The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Kanalga Telegram’da o‘tish
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Ko'proq ko'rsatish3 316
Obunachilar
+724 soatlar
+267 kunlar
+11030 kunlar
Postlar arxiv
የድሬዳዋ ማህበረ ምዕመናንን አስመልክቶ ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የተላለፈ መልዕክት
* * * *
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ድሬዳዋ ማህበረ ምዕመናን ከ40 ዓመት በላይ ለምዕመናን እና ለአከባቢው ማህበረሰብ ዘረፈ ብዙ አገልግሎቶችን ሲሰጥ የቆየ መሆኑ እየታወቀ የድሬዳዋ ከተማ ካቢኔ በቤተ ክርስቲያኒቱ የአምልኮ ቦታ ላይ ባለ 5 ኮኮብ ሆቴል እንገነባለን በሚል ምክያት ማህበረ ምዕመኑ በአንድ ወር ጊዜ ውስጥ ከይዞታው እንዲለቅ ውሳኔ አሳልፏል።
ከዚህም የተነሳ ቤተ ክርስቲያን የተሰጣትን መለኮታዊ ሀላፊነት አንዲሁም ማህበራዊ ግዴታዋን እንዳትወጣ እንቅፋት ሆኗል። ይህንንም ውሳኔ ቤተ ክርስቲያን ፍፁም ኢ-ፍትሐዊ እና የቤተ ክርስቲያኒቱን አስተዋጽኦ ከግንዛቤ ያላስገባ ከመሆኑም በላይ የህልውናዋ ጉዳይ እንደሆነ ቤተ ክርስቲያን ማሳወቅ ትወዳለች።
ማህበረ ምዕመኑ ከይዞታው እንዲለቅ የሚጠይቀው ደቡዳቤ ከደረሰው ቀን አንስቶ የቤተ ክርስቲያኒቱ አመራሮችና የማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ ጉዳዩን ልዩ ትኩረት ሰጥተው እየተከታተሉ እና ጥያቄዎችን እያቀረቡ ይገኛሉ። ለቀረቡትም ጥያቄዎች አፋጣኝ መልስ እንደሚሰጣት ቤተ ክርስቲያን ፍፁም ተስፋ እያደረገች ጉዳዩ ከታወቀበት ጊዜ አንስቶ በማህበራዊ ሚድያ እና በተለያዩ መንገዶች ከቤተክርስቲያን ጎን ለቆሙ እና ሙያዊ ድጋፎችን ለማበርከት ጥያቄዎችን ላቀረቡና ቃል ለገቡ ሁሉ ምስጋናዋን ታቀርባለች።
የውሳኔውም ባለቤት ጉዳዩን ዳግሞ እንዲያጤነው እያሳሰበች መላው የወንጌላውያን አማኞችና ምዕመናን ሁሉ ማህበረ ምዕመኑን በፀሎትና በምልጃ እዲያስቡ ቤተ ክርስቲያን ትጠይቃለች።
እግዚአብሔር ለሀገራችንና ለህዝቦችዋ ሰላምን ይስጥ።
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ
- - - -
Waldaa Amantoota Dirree Daawaa Ilaalchisee Ergaa Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa Irraa Darbe.
* * * *
Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusiti Waldaan Amantoota Dirre Daawwaa waggaa 40 ol Amantoota ishee fi Hawaasa Naannoo sanaaf tajaajila hunda galeessa kennaa kan turtee fi kan jirtu ta'uun ishee kan beekanu yammuu ta'u; Kaabinootni Magaalaa Dirre Daawaa immoo bakka Waaqeffannaa Waldaa kanaatti Hoteela abbaa Urjii 5 ijaarra jechuudhaan Waldaan Amantootaa kun ji'a tokko keessatti qabiyyee ishee gadi dhiiftee irra akka kaatuu murtoo dabarsanii jiru.
Kana irraa kan ka'e Waldattii tajaajila Hafuuraa fi Misoomaa gochaa jirtu fiixaan baasuudhaaf danqamaa jirti.
