cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

አርሰናል ብቻ Arsenaal Qofa

ለየትኛውም የአርሰናል ዜና አለው! Oduu Arsenaal kamiifuu Jira! Join! 👇 ⚽️ ARSENAL ⚽️ 🔴 "London Is Red" 🔴

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya2 904Til belgilanmaganSport8 651
Reklama postlari
6 887
Obunachilar
-624 soatlar
-397 kunlar
-7530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

🚨 የአርሰናሉ ግብ ጠባቂ አሮን ራምስዴል የኒውካስል ዩናይትድ ኢላማዎች ዝርዝር ውስጥ ገብቷል ነገርግን አሁን ግን የተጠየቀው ዋጋ (ቢያንስ £30ሚሊየን) በጣም ውድ እንደሆነ ምንጮች ይናገራሉ። [ሜይል ስፖርት] 🚨 Goolii eegaa Arsenaal Aaron Ramsdale tarree taphatoota Niwukaastil Yunaayitid irratti xiyyeeffatan keessaa tokko yoo ta'u, yeroo ammaa garuu gatiin gaafatame (yoo xiqqaate paawundii miiliyoona 30) garmalee olka'aa ta'uu maddeen ni dubbatu. [MailSport]
Hammasini ko'rsatish...
👍 7🤔 3👏 1
♦️ ቶማስ ፓሬቴይ ለፍቅረኛው ጃኒን ማክሰን ቀለበት እንኳን ደስ አላቹ!💍❤️ ♦️ Toomaas Paareet jaalallee isaa Jaaniin Maaksiiniif qubeela godheeraaf baga gammadaan!💍❤️
Hammasini ko'rsatish...
👍 28 4🥰 4👏 3🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
📸 ካይ ሃቨርትዝ እና ማርቲን ኦዴጋርድ በእረፍታቸዉ አንድ ላይ።😁 📸 Kai Havertz fi Martin Odegaard boqonnaa isaani irratti wal faana.😁
Hammasini ko'rsatish...
👍 18 4🥰 1
JOIN TAPSWAP!🤞 Its Verified bot channel..Just Like 'NOTCOIN try your chance here!🙏?? 👉 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1190663982 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Hammasini ko'rsatish...
🔥 3👏 1
♦️ ቶማስ ፓርቴይ የእረፍት ጊዜውን ከልጁ ጋር!😍👨‍👧 ♦️ Toomaas Paartee intala isaa waliin boqonnaarrati!😍👨‍👧
Hammasini ko'rsatish...
👍 11👌 7😍 4
Photo unavailableShow in Telegram
🔴 ሚኬል አርቴታ በካይ ሃቨርትዝ ላይ ድንቅ ስራዎችን ሰርቷል።👏👏👏 🔴 Mikel Arteta Kai Havertz irratti waan ajaa'iba hojjeteera.👏👏👏
Hammasini ko'rsatish...
👍 20🔥 3 1😱 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 ቶማስ ፓርቴ በክረምቱ ከአርሰናል ጋር የሚለያይ ሲሆን ክለቡ ጋናዊውን አማካይ ለመተካት የመሀል ሜዳ ተጨዋች የማምጣት ዕድላቸው ሰፊ ነው። [ፋብሪዚዮ ሮማኖ] 🚨 Toomaas Paartee ganna kana Arsenaal kan gadhiisu yoo ta'u, kilabichi taphataa sarara gidduu lammii Gaanaa kana kan bakka bu'uu fiduuf carraa balla qabu. [Fabrizio Romano]
Hammasini ko'rsatish...
👍 13 3👏 2
🔴 Mo Farah ❤️
Hammasini ko'rsatish...
👍 12 2🥰 2👏 2👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 አርሰናል በ59 የአለማችን ሊጎች ዘላቂነት ያለው ክለብ ሆኖ በቁጥር አንድ ደረጃ ላይ ተቀምጧል ይህም በቡድኑ መረጋጋት ፣በእድሜ መዋቅር እና በኮንትራት ፖሊሲ መሰረት ነው። [cies_football] 🚨 Arsenaal tasgabbii garee, caasaa umurii fi imaammata kontiraata irratti hundaa'uun, liigota addunyaa 59 keessatti kilabii itti fufiinsa qabu ta'uun sadarkaa LAKKOOFSA TOKKOffaa qabateera. [cies_football]
Hammasini ko'rsatish...
👍 27 3🔥 3👏 3
🚨BREAKING: Ferdi Kadioglu ✅ Arsenaal taphataa ganna 24 Ferdi Kadioglu fudhachuuf gaafii paawundii miiliyoona 20 Fenerbahce'n kuffiseera. Akka miidiyaan Turkii Milliyet jedhutti, The Gunners dhiyeessii fooyya'aa £20 million dabalataan £5 million bonus, waliigala £25 million waliin deebi'a jedhamee eegama. Hanga bara 2026'tti Fenerbahce waliin kontiraata kan qabu Kadiogluun jijjiirraa kanaaf fedhii guddaa qaba. ▶️ Taphoota taphate keessatti hanga ammaatti ejjennoodhaan kan inni irratti mul'ate: ♦️ Left back - taphoota 65 taphateera. ♦️ Attacking midfield - taphoota 56 taphateera. ♦️ Right winger - taphoota 44 taphateera. ♦️ Right back - taphoota 37 taphateera. ♦️ Left winger - taphoota 23 taphateera. ♦️ Left midfield - taphoota 19 taphateera. ♦️ Right midfield - taphoota 19 taphateera. ♦️ Centre midfield - taphoota 15 taphateera. ♦️ Striker - Tapha 1 taphateera. 👉🏼 Mikel Arteta is a sucker for versatility.
Hammasini ko'rsatish...
👍 8 2🥰 2👏 1