cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Hinkosa Asefa Amenu Official page

winner man🎀✍️✍️✍️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️✍️✍️

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
436
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Namni bu'aa yaada isaati! Ilaalcha keenya sirreessuun jireenya fooyya'aa jiraachuun ni danda'ama. Kaayyoo, Mul'ataa fi Abjuu argachuun Kaayyoo jiraannuu fi mul'ata keenya beeknee isaaf hojjechuu fi isaan of gaggeessuu Jireenya hiika yookaan roga qabuun gaggeeffamuuf galma lafa kaawwatanii(baafatanii) hojjechuu Bartee yookaan amala gaarii ijaarrachuun, Sammuu keenya kaayyoo barbaannuuf saganteessuu(programming) Dandeettii Gaggeessuummaa gaarii fi gareen hojjechuu danda'uu gonfachuu Roga yookaan kutaa barbaadan irratti milkaa'aa ta'uu Galii fooyya'aa irra deddeebiin argachuuf yookaan jijjiirama fiduuf leenjii namaaf kennu nama hundumaaf waan barbaachisuuf leenji'uu ni feetuu? SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii πŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘Ž #See_More_Full_Information #Join_Us πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN
Hammasini ko'rsatish...
Yohannis: 6:33 ~~~~~``~~~~~~ Buddeenni Waaqayyoo isa waaqa irraa gad dhufu, biyya lafaatiifis isa jireenya kennuu dha" jedheen., Yohannis: 6:35 ~~~~~~~~~~~~~ yommus Yesus, "Ana buddeenni jireenyaa, gara koo kan dhufu hin beela'u, kan anatti amanus matumaa hin dheebotu. Amen β™₯️
Hammasini ko'rsatish...
Amaloota namoota milkaa'anii shanan 1. Ganamaan ka'u 2. Ni galateeffatu 3. Waan barbaadan sammuutti yaadu 4. Waan yaadan gara gochaatti jijiiru 5. Gareen hojjetu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii πŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘Ž #See_More_Full_Information #Join_Us πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN
Hammasini ko'rsatish...
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii πŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘Ž #See_More_Full_Information #Join_Us πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN
Hammasini ko'rsatish...
Hinkosa Asefa Amenu Official page

