cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Livarpuul afaan oromoo😍

Welcome chanalli keenya waa'ee livarpuul yeroo yerootti kan isin biraan geenyu taha. Koottaati miseensa tahaa, odeeffannoo fi seenaa kilaba keessanii baradhaan dhaamsa keenya. Livarpuul mootiidha. I Love you YNWA ❤️💚❤️ YOU'LL NEVER WALK ALLONE 😍

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya10 066Til belgilanmaganSport21 751
Reklama postlari
932
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+47 kunlar
+2430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Ijoolleen teenya Lamaan tun Amma Halkan keessa tapha qabdi. Diaz Colombia 🇨🇴 waliin sa'aatii 🇪🇹 7:00tti, Alisson Brazil 🇧🇷 waliin sa'aatii 10:00tti Ganama walitti deebina. Halkan gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Taphattoota keenya Yuuroodhaan Gara Marsaa kuffisanii darbuu biyyoota 16 hirmaachisutti darban! Milkiin galaa!
Hammasini ko'rsatish...
2
Akkuma baratame har'as goolii galchee jira. Nuunnuu koo😍
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Amma booda halkan keessa akka 🇪🇹 sa'aatii 10:00 Uruguay 🇺🇾 fi Bolivia 🇧🇴 tapha Copa America 2ffaa ni taphatu. Biyya Darwin keenyaatiif carraa gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🇺🇾 Darwin Nunez har'a guyyaa dhaloota isaa kabajachaa jira. Baga dhalatte qashtii keenya❤️
Hammasini ko'rsatish...
11🎉 1
Photo unavailableShow in Telegram
Darwin Nunez eda tapha Copa america jalqaba biyya isaatiif taphatee goolii takka galcheera. Taphicha 3fi0n Panama injifatan.
Hammasini ko'rsatish...
Kaleessa galgala ijoolleen teenya Robertson fi Szoboszlain biyya isaaniitiif faallaa tahuudhaan taphatani biyyi Szoboszlai Hangariin 1fi0n Scotland injifachuun Dorgommichaan ala goote. Scotland kallattiin yommuu Nagaa dhaammattu, Hangariin garuu darbuuf carraa dhiphaa ni qabdi!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Joolleen teenya har'a wal faallaa tahuun biyya isaaniitiif ni taphatu! Robertson Vs Szoboszlai Scotland Vs Hungary 🇭🇺 Eenyuuf carraa gaarii hawwitu!
Hammasini ko'rsatish...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Har'a galgala sa'aatii 🇪🇹 4:00 irratti ijoolleen teenya Namni 4 tapha qaba. Taphichi 🇳🇱Netherland Vs France 🇫🇷 giddutti taphatama. Ibrahim konate France irraa yommuu tahu, Gravenberch, Cody Gakpo fi VVD Netherland bakka bu'uuni an gama kiyyaan Natherlandin deeggara. Milkiin Galaa!
Hammasini ko'rsatish...
5👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
🇦🇷 Alexis mac Allister tapha baniinsa Copa America eda Halkan biyyi isaa Canada 🇨🇦 2fi0n injifatte irratti goolii takka mijjeessee kennuu danda'eera! Milkaawi qaalii keenya 🇦🇷
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.