cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Jimma University Grand Food Club Official(JUGFC)

ኢሄን ቻናል በጅማ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ህብረት ለተማሪዎች ምግብ አገልግሎት የተሰረዉ ክበብ ስሆን በዛሬው አለት ደናና ጥረቱ የተጠበቀ ምግብ በልቶ በነገው አለት የሀገረ ተረካቢ ለማደረግ የተሰረዉ ቻናል ነው። ''ሴንሲትቭ አገልግሎት ለተማሪዎቻችን''

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
183
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

https://youtu.be/i1yoKxl5pKw Kabajamtoota GC Keenya kuni video keessan kan guyyaa dhibbaffaa itti kabajattaniidha ilaaluun share subscribe godhaa galatooma
Hammasini ko'rsatish...
JIMMA UNIVERSITY 100 DAYS CELEBRATIONS BY STUDENTES 2022

Kabajamtootaaf jaallatamtoota barattoota keenya kan miseensa grand fooditti irra deebiin seentanii hojjachuu barbaadan Hundi. Akkuma beekamu yaroo darbe irra deebiin galmee galmeessinen barattonni fedhee qabdan gara waajjira keenyaa dhufun galmoftani suura keessan fiddanii dhufun keessan niyaadatama. Nutis kanumarraa ka'uudhan ID haara isiniif gafaa sanbata guddaatti beellama qabannee jirta. Hata'u malee wanti isin beeku qabdanu Id kana qabataniidhuma taa'uu osoo hin taane fedha keessan waan ta'eef kanneen armaan gadii akka nuuf raawwattan kabajan isin gaafanna. 1ffa Guyyaa dabaree keessanii Isa haara maxxanfame ilaaltanii yaroon kaaffe dabaree qabdanutti argamuu. 2 ffa Daabboos ta'ee biddeena galu qulqullina isaa sirriitti adda baasuun yoo kan sirrii hin taane akka konkolaatan fidee dhufe ofirra deebiu gochuu qabdu. 3 Daabbos ta'ee biddeena gola keessa dhokfamee bulee barataaf fuudhame kennamu adda baasuun yoo argitan battalumatti nutti himuu qabdu. 4 Waan bartaadhaf miidhaa ta'a jettanii agartan hundaa nuuf battalumatti sheer nuuf gochuu qabdu. Hubachiisa 👉Barataan guyyaa dabaree isaa rakkoo addaa tokko malee hojii isaarra hafe battalumatti akka ID card isaa nuuf deebisu isa gaafachuun keenya dirqama ta'a. 👉 Yoo rakkina kilaasitin akkasumas rakkoo qormaata qabaachu ta'e nama dabaree waliin qabu bilbilaans ta'ee qaaman bakka buufate akka isaaf ilaale mallateessu gochuu qaba. Nagaa wajjin #Beka Jibril*#
Hammasini ko'rsatish...
Kabajamtootaaf jaallatamtoota barattoota keenya warren maqaan keessan asii olitti tarra'e amuma akka suura keessan biiroo grand fooditti nuuf fiddan kabajan isin gaafanna
Hammasini ko'rsatish...
URGENT UNNONCEMENT This announcement was for all GF committee to inform you come in person re-register in office of JU GF within to days which means today and tomorrow(feb 5&6) according to Ethiopian colander. we want you for re-registrations because of all member cannot be properly perform your responsibility due to some change of GF LEADER, SO, We have the responsibly to correct the previous structure. in order to properly identify who had perfectly responsible from the committee we must make our choice r-registration and change the Id card of the member. So please come the office and re-requester within a given days. #GFC#Secretarial office@3
Hammasini ko'rsatish...
#አስቸኳይ #ማስታወቂያ ዉድና የተከበራችሁ የ #GFC ኮሚቴ አባላት በሙሉ: ጉዳዩ: የኮሚቴ ሽግሽግ ስለማድረግ ይሆናል: በዚሁ መሠረት 1. አድስ Id Card ስለሚንሰራ ሁላችሁም ወደ GFC ቢሮ በመምጣት እንድትመዘገቡ በጥብቅ እናሳስባችኋለን። N.B፦ የምዝገባ ቀን ቅዳሜ እና እሁድ ብቻ ይሆናል። ያልተመዘገበ ኮሚቴ ከ #GFC አባልነት የሚሰረዝ ይሆናል ስለዚህ ይህንን አዉቃችሁ አንድትመዘገቡ በአክብሮት እናሳውቃችኋለን።
Hammasini ko'rsatish...
Please join above 🖕 link? It is New channel for GFC komitee.
Hammasini ko'rsatish...
JUSGFC OFFICIAL To serve our student https://t.me/jimmaabajifar73
Hammasini ko'rsatish...
JUSGFC OFFICIAL

To serve our student

Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.