The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Kanalga Telegramāda oātish
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Ko'proq ko'rsatish3 313
Obunachilar
+624 soatlar
+197 kunlar
+10430 kunlar
Postlar arxiv
Jiilli Pireezidaantii Waldaa Warra Wangeelaa Makana Yesuus Itiyoophiyaa, Luba Dr. Yonas Yigazuun durfamu gabaa cirrachaa daawwateera.
Kantiibaan magaalattii Kadir Juhaar miseensota jila kanaa waajjira isaaniitti simatanii waliin kan haasa'an yemmuu ta'u, bakka gabaa cirrachaa ibiddaan miidhame tures daawwataniiru.
Pireezidaantiin Waldaa Warra Wangeelaa Makana Yesuus Itiyoophiyaa Lubni Dr. Yonas Yigazuu miidhaa qaqqabeen gadda itti dhagahame ibsuun, namoota miidhaman deebisanii ijaaruu irratti tattaaffii taasifamaa jiru deeggaruuf ga'ee isaani akka ba'an beeksisaniiru.
Suuraa fi gabaasni kun kan fuula feesbuukii Waajjira Kantiibaa Dirree-dawaati.
+9
įØį¢įµį®įµį« įįįįįįµ įį«į į¢įØį±įµ į¤į°įįįµį²į«į įį¬įį³įįµ įįµ į¶/į į®įįµ įįį įØį°įį« įįį įØį įøį įį į«į į°įįįØį°į¢
įØįį²į£ įØįµį įįį įØįįį į”įµįį į į£įįµ į į½/į¤į³įøį į°įį„įį į«įįįį© į²įįį„ į į„į³įµ į į°į įį³įµ įØį°įØį°į įµ įØį įøį įį į« įµįį«į į°įįįįØį įį„įį°įįį¢
įØį¢įµį®įµį« įįįįįįµ įį«į į¢įØį±įµ į¤į°įįįµį²į«į įį¬įį³įįµ įįµ į¶/į į®įįµ įįį į į°įØį°į įį³įµ įįįįøįį įįįįį„ į°įįįį½į įįį¶ įįįįį į įį°įØįį į„įØįµ įØįµįį»įøįį įµįį į„įį°įį«į°įį į įµį³įįįįį¢
įįµįį į„į įįį£į įØįµį¬į³į įØįį²į£ į½įįįµ į¤įµ į¦įį»į įØįįµį”į įį
įį:-
https://www.facebook.com/share/p/sbBGMoMqBYFQmVh7/?mibextid=WC7FNe
+7
100 thousand Bible Collection Challenge continued . . .
100 įŗį
įį
įį į
į±į³į įØįį°į£į°į„ įį
įį į„įį°įį į įį
#Kasanchis_Congregation
#į«į³įį½įµ_įį
į ᨠįįįįį
Upcoming event!
Mission Sending Congregations National Forum - 2024
Upcoming event!
Mission Sending Congregations National Forum - 2024
100 įŗ įį½įį į
į±į³įµį įØįį°į£į°į„ įį
įį į°į įįį® įį„įį
* * * * * * *
į¤į°įįįµį²į«į į į«įįį įØįįįį¹ 2024 į„į«įØį įØį½ įØįįįįį įØįį½įį į
į±įµ įįįµ įį„ᨠį įįį įįįį«įµ į įįµįØį 100 įŗ įį½įį į
į±į³įµį į į°į£įµį¦ į įį įØįįįįµ įį
įį į„į«į«įį°į½ įµįįįį½į¢ įįį
į įį
įį į įįį įØį¤į°įįįµį²į«įį± įį
į į«į įįįįį įį½įį į
į±į³įµ į„įØį°į°į į°į” įįįįį¢
įį
įįį įį
įį įįįį«įµ į įįµįØį įį įØįį į°į”į„ į²įį¶įµ į įµį© įØįįį įį
į į«į įįįįįį į„į į°į į«įį½į į įįµį°į£į į 240 įį½įį į
į±į³įµį į į°į£įµį¦ į įį¬į įįįµ įįįį į½įįįµ į¤įµ į įµįØįį§įį¢
_ _ _ _ _ _ _
Sochiin Macaafa Qulqulluu kuma 100 walitti qabuu itti fufee jira
* * * * * * *
Waldaan Kiristaanaa Bara Macaafa Qulqulluu jechuudhaan akka lakkoofsa alaatti 2024 keessa Macaafa Qulqulluu kuma 100 walitti qabuu fi warra hin qabneef arjoomuuf duula geggeessaa jirti. Sochii kanaaf Macaafa Qulqulluu waldoota kiristaanaa hundaa irratti walitti qabamaa jira.
Buāaa sochii kanaatiinis Sinodoosiin Giddugaleessa Kibbaa; waldootaa fi sabakoota jalatti argaman irraa Macaafa Qulqulluu 240 walitti qabuu dhaan waajjira gidduu galeessatti galii goteetti.
_ _ _ _ _ _
100 thousand Bibles collection change continued
* * * * * * *
In celebration of the Year of the Bible 2024, EECMY is mobilizing a challenge to collect and distribute free 100 thousand Bibles. For this movement, Bibles are under collection in all Congregations of the church.
Today, as a part of the challenge, South Central Synod collected and handed to the Central Office 240 Bible copies mobilizing congregations and parishes within the synod.