Murtoon kun raawwatee sarbama mirga Waldattii kan agarsiisuu fi bu'aa Isheen buusaa turtee fi buusaa jirtu ilaalcha keessa kan hin galchine ta'uu isaa irra iyyuu darbee dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu isheetii ta'uu isaa Waldaan Kiristiyaanaa beeksisuuf dirqamti.
Erga gaafa Waldaan Amantootaa sun qabiyyee ishee irraa akka kaatuuf xalayaan nu qaqqabeetii jalqabee geggeesitootni Waldattii fi itti dhiyeenyaan kan ishee geggeessan Sinoodosiin Giddu Galeessa Itiyoophiyaa dhimma kana irratti xiyyeeffannaa kennuudhaan hordofaa, gaaffii garaa garaas qaama ilasllatuuf dhiyeessaa jirra. Gaaffi nuti dhiyeessinuufis deebii quufsaan akka nuuf kennamu Waldaan Kiristiyaanaa Abdii Guutuu akka qadu ibsaa; dhimmi kun erga beekamee jalqabee qaamota karaa mar-sariiti hawaasummaa fi karaawwan garaa garaa Waldattii bira dhaabbatan; akkasumas oogummaa keessanii fi waan dandeessan hundumaan gumaacha gochuuf waadaa galtan hundaaf Waldaan Kiristiyaanaa galata guddaa galchiti.
Warri Murtoo kana Waldaa Kiristiyaanaa irratti murteessanis murtoo isaanii keessa deebi'anii akka ilaalanii fi sirreessan beeksisaa; guutummaan Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelatti amananii fi Amantootni keenya hundumtuu kadhaadhaan Waldattii akka deggertan kabajaan waamicha dhiyeessina.
Waaqayyo Biyya Keenyaa fi Saba Isheef Nagaa Haa Kennu !
W/K/W/W/M/Y/Itiyoophiyaa
- - - -
A message conveyed from the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus regarding Dire Dawa Congregation
* * * *
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Dire Dawa congregation has been serving her members and the community for more than 40 years. With this being known, the Dire Dawa cabinet has passed a decision for the congregation to vacate from her property within one month duration due to a reason for the city to build a 5-star hotel over the congregation’s place of worship.
As a result, the church has been hindered from fulfilling her divine responsibility, as well as social duty. The church also likes to notify that the decision is unjust and not in consideration of the church’s contribution in the area, and moreover, it affects her existence.
Tajaajila Maatiin kan wal qabatu barumsi Leejiftoota Maatiif kennamu FAM101 kennamaa jira.
* * * * *
Dhimma Maatii fi Gaa'elaa ilaalchisee tajaajiltoota Waldaa Amantootaa, Sabakaa/Pirbeeterii fi Sinoodosoota irra jiran namoota leenjisan ga'oomsuuf kan qophaa'e leenjiin kun Giddu Galeessa Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti geggeeffamaa jira.
Leenjii kan irratti leenjiftootni leenji'aa jiran maree bal'aa gochuudhaan yaada wal jijjiiraa kan leenji'an yammuu ta'u; dhuma leenjichaa irratti hubannoo ga'aa argatu jedhamee eegama.
Leenjiin kun marsaa lammaffaaf kennamaa kan jiru yammuu ta'u; Sinoodosoota garaa garaa irraa kan dhufan namoota 16 fi Tokkummaa Waldoota Kiristiyaan Warra Wangeelaa garaa garaa irraa kan dhufan namoota 8 ; walii galatti namoota 28 leenji'aa kan jiran ta'uu isaanii qindeessitootni sagantichaa ibsaniiru.
