uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

EYOB TECH

EYOB TECH

Kanalga Telegram’da o‘tish

Crypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali EYOB TECH analitikasi

EYOB TECH (@eyob_tech) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 14 206 obunachidan iborat bo'lib, Kriptovalyutalar toifasida 7 219-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 504-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 14 206 obunachiga ega bo‘ldi.

17 Noyabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -375 ga, so‘nggi 24 soatda esa -8 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 4.23% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 2.33% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 601 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 331 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 11 ta reaksiya keladi.
  • Tematik yo‘nalishlar: Kontent namooti, dubbisaa, birr($9, ammas, isinif kabi asosiy mavzularga jamlangan.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Crypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 18 Noyabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Kriptovalyutalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

14 206
Obunachilar
-824 soatlar
-917 kun
-37530 kun
Postlar arxiv
EYOB TECH
14 206
✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gochuu hin dagatiinaa guys ✔️Akkatan isaa yoo isin rakkise video isinifan qopheessa ✅STAR
✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gochuu hin dagatiinaa guys ✔️Akkatan isaa yoo isin rakkise video isinifan qopheessa ✅START LINK ➡️https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Noy, 13:15

EYOB TECH
14 206
✔️Guys active kan tahe qofa bita ✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe
17 Noy, 11:34

EYOB TECH
14 206
✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birri
+1
✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna ✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun ✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma
✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Noy, 03:44

EYOB TECH
14 206
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dub
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
17 Noy, 03:04

EYOB TECH
14 206
✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu ✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isi
+3
✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu ✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isinif kaa'ee jira ✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gootu ✔️Utuu namni itti baayyatin dafaa jalqabaa START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Noy, 00:49

EYOB TECH
14 206
✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa 💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu 🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa 🔗 E
✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa 💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu 🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa 🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 ❤ @Eyob_Tech
17 Noy, 00:11

EYOB TECH
14 206
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo ima
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya. ✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha. ✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya. ✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira. ✔️Tajaajila kana fayyadamuuf: 1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa. 2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu. ☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍 📱 @Eyob_Tech
15 Noy, 01:42

EYOB TECH
14 206
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤 ✔️Copy right kan hin qabne © ✔️Warning kan hin qabne ⚠️ ✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 😎Dm @Eyob_Degefe 📞0931253708
12 Noy, 12:00

EYOB TECH
14 206
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
11 Noy, 09:30

EYOB TECH
14 206
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa. ✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru. ✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa. 📍 Haaromsi kun eessatti argama? ✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa: 📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update ⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa! 📱@Eyob_Tech
11 Noy, 04:14

EYOB TECH
14 206
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708 📥Namoot
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708 📥Namooti bitachuu barbaaddan keessan na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
10 Noy, 09:33

EYOB TECH
14 206
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ T
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu). ✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha. ➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a. 😄 Fakkeenyaaf: 🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu. 🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu. ✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa. ✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa! 📱 @Eyob_Tech
06 Noy, 00:14

EYOB TECH
14 206
🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote... CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti r
+1
🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote... CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi. 📱@Eyob_Tech
30 Okt, 04:17

EYOB TECH
14 206
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 Y
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 YOUTUBE 🌐TELEGRAM CHANNEL ➕Akkasumas 🎁Telegram Gift garaagaraa 💰Coin TIKTOK 💻 ☑️Telegram Premium 🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵 ✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa 📞0931253708 Dm⬇️ 📧 @Eyob_Degefe
27 Okt, 04:46

EYOB TECH
14 206
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 Y
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 YOUTUBE 🌐TELEGRAM CHANNEL ➕Akkasumas 🎁Telegram Gift garaagaraa 📱Coin TIKTOK 💻 ☑️Telegram Premium 🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵 ✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa 📞0931253708 Dm⬇️ 📧 @Eyob_Degefe
27 Okt, 04:45

EYOB TECH
14 206
Hi guys akkam jirtu ✅Haala badhaasa keenyaa ilaalchisee haga ammaa namoota nuti yaadne hin guutin jira sababa tahef yeroo namni guutuu isin beeksifna namooti karaa inbox nu gaafattani nu hubattan galatoomaa ✅Odeeffannoo Tech walitti deebina
27 Okt, 04:37

EYOB TECH
14 206
Repost from ELA FX
Badhaasa ilaalchisee gaaffii keessaniif deebii ⁉️
24 Okt, 10:12
27 Okt, ~04:46

EYOB TECH
14 206
✅Namoota 3 qofatatu active tahe yookin deposit godhee trade godhe ✔️So namoota badhaafaman 10 kan ture 5 goona jennee yaadne
✅Namoota 3 qofatatu active tahe yookin deposit godhee trade godhe ✔️So namoota badhaafaman 10 kan ture 5 goona jennee yaadne 1️⃣ 2000 birr 2️⃣ 2000 birr 💘 2000 birr 🍐 2000 birr 5️⃣ 2000 birr ✔️Namooti account verify gootanii jirtan nama 26 dha so hundi keessan keessan na dubbisaa guid isin gochuu dandahaa step 1 qofatu isin hafe sababa taheef ✉ @Eyob_Degefe
23 Okt, 12:35

EYOB TECH
14 206
✔️Nama 2 qofaatu eligible tahee jira ammayyuu ✔️Nama 68 tu register godhe ✔️Nama 22 qofaatu account verify godhate Ammallee y
✔️Nama 2 qofaatu eligible tahee jira ammayyuu ✔️Nama 68 tu register godhe ✔️Nama 22 qofaatu account verify godhate Ammallee yeroo qabdu 📌Waan isin irraa eegamu ✅Account create gochuu ✅Verify gochu ✅MT5 account create gochu ✅Deposit gochu ✅trade galtani bahu (buy or sell) 🔗Link ➡️ https://www.hfm.com/sv/en/?refid=30582238
21 Okt, 15:13

EYOB TECH
14 206
Nama 2 qofaatu eligible tahee jira 😔 ✅Sorry dhugaa akkam godhee kanarra akkan isinif ibsu hin beeku ✅Ammallee carraa bal'aa qabdu yaalaa
20 Okt, 15:48