cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

VOA Afaan Oromoo

DM for everything you want @armagedoninboxbot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 739
Obunachilar
+5524 soatlar
+287 kunlar
+79530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
✅️waancaa Awurooppaa irratti gareen biyyaalessaa Deenmaark fi Islooveeniya goolii 1 fi 1n qixa ba'e. Kiristaan ​​Eriksen goolii jalqabaa Deenmaark yoo galchu, Erik Jaanzaan ammoo Islooveeniyaaf qixa baase. Taphataan ganna 32 Kiristaan ​​Eriksen taphataa Deenmaark waancaa Awurooppaa irratti goolii galchuun hangafa ta'eera. Tapha 2ffaa garee kanaa torbee dhufu Kamisa irratti Deenmaark Ingilaandii waliin, Islooveeniyaan ammoo Sarbiyaa waliin ni taphatu. Odeeffannoo wayitaawaa argachuuf page keenya #like #follow #share godhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa- Dilbata
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
✅Kiristaan ​​Eriksen Yuuroo 2024 irratti Deenmaarkif goolii guyyoota 1,100 booda galcheera. Guyyoota 1100 dura Kiristaan ​​Eriksen tapha Yuuroo 2020 irratti taphachaa osoo jiruu onneen isaa dhaabbate. ⚽ ergasii tapha Yuuroo isa jalqabaa taphatee ammaa goolii Deenmaark dursuu galcheera.🇩🇰♥️
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Ayyaanni Iid Al-Adha Yokaan Arafaa 1445ffaan Sirnoota Adda Addaan  Itiyoophiyaa Keessatti Ayyaaneffamee Oole FINFINNEE — Ayyaanni Iid al-Adha (Arafaa) 1445ffaa har'a guutuu Ityoophiyaatti akka barsiisa amantaa Islamaatti sirnoota adda addaan kabajameera. Istaadiyeemii Finfinneetti ayyaanaa Arafaa kabajaamerratti namoonni hirmaatan sagalee Ameerikaaf yaada isaanii kennan, Arafaan ayyaana wal gargaarsaa fi wal tumsuu waan ta’eef hawaasni Musliimaa ayyaanicha namoota rakkatan gargaaruun kabajuu akka qaban ibsaniiru. Rakko nageenyaa Itiyoophiyaa muudate furuuf hawaasni amantaaf xiyyeeffannoo kennuun rakkoolee jiran irratti mari’achuu akka qabu namoonni yaada isaanii kennan ibsaniiru.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ayyaanni Iid Al-Adha Yokaan Arafaa 1445ffaan Sirnoota Adda Addaan  Itiyoophiyaa Keessatti Ayyaaneffamee Oole
Hammasini ko'rsatish...
1
Photo unavailableShow in Telegram
Ispeen tapha jalqabaa injifatte! Tapha jalqabaa waancaa Awurooppaa irratti gareen biyyaalessaa Ispeen tapha garee biyyaalessaa Kirooshiyaa waliin taasise 3 fi 0n injifate. Alvaro Morata, Fabian Ruiz fi Dani Carval goolii injifannoo garee biyyaalessaa Ispeeniif galchaniiru. Taphataan Ispeen ganna 16 Lamin Yamaal seenaa waancaa Awurooppaa keessatti taphataa dargaggeessa ta'uun seenaa haaraa barreesse. Kana malees Lamin Yamaal seenaa waancaa Awurooppaa keessatti taphataa dargaggeessa ta'ee kubbaa goolii tokkoof gargaaruu fi dabarsuu danda'eera. Tapha 2ffaa garee kanaa torbee dhufu Ispeen Kamisa Xaaliyaanii waliin yoo wal morkatu Kirooshiyaan ammoo Roobii Albaaniyaa waliin ni taphata. Odeeffannoo wayitaawaa argachuuf page keenya Like (y) godhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa- Sambata
Hammasini ko'rsatish...
04:41
Video unavailableShow in Telegram
VOA Afaan Oromoo | Washington D.C. DC (Facebook) Duula Filannoo Pireezidaantummaa Yuunaatid Isteetisiif taasifamuu irratti falmiin eeyyama meeshaa waraanaa hidhachuu Ameerikaanota adda qooduun isaa akkauma itti fufetti jira. Pireezidaanti Joo Baayiden meeshaalee waraanaa haleellaan Jumulaa itti raawwatamu irratti uggurri akka kaa’amu yommuu barbaadan dorgomaan isaanii Doonaald Tiraamp immoo Baayiden Abbootii meeshaa ykn qawweef isa heerri eeyyameef balaaf saaxilaa jiru jechuun komatu.
Hammasini ko'rsatish...
An_XYgLQvoMPgfdrqM_1S0N1_eLdXJHkdPeD0sTXjRkALfLXKm6KOvHw5Z63vgNI.mp432.93 MB
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Dhimmi Hidhannoo Qawwee Duula Filannoo Yunaayitid Isteetis Irratti Dhimma Yaada Ameerikaanotaa Addaan Qoode Akkuma Tahetti Jira
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Magaalaa Naayiroobiitti Poolsiin Tokko Mana Murtii Keessatti Abbaa-Murtii Rasaasaan Rukkutee Madeesse
Hammasini ko'rsatish...