winner man🎀✍️✍️✍️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️✍️✍️

Ogummaan jiraachuu. Ogummaan jiraachuu jechuun gorsa dhaga'anii, hojii gaarii hojjechuudha. Hojii bizinesii keessattilee ni hojjetta.  Nama balleessuuf yaaduu , hawwuu, gowwumsuuf jiraachuu irraa nama eega. Hojiin gaarii guyyaa rakkinaa nama oolcha.  Ogummaan jiraachuun Waaqayyoo wajjiin hariiroo gaarii nama qabaachisa.  Ogummaan jiraachuun gaarii gochuu nama barsiisa. Sababiinsaa ogummaa kan namaa kennu Waaqayyo dha waan ta'eef. Macaafni qulqulluun akkas jedha.  β€œWaaqayyo karaa ogummaatti geessu in hubata, iddoo isaas isuma duwwaatu beeka.”   β€” Iyo. 28:23 Akkasuma ogummaan kan kennamu hubannaanis harkumasaa irraati.  β€œOgummaa Waaqayyotu kenna, beekumsii fi hubannaan dubbii afaan isaa keessaa ba'uun in argama;”   β€” Fak. 2:6 Walumaa galatti  ogummaan jiraachuun sodaa waaqayyyoo nama barsiisa.  β€œWaaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti, warri isa duukaa bu'anii hojjetan hubannaa gaarii qabu; Waaqayyoon jajachuunis yeroo hundumaaf jabaatee in dhaabata.”   β€” Far. 111:10 Akkamitti Ogummaadhaan jiraatama? 1. Kadhannaa:- Akkuma Luq 11:10 irratti " kan kadhatu in fudha , kan barbaadus in argata" jedhu. Ogummaan jiraachuudhaaf waaqayyoon kadhachuun murteessaa dha. Maalif jennaan kadhannaan furtuu waan hundumaati waan ta'eef. Solomoon mootichi hubannaa fi ogummaa gaafa Waaqayyoon kadhate, Waaqayyo immoo itti gammade.  β€œSolomoon mootichi kana kadhachuun isaa Waaqayyoon in gammachiise.”   β€” 1Mot. 3:10 1Mot. 3 Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β― ΒΉΒΉ Waaqayyo kana irratti Solomoon mootichaan, "Ati ofii keetii bara dheeraa jiraachuu, sooromuu, diinota kee fixuuf utuu hin ta'in, saba qajeeltootti bulchuuf, firdii qajeelaas kennuu fi ogummaa waan ana kadhatteef, ΒΉΒ² kunoo, ani wanta ati na kadhatte siif nan godha; ani ogummaa fi hubannaa namni kanaan dura argatee hin beekne yookiis si'achi argachuu hin. dandeenye siif nan kenna. ΒΉΒ³ Akkasuma immoo wanta ati, 'Anaaf kenni!' jettee ana hin kadhatin ulfinaa fi badhaadhummaa dabalee siif nan kenna; mootota bara kee keessa jiraatan hundumaa keessaa kan siin qixxaatu hin argamu. ¹⁴ Abbaan kee Daawit akkuma godhe, atis akka jaalala kootti yoo jiraatte, seerrata koo fi abboommii koo yoo eegde, bara dheeraa akka ati jiraattu nan godha" jedhe.  Namni hubataan ykn ogeessi guyyaa rakkinaatti Waaqayyoon kadhata malee gara namaa hin ilaalu.  β€œGuyyaa rakkinaatti na waammadhu, ani isa keessaa butee sin baasa, ati immoo ulfina anaaf in laatta" in jedha.”   β€” Far. 50:15. 2. Yaada ofii qajeelchuu fi geddarachuu:- yaada ofii qajeelummaatti eeggachuun ogummaa nama barsiisa. β€œinni nama yaadni isaa qajeelaaf ogummaa in kenna, warra balleessaa hin qabneefis gaachana;”  πŸ“– Fak. 2:7.   Dinqii fi jaalala Waaqayyoo arguudhaaf yaada ofii geddarachuun baay'ee barbaachisaa dha. Rom 12:2  akkasumas               Efe. 4 πŸ“– Β²Β³ Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa! ²⁴ Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa! 3. Arraba ofii hamaa dubbachuurraa eeguu:- Dubbiin gowwummaatiin dubbatan nama akka miidhu ykn du'aaf akka nama saaxilu macaafni qulqulluun in dubbata. β€œDubbiin afaan nama ogeessaa keessaa ba'u, namatti in tola; namni gowwaan garuu, arrabuma isaatiin of in balleessa.”   β€” Lal. 10:12 β€œgowwaa arraba isaatu isa balleessa, wanta afaan isaa dubbateenis in qabama.”    β€” Fak. 18:7 Kanaafuu arraba ofii hamaa dubbachuuttii ofeeggachuun baay'ee barbaachisaa dha. Arraba ofii hamaa dubbachuuttii eeguun ogummaa guddaa dha.  Far. 34 ΒΉΒ³ Yoos arraba kee hamaattii, afaan kees sossoba dubbachuuttii eegi! ¹⁴ Wanta hamaattii fagaadhuu gaariis godhi! Nagaa barbaadii duukaas bu'i! Walumaa galatti "ogummaa"  fi "ogummaan" kan jedhu walitti dabalamanii Macaafa Qulquluu keenya irratti yeroo 233 caafamaniiru.  ogummaan jiraachuuf.  Waaqayyoon kadhadhu ! yaada qajeelaa qabaadhu ! Arraba kee hamaa dubbachuuttii eegi ! Waaqayyo jireenya kee haa eegu, Gara qajeelummaa beekuutti si haafidu, sodaa isaa keessatti si ha guddisu, hubannaa fi ogummaa siif haa keennu.  Mata duree kan biraatiin hanga walitti deebinutti nagaa waaqayyoon naaf turi ! 
Hammasini ko'rsatish...
Hinkosa Asefa Amenu Official page

winner man🎀✍️✍️✍️β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️✍️✍️

#Leenjiin_Gahumsa_Dhuunfaaf_Hojiin_Bizineessii_Haala_Kanaan_itti_Fufe_jira. #Odeeffaannoo_Dabataaf_0947256423_Link_Armaan_Gadiin_Naan_Qunamuu_Dandeessuu.                      #See_more_read_information πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚ πŸ‘‰Kottaa Waliin hojjeenne Waliin haa milkoofnu. β™₯️Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii #personal_Developement_Training_And_Business_Opportunity Bakka armaan Gadiitti Eegaleera! πŸ‘‰Adaamaa πŸ‘‰Assallaa πŸ‘‰Balee πŸ‘‰Bishooftuu πŸ‘‰Dukam πŸ‘‰Buraayyuu πŸ‘‰Jimmaa πŸ‘‰Naqamtee πŸ‘‰Harar πŸ‘‰Amboo πŸ‘‰HAWWAASA πŸ‘‰Sabbataa πŸ‘‰Finfinnee Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ #Carraa hojii  Bizineessii fi Leenjii Gahumsaa sammuu fayyadamuu dandeessuu ✍️Addunyaa Kana irraa Kan akka sammuu ofii leenjiisuu bu'aa Guddaa Qabu hin jiru. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Carraa Guddaa Armaan Gadii Argaachuu Dandeessuu. ❀️Carraa leenjii Gahumsaa Sammuu. ❀️Carraa Hojii Bizineessi. ❀️Carraa Bilisummaa yeroo. ❀️Carraa Bilisummaa mallaqa. ❀️Carraa Bashanaannaa Biyya garaagaraa, β™₯️Carraa Badhaasa konkolaata argachuu dandeessuu . πŸ‘‰Odeeffaannoo Dabalataaf πŸ‘‰Toora Armaan gadiitiin nu quunnamuudhaan odeeffaannoo Guutuu Qoodadha itti fayyadamaa. https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/CaayaaOBN 0947256423 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/HinkosaAsefa23
Hammasini ko'rsatish...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf Phone: 0947256423 0917607885 Gatii kee jiraatta! gatii πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‰

