cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

QORII MEDIA ™

➜QORII MEDIA irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru Argachuuf Garaa Kenyaa Kottaa. QORII MEDIA ABDII EEGAAREE! ➜Yaada Nuuf Kennuuf📩 @QoriiMediaDMBot.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
662
Obunachilar
+324 soatlar
+667 kunlar
+35530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from N/a
01:01
Video unavailableShow in Telegram
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔ Sponsored by:- @QORIIACADEMY
Hammasini ko'rsatish...
0.47 KB
❇️10❇️
❇️20❇️
❇️30❇️
❇️1❇️
❇️0❇️
❇️100❇️
200 Birr Reward
100 Birr Reward
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Who’s better? Yamal or Guler
Hammasini ko'rsatish...
YAMAL
GULER
❇️ALL ARE BEST❇️
Maqaan dargaggeessa Doonaald Tiraamp osoo duula nafiladhaarra jiranuu itti dhukaasuun madeessee Toomaas Maatiw Kiruuks akka ta’e Biiroon Qorannoo Federaalaa Ameerikaa (FBI) beeksiseera. Ofii waa'ee dargaggoo kanaa hanga ammaatti maal beeknaa? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NsySkGZ
Hammasini ko'rsatish...
Dargaggeessa Tiraampitti dhukaasuu booda ajjeefame Toomaas Maatiw eenyu?

Maqaan dargaggeessa Doonaald Tiraamp osoo duula nafiladhaarra jiranuu itti dhukaasuun madeessee Toomaas Maatiw Kiruuks akka ta’e Biiroon Qorannoo Federaalaa Ameerikaa (FBI) beeksiseera. Ofii waa'ee dargaggoo kanaa hanga ammaatti maal beeknaa?

Repost from N/a
00:03
Video unavailableShow in Telegram
🎁 Badhaasa 🎁 jalqabnee jirra.
Ergaan kun daqiiqaa 20 booda ni Haqaamaa. 📣 Namoota 2️⃣0️⃣ kanaan dura Channeliittii makamaniif kaardii birrii 500 badhaasuun Kenyaa Ni Yadaatamaa. Ammaas Jalqabnee Waan Jirruf Ammumaa join gochuun Abbaa Carraa Ta'ii Injifadhuu.✈️ ♻️Add Your Channel♻️ 𝐒𝐏𝐎𝐍𝐒𝐎𝐑𝐄𝐃 𝐁𝐘:- QORII ACADEMY
Hammasini ko'rsatish...
1.41 KB
❇️ JOIN CHANNEL ❇️
Add Your Channel
Repost from N/a
New Waver 🔥🔥🔥 Warra Wave seenuu barbaaddaniif ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ ➣ 1K+ ➣ 2K+ ➣ 3K+ ➣ 4K+ ​​ ➣ 5K+ ➣ 10K+ ➺ Warri chaanaalii 1k+ qabdan amma galuu dandeessu! 📥 INBOX 📥 📥 ➺ @FastSMprom@FastSMprom
Hammasini ko'rsatish...
#Update #KFO Paartiin Kongaransii Federaalawaa Oromoo walgahii Koree Jiddugala Marsaa 3ffaa Adoolessa 6-7 bara 2016 adeemsisaa ture murtiiwwan ijoo dabarsuun xumuruu ibse.. Paartichi miseensota Koree Hojii raawwachiiftuu KFO sababaa adda addaatiin hir'atan bakka buuseera. Haaluma kanaan   🥇Obbo Mulaatuu Gammachuu Itti Aanaa Dursaa KFO   🥈 Obbo Asfaw Angaasu Itti gaafatamaa Damee Bulchiinsaaf Fayinaansii   🥉Obbo Fiqaaduu Baanjaa Ittigaafatamaa Damee Tarsiimoof Leenjii godhee muudee jira. ➡️ Akkasumas Obbo Tolosaa Bachoo fi Obbo Shamanii Beenyaa miseensota Koree Jiddugalaa kan turan gara miseensummaa Koree Hojiraawachiiftuu KFOtti ol guddisee jira. Qondaalonni muudamanis ittigaafatamummaa dhaabaa itti kenname seeraaf heera dhaabaa kabajuun, amanamummaan galmaan gahuuf waadaa seenuu isaanii Paartichi ibsee jira. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
01:01
Video unavailableShow in Telegram
Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔
Hammasini ko'rsatish...
