cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Goorsa Jiruuf Jireenyaa

Sagantaalee keenya 1 .Odeeffannoo waytawaa 2. Seenaa gara garaa 3. Gorsa gabaabaa 4. Gafii fi deebii gagababoo 5. fataawaa ulamaa ii fikkf as irraa argattu. Yaadaaf fi gafiis nuf erguuf @GoorsaJiruufJireenyaa_bot Join @GoorsaJiruufJireenyaa

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
221
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Baga_Nagaan_Dhufte Dhufe mootiin ji'ootaa Baatiin ji'a hunda caalu Gammachuudhaan kan dhufee Dhukkuba qalbii yaalu Ji'a sadarkaansaa guddaa Keessa qur'aanni buufame Wanti gaariin deechaadhaan Ji'a keessa kuufame Ulaa keessa cufamu Balballi jahannamaa Kan keessa waliif rahamatu Xiqqaaf guddaan namaa Ji'a khayiriin namaaf laafu Ulaan jennataa banamee Kan keessa xaxxeeffamu Sheeyixaanniyyuu ganamee Ulaa kahayirii nuuf bantee Kan hamtuu nurraa cuftee Ahlan bika Yaa Ramadaan Baga nagaan dhufte Qulqulleessuuf ergamte Tawubattuu mara qalbii Baga nagaan nuun geesse Galata Kee Yaa Rabbi Yeroo soomnee raawwannu Sooma bar-dheengaddaa Yeroo nagaa dhaammannu Onneen keenyaa gaddaa "Kan dhufuun nu ga'i" jennee Rabbii keenyatti himannee Rabbi ittiin nu geenyaam Kan baranaas simannee Alhamdulullaah yaa Rabbi Dhufee manaa nun dhabne Boolla awwaalchaa hin buune Decheerraa jalatti hin dabne Addunyaa kanarraa nun maqsine Hanga har'aa teenyeerra Kunoo Ramadaana baranaa Nagaadhaanis geenyeerra Galaanni kan keeti yoomuu Haala kam keessattuu Faaruu siif galchina Bakka fedhe eessattuu Ulaa rakkinaaf hammeenyaa Ammas nurraa cufuun Nagaadhaan nu gayi Sooma bara dhufuun ✍️... @Goorsajiruufjireenyaa #JOIN_AND_SHARE
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Assalaamu aleeykum warahmatullahi wabrakhatuh Hordotootta keenya qalqali Dhifama nura taha hagana issinirra turuu keenyaf rakinaa adda addaatu nuu mudatee
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Dhaamsi tun akka namarra naannoftu barbaanna hunda isiituu guyyaa hardhaa Yaa rabbi akkuma na boochifte guyyaa [dhaloota] kiyyaa haala namoonni moggaa kiyyaa kolfu na kofalchiisi guyyaa [du'a] tiyyaa haala namoonni moggaa kiyyaa boohu Du'aa'ii yuunus (Laa ilaaha illaa anta subhaanak innii kuntu minazzaalimiin) Ergamaan rabbi sheyxaana gaafata Akkana jedheen ergamaan rabbi : Yaa abaaramaa eennu ta'aan kee/eennu teessoon kee ? Akkana jedhe  : Nama ribaa nyaatu Akkana jedheen : Eennu saahibni kee ? Akkana jedhe  : Nama zinaa dalagu Akkana jedheen  : Eennu irkannoon kee ? Akkana jedhe  : Nama machaahe Akkana jedheen : Eennu keessummaan kee ? Akkana jedhe  : hattuu  Akkana jedheen : Eennu ergamaan kee ? Akkana jedhe  : Namticha sihrii dalagu Akkana jedheen : Maaltu ija kee gammachiisa? Akkana jedhe  : kakachuu nikaha hiikuun Akkana jedheen  : Eennu jaalalleen kee ? Akkana jedhe  : Nama salaata jum'aa dhiisu Akkana jedheen ergamaan rabbi Yaa abaaramaa maaltu duuyda kee si cabsa ? Akkana jedhe  : Nama karaa rabbii Keessatti jihaadu Akkana jedheen  : Maaltu qaama kee baysa/ baqsa? Akkana jedhe  : Towbaa namticha towbatuu Akkana jedheen  : Maaltu tiruu tee goysa? Akkana jedhe  : heddummaachuu istighfaara rabbii oltaheef halkanii fi guyyaa Akkana jedheen  : Maaltu fuula kee salphisa ? Akkana jedhe  : Sadaqaa dhoksaa Akkana jedheen  : Maaltu ija kee jaamsa ? Akkana jedhe  : Salaata fajrii >><<>><< Sheyxaana kee qormaati Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii Allaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih Astaghfurulahil aziim Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ... Alhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan Yoo rabbii kee jaalatte message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/ Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaa  ... ... ... ... ... ... ... ... .. Ergamaan rabbi S A W akkana jedhe jecha lama ulfaattuu miizaana Keessatti jaalalamtuu gara rahmaanitti "Subhaanallahi wabi hamdih subhaanallahil aziim  " "Subhaanallahi wabi hamdih subhaanallahil aziim "Subhaanallahi wabi hamdih subhaanallaahil aziim  " "Subhaanallahi wabi hamdih subhaanallaahil aziim " "subhaanallahi wabi hamdih subhaanallaahil aziim" "subhaanallahi wabi hamdih subhaanallaahil aziim" " subhaanallahi wabi hamdih subhaanallaahil aziim Nama soddomaaf ergi osoo hundi isaaniituu  jedhanii sawaaba miliyoona shanii fi hasanaata kuma dhibba lama argatta ..... Ammas Osoo hundi isaaniituu nama biraa soddomaaf erganii hasanaata 4.680,000,000 / miliyaara afurii fi miliyoonaa dhibba jahaa fi saddeettama argatta hasanaata ............. ................................... Share godhi yoom akka duutu hin beytuu sadaqaa addaan hin cinne taasisii Hin doynoomin lubbuu tee irratti. 🎆🌖🎆🌖🎆🌖اللهمَّﷺ🌖🎆صَلِّﷺ🎆🌖وَسَـــلِّمْﷺ🌖وَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــا🎆ﷺمُحمَّدﷺ-🎆🌖🎆اللهمَّﷺ🎆صَلِّﷺ🌖🎆وَسَـــلِّمْﷺ🌖🎆وَبَارِكﷺْ🌖🎆علىﷺنَبِيِّنَـــا🌖ﷺمُحمَّدﷺ-🎆         (✿ ♡‿♡)(✿ ♡‿♡)(✿ ♡‿♡)(✿ ♡‿♡)
Hammasini ko'rsatish...
Rabbiif jedhii share gochuu hin irraanfatin Dubbisi hin haqinii wallaahi ajaa'iba addaattu isii keessa jira akkaaan bareedduudhaa Hanga xumuraatti dubbisi Ergamaan rabbi S A W akkana jedhan zamana tokkotu dhufuu taa'a ummata kiyyarra ka kushuu'i isa keessa namarraa deemu ammas zamana tokkotu dhufa ka isa keessa heddummaattu duuti dingataa ammas zamana tokkotu dhufa ka socho'iinsi dachii isa keessa heddummaatu ammas zamana tokkotu dhufa ka muslimni salaamtaa hin jenne muslimaan nama beeku irratti malee Ammas zamana tokkotu dhufa ka isa keessa heddummaattu ajjeechaan ammas zamanatu dhufa ummatarra ka maasiyaan isa keessa heddummaattu Akkana jedhaniin sahaabaan yoomi guyyaan sun Yaa ergamaa rabbi? Akkana jedhe zamana boodaa keessa argamuu taa'a yoo kuni argame qiyaamaan dhaabbatuu eegaa .! Zamana keenna tahuu hin oolu ? Guyyoota Ajaa'iba keessa jirra Abbootii fi haadhotiin nyaataa fi uffata ilmaaniitti yaaddawan qiimaa fi Akhlaaqa gadi dhaabuu irraanfatan Dalaydoota hin qulqulleessine dalagaa isaanii Keessatti kadhaa xiqqaatuu mindaatiin ni irraanfatan akka rabbiin rizqii halaalaa barakaa Keessa