Namaaf jettee gaarii yoo fakkaatte ni miidhamtan. Ofii keetiif jettee gaarii yoo taate garuu boqonnaa sammuu argatta. Nus jibbaa fi Hinaaffaan  hamma nu keessatti dagaagee jirutti, fayyaa Fooniif Hafuuraa guutuu qabaachuu hin dandeenyu ... πŸ˜­πŸ‘‡πŸΎ SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii πŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘Ž #See_More_Full_Information #Join_Us πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN
Hammasini ko'rsatish...
Gaafa qofaatti hafte yaada kee Gaafa rakkoo keessa buute miira kee Gaafa namaa wajjin jirtu arraba kee Gaafa hamileen siif guutamtes gammachuu kee to'adhu        YEROO GAARII QABAADHAAβ€βœ…    ❀❀❀❀❀πŸ’ͺπŸ’ͺ   πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii πŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘ŽπŸ‘Ž #See_More_Full_Information #Join_Us πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ™https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN
Hammasini ko'rsatish...
#Leenjiin_Gahumsa_Dhuunfaaf_Hojiin_Bizineessii_Haala_Kanaan_itti_Fufe_jira. #Odeeffaannoo_Dabataaf_0947256423_Link_Armaan_Gadiin_Naan_Qunamuu_Dandeessuu. #See_more_read_information πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚ πŸ‘‰Kottaa Waliin hojjeenne Waliin haa milkoofnu. β™₯️Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! #MIIDIYAA_Oromticha_warra_Gammada_Sanyii #personal_Developement_Training_And_Business_Opportunity Bakka armaan Gadiitti Eegaleera! πŸ‘‰Adaamaa πŸ‘‰Assallaa πŸ‘‰Balee πŸ‘‰Bishooftuu πŸ‘‰Dukam πŸ‘‰Buraayyuu πŸ‘‰Jimmaa πŸ‘‰Naqamtee πŸ‘‰Harar πŸ‘‰Amboo πŸ‘‰HAWWAASA πŸ‘‰Sabbataa πŸ‘‰Finfinnee Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ #Carraa hojii Bizineessii fi Leenjii Gahumsaa sammuu fayyadamuu dandeessuu ✍️Addunyaa Kana irraa Kan akka sammuu ofii leenjiisuu bu'aa Guddaa Qabu hin jiru. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Carraa Guddaa Armaan Gadii Argaachuu Dandeessuu. ❀️Carraa leenjii Gahumsaa Sammuu. ❀️Carraa Hojii Bizineessi. ❀️Carraa Bilisummaa yeroo. ❀️Carraa Bilisummaa mallaqa. ❀️Carraa Bashanaannaa Biyya garaagaraa, β™₯️Carraa Badhaasa konkolaata argachuu dandeessuu . πŸ‘‰Odeeffaannoo Dabalataaf πŸ‘‰Toora Armaan gadiitiin nu quunnamuudhaan odeeffaannoo Guutuu Qoodadha itti fayyadamaa. https://t.me/oromticha430 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/CaayaaOBN 0947256423 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/HinkosaAsefa23
Hammasini ko'rsatish...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf Phone: 0947256423 0917607885 Gatii kee jiraatta! gatii πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‰

#Leenjiin_Gahumsa_Dhuunfaaf_Hojiin_Bizineessii_Haala_Kanaan_itti_Fufe_jira. #Odeeffaannoo_Dabataaf_0947256423_Link_Armaan_Gadiin_Naan_Qunamuu_Dandeessuu. #See_more_read_information πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚ πŸ‘‰Kottaa Waliin hojjeenne Waliin haa milkoofnu. β™₯️Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf Phone: 0947256423 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‰https://t.me/CaayaaOBN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/HinkosaAsefa23 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™ https://t.me/oromticha430
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.