cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Tulu Dimtu General secondary School

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
238
Obunachilar
+124 soatlar
+77 kunlar
+2130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Guyyaa 22/08/2016 A.L.I MANA BARUMSAA TULLU DIIMTUU WALIGALAA SAD. 2FFAA Guyyaa har’aa mana barumsaa keenyaattii Tajaajila Gorsaa Barattoota Shamarran Kutaa 12ffaa Hundumaaf (barattoota 217 oliif ) Kenname jira.Tajaajila gorsaa kana kanas aferraa mana barumsaa Dr.Asteer Tasfaayee gorsitu fi ogeessaa Fayyaa Ministeera Fayyaa Dhimma Korniyaa irratti kan hojjetanii fi Barattoota dubaraa barnoota isaaniitiinqabxii olaanaa galmessaa, jiraanii fi fakkenyummaa gaarii barattoota shamarraan keenyaaf ta’an Yuunivarsiitii AASTU irraa dhufanii. 1.Haala waliigala isaan itti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ittin of qophessaan #Haala qo’annaa, #Yeroo qo’annaa, #Xiyyeffaannoo barbaachisu, #Akkaata waliin qayyaabannoo, #Gosoota barnootaa irrattii xiyyeffaachuu akka qaban, #Sodaa malee akka itti qormaataaf of-qopheessaan #Miira ni danda’amaa akkaataa itti horatan 2.Haala waligalaa jireenya hawwaasummaa isaanii irratti shamarraan yoo hojjetan akka nama kamittii iyyuu galma namni kam iyyuu bira ga’uu akka danda’an. 3.Naamusa isaan mana baruumsaa fi barsiisota isaaniitiif qabaachuu qaban. 4.Itti gaafatamummaa Addunyaa barnootaa kessaatti isaan eeggatu irratti gorsii kennameefi jira.
Hammasini ko'rsatish...
የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በተመረጡ ከተሞች በኦን ላይን ለመስጠት እየተሠራ መሆኑ ተገለፀ።      -------------------------------- የ2016 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በተመረጡ ከተሞች በኦን ላይን ለመስጠት እየተሠራ መሆኑን ተገልጿል። የትምህርት ሚኒስትሩ ፕ/ር ብርሃኑ ነጋ በአጠቃላይ ትምህርት ልማት ዘርፍ ምክክር መድረክ ላይ ባደረጉት ንግግር የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በተመረጡ ከተሞች በኦንላይን ለመስጠት እየተሠራ መሆኑን ገልፀዋል ። የ2016 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ሙሉ በሙሉ በኦን ላይን ለመስጠት ባይቻልም በሁሉም ክልሎች በተመረጡ ከተሞች ለመስጠት እየተሠራ መሆኑን ተናግረዋል። በዚህም በሁሉም ክልሎች ያሉ የተመረጡ ተማሪዎች በኦንላይን ፈተናቸውን የሚወስዱ ሲሆን ቀሪዎቹ ደግሞ በተለመደው አግባብ ፈተናቸውን ይወስዳሉም ብለዋል። የሀገር አቀፍ ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ዋና ዳይሬክተር (ዶ/ር) እሸቱ ከበደ በበኩላቸው ፈተናውን በኦን ላይን ለመሥጠት የሚያስችል የቅድመ ዝግጅት ሥራ እየተሠራ መሆኑን ገልፀዋል። ተማሪዎች የሙከራ ፈተና የሚለቀቅላቸው ሲሆን ደጋግመው እንዲሞክሩና እንዲለማመዱ ይደረጋልም ብለዋል። ለዚህም እንዲረዳ የአሰልጣኛች ስልጠና በመሥጠት ተማሪዎች ተደጋጋሚ ስልጠና እንደሚሠጣቸውም ዋና ዳይሬክተሩ ገልፀዋል። ከቀጣይ ሳምንት ጀምሮ የአሰልጣኞች ስልጠና መስጠት እንደሚጀምርም በመድረኩ ተገልጿል።
Hammasini ko'rsatish...