To follow our Telegram channel: https://t.me/EECMYeth
Photo collection from yesterday's Dal-Dambe synod ordination at Inzi Congregation, Asosa, Benishangul Gumuz Regional State.
Photo: Dal-Dambe Synod Media
July 14, 2024
- - - - -
į įµįįįµįį įįįµ į į¤įį»įįį įįį į į¶į³ įØį°įᤠį³į į³įᤠį²įį¶įµį¤ į¢įį įį
į ᨠįįįįį įØį°į«įį°į įØį
įµį į¹įįµ įØįįµį įµ įįįįį„į įØįį¶ įįįØį³į¢
įį¶: įØį³į į³įᤠį²įį¶įµ įįµį«
įįį 7ᤠ2016
To follow our Telegram channel use the link below:
https://t.me/EECMYeth
* Sinoodoosii Waabee Baatuutti: Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaaf Leenjiin Kenname *
*įįᤠį£į± į²įį¶įµ įØįįį½ į„į įį£į¶į½ į įįįį®į½ į„į įįŖįį½ įµįį į į°į°į *
#Training for EECMY #WabeBatuSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Worka, Nensebo
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin Sinoodoosii Waabee Baatuutti Gaggeessitootaa fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiif mata duree "Guddinna fi Jijjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjichi karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin, Daarektara Qajeelchichaa kan ta'an Wondimmaagany Uddessaatiifi qindeessaa kutaa tajaajila Dargaggootaa waldattii kan ta'an Obbo Gaaddisaa Raggaasaatiin kan kenname yoo ta'u, leenjii kana irratti qindeessitootni tajaajila ijoollee fi dargaggootaa sabakoota sinoodoosichaa garagaraa irraa argamaniiru.
Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!
"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
įØį¢/į/į¤/į/į/į¢įØį±įµ į įįį½ į„į įį£į¶į½ į įįįįįµ įįįŖį« įįᤠį£į± į²įį¶įµ įįŖįį½ į„į įØįįį½ į„į įį£į¶į½ į įįįįįµ į įµį°į£į£įŖįį½ "įįįį°įį įįµįįµ į„į įįį„" į įį įįįµ įįįį°įį įØįįį½ į„į įį£į¶į½ į įįįįįµ įį¬į
įį įį°įØįµ į įįµįØį įµįį į į°į°į„į·į::
įµįį įįį įØį°į”įµ įØįįįŖį«į į³įį¬įį°į įįįµįįį į”į“į³ į„į į įįįŖį«į įØįį£į¶į½ į įįįįįµ įįį į įµį°į£į£įŖ į į¶ įį²į³ į«įį³ įįøįᢠį įµįį įį įį įØį°įį«į© įØį²įį¶į± į°į į«įį½ į„į į/įįįįįįµ įØį°įį£į” įØįįį½ į„į įį£į¶į½ į įįįįįµ į įµį°į£į£įŖįį½ į°į³įµįįįį¢
įįįį°įį įįµįįµ įįįį½ į„į įį£į¶į»į½į!
''įØį°įį į įįį į«įØįįįįįįį„ į„įį į£įŖį«įį¹ į°įį„į°į į„įį į«įįᤠ...'' įį
įį« 2:20
Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!
"āThe God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...ā Neh. 2:20
ššš
#EECMY #WabeBatuSynod #Worka #Nensebo
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
Har'a magaala Asoosaa, Waldaa Amantoota Mekane Yesus Inzi keessatti sagalee galateeffannaa guddaan dhaga'ameera.
Ergaan Wangeelaa kunĀ hawaasa Gumuz bira kan gahe bara 1970moota keessa ture.Ā Daangaan tajaajila kanaa yeroo yerootti babalāachaa waan adeemeef, Waldaan Kiristaanaa dhiheenyaan amantoota waldoota naannoo Benishaangul Gumuz keessatti argaman akka tajaajiluuf Sinodosii Dal-Dambe hundeessiteetti. Sinodosii kana jalattis guyyaa har'aa tajaajila Dubbii Waaqayyoo fi dhoksaa Qulqulluu irratti tajaajiltootni kudha tokko (11) muudamanii jiru. Kunis sinoodoosi haaraa kana keessatti tajaajila rawwatamuuf dandeettii fooyyaāaa kan uumu yoo taāu, Waldaan kiristaanaa tajaajila naannicha keessatti gootuuf luboota/tajaajiltoota hamma kana baay'atan yemmuu muuddu kun yeroo jalqabaati.
Mudamnni kun yeroo raawwatutti Itti aanaan pireesidaantii waldittii kan ta'an Lubni Taarikuu Tolasaa fi Daariyikteerri kutaa tajaajila Ergamaa fi Tiwooloojii Lubni Dr. Lalisaa Dani'eel argamaniruu
Today, under the roof of Inzi Mekane Yesus Congregation, Asossa city, the voice of praise echoed.
The good news message reached the Gumuz community in the 1970s. Thus, becouse of the continuous expansion of ministry scope, and for the congratulations in the Benishangul Gumuz region receive ministry closely, the church established Dal-Dambe synod recently.
Eleven ministers were appointed today to contribute to the service of the Word and Sacrament ministry in the synod. This ordination of ministers is expected to create considerable impact on the capacity of the new synod. In the synod's history to appoint these number of Pastors.
On the service of ordination vise president of the church, Rev. Dr. Tariku Tolosa and director for the Mission and Theology, Rev. Dr. Lalisa Daniel attended.
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 ā yilning asosiy insaytlari 
