cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Jabeessaa Qeerroo

OLA/OLF

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
25 001
Obunachilar
-2324 soatlar
-1217 kunlar
-5930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gara Page Dhangaa Torbaniitti Nagaan Dhuftan! Fuulli kun bakka sagaleen uummata Oromoo itti dhagahamu fi qabsoon Oromoo haqaan irratti marihatamu dha! Irreessii fi akeeki ABO-WBOs irratti beeksifama! Haalli siyaasaa, waraanaa, dinagdee fi hawwasummaa Oromiyaa, Gaanfa Afrikaa fi idil-addunyaa irratti marihatama. Torbee mara qophii keenya argachuuf; Page keenya follow, like, share tolchaa! Galatoomaa! https://www.facebook.com/share/sW2ptqqHiVjWfRyT/?mibextid=LQQJ4d
Hammasini ko'rsatish...
👍 25 10
Photo unavailableShow in Telegram
#DhangaaTorbanii Friday, July 5, 2024 1 PM EST | 8 PM OROMIA TIME Tap-In | #DhangaaTorbanii | Stay in the know. Webinar link 👇🏾 https://us02web.zoom.us/j/85741418940?pwd=ZGhTQzlXNFh4N3FqOVQ3MTdERC9sdz09 Webinar ID: 857 4141 8940 Passcode: 193892 https://www.facebook.com/share/we6dQoagyTkr8a4S/?mibextid=LQQJ4d
Hammasini ko'rsatish...
👍 15
#Inbox guyyaa jalqabaa kantiibaa Magaalaa Adaamaa bira deemne innis nutti qoose biiroo Shimallis deemne innis galaatii kantiibaa wajjiin mari'adhaa nuun jedhe achii furmaata dhabnaan waajjira muummee Konkolaataa 8tin deemne deebii nutu isiniif kennaa deemaa galaa nuun jedhan ammas hin callifne Abbaa Duulaa Gammadaa, Daraartuu Tuluu Juneeyidii Saaddoo dabalatee namoota kana hundatti dubbii himanne kana bira darbanii Uummata addaan qooduuf manneen dhalataa Shawaa bira darbanii manneen dhalattoota kutaa biraa 2000 ol  haa diigamuu jedhanii halluu diban obsa dhabnee daanditti baane Rasasan waxalamne akka dhuunfaa kootti maatiin narraa  miidhamee du'aaf jiruu gidduu kan jirutu jira. kan mana hidhaatitti guurame lakkoofsi hin beekamu kan nama dhibu uummata Alaabaa Mootummaa baatee hiriira nagahaa bahetti waraanni Mootummaa dhukaasuun Mootummaa rukutuu jechuudha
Hammasini ko'rsatish...
👍 14 4🔥 2👌 2😡 1
Lola qindaa'aa WBOn Zoonii Lixa aanaa Sayyoo kaampi ganda Guutee Sooyyomaati geggeesseen waraana faashistii PP irraa battalatti ~16 ajjeesuun ~6 irraa madeessee ari'ee fiigsisuun injifannoo boonsaa galmeessee jira. IUOf
Hammasini ko'rsatish...
29👍 14😁 4🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
#inbox Bulchaa Godina Lixa shawaa Didhaa Guddataa fi Hoggantoota Paartii Sadarkaa adda addaatu eebbaaf dhufa,namtittiin kun Didhaa Guddataa Bulchaa Godina Lixa shawaa kan WBO akka malee balaaleffachaa turtedha,Eebbaaf Sambata Xiqqaa gara Aanaa #Abuunaa_gindabarat dhufu Qaama Hoggansa Olii Waliin dhufuuf qophii qabdi.
Hammasini ko'rsatish...
👍 39🔥 3 2
01:01
Video unavailableShow in Telegram
#መረጃ፦ የሰሜን ኢትዮጵያ ጦርነት ካበቃ ከሁለት ዓመት ከመንፈቅ በኋላ የምዕራባዊት ትግራይ ተፈናቃዮች ወደ ቀዬያቸው የመመለስ ሥራ እየተሠራ ይገኛል....ይህ የፀለምት ወረዳ ተፈናቃዮች በመመለስ ላይ!
Hammasini ko'rsatish...
3.20 MB
👍 30 5
Kaaba Oromiyaa Walloo Aanaa Baatee Ganda Fallaanaatti Shiftoonni Affaar daangaa qaxxaamuruun daguun nama tokko ajj_eefate. Dargaggoo #Ahmee_Hidduwwaa Ganda Fallaanaa Araddaa Luggee kan ta'e osoo lowwan eegaa jiruu ripee loltoota humna badii affariin ajj-eefame. Erga ajj_eesanii booda lowwan isaaf qawwee isaallen fudhatanii sokkan. Obboleessa keenya rabbiin jannataal firdoosiin isa haa qananiisu firaafii aantee isaaf jajjabinan hawwa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 10
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Isiin akka ummati TPLF irratti fincila kaasuuf kakaasa nun immoo dahaanno isiniif taana jechun L/Jeneraal Balaay Siyyuum ergaa dhoksaa bilbilaan warra Amaaraaf dabarsee jira. Kan maqaaf ani Oromoo dha ofiin jedhu immoo ol-aadema kararraa qabe ati Shanee dha jechun galafate hojii kontorbaandi isaati gadii ta'e jira haati garaa.
Hammasini ko'rsatish...
8.99 MB
😡 20 6👍 5
00:20
Video unavailableShow in Telegram
Diddaa Uummata Adamaati ta'a jirun hanga ammatti namni 7 rasaasa PPn itti dhukaaften yoo rukutamu dubartiin ulfaa tokko lubbuun darbee jira.
Hammasini ko'rsatish...
1.43 MB
😡 14👍 2 1
“Adaama dubarti ulfa jia 9 of keessa qabdu waraanni mootumma ajjeese Sababni isaa mana haldure tokko male yookin marii tokko male diigudhaf keessa baha jennan ummatichi ka'e hiriira mormi dhageessifate hiriiruma kana keessatti dubartiin ulfa jia 9lii kan wareegamte akkasuma ammo namoonni lakkofsan 7ba tahanis rasaasan rukutamani hospitala jiran”
Hammasini ko'rsatish...
1.77 MB
👍 22 6😡 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.