kaahee haraama dhabamsiisu  Dargaggeessaa fi dargaggeettiin sa'aatii dheertuu deemsaa fi kolfaan xumuranii  magaalaa Keessatti  salaata ruku'a duraa Keessatti dadhaban Dargaggeessaa fi dargaggeettiin sirba dhageeffatan qoma baldhoon yoo dhagahan kalaama rabbii qomti isaanii ni dhiphatti aķka waan isaan gara samaa'ii olbahaa jiranii hin beyne akka halaalli haraamatti hin laaqamne Ni binna waan akkaan urgaahuu fi mi'aawuu fi xiqqaatee fi heddummaates maallaqa ammo dibbaatamaan kafalla hoggaa sunduuqa sadaqaa agarru ni dheessina                Gariin keenna garii arrabsa uumaa rabbii Keessatti ni irraanfanne 👇 ما يلفظ من قول إلا لديه رقيب عتيد Jecha tokko afaan isaatii baasee dubbatee malaa'ikaan isa hordofu barresu malee Risaalaan tun sibira gahuun nama yaadichiise irraa taatee jirta sunnaa rasuula keennaa muhammad S A W wanni sirraa barbaadamu sunnaa isaa jiraachisuudha ati kanaan nutti dabalmtee jirta share godhuun sunnaa rasuula keennaa muhammad S A W tokkoo daa'ii irraa tahuu feetaamii isii erguu lakkaahi akka ida'uuf adadi.... Sahaabaan ka dalagan tahan sunnaa waan isiin "sunnaa "taateef Nuti ammo ni lakkifna waan isiin "sunnaa" taateef !! 1- Mu'azzina hordoftee waan inni jedhu jechuu 2- Salaata halkanii raka'aa lama lallaaftuun     eegaluu 3- Quba sadihiin nyaachuu 4- tokkoon keessan dhaabbatee akka hin dhuyne 5- xahaarfatnii rafuu 6- Rabbiif jecha wal ziyaaruu 7- Yeroo rafuuf deeman firaasha afuu / qulqulleessuu 8- Warra gargaaruu dalagaa manaa Keessatti 9- Yeroo walitti dhufan salaamtaa walfuudhuu 10- jihaa mirgaa irratti rafuu 11- dhukkubsataa gaafatuu 12- azaa karaa irraa dabsuu 13- timira nyaachuu yookaa asheetaa addaan qooddee ( 1,3,5,7,9).. 14 Waan dhugan afuufuu dhabuu. Sunnaa ergamaa rabbi share godhi ((Namni sunnaa takka jiraachise sunnaa tiyya irraa isaaf taha ajriin nama isiitti dalagee.. Dhaamsa ergamaa rabbi S A W (Namoottan rafu jidduu hin taa'in hin rafinis namoottan taa'u jidduu harka keetis mallaa keetirra hin kaahin, quba keetis wal keessa hin naqin , dhoqqee hin nyaatin, hin ilaalin gara daawwitii halkan keessa, ufftas gara galchitee hin uufatin, nyaata how'aas hin afuufin , kubbaayyaa bishaanis hin afuufin , hin ilaalin gara waan sirraa bahuus, nyaata keetis hin suufin, luqmaa teetis hin guddisin, dukkana keessattis hin nyaatin ) Dhaamsa ergamaa rabbi S A W ( 2) Namni salawaata narratti buuse eega miila lamaan dhiqatee yeroo wudu'atu marraa kudhan rabbiin yaada isaa ni bahaaf kadhaa isaatis ni awwaataaf Duniyaa hin jaalatina wanni hundi ni dhabama dalagaa gaarii malee. Dhaamsa (3) Suuraa yaassiin qara'i : namni isii qara'e beelahaan quufu malee ka dheebote dheebuu bahu malee ka qullaa jiru rabbiin isa uffisu malee ka hin fuudhin fuudhu malee sodaataa rabbiin nagaha isa godhu malee dhukkusataan fayyu malee ka hidhaa jiru rabbiin isa qulqulleessu malee hidhaa isaatirraa ka imaltuu deeme rabbiin isa gargaaruu malee imaltuu isaa irratti
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Wisdom From Above
Hammasini ko'rsatish...
