ABBI TECH
Kanalga Telegram’da o‘tish
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Ko'proq ko'rsatish4 727
Obunachilar
-224 soatlar
-217 kunlar
-9530 kunlar
Postlar arxiv
4 727
Har'aan kanammoo Namoota bilbilli keessan Tiratu/saffisaan isiiniif hin ajajamneef furmaata ni ta'a kanan jedhee yaaduun isinitti hima
Gutuu isaa👇👇👇
4 727
Repost from Oro Tech Tips
🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤 - Pro Photo editing|| v19.2.3✅
🔤🔤🔤🔤🔤 bifa bareedaa ta'een edit gochuuf gargaara✅
➡️Share & Join Us•
⏩Channel •|| @Oro_Tech_Tips
4 727
Kaffaltiin keessan adeemsa kanaan raawwatama 👆👆
🎁 Affeeraatii qarshii argadhaa!
- Yeroo nama 1 affeertu Birrii 3 argatta.
🔰 Liinkii 👇👇👇:
https://t.me/Share251_Inviting_Bot?start=YmFjY
✅ Har'a irraa eegalee maallaqa hojjachuun karaa Telebirr argadhaa.

JALQABBII MIIDIYAA HAWWAASA.
Miidiyaan Hawwaasaa kun bara garaagaraa jalqabe
Google bara 1996 nama Larry Page jedhamuum hundaa'e
Facebook bara 2005 nama mark Zuckerberg hundeeffame
Instagram bara 2010 nama Kevin Systrom jedhamuum hundaa'e
Yahoo bara 1994 nama Jerry yang jedhamuum hundaa'e.
⚠️ JOIN AND SHARE👇
@Abbi_Tech
4 727
Yeroo namoonni WIFI isin biraa fayyadaman bilbilli keessan WIFI isiiniif hojjachuu didee beekaa?
Yoo isiniif hojjachuu dide koodii iccitii *#2663# kana bilbila keessannitti galchuun WIFI REFRESH VERSION kan jedhu tuquun sirreffachuu dandeessu.
Chaanaalii keenya share nuuf godhaa @Oro_Tech_Tips
⚠️⚠️⚠️don't copy without credit!!!
⚠️ JOIN AND SHARE👇
@Abbi_Tech
4 727
#Ads
☑️iChereta'n waltajjii beeksisa caalbaasii karaa mijataa fi bu'a qabeessa ta'een toora interneetii irratti argachuuf isin dandeessisudha.👇👇🎉
4 727
#Ads
☑️iChereta'n waltajjii beeksisa caalbaasii karaa mijataa fi bu'a qabeessa ta'een toora interneetii irratti argachuuf isin dandeessisudha.👇👇🎉
4 727
#Ads
Baga gammaddan 🎊
Maal eegaa jirtu, iChereta irratti caalbaasii dhabuun hin jiru !
Kootaa doorgommata'aa
Kana malees, caalbaasii haaraa damee filatame keessatti, guyyaa guyyaan ergaa barreeffamaa gabaabaa
• ( SMS ),
• email ( Email ) fi
• Telegram ni argattu!
Yeroo kee qusadhu; Hojii keessan sirreessaa!
Amma galmaa'aa iChereta seenuun !
👇👇👇👇👇👇
4 727
#Ads
☑️FreelanceEthio'n Guyyaa guyyaan hojiilee garagaraa ni beeksisa♻️
⏳Beeksisa hojii garagaraa guyyaa guyyaan argachuu dandeessu🎉👇👇
4 727
#Ads
☑️FreelanceEthio'n Guyyaa guyyaan hojiilee garagaraa ni beeksisa♻️
⏳Beeksisa hojii garagaraa guyyaa guyyaan argachuu dandeessu🎉👇👇
4 727
#Ad
Neo dhaabbata faayinaansii xiqqaa tajaajila liqii fayyadamaa giddugaleessa godhatee fi gahumsa qabu qaba.
Liqii gosa akkamii si barbaachisa?
✅ Liqii garee gareen wabii ta'e
✅ Liqii dhuunfaa qabeenyaan wabii ta'e
Liqii namoota damee daldalaa adda addaa irratti bobba’aniif
⃗ Liqii hojjetaa mindaadhaan wabii ta'e
⃗ Manneen barnootaa dhuunfaa babal’isuuf; hojiif; Tajaajila liqii meeshaalee barnootaa adda addaa haaromsuuf dabalata kennu
4 727
#Ads
🧑🏫Barattoota kutaa 12ffaaf🧑🏫
ℹ️Appilkeeshinii kana buufachuun Gaaffilee #Entrance kan bara gara garaa shaakaluu dandeessu👇👇🥇
4 727
imo video calls and chat HD by Baby Penguin
com.imo.android.imous
Version: 9.8.000000011365(2033)
Updated: Dec 30, 2022
4 727
#Ad
Neo dhaabbata faayinaansii xiqqaa tajaajila liqii fayyadamaa giddugaleessa godhatee fi gahumsa qabu qaba.
Liqii gosa akkamii si barbaachisa?
✅ Liqii garee gareen wabii ta'e
✅ Liqii dhuunfaa qabeenyaan wabii ta'e
Liqii namoota damee daldalaa adda addaa irratti bobba’aniif
⃗ Liqii hojjetaa mindaadhaan wabii ta'e
⃗ Manneen barnootaa dhuunfaa babal’isuuf; hojiif; Tajaajila liqii meeshaalee barnootaa adda addaa haaromsuuf dabalata kennu
4 727
Abbaan qabeenyaa Feesbuukii Meetaa odeeffannoo dhuunfaa dabarsee kennuu isaatiin Yuuroo biiliyoona 1.2 adabame
***
Abbaan qabeenyaa Feesbuukii kan ta'e Meta, daataa dhuunfaa Awurooppaa irraa gara Ameerikaatti dabarsee kennuu isaa erga argamee booda adabbii maallaqaa Yuuroo biiliyoona 1.2 akka kaffalu ajajame.
• Adabbiin kun akkaataa dambii Gamtaa Awurooppaatiin kan murtaa’e ta’uus eerameera.
• Komishinarri Eegumsa Daataa Aayilaandi dhaabbatichi seera eegumsa odeeffannoo dhuunfaa cabsuu fi daataa walitti fufiinsaan gara dhaabbata nageenyaa Ameerikaatti dabarsuu irratti bobba’uu isaatiin adabbii maallaqaa olaanaa har’a akka kaffalu ajajeera.
• Akka Rooyitars gabaasetti, adabbiin dhaabbata Feesbuukii, Instaagiraamii fi WhatsApp bulchu Meta jedhamu irratti murteesse, maallaqa Yuuroo miiliyoona 746 Awurooppaatti Amaazoon irratti murtaa'e caalaa baay'ee ol'aanaadha.
⚠️ JOIN AND SHARE👇
@Abbi_Tech
4 727
#Kan_mirkana’ee 100%
Bootii biyya kessa yeroo amma hala salphaan karaa Kardii ykn telebirr qarshii kaffalaa jiru start gochuun itti fayyadamaa.
👇
https://t.me/zenar_tech_bot?start=user7481441
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 