የFAM 101 የአሰልጣኞች ስልጠና በመሰጠት ላይ ይገኛል
* * * *
በትዳርና የቤተሰብ ህይወት አገልግሎት ዙሪያ በማህበረ ምዕመናን፣ በሰበካና በሲኖዶስ ደረጃ ያሉ አገልጋዮች የሚያሰለጥኑ አሰልጣኞችን የሚያዘጋጀው ይህ ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል እየተሰጠ ይገኛል።
በስልጠናውም አሰልጣኝ ሰልጣኞች ሰፊ የቡድን ውይይቶች እያደረጉና ግብረ መልስ እየሰጡ የሚወስዱት ስልጠና ሲሆን በስልጠናው ማጠቃለያ ሥነ-መለኮታዊና ተግባራዊ ዕውቀት የሚጨቡጡበት ይሆናል።
በሁለተኛው ዙር ስልጠና 26 ሰልጣኞች ከተለያዩ ሲኖዶሶች እየሳተፉ ሲሆን ስምንቱ ሰልጣኞች ከኢትዮጵያ ወንጌል አማኞች አብያተክርስቲያናት ካውንስል የመጡ እንደሆኑ የስልጠናው አስተባባሪዎች ገልፀዋል።
- - - - -
FAM 101 training of trainers is under session
* * * *
The training that prepares "Marriage and Family Life Ministry" trainers for congregations, parishes, and synod ministers is happening at GTWTC.
Trainees are having intensive group discussions and reflection sessions as part of the training, and with this training conclusion, trainees will acquire both theological and practical knowledges.
According to the training facilitators, on the second round training, 26 trainees are participating from several synods, and eight of them are invited participants from the Ethiopian Gospel Believers Council of Churches.
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ለ35 አገልጋዮች የቅስና ሹመት ሰጠች
* * * * *
ከ460,000 በላይ ለሆኑ ምዕመናን አገልግሎት በመስጠት ላይ በሚገኘው የአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ ለቃሉና ቅዱሳት ሚስጥራት አገልግሎት 35 አገልጋዮች የቅስናን ሹመት ከቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ተቀብለዋል።
አገልጋዮቹም ለዚህ አገልግሎት የሚያዘጋጃቸውን የነገረ መለኮት ትምህርት በተለያዩ ደረጃዎች ያጠናቀቁ ሲሆን በሚያገለግሉባቸውም ማህበራነ ምዕመናን መልካም የአገልግሎት ፍሬ የታየባቸው ናቸው። ለዚህም አገልግሎት ዝግጅት ይረዳ ዘንድ የቤተ ክርስቲያኒቱ ምክትል ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ታሪኩ ቶሎሳ ለሶስት ተከታታይ ቀናት ቅድመ ስምሪት (Preordination) ስልጠና ሰጥተዋል።
ሆኖም በከፍተኛ ፍጥነት እያደገ ላለው ሲኖዶስ ተጨማሪ የቄሶችና አገልጋዮች ቁጥር አሁንም የሚያስፈልግ በመሆኑ እና ለምዕመናኑ ሁለንተናዊ አገልግሎት መስጠት ያስችል ዘንድ በተለያዩ የቤተ ክርስቲያኒቱ ሴሚናሪዎችና የትምህርት ተቋማት ቡቁ አገልጋዮችን የማፍራት ስራ ትኩት ተሰጥቶት እየተሰራበት መሆኑን የሲኖዶሱ ፕሬዚዳንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻ ገልጸዋል።
በእለቱም በአፋን ኦሮሚሞ ቋንቋ የጉጂ አነጋገር(ዘዬ) የተዘጋቸው የቅዳሴ መጽሐፍ ለመጀመሪያ ጊዜ አገልግሎት ተሰጥቶበታል ። ምዕመናንም ስለ ቅዳሴ መጽሐፉ እግዚአብሔርን አመስግነዋል።
- - - - -
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Tajaajiltoota 35f Muudama Lubummaa kenniteettiif
* * * * *
Amantoota 460, 000 tajaajilaa kan jiru Sinoodosiin Adoolaa Gannaalee tajaajila dhoksaawwan Qulqulluu adeemsisuudhaaf tajaajiltoota 35 Karaa Pirezedaantii Waldattii Luba Dr. Yonaas Yiggazuu Lubummaadhaan Muudeera.
Tajaajiltootni kun Muudama kanaan kan isaan ga'u barumsa Dubbii Waaqayyoo (Theology) sadarkaa garaa garaatti kan baratan yammuu ta'u; Waldoota Amantootaa tajaajilan keessatti namoota iji tajaajilaa garii ta'e irraa mul'atuu dha.
Tajaajila Lubummaa kanaf kan isaan qopheessu barumsni Muudama Lubummaa duraa (preordination) guyyaa sadi'iif karaa Itti Aanaa Pirezedaantii Waldatti Luba Dr. Taarikuu Tolosaa kennameeraaf.
