cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ASHAM TECH Afaan oromoo๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ

Gosa barnoota olaanoo Haala afaan oromotin akka hubattani irraa barattaniif telegram keenya hordofaa YouTube Asham Tech jedhu kana Subscribe gochuun Gaachana Nuuf tahaa Isa gadii kana๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/channel/UCLuzxrrcSqUS--YQCDpejFg

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 845
Obunachilar
+1624 soatlar
+337 kunlar
+16730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Oduu Ammee!! 1,Huutiin Yaman Doonii daldalaa galaana diimaa irratti Misaa'elaan Rukutuun doonichi bishaaniin liqinfamaa jiraachuun mirkanaa'eera. maddi BBC 2, Gaa^zaa Raafaa keessatti Isra^ael duguuggaa Sanyii raawwachuu itti fufte. Maddi Al Jazeeraa 3, Paarlaamaan Ispeen beekkamtii guutuu biyya Falasxiin kennuu mirkanaa'eera! Falasxiin har'a irraa eegaltee Embassy banachuu ni dandeessi jachuudha. 4, koomishiniin mirga namooma Itoophiyaa akka jadhutti biyyattii keessatti hidhaafi dararaan itti fufee jira jadhe. 5, President Yuukureen hanga Raashiyaan lafa Yuukureen keessa baatuu mariif puutiin waliin hin taa'u jadhe...maddi Al Jazeeraa. 6, Falasxiin biyyoota 143 beekkamtii biyyummaa kennaniif keessatti Embassy fi Ambaasaddar erguu itti fufti....kun ummata Falassxiin Injifannoo guddaadha!! Israa^eliif ammoo kufaatii dipiloomaasii fi diinagdeeti...!! Kun Cunfaa Odeeffannoo guyyaa har'aati!! https://t.me/ASHAMTECH24
Hammasini ko'rsatish...

๐Ÿ‘ 1โค 1๐Ÿ‘ 1
# qormaata ba'uu # Eebba #Mana_Barnootaa_Dhuunfaa_Olaanoo โžก๏ธ "Barumsi keenya sirritti yoo xumurrellee ji'a 8 akka harkifattan nutti himame" - barattoota โžก๏ธ "Murteen kun #Ministeera_Barnootaa irraa waan dhufeef, homaa gochuu hin dandeenye" โ€‹โ€‹- Hoggantoota Kolleejjii โžก๏ธ "Barattoonni digrii tokkoffaa dhaabbaticha keessatti yoo xiqqaate waggaa 4 qabaatu" - Ministeera Barnootaa Dhiheenya kana barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo #dhuunfaa hedduun qormaata eebbaa fi bahuu ilaalchisee komii gara Tikvah Ethiopia erganiiru. Namoota komii isaanii ergitan keessaa barattoota kolleejjii Addis Ababa, Hawaassa Dese fi magaalota biroo keessa jiran. Barattoonni kunneen, "Waggaa 4 keessatti barnoota keenya sirnaan xumurus qormaata qulqullinaa fi ba'uuf kaffaltii kaffallee jirra, garuu akka tasaa ji'a 8 turuu akka qabdu nutti himame" jedhan. Barattoonni komii dhiyeessan: ยฐ Barnoota sadarkaa barattoota eebbifamtoota biroo wajjin wal gituun jalqaban; ยฐ Koorsii barbaachisaa fudhachuun isaan irraa eegamu fudhatanii xumuruu isaanii; ยฐ Qormaata ba'uuf barnoota qophii fudhachuu isaanii ibsaniiru. Haa ta'u malee, "qormaata ba'uu fudhachuuf guyyoota muraasa yeroo nu hafan, guyyaan eebba keessanii waggaa itti aanu Guraandhala keessa" jechuun komii isaanii ibsaniiru. Barattoonni kunneenis, "Barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa tuuta tokko irraa maaltu adda nu godha? Maaliif kun godhamaa jira? Maaliif osoo warri kaan qormaata fudhachuuf qophaa'aa jiranii, 'It's useless to take the fudhachuun." qormaata, bara dhufu eegaa'? Kun guutummaatti sirrii miti; Tikvah Ethiopia baay'ina komii dhiyaate irratti hundaa'uun kolleejjiiwwan qunnamuufis carraaqqii taasiseera. Isaan keessaa tokko barattoonni koorsii barbaadamuun fi dhimmoota barbaachisoo biroo xumuruun isaanii sirrii taโ€™uu ibseera. Haa ta'u malee yeroon eebba isaanii kallattii Ministeera Barnootaa irraa argameen kan murtaa'u ta'uu ibsaniiru. kolleejjii; 'Dokumantiin toora interneetii' barattoonni Ministeera Barnootaa irraa argatan bara barattoonni #qormaataman bara 2012 akka ta'e kan agarsiisu ta'us, sanadni jalqabaa boodarra argatan bara 2013 akka ta'e dubbata. Kunis barattoota duubatti kan deebisu taโ€™uu fi jiโ€™oota muraasa dhufaniif qormaata baโ€™uuf leenjii fi shaakala adda addaa akka kennamu ibsaniiru. gama biraatiin ; Xalayaan Ministeera Barnootaa irraa dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa adda addaatti ergame argitaniittu. Xalayaan: Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa barattoonni semestera lammaffaa bara 2013 jalqaban qormaata baโ€™uu June 2016 akka fudhatan gaafatan akka jiran ibsa. Haa taโ€™u malee Imaammanni Leenjii Barnootaa barattoonni digirii jalqabaa dhaabbaticha keessatti yoo xiqqaate waggaa 4 qabaachuu akka qaban tumameera. Dhaabbileen tokko tokko seeraan ala barattoonni qormaata baโ€™uu akka fudhatan gaafachuu isaanii eeruun, dhaabbileen barattoota sirnaan humneessuudhaan qulqullina barnootaa mirkaneessuuf akka hojjetan akeekkachiisaniiru. Madda Tikvah Ethiopia https://t.me/ASHAMTECH24
Hammasini ko'rsatish...
ASHAM TECH Afaan oromoo๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ

Gosa barnoota olaanoo Haala afaan oromotin akka hubattani irraa barattaniif telegram keenya hordofaa YouTube Asham Tech jedhu kana Subscribe gochuun Gaachana Nuuf tahaa Isa gadii kana๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://youtube.com/channel/UCLuzxrrcSqUS--YQCDpejFg

๐Ÿ‘ 8๐Ÿ‘Ž 5๐Ÿ’” 3๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿ‘ 1๐Ÿ˜ฑ 1๐Ÿ˜ญ 1
Guyyaa 3 qofaatu hafe Gatiin Ton coin tokko doolara 7 ol bahaa jira yeroo dhihootti doolaara 10 ni seena jedhamee eeggama. Ton coin bilisaa tartiiba isiniif dhufu hordofuun kuffachuu dandeessu Kun๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Akkuma NotCoin #tabswab jedhama haaraadhaa seenaa claim godhaa https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1592085613 @ASHAMTECH24
Hammasini ko'rsatish...
Xaasan isa kami๐Ÿ‘‰๐Ÿบ๐Ÿฅ›๐Ÿป Xaasaaโ€™ keessa โ€˜Waaโ€™ jira โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ baasi โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ dhabdu โ€œXasa!โ€ jedhii asaasi๐Ÿ˜ ๐Ÿ˜‚ Xaasaan kooddaa jireenya fuulduraati. Xaasaan garuu sirreeffama irratti isa fuuldura hiriirudha. Waan darbeef of hiraarsuun fuuldura ofii dukkanaaf badhaasa kennuudha. Kooddaan bishaan dhuguun haalaa rakkinaatiin gara duubaatti harkifamuu jechuudha.Xaasaan waa dhuguun garuu ammaaf jireenya; fuulduraaf ifadha. Yaa Xaasaa! Kan of ilaale of arga; kan of argate immoo of faana jiraata. Dhamdhamni jireenyaas Xaasaa waliin walii galanii jiraachuu keessaa madda! Kooddaan immoo dirree waraanaatti bahanii diina injifachuu ni caala. Sababni isaas, yeroo baayโ€™ee nu dhala namaatti diinni olaanaan ofuma keenya. Xaasaan โ€œAkkamitti?โ€ jechuu hin oolu. Yaaduma sammuu keenya irraa burqutu diina nutti taโ€™uu mala. โ€œIlaalchaโ€ ofiif qabnu jechuudha. Eeyyeen Xaasaa!  Xaasaaโ€™ keessa 'waa' jiraaf 'Xaasaa' keessaa waa barbaade; โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa waa dhabnaan, dhumarratti 'Xaasaa' jedhee ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ arge!โ€๐Ÿ˜Š Maaliin keessatti arge๐Ÿ˜ Eeyyeen, yoo hubatanii ilaaltan โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waatuโ€™ jira! ''**.โ€ Akkuma jedhamu, kan hubateef โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ hin dhabamu. @ASHAMTECH24
Hammasini ko'rsatish...
โค 1
