Worship Time
แฅแแ แปแแ แแญแฆ โข #แ แณแฒแต_แแแแฎแฝ โข #แแจแต_แซแ_แแแฌแแฝ โข #แแ_แ แแ แ โฃ #Cover_Songแฝ โฃ #แจStudio_แแแฌแแฝ แแแฝแแ แซแแแแข Only cross โท @Yaada_kennuuf_bot Owner โท @Anikeettii Buy ads: https://telega.io/c/Worship_time1
Ko'proq ko'rsatish13 518
Obunachilar
-1124 soatlar
-737 kunlar
-20830 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota kutaa 12ffaa dhaaf
Karaaleen qormaata ittiin ilaalaman ifoomeera๐๐๐
1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon 3ffaa kun kaffaltii ni qabaata.
โ
Hin sodaatinaa ๐ช waan Waaqayyo jedhe qofaatu ta'a
๐Carraa Gaarii isiniif hawwina ๐
โค 1
๐ผ QAAMMEE - 4 ๐ผ
๐#AMANTII_OFII_ILAALUU๐
โDhuguma ati amanteettaa โ
๐Fayyuudhaaf Yesuus kristoositti amanuun dirqma.
โ
Gaaffiin amma hafe immoo
Dhuguma ati yesuusiin kana amantee, irratti ofgattee, hojii Yesuus Kristoos hojjete fudhattee jirtaa ?
๐Dhuguma yoo amantii dhugaan si keessa jiraate gaaffiiwwan armaan gadii of gaafadhu.
1โฃ. Fayyinni Maqaa Yesuus Kristoos qofa keessa malee maqaa kan biraa kamiinuu akka hin jirre of amansiisteettaa โ
๐Raajotaa sobaa fi goyyomsitoota faayyisuu dandeenya jedhan ykn karaa fayyinaa biraa barsiisan hunduu soboo akka ta'an amantee ?
โ
Barabarri kee harka Yesuus keessatti eegamaa akka ta'e fi humnaa fi amanamummaa tokkichaa-Yesuus Kristoos nama Naaziretitti amanteettaa ?
2โฃ. Fayyinni sababii hojii kee gaarii ykn sababa sirraa madde akka hin qabne amanteetaa โ ๐Hojiin kee inni baayyee qajeelaanuu fuula Waaqayyoo duratti moofaa abaarsaa (moofaa xura'aa) ta'uu isaa jala murii amani.
๐Fayyinni karaa yesuus arganne kun akkasumaan tola waan nuuf kennameef rakasa ykn gatii salphaa sitti hin fakkatin gatii sana nuti baasuu hin dandeenye waan ta'eef tola ittin fayyine!
3โฃ. Cubbuu kee irraa akka si fayyisuuf amanannaa kee Yesuus Kristoos ilma Waaqayyoo irra kaawwattee โ
๐Akkanni dhugaa Kitaabaa si barsiisuuf, dhiiga isaan cubbuu kee akka siif dhiisu, hafuura isaan laphee kee akka jijjiiru guutummaatti irratti hirkachuu qabda.
๐Yoo gaaffiiwwan kana bifa sirriin fudhachuu dandeesse,
Waaqayyo laphee kee keessatti hojjetaa akka jiruu fi akka hojjete ibsa. Fayyina Waaqayyo siif qopheesse akka argituuf, dhugaa akka hubattuufis qalbiin kee siif banamaa jira jechuudha.
๐Yoo tuqawwan armaan olii kana dhugaadha jechuu dadhabde, fayyina in feeta yoo ta'e dubbii isaa dubbifachaa, kadhachaa adeemsa itti fufi.
๐ Keessa deddeebi'iitii dhugawwan sanaan of amansiisuuf jireenya kee ifa dhugawwan kanaan ilaali.
โ
Amantii dhabina kee injifattee Waaqayyo fayyina akka siif kennuuf kadhadhu. Sagaleen Waaqayyoo akkas jedha
โ Caaffanni qulqullaa'aan, Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu in oola in jedhaโRom 10:13 โ Hamma Hafuurii qulqulluun mucaa Waaqayyoo ta'uu keef wabii siif kennutti, dubbii isaatiin isa barbaaddachuukee itti fufi.
โHafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo ta'uu keenya dhugaa in ba'a. โ(Rom 8:16)
โIsin ilmaan isaa ta'uu keessan argisiisuudhaaf, Waaqayyo hafuura ilma isaa ,Abbaa, abbaa jedhee waammatu garaa keenya keessatti erge!โ (Gal 4:6) Warri kristoosiin kana dhugumatti amanannaa keenya godhanne fayyine yeroo hundumaa kanatti gamachuun haa jiraannu !!
โ
YESUUS KIRISTOOS AMANAANNAA KEENYA DHUGAA DHA !! โ
โฅ๏ธ #EEBBIFAMTANIITTU โฅ๏ธ
๐ผQAAMMEE GAARII๐ผ
๐OFIIF, BIYYAAF, DHALOOTAAF
WAAQAYYOON HAA KADHANNU๐
โฒ ๐ฏ โก
หขสฐแตสณแต สฒแตแถฆโฟ หกแถฆแตแต ๐ฅ 1
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.