0.47 KB
❇️10❇️
❇️20❇️
❇️30❇️
❇️1❇️
❇️0❇️
❇️100❇️
Add Your Channel
Waa'ee taatee Jimaata galgala Godina Jimmaatti naasuu uume❗️ Jimaata galgala naannoo sa'aatii lamaaf walakkaatti, wanti sagalee guddaa qabu samii keessaa dhaga'amuun namoota naasuu keessa galchee ture. Wanti sagaleensaa samii keessaa dhaga’ame kun ammoo waan dhagaa fakkaatu hawaa irraa lafarratti bu’een kan uumame jechuun suuraafi viidiyoon garaa garaa miidiyaa hawaasummaarratti qoodamaa turaniiru. Aanaalee Godina Jimmaa kan akka Maannaa fi Maanchootti ammoo wanti samiirraa bu’e jedhame fuudhamee qorannoof waajjira Poolisiitti argama. Kanumaan walqabatee #EthiopiaCheck Inistiitiyuutii Saayinsii Hawaa fi Ji’oospeeshiyaam keessatti qorataa olaanaa astrophysics Dr. Solomoon Balaay dubbiseera. Dr solomoon "Suuraawwan arge irraa hubachuu akka danda'etti gara lafaatti wanti kufe jedhame kun ciccitaa meetirooyitiiti" jechuun ibsaniiru. Yuunivarsiitii Jimmaa kutaa Fiiziksii waliin haasa'anii deebii wal fakkaatu argachuu isaanii ibsaniiru. Wanti kufe kun gara Yuunivarsiitii Jimmaatti geeffamee akka qoratamus himaniiru. Mitiyooraayitoonni, meetoori,  meetirooyidii fi asteroyidiin maal fa’a? #Astirooyidiin haftee lubbu qabeeyyii sirna aduu keenya keessatti uumamee fi akka pilaaneetota aduutti naanna'aniidha. Sirna hawaa keenya keessa asteroyidoonni hedduun jiru. #Meetirooyidii (Meteoroids) qabiyyee dhagaa ykn sibiilaa yoo ta'u wantoota hawaa keessa jiran irraa caccabee kan argamu dha. Meeshaan kunis sibiila ykn dhagaa yoo ta'u, darbee darbee makaa lamaanii kan ta'uudha. Meetirooyidoonni koomeetota, asteroyidii fi gariin Ji'aa fi pilaaneetota biroo irraa dho'iinsaa fi sababoota birootiin caccabuu danda'a jedhameera. #Meetoor (Meteors) kan nuti yeroo baay'ee 'ji'a darbamtuu'' jennee waamnu yoo ta'u, ciccitaan isaa qilleensa lafa marsu keessa seenuu danda'us, osoo lafa hin ga'iin qilleensa keessa faca'e bada. #Mitiyoraayitii (Meteorites) kan jedhaman caccabni isaa qilleensa lafaa keessa seenee osoo guutummaan guutuutti hin badin  lafa irratti kan hafuudha. Mitiyooraayitoonni yeroo baay’ee dhagaa kan ta’an, qabiyyee sibiilaa tokko tokko kan qaban yoo ta’u, lamaan isaanii walitti makamuu danda’udha. Irra caalaan isaanii #astirooyidii irraa kan maddan yoo ta'u, ji'aa fi pilaaneetii Maarsii irraa gara lafaatti kufuu danda'u. Kanarraa kan ka’e saffisa isaanii irraa kan ka’e sagalee guddaa uumu. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa irraa #EthiopiaCheck #NASA @Qorii_Media_Official @QoriiMediaDMBot