Reading PDF
I Have Dream
Qaroo Dhalootaa
Faaruu Elroi
Seenaa Jaalala
Waan Gaggaarii
Ifa Dhalootaa
❌ 666 🚫
Dirree Aartii
Hiika Yaadaa
Abbaa Biyyaa
Addunyaa Ajaa'ibaa
Dhangaa
Leadership
Gaa'ela
Hamiileessaa
YAADANNOO
UNION OF VISIONERY
Kiristaanummaa
Ilaalcha Gaarii
Ilmaan Ifaa
Falmataa Tasgaraa
Caaffata Qulqullaa'aa
Jechoota Onnechiiftuu
Jireenya Kaayyoo
Dhagaa Jiraataa
Afaan Oromoo Bible
Adoonay Keenya
Nuyi Kristos Isa Fannifame Lallabna
School Tech
BAB Graphics
Oro News App
ATIS Nama
Gorsa Jireenyaa
Alfaa Oomegaa
Oromo protests
Love
📲 Bilbila
Imimmaan Haqaa
DIRREE BARNOOTAA
Jireenya Boruuf
Much Grace
Jireenya Kaayyoo
Wangeelaaf
Dhangaa Oromummaa
👇👇 Groups 👇👇
Daandii Guddinaa
📞 HOPE PROMOTION 📞
✍ Contact Us ✍
Badhaadhina qabeenyaa caala;badhaadhina sammuu tiif dhama'i!" #Aalbert_Enistaayin. . Dubbisaa gaafa taatu, waan hubattu hedduu argatta. Of dandeessee jiraachuu eegalta. Yaadaan bilchaatta. Gahumsa kee argita. Haalonni salphatanii sitti argamu. Waanti si muudatu kamuu simannaa keerratti hundaa'uu eegalu. Of dhiphisuu dhiifta. Waan argatte kamittuu, waan hojjette kamittuu ni gammadda. . Jireenya kee keessatti taateen darbe hunduu barnoota, hubannaa, cimina kee har'aaf immoo utubaa akka ta'e barta. Of too'atta. Namootaa irraa, waantoota nannoo kee jiran irraa, haalota har’a si qunnaman irraa hubachuuf gahumsa kee cimsa. . Gara itti karoositee deemaa jirtutti, hamileedhaan si imalchiisa. Shakkii, sodaa, tuffii, gad-aantummaa, hirkattummaa fi ilaalchota badaa ta'an kamirraa si fooyyessa. . Kaleessa, barachuu dhabuu kootti eenyumaa gadi ta'een ilaalcha badaa kana keessatti of ilaalaa ture. Kaleessa bareedina hunda ofitti harkisu dhabuu kootiif namoota bifa isaaniitti boonanii gadittin of ilaalaa ture. Kaleessa taatee jireenya koo darbe keessatti na muudate yaadachaan of ceepha'aa fi namaa gadi ofitti fakkaadhee of gateen ture. . Kaleessa, of tuffadheen gatii of dhoowwaa ture. Kaleessa jireenya koof maatiin irraa dhaladhe sababa godheen ittigaafatamummaa hunda isaan baachiseen akkan of jijjiiruu danda'u dagadhe ture. . Har'a garuu ilaalchota koo kaleessa turan kana hundaaf, dogoggoraaf muudannoo koo kaleessa turan maraaf dhiifama godhee ofitti araarameen jireenya bilisa ta'e, gammachuu qabuuf, ofitti gammadaa ta'en jiraachaa jira. Kanaaf sababni immoo dubbisuu keessa jira. . Namni dubbisu hundi hayyuu ta'uu baatus; hayyuun garuu nama dubbisudha! #Dubbisaa! #Dubbisuun hanga du'aattidha! Join for more: @GoorsaJiruufJireenyaa
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Assalaamu aleeykum warahmatullahi wabrakhatuh waroonii channels keenya jalattii argamtan nagan koo issin haa gahuu
Hammasini ko'rsatish...
FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU Ani buna hedduun jaalladha. Guyyaatti yoo xiqqaate finjaala ykn sinii afur (4) nan dhuga. Akka qorannoon ibsutti faayidaalee bunni fayyaa namaatiif keessattuu fayyaa sammuutiif qabu keessaa muraasa haa ilaallu: ******** FAAYIDAA 1. Dammaqina (alertness) namaaf kennuu isaatiin kan beekamu bunni barattootaa fi namoota hojii halkanii hojjetaniin baayyinaan dhugama. Kanas kan godhu bunni kemikaala Sammuu keessatti argamu adinoosaayinii (adenosine) jedhamu kan nama dadhabsiisuu fi hirriba namatti fidu hir’isuuniidha. Bunni gaafa dhugamu qofa utuu hin ta’in foolii isaatiin illee faayidaa dammaqina namaa kennuu akka qabu himamaa. Kanaaf natti fakkaata namootni tokko tokko gaaf bunni akaawamuu aara isaa fuunfatan kaan immoo borsaa ykn kisii isaaniitti baatanii deemaniif. 2. Kuusaa yaadannoo gaarii akka qabaatan nama godha.Bunni kemikaala assetaayilkooliin (acetylecholin) jedhamu akka baayyinaan burqu gochuu danda’a. keemikaalli kun faayidaa baayyee inni qabu keessa tokko Sammuu keessa yaadannoo (memory) kuusuu dha. Kanaaf yeroo dheeraaf namootni buna dhugan dandeettii yaadachuu isaanii cimsuu irra darbee dullumaan walqbatee dhibee dagachuu (alzhemer) irraa akka ittifaman gochuu akka danda’u bu’aan qorannoo ni agarsiisa. 3. Dhibee mukuu (depression) ittisuu. Namootni yeroo hunda buna dhugan carraan dhibee mukuutiin qabamuu isaanii kanneen hin dhugne iraa dhibbeentaa 15(15%) ni hir’ata. 4. Carraa of ajjeesuu (suicide) hir’isuu. Namootni of ajjeesan baayyeen isaanii sababa dhibee mukuutiin (depression) akka ta’e ni beekama. Egaa dhibee mukuu hir’suun carraa of ajjeesuu namaas 50% ni hir’isa. 5. Lafa hojiitti milkaa’ina akka qabaatan nama godha. Qorannoo haaraan akka agarsiisutti namootni buna dhugan carraan guddina argachuu isaanii ni dabala. Kun kan ta’u bunni dammaqina waan isaanii kennuuf hojii isaaniitti dammaqoo ta’u,darbees carraa namoota baayyee wajjin walii galuu waan argataniif . Kun immoo dhiphuu fi yaaddoo diinagdee hir’isuun fayyaa Sammuu isaanii eega. 6. Harkisa jaalalaa dabaluu. Namootni gaafa buna dhugaa taphatan dammaqinni isaanii fi simboon isaanii waan dabaluuf harkisi jaalalaa isaan gidduu jiraatu ni dabala. 7.Cooma garaa (borcii) irraa hir’isuun ilaalchi namootni ofiif qaban akka dabalu ni taasisa. ******** MIIDHAA Bunni yoo garmalee dhugame miidhaalee Sammuu/qor-qalbii armaan gadii fiduu danda’a 1. Garmalee nama dammaqsuun (hyperactive) xiyyeeffannoo nama dhorka.
Hammasini ko'rsatish...
Po'stilar arxiv
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.