cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

DAARU SALAAM 🇵🇸

📖 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐀𝐍𝐀𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈     👉 Seenaa Rasuulaa ﷺ     👉 Seenaa Sahaabotaa     👉 Seenaa Muslimootaa     👉 Jechoota Hayyootaa     👉 Hadiisaafii Qur'aana     👉 Zikiriifii Da'awaalee    👇Yaadaafii Gaaffii👇 @Daarus_salaam_Idea_bot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
15 284
Obunachilar
+4724 soatlar
+2717 kunlar
+1 79730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Guyyaaan Guyyaa Gammachuuti 👇Akkasitti Kolfaa!!! رأى حكيمٌ رجلاً يضرب زوجته فقال له العصى للبهائم؛ أما النساءُ فـتُـضربُ بالنساء (يقصد يُعدد على زوجته بزوجة ثانية) فقال الرجل : لم أفهم .!! فَرَدَّت الزوجة قائلة : أَكْـمِـل الضّـرب وَدَعْكَ من هذا الـأحمق الغبيّ ! Namni hin galiifiin harka haa baasu°
Hammasini ko'rsatish...
👍 30 7🥰 2
AnimatedSticker.tgs0.54 KB
13🥰 5👏 1
تكبيرات العيد -- Takberat al eid(MP3_160K).mp36.55 MB
👍 9 5🥰 3
Takbiiraa «اللَّهُ أَكْبَرُ» Sadarkaa fi Maalummaa Isaa فضل التكبير ومكانته
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee اللَّهُ أَكْبَرُ.mp36.38 MB
👍 11 6🥰 1💯 1
﴿وَرَبَّكَ فَكَبِّرْ﴾. «اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ». @DAARU_SALAAM @DAARU_SALAAM
Hammasini ko'rsatish...
11👍 4🥰 3🏆 3
00:10
Video unavailableShow in Telegram
4.54 KB
👍 14 6🥰 4
🔊 Nasiihaa Waa'ee Arafaa Maalummaa Guyyaa Arafaa Sadarkaa Guyyaa Arafaa Dalagaa Guyyaa Arafaa 📆 الجمعة : ٨/ ذو الحجة/ ١٤٤٥
Hammasini ko'rsatish...
Guyyaa Arafaa .mp35.17 MB
👍 17🥰 9 4👌 1
𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦) 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐢𝐥 (𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚) 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?Anonymous voting
  • 𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
  • 𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
  • 𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐛𝐫𝐚𝐚𝐡𝐢𝐦 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
  • 𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐌𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
0 votes
👍 31 22🏆 9🙏 6
Photo unavailableShow in Telegram
Ulaagaalee Uduuhiyyaa ❶) Beeyladoota manaa rraa tahuu. (gaala, loon, re’eef hoolaa) ❷) Umuriin beeyladoota kanaa akka shari’aan murtaahe gahuu. Kunis: ♻️ Gaalli waggaa 5 fi isaa ol, loon waggaa 2 fi isaa ol, re'een waggaa 1 fi isaa ol, hoolaan ji'a 6 fi isaa ol guutuu dha. ❸) Beeylanni qalamtu kan hir'ina/ aybii irraa qulqulloofte tahuudha. Hir’inni kun waa afuri. Isaanis: Okkoltuu, dhukkubsattuu, ballaa fi huuqqatuu ta’uu dhabuudha. ❹. Yeroo kaahametti raawwatamuu qaba. Ulaagaalee armaan olitti caqasaman yoo hin guutamin qalmi kun Uduhiyyaa hin jedhamu jechuudha. @DAARU_SALAAM
Hammasini ko'rsatish...
18👍 9🥰 2 1🏆 1
Guyyoota Kurnan Ji’a Zulhijjaa
Guyyoonni kurnan  jalqaba ji’a Zulhijjaa guyyoota Rabbiin biratti akkaan jaalataman keessaa tokko. Hadiisa Ibni Abbaas irraa odeeyfameen Ergamaan Rabbii ﷺ akki jedhan; ” Ibaadaan gaggaariin hojjataman kamiyuu, kan akka guyyoota kurnan kana (zulhijjaa) keessatti hojjataman caalaa Rabbiin biratti jaalatamu hin jiru” jedhan; Karaa Rabbii irratti du’uun hoo jechuun gaaffataman? “Eeyyee sunis taanaan yoo namticha karaa Rabbii irratti lubbuu fi qabeenya isaa hunda kennee kan wan takkaan hin deebi’iin yoo tahe malee” jedhan  Ergaman Rabbii ﷺ. Guyyoonni  Kurnan jalqaba Zulhijjaa irratti argaman kunniin, guyyoota ibaadaan gaggaariin ilmi namaa hojjatu hundi Rabbiin biratti kanniin yeroo biroo hojjatu caalaa jaalatamoo tahuu hubatuun, nutis hanga dandeenyeen guyyoota kana keessatti jabaatuu qabna. Akkasumas, diliin, guyyoowwan khana keessatis tan guyyaa birarraa, addaa beekhi  tanaafuu yoo keeyrii  dalaguun sittii ulfaattellee arrabaan waan hamtuu dubbattee harkaan waan hamtuu barreessurraa, wallee fi Muziiqaa dhaggeeffatu yookaan share godhuu irraa of eegunis , ibaadhaa beekhi! Rabbiin Warra Milkaayerraa Nuhaa Godhuu. By: Abu Huzeyiifa
Hammasini ko'rsatish...
10👍 6🥰 4