ABBI TECH
Kanalga Telegram’da o‘tish
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Ko'proq ko'rsatish4 732
Obunachilar
-324 soatlar
-217 kunlar
-9530 kunlar
Postlar arxiv
4 731
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 731
Major October 1 gadi lakkifamuuf akka tahe beeksiseera.
Major tapha gatii gaarii baasuu danda'a jedhamu keessaa tokko waan taheef
Taphadhaa...👇
https://t.me/major/start?startapp=1170583016
4 731
Gugurtuu hamster 🐹 kombat irraa haftanii?
>Baay'een namaa mufateera, X irratti duulli #unsubscribe gochuu adeemaa jira. Namootni barbaaddan deemaa join godhaa....
Garuu oduun gaariin hardha jiru, TON maaliif saffisaan dabalaa jira?
1TON ~5.45$ irraa ka'ee
1Ton~6.10$ irra gahe hardhuma.
Duras, 7.2$ irraa gadi bu'e waan taheef ofeeggannoo barbaada.
Adeemsi cryptocurrency akkasuma waan taheef olkaayattanii yeroo isin fayyadutti gurgurachuu qabdu.
@abbi_tech
4 731
Yeroo dhiyootti banamee miseensa 16,000 ol kan argate 😱😱
Chaanali kana beektuu guddicha afaan keenya afaan oromoon 🥰💥
Join DAMBALII BEEKUMSAA 👇👇
4 731
Tapha premier league har'a taphatamuuf Jiru Niwkastil fi Manchister Siitii kallattiin ilaalaa🔥LIVE kaa jedhu tuuqa👇👇
4 731
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 731
📥 wave 📥 😃 Afaan keenya afaan
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔡
✅Advertising Telegram✅
✔️ Channel
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
➺ Above ➣ 1k+ subscribers
➺ Above ➣ 3k+ subscribers
➺ Above ➣ 4k+ subscribers
➺ Above ➣ 5k+ subscribers
➺ Above ➣ 10k+ subscribers
chaanali 🔠🔠🔠🔠hin qabne natti hin fidinaa 🔗❌
Inbox me @Firosol24 🫴
4 731
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 731
Boooooom 💥💥💥💥
Yeroo dheeraaf kan isin hawwiin eegaa turtan hamster combat list taheeraa wooow hundi keessaanuu "GET kan jedhu tuquun seenaa ilaaladha😋😤🥶
4 731
Ethiotelecom karaa Telebirr dhan ayyaana masqalaa ykn ayyaana Damaraa sababefachun badhaasa haga birrii 10,000 qopheesse jira
Maarree irratti hirmaachuf bakka START jedhu xuquun irratti hirmaadhaa !!!!
4 731
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 731
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 731
🔤🔤🔤🔤🔤
Gatiin Hamster maliif ol ka'u danda'a??
1ffaa. Airdrop kun Airdrop gudducha addunyaa kana ta'u ni barbaada Hordooftota hedduus qaba✔️
2ffaa. Token supply ykn dhiyeesin Token isanii billion 100 qofa🌐
3ffaa investor hedduun irratti hirmachuuf waan jiraniif ✔️
4ffaa platform gurguddaa kan akka BINANCE, BYBIT, OKX fi Telegram wallet irratti List waan ta'a jiruuf✔️
Sababiin bira hedduun illee ni jiru
Akka yaada mata kootiti gatiin hamster yeroo list ta'u 0.05 haga 0.09 gudduu ta'u danda'a jedheen yaada haala kanaan kan keessan meqaa akka isiniif bitu calculate gochuu dandeessu 📱🔔
Isin meqaan yoo List ta'e gariidha jettanii yaadu comment naf godhaa👋👋
Like share 🥰🤝👍
@Abbi_tech
4 731
+2
🕺 $HMSTR Telegram Wallet irra kan isiniif gale Stake gochuudhan Bonus dabalataa argachuu dandessu (dirqama miti fedha kessan male)
➡️ Stake gochuuf step armaan olii hordofaa.
Step 3ffa irra Isa jiru amount stake gochun barbadan itti gutu
➡️ This campaign runs until October 1.
✈️ @Abbi_Tech
4 731
🐹 HAMSTER Namoota Ban goonera jedhan irati sababa Key dhan kan Ban ta'e hin jiru.
Akka jedhanitti Accountii bayye account Binance 1 irati Connect kan godhani dha, Fkn: Address Binance 1 account 400 wajjin Connect ta'era jedhan! 😐
Dabalataanis almost 2,000 friend ol fake ta'an ykn Active hin tanee invite kan godhes jira jedhan.
📱 Multi Account kan hojjetan immoo yeroo isan Login godhanifi iddo isan Tap godhan walfakkaataa waan ta'ef Ban ta'aniru. 🤣
Sababa kanan Token Hamster 6.8Billion ta'u, walakka isa player amanamoo dha jedhanif Distribute akka godhaniif isa hafe immoo akka Burn godhan himaniru!
Kana hunduma dubbataniru garu kana keessa waa'een Key hin jiru. 😒
✈️ @Abbi_Tech
4 731
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 731
Waa'ee Airdrop kan isin bekku qabdan:
Airdrop addunyaa cryptocurrency kessatti kan beekkamti guddaa argatte fi Token haaran yeroo dhufuu Token sana beeksisuuf fayyadamtottaf Percentii kan kennu dha.
Raabsiin kun haal-duree tokko malee ta’uu danda’a ykn hirmaattonni gochoota murtaa’an kanneen akka barruu oduu irratti galmaa’uu maallaqa kirpitoo biraa hamma murtaa’e qabachuu, ykn pirojekticha miidiyaa hawaasaa irratti beeksisuu akka raawwatan gaafachuu danda’a.
Haata'u malee Airdrop tokko tokkoo waadaa galan hojji irra hin olchaan, kaan Token low value ta'an kennu, kaan hirmaatota hundumaf hin kennan, kaan immoo Scam ta'udhan achumaan hafu.
Yeroo kana jennu immoo hundumtu dhugaa miti jechu miti, Airdrop potential garri qabaniifi amanamoo ta'aan jiruu, bayyen kessanis hojjetani qarshii iraa argatanii jirtu!
Airdrop yeroo hojjenu kan nuti ilaalu qabnu team project sana, Tokenomics, idea project sana fi wantoota specific ta'an jirachu danda'u.
Team yeroo jennu hundesitota project jechu kenya, addunyaa crypto kessa hangam akka isa turan, fudhatamama hangami akkasan qaban, hojii barreda maal hojjetani bekku isa jedhu dha.
Kana siriti adda baasnan irati hirmaachuu hin dandenya.
Fkn: Blum yoo fudhanne hundessa isa iraa jalqabe hanga Department hunda isanitti accounti Twiter (X) bekkama ta'e qabu. Maqaan isani fi ga'een isan project kessatti qaban ifaati bekkama dha.
Hamster Kombat yeroo ilaalu immoo Telegram dhan Support ta'u Iran kan hafe Team yoo qabateyu eenyu akka isan ta'an hin bekkamu. dhugaa dubbachuf August 26 (almost ji'a 1 dura) Hamster iraa akka bayye egu hin qabne fi Airdrop irati Focus gochu qabdan barresine ture ammas Airdrop admin hundi irati wali gale isiniif gadhifama.
Hamster fi Blum akka fakkeenyaatti fudhanne male project hunduma kana duwa irati hundoofne garridha garri miti jechu hin dandenyu, kun yaada nama iratis gara gara, waa'ee Tokenomics fi idea project wajjin ilaala demna.
Itti dabaluudhan Airdrop kaminiyyuu 100% dhugadha jechun hin ulfaata, kana malees Airdrop iraa bayyen Argadha jetaani hin abdatina, hin bekkamu $1_$100+ argachu dandessu, Nutis hanga dandeenye Airdrop amanamoo isiniif gadhisna.(EXPECTATION KILLS YOUR HAPPINESS). 🛍
So Guys in Short Don't Expect To Much Do it Only on Your Free time If it Give Good money that's good if it Doesn't Don't panic airdrops are just the beginning
Learn more about crypto dive in to it You will make a lot of money
Don't expect to much From any airdrop
✈️ @Abbi_Tech #airdrop #crypto
4 731
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 731
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 731
Ethiotelecom karaa Telebirr dhan ayyaana masqalaa ykn ayyaana Damaraa sababefachun badhaasa haga birrii 10,000 qopheesse jira
Maarree irratti hirmaachuf bakka START jedhu xuquun irratti hirmaadhaa !!!!
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
