð
ðððð ðµð ð¯ððð
ðððð.
ðð®ðððð¡ð¢ð¢ð¬ð: ðªððððððððð ðšðððð ð¶ððððð ð»ð'ðð 3ð² ðð ð°ððð ðŸððððð ð²ðð ð¯ððððððð ð»ð'ðð ð²ððððððð ðµðððð ðµðððð ð«ðððððððð ðððððð ðšðððð ðµð ðžððððððð
ðð¡ðð§ð§ðð¥ ððððð§ ðð«ðšðŠðšðš ððšðð 3ð+
ð
ð«ðð ðð«ðšðŠðšðð:âïž @Rafiiqul_Islaam2 â
ð @Rafiiqul_Islaam ð
Ads: ðððð
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
GAFII FI DEBBII1: Dubartoota armaan gadii keessaa Eenyutu Rasuula Rabbii ï·º hoosise? A) Kadiijaa B) Arwaa C) Habiibaa D) Haliimaa
Repost from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
ð²ð·ð°ðœðœðŽð» ð±ð°ðððžðžððŸðŸ ðµðž ð±ð°ðð·ð°ðœðœð°ðœððžðžððŸðŸ ðð°'ð°ðœ ð°ðð¶ð°ð²ð·ðððµ ðŒð°ð»ð»ð°ðððŸðŸ ðŒð°ð¶ð°ððžðžðð°ð° ð²ððð°ð°ðððð³ð·ð°ð°ðœ ððŽðŽðœð°ð°!
ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©
ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©
ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©
ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©
ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©ð©
ð»ð¯ð°ðº ð°ðº ð¯ð¶ð·ð¬ ð·ð¹ð¶ðŽð¶ð»ð°ð¶ðµ
ðšð«ðœð¬ð¹ð»ð°ðºð°ðµð® ð»ð¬ð³ð¬ð®ð¹ðšðŽ
ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ðº/ð®ð¹ð¶ðŒð·ðº
Add: ðð
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
â @Rafiqul_Islaam â
áŽÊᎠÊáŽáŽ ê±áŽáŽáŽ
áŽÉŽáŽâ
áŽáŽÉª ÊáŽÊáŽáŽáŽáŽáŽ
ÊáŽáŽâ
ê°ÊáŽáŽ áŽ¡áŽáŽ áŽÊ: @Rafiqul_Islaam
Adds: ððð
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