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee taatee Jimaata galgala Godina Jimmaatti naasuu uume❗️ Jimaata galgala naannoo sa'aatii lamaaf walakkaatti, wanti sagalee guddaa qabu samii keessaa dhaga'amuun namoota naasuu keessa galchee ture. Wanti sagaleensaa samii keessaa dhaga’ame kun ammoo waan dhagaa fakkaatu hawaa irraa lafarratti bu’een kan uumame jechuun suuraafi viidiyoon garaa garaa miidiyaa hawaasummaarratti qoodamaa turaniiru. Aanaalee Godina Jimmaa kan akka Maannaa fi Maanchootti ammoo wanti samiirraa bu’e jedhame fuudhamee qorannoof waajjira Poolisiitti argama. Kanumaan walqabatee #EthiopiaCheck Inistiitiyuutii Saayinsii Hawaa fi Ji’oospeeshiyaam keessatti qorataa olaanaa astrophysics Dr. Solomoon Balaay dubbiseera. Dr solomoon "Suuraawwan arge irraa hubachuu akka danda'etti gara lafaatti wanti kufe jedhame kun ciccitaa meetirooyitiiti" jechuun ibsaniiru. Yuunivarsiitii Jimmaa kutaa Fiiziksii waliin haasa'anii deebii wal fakkaatu argachuu isaanii ibsaniiru. Wanti kufe kun gara Yuunivarsiitii Jimmaatti geeffamee akka qoratamus himaniiru. Mitiyooraayitoonni, meetoori,  meetirooyidii fi asteroyidiin maal fa’a? #Astirooyidiin haftee lubbu qabeeyyii sirna aduu keenya keessatti uumamee fi akka pilaaneetota aduutti naanna'aniidha. Sirna hawaa keenya keessa asteroyidoonni hedduun jiru. #Meetirooyidii (Meteoroids) qabiyyee dhagaa ykn sibiilaa yoo ta'u wantoota hawaa keessa jiran irraa caccabee kan argamu dha. Meeshaan kunis sibiila ykn dhagaa yoo ta'u, darbee darbee makaa lamaanii kan ta'uudha. Meetirooyidoonni koomeetota, asteroyidii fi gariin Ji'aa fi pilaaneetota biroo irraa dho'iinsaa fi sababoota birootiin caccabuu danda'a jedhameera. #Meetoor (Meteors) kan nuti yeroo baay'ee 'ji'a darbamtuu'' jennee waamnu yoo ta'u, ciccitaan isaa qilleensa lafa marsu keessa seenuu danda'us, osoo lafa hin ga'iin qilleensa keessa faca'e bada. #Mitiyoraayitii (Meteorites) kan jedhaman caccabni isaa qilleensa lafaa keessa seenee osoo guutummaan guutuutti hin badin  lafa irratti kan hafuudha. Mitiyooraayitoonni yeroo baay’ee dhagaa kan ta’an, qabiyyee sibiilaa tokko tokko kan qaban yoo ta’u, lamaan isaanii walitti makamuu danda’udha. Irra caalaan isaanii #astirooyidii irraa kan maddan yoo ta'u, ji'aa fi pilaaneetii Maarsii irraa gara lafaatti kufuu danda'u. Kanarraa kan ka’e saffisa isaanii irraa kan ka’e sagalee guddaa uumu. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa irraa #EthiopiaCheck #NASA @tikvahethafaanoromoo
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
💙Get 10K Followers on Telegram in 10 minutes♨️♨️👇👇👇👇 ❤️ Miseensota Channelii Telegram Keetii Daqiiqaa 10 Qofaa Kessaattii 10K Gessuu Akkaa Dandeenyu Meqaa Kenyatuu Beekaa laata?🤔🤔 🧐View Telegram Kee Halaa Aja'ibaa Ta'een Siif Ni Dabalamaa. 🤩Ammumaa Iddoo Telegram Subscriber Jedhutti Bu'uun Miseensa Keessaan Dabaladha. Free Waver @FastSMprom
Hammasini ko'rsatish...
❇️ Telegram Subscriber ⭕️
❇️POST VIEWER😍
📈GET NOW📮
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.