Muudamni kun haa kennamu iyyuu malee ammas saffisa guddaadhaan guddachaa kan jiru Sinoodosii Adoolaa Gannaalee kanaaf Lubootni fi Tajaajiltootni dabalataa daran barbaachisoo ta'uu isaanii; akkasumas tajaajila ga'aa Amantoota kanaaf kennuun barbaachisaa waan ta'eef Seminaarotaa fi Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Waldattiin qabdu hundumaatti gargaaramuun tajaajiltoota barsiisuu irratti xiyyeeffannaa kennuudhaan hojjechaa akka jiran Pirezedaantiin Sinoodosichaa Lubni Geelloo Golochaa dubbataniiru.
Guyyumaa Kanatti Loqoda Gujiitiin kan qophaa'e Sirni Sagadaa Afaan Oromoo yeroo jalqabaaf tajaajilli ittiin kennameera. Amantootnis Sirna Sagadaa kana Afaan ofii isaaniitiin Waan argataniif waaqayyoof galata dhiyeessaniiru.
የመሪዎችና እረኞች ስልጠና በአዶላ ገናሌ ተካሄደ
* * * *
በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ አዘጋጅነት የአራት ቀን የመሪዎችና ሙሉ ጊዜ አገልጋዮች የመሪነት እና የእረኝነት ስልጠና ለአራት ተከታታይ ቀናት ተሰጥቷል።
በስልጠናውም ከ19 የሲኖዶሱ ሰበካዎ የመጡ ቁጥራቸው ከ1,100 በላይ ለሚሆኑ የቤተክርስቲያን ሽማግሌዎች፣ ቄሶችና ወንጌላውያን ስለጠናው የተሰጠ ሲሆን የቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ እና ቄስ ወርቁ ኤባ አሁን ባለንበት አውድ ሊኖር ስለሚባው የመሪነት እና የእረኝነት አገልግሎት ዙሪያ በሰፊው አሰልጥነዋል።
በተጨማሪም የቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት በአዶላ ከተማ በሲኖዶሱ የእየተገነባ ያለውን ባለ አራት ብሎክ ትምህርት ቤት የግንባታ ሂደት ጎብኝተዋል።
- - - - -
Leaders and pastors training was held at Adola Genale
* * * *
Organized by the Adola Genale synod, consecutive four day’s of training were given under the title of leadership and pastoral care.
On the training, more than 1,100 participants containing Elders, Reverends, and Evangelists attended from 19 parishes of the synod. The Churches President, Rev Dr Yonas Yigezu, and Rev Worku Eba gave intensive training about what “leadership and pastoral care should looks” on the current context of today’s church.
At the same time, the president visited the progress of the synods school building project at Adola City, which will contain four blocks.
“ቤተ ክርስቲያን ባሳለፍነው አመት 2.63% አማካይ እድገት በማስመዝገብ ጠቅላላ የአባላትዋ ቁጥር 11.38 ሚሊየን ደርሷል . . .”። ይህንን ያሉት የቤተ ክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ፀሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ ለ19ኛው ካውንስል አጠቃላይ የቤተ ክርስቲያኒቱን የስራ ሪፖርት ባቀረቡበት ወቅት ነው።
* * * *
የቤተ ክርስቲያኒቱ እስታትስቲካዊ መረጃዎች፣ የሲኖዶሶች የስራ ክንውን፣ በዋናው ጽሕፈት ቤት ደረጃ የተሰሩ ስራዎች፣ አስተዳደራዊና የፋይናንስ ጉዳዮች፤ የአገልግሎት መምሪያዎች ፣ የቤተ ክርስቲያኒቱ ሴሚናሪዎች፣ የቦርዶችና የኮሚሲዮኖች እንቅስቃሴዎችና የስራ ክንውኖች በሰፊው የቀረበው ሪፖርት ካካተታቸው ጉዳዮች የሚጠቀሱ ሲሆኑ በተጨማሪም ቤተ ክርስቲያኒቱ በ2015 ያጋጠሟት ችግሮችና ካውንስሉ እንዲመክርባቸው እና ውሳኔ አንዲያስተላልፍባቸው የሚሹ ጉዳዮች ተካተውበታል።
በሀገር ውስጥና ከሀገር ውጭ ከፍተኛ የወንጌል ማዳረስ ስራዎች መሰራታቸው፣ የልጆችና ወጣቶች አገልግሎት በዲግሪ ፕሮግራም መሰጠት መጀመሩ፣ የሴቶች የሰላም ግንባታና ግጭት አፈታት ኔትወርክ መቋቋሙ፣ የፋይናስና አቅም ማጎልበቻ ስራዎች ተጠናክረ መቀጠላቸው፣ በቤተ ክርስቲያኒቱ የጡረታ ፕላን ለታቀፉ አባሎች የሚሰጠው አገልግሎት ተጠናክሮ መቀጠሉ እና በቤተ ክርስቲያኒቲ የልማትና ማህበራዊ አገልግሎት ከ1.54 ቢሊየን ብር በላይ ፈሰስ የተደረገባቸው 278 ፕሮጀክቶች ውጤታማ በሆነ መንገድ መተግበራቸው በሪፖርቱ ከተመላከቱ ውጤታማ አፈጻፀሞች የሚጠቀሱ ናቸው።
በመጨረሻም ጠቅላይ ፀሐፊው ያቀረቡትን ሪፖርት ካውንስሉ አድምጦ ሰፊ ውይይቶችን ካደረገ በኋላ ውሳኔ በሚሹ ጉዳዮች ላይ ውሳኔዎችን አሳልፏል እንዲሁም ጥናት ተደርጎ ይቅረብልኝ ያላቸውን ጉዳዮች ወደየ ክፍሎች መርቷል።
- - - -
"Waggaa dabarsine kana keessa Waldattiin giddu galeessaan qabxii 2. 63% tiin guddina agarsiifteetti. Walumatti qabaatti yeroo ammaa baayyinni miseensota ishee miliyoona 11.38 ga'ee jira..." Kana kan ibsan Barreessaa Walii Galaa Waldattii kan ta'an Luna Tashoomee Amanuu yammuu ta'an; ibsa kanas gabaasa hojii Waldattii walii galaan Kaawonsiliif yeroo dhiyeessanii dha.
* * * *
Odeeffannoo Staatiksii Waldattii, raawwii hojii Sinoodosootaa, hojiiwwan karaa waajjira ol-aanaa hojjetaman, dhimmoota bulchiinsaa fi faayinaansii wajjin wal qabatan, qajeelchota tajaajila garaa garaa, Seminaarota Waldattii, sochii fi raawwii hojii Boordotaa fi Komiishinoota garaa garaa ilaalchisee gabaasni bal'aan dhiyaateera. Dabalataanis rakkoowwan bara 2015 keessa Waldatti mudatan irratti Kaawonsiliin mariyatee murtoo akka dabarsuuf gabasni dhiyaateera.
Hojiin Wangeela biyya keessaa fi alatti bal'isuu guddaan hojjetamuu isaa, barumsi tajaajila Dargaggootaa fi Micoolii sadargaa Digiriitti banamuu isaa, walitti dhufeenyi (network) Dubartootaan nagaa eeguu fi rakkoo hiikuuf cimsu dhaabbachuu isaa, hojiiwwan faayinaansii fi ijaarsa dandeettii jabaatanii itti fufuu isaanii, miseensota karoora Sooramaa Waldattii keessatti hammatamaniif tajaajilli godhamu cimee itti fufuu isaa fi tajaajilli Misoomaa fi Haawwasummaa Waldattii qarshii Biliyoona 1.54 ol kan itti baasee pirojectiin 278 karaa bu'a qabeessa ta'een hojjetamuun isaanii gabaasicha keessatti warra dhiyaatanii dha.
Gabaasa Barreessaan Walii Galaa Waldatti dhiyeessan Kaawonsiliin erga dhaggeeffatee booda dhimmoota murtoo barbaadan irratti murtoo dabarseera.Akkasumas dhimmoota qorannoo barbaadan immoo gara kutaawwan garaa garaatti qajeelcheera.
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
