cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

REMEDIAL PROGRAM 2015

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
205
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Extreme Book Series Active and Passive Voice Barattoota sagantaa reemiidiyaalii fudhachaa jirtaniif kitaabni extreme Kun baay'ee isin fayyada! Part Extreme Book Series Active and Passive qabu isiniif qabannee dhiyaanneerra, Guide kun; 👍 Barattoota sadarkaa 2ffaa 👍 Barattoota University fi College jiraniif 👌 👍 Akkasumas barsiisota Afaan Ingiliffaatiif baay'ee isin fayyada Kitaaboleen kanneen biroo akka isiniif gadhiifamaniif channel join fi share taasisaa! Channel kana barattoota hundaaf share taasisuun nu deeggaraa! Kitaaba Barataa ykn Qajeelcha Barsiisaa akka isiniif gadhiifamu barbaaddan karaa Bot keenya nuuf ergaa, barbaannee isiniif gadhiifamu barbaaddan group keenya irratti gaafachuu dandeessu! Link kana tuquun channel keenya Join taasisaa! 👇👇👇 @remedial_program_class @remedial_program_class
Hammasini ko'rsatish...
Extreme English Passive and active voice.pdf7.84 MB
2👍 1
History Remedial Program Module Barattoota sagantaa reemiidiyaalii bara kanaatiif moojulli History kunooti Kanneen biroos argachuuf Channel keenya join fi share taasifadhaa! 👇👇👇 @remedial_program_class @remedial_program_class
Hammasini ko'rsatish...
History Remedial Program Module.docx3.20 KB
English Remedial Program Module Barattoota sagantaa reemiidiyaalii bara kanaatiif moojulli English guutummaan isaa kunooti Kanneen biroos argachuuf Channel keenya join fi share taasifadhaa! https://t.me/+0JNkGQwXK0MzOGNk https://t.me/+0JNkGQwXK0MzOGNk
Hammasini ko'rsatish...
English_Module_for_Remedial_course_only_unit_1&22_090630.pdf5.68 KB
1
Yuunivarsiitiin Gondar barattoota waggaa tokkoffaa fi barattoota sagantaa reemiidiyaalii isaaf ramadaman har'a simachuu jalqabeera. Simannaan kunis hanga boruutti jechuunis hanga Bitootessa 12 bara 2015 tti kan itti fufu ta'a! Barattoonni Yuunivarsiitii Gondar isin gahe odeeffannoo garaa garaa argachuuf karaa bot keenya @remedial15_bot nu dubbisaa! Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa           👇👇👇 https://t.me/+EDDNXhrUkME3YjY
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #Yuunivarsiitii_Gaambeellaa Barattoota sagantaa reemiidiyaalii bara 2015 Yuunivarsiitii Gaambeellaatti ramadamtan maraaf guyyaan seensaa Bitootessa 8 fi 9 bara 2015 ta'uu Yuunivarsitichi beeksiseera. Gara Yuunivarsiitii kanaatti yeroo deemtan wantoonni qabachuu qabdan; ➧ Ragaalee barnootaa orijinaala fi kooppii ➧ Suuraa abbaa 3X4 baay'inni isaa afur