uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

Yopiq kanal

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali ORO ISPOORTII analitikasi

ORO ISPOORTII kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 58 717 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 2 239-o'rinni va Hindiston mintaqasida 5 655-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 58 717 obunachiga ega bo‘ldi.

10 Noyabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -75 ga, so‘nggi 24 soatda esa 9 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0.45% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 0.27% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 267 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 161 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 2 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 11 Noyabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

58 717
Obunachilar
+924 soatlar
-877 kun
-7530 kun
Postlar arxiv
Kubbaa inni kaaseeeeee! ⚽🔥

Deeggartoota kakaasaa jira! 🔥

Liverpooliif koornaa

🇬🇧Tapha geeba Karaba'oo marsaa 4ffaa 🕧27' Liveerpuul 0-0 Cheelsii
🇬🇧Tapha geeba Karaba'oo marsaa 4ffaa 🕧27' Liveerpuul 0-0 Cheelsii 

🟢Hiriira Liivarpuul 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin
🟢Hiriira Liivarpuul 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin

🟢Hiriira Cheelsii 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin
🟢Hiriira Cheelsii 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin

📆 Waggaa 9 dura, guyyaa har’aa kana Ingilaandiin Waancaa Addunyaa U-17 injifatte. Phil Foden tapha xumuraa irratti goolii la
📆 Waggaa 9 dura, guyyaa har’aa kana Ingilaandiin Waancaa Addunyaa U-17 injifatte. Phil Foden tapha xumuraa irratti goolii lama galche.Akkasumaas,taphataa dorgommichaa cimaa ta’uun badhaafame. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII

Eenyutu injifata jettanii yaaddu?
Anonymous voting

REMEMBER THIS NAME : Alphadjo Cissé 💎
REMEMBER THIS NAME : Alphadjo Cissé 💎

🚨💣 ODUU OFISHIYAALAA! France Football tarree sadarkaa B.O.A.T. ifatti beeksiseera! 🐐⚽
🚨💣 ODUU OFISHIYAALAA! France Football tarree sadarkaa B.O.A.T. ifatti beeksiseera! 🐐⚽

🟢Breaking: Badhaasni Baalandoor Kiristiyaanoo Roonaaldoon bara 2008 injifate badhaasa Baalandoor gaarii yeroo hundaa ykn B.O
🟢Breaking: Badhaasni Baalandoor Kiristiyaanoo Roonaaldoon bara 2008 injifate badhaasa Baalandoor gaarii yeroo hundaa ykn B.O.A.T jedhamuun filatameera.

🚨 Marcus Rashford miidhaa mudate irraa bayyanachuuf shaakala jalqabeera. Miidhaa isaa irraa guutummaatti hin bayyananne kana
🚨 Marcus Rashford miidhaa mudate irraa bayyanachuuf shaakala jalqabeera. Miidhaa isaa irraa guutummaatti hin bayyananne kanaaf amma taphaaf qophaa'aa miti. Garuu wiirtuu leenjii Carrington keessatti shaakala itti fufee jira. - Sam C

🚨 Arsenal taphoota dorgommiiwwan adda addaa keessatti taphate keessaa, rukuttaa adabbii (penalty shoot-out) 5 isa dhumaa kee
🚨 Arsenal taphoota dorgommiiwwan adda addaa keessatti taphate keessaa, rukuttaa adabbii (penalty shoot-out) 5 isa dhumaa keessaa 3 irratti mo’ameera. ❌ Kaleessa — Fleetwood Town waliin: 3-5n mo’ame (Carabao Cup) ❌ Caamsaa 30, 2026 — PSG waliin: 3-4n mo’ame (Xumura Champions League) ✅ Muddee 23, 2025 — Crystal Palace: 8-7n injifate (Carabao Cup) ❌ Amajjii 12, 2025 — Manchester United waliin: 3-5n mo’ame (FA Cup) ✅ Bitootessa 12, 2024 — Porto: 4-2n injifate (Champions League)

Qophiin tapha Chelsea jalqabameera! 🔥⚽
+9
Qophiin tapha Chelsea jalqabameera! 🔥⚽

🚨 Suuraalee leenjii Barcelona har’a kaafaman!
+5
🚨 Suuraalee leenjii Barcelona har’a kaafaman!

🚨 Real Madrid, balaa baaburaa har’a Toledo, Ispeen keessatti mudateen namoota lubbuu isaanii dhaban yaadachuuf, leenjii jalq
🚨 Real Madrid, balaa baaburaa har’a Toledo, Ispeen keessatti mudateen namoota lubbuu isaanii dhaban yaadachuuf, leenjii jalqabuu dura daqiiqaa tokkoof callisanii kabaja isaanii ibsaniiru. Balaa kanaan yoo xiqqaate namoonni 68 lubbuu isaanii dhabaniiru. 🕊️💔

Karvaahaal Taphataa garee kee keessaa hiriyaa gaarii ta’e: 🗣 Kiristiyaanoo Ronaaldoo Taphataa ati waliin taphachuu barbaaddu
Karvaahaal Taphataa garee kee keessaa hiriyaa gaarii ta’e: 🗣 Kiristiyaanoo Ronaaldoo Taphataa ati waliin taphachuu barbaaddu: 🗣 Fede Valverde Wanti ati ittiin boontu: 🗣 Yeroo Real Madrid seenuuf turetti haasaa ani godhe. Taphataa Getafeef mallatteessisuu qabda jettu: 🗣 Vinícius Júnior Goolii ati baay’ee jaallattu: 🗣 Goolii ani tapha xumuraa Champions League irratti galche.

📣Namonni Channel Kessaan WAVE/ Galfachuun Yeroo Gabaabaa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif. Iddoo banaa muraasaatu hafe Carraa Gaarii ✅ ✅ @Junaddiint Na Dubbisaa ✅Kanneen Subscribers                📈📈📈 ➡️Above✅ 10k+ subscriber ➡️Above✅ 50k+ subscriber ➡️Above✅ 100k+ subscriber 🤝Warreen Sanaa gadii walii galteen promotion Isiniif ni hojjenna!🤝 ⚠️Hub.Channel views in qabne In fidinaa❌   Na Dubbisuf 📥  @Junaddiint   Na Dubbisuf 📥  @Junaddiint

Cheelsii fi Liiverpuul irraa kan walitti qabame taphattoota 11n hundaa’e garee cimaa! Madda: Touchline!
Cheelsii fi Liiverpuul irraa kan walitti qabame taphattoota 11n hundaa’e garee cimaa! Madda: Touchline!

🚨 BREAKING Michael Carrick fi Bruno Fernandes wal-dhabdee gidduu isaanii ture furuuf fuulaa fuulatti wal arganii mari’atanii
🚨 BREAKING Michael Carrick fi Bruno Fernandes wal-dhabdee gidduu isaanii ture furuuf fuulaa fuulatti wal arganii mari’ataniiru. Gareen lamaan bu’aa Manchester United bara dorgommii kanaa gara sadarkaa fooyya’aatti deebisuuf xiyyeeffannoo isaanii akka kennan waadaa galaniiru. Bruno tapha Chelsea waliin qaban irratti gahee kanaan dura caalaa guddaa qabaata. [Fabrizio Romano]