Nama sin geenye ka si gorsuu fedhu akka sin gorsine gorsi. Gorsi kee kun gorsa isaa san akka dhiisuuf isaaf gorsa.๐Ÿ˜€ Nama sii olii ka umriin Si dura bubbule ka mataan irra bubbule๐Ÿ˜. akka si gorsu gorsi. Gorsi kee kun akka mudannoo isaarraa muuxannoo arkattuuf siif gorsa. Nama hundaan gorsaa dura ifumaafuu nama hunda dura ifiin gorsaa if gorsi.๐Ÿง Gorsi gorsa. Gorsi irgisaadha. Si biraa gala. Gaafa abbaaf gale ati kophaa haftee bakka gorsaan dura turtetti deebi'iuurra ammumaan gorsi irgisaadhaa waan itti fayyadamteetu si fayyadaa beeki ji'ii if gorsi.๐Ÿค ๐™ฉ๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™– ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž'๐™ž ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™ž ๐™จ๐™ž๐™ง๐™ง๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™จ๐™ž๐™ž๐™› ๐™œ๐™–๐™ก๐™– Posti ko yo isitit tole๐Ÿ˜Š guyya guyyaan Like tuquun argisisi๐Ÿ˜ @ASHAMTECH24 ๐Ÿฆ˜
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
Xaasaaโ€™ keessa โ€˜Waaโ€™ jira โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ baasi โ€˜Xaasaaโ€™ keessaa โ€˜waaโ€™ dhabdu โ€œXasa!โ€ jedhii asaasi๐Ÿ˜ ๐Ÿ˜‚.... Kitaaban akka taphaatti barreesse keessahin fudhadhe๐Ÿ˜ Guutuu isaa isiniifin barreessaa moo akkam jettu. Like tuqun eegi๐Ÿค๐Ÿค @ASHAMTECH24 With @ASHAMPOST
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 15
Namni Garii bakka isaati ol hoggaa kanniteef maalumma isaa ta dhugaa san irraanfata!. E wan Xaasaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @ASHAMTECH24
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Namni Garii bakka isaati ol hoggaa kanniteef maalumma isaa ta dhugaa san irraanfata!. E wan Xaasaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ ASHAMTECH24@
Hammasini ko'rsatish...
Jijjiirama Mullatu yoo ka barbaaddu tahe laffaati hin mullanne laffa'u qabda!. Gad jattee yeroo daleeydu, Waan takka yeroo yaaltu,... namni tokkolleen garagale si laalu dhabuu dandaha. Gaafa mana jaarrattu, gaafa makiina bitattu, Gaafa Hojii dhuunfaa eegaltu,... Gaafa kana garuu ijji nama hundaa sirratti deebiti waa'ee kee haasawan... Nama koo! Gaafa namuu sin agarre yoo jabaatte Namuu osoo si arguu badhaafamta!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ Jechoota kana๐Ÿ‘† fakkataniif Join tiz chaynel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/+S9TXu3Tsjcc0N2Q0
Hammasini ko'rsatish...
โค 5๐Ÿ‘ 2๐Ÿ˜ 1
Repost fromย Asham Post
Namoota hedduu irraa gorsa "Nama jabaateetu injifata, Jabbaattu ni moota, Facaafattu ni muratta fkkf" jedhu dhagayuu malta. Garuu namoonni "Kuftu malee, hin kaatu, laalattu malee hin fayyitu, Abdii fixachuu bira geessu malee hin onnattu, Sodaachutti dhihaattu malee hin jeynoomtu, Miidhamtu malee hin mootu, Walumaa galattuu Rakkoo fi tattaaffii jabduu boodaan malee hin milkooytu" jedhanii namoonni si gorsan muraasa. #Strive #Success ___    แดŠแดษชษด  แดœs      โ˜Ÿ๏ธŽใ€ โ˜› @ASHAMPOST  โ˜œ๏ธŽ        @ASHAMPOST
Hammasini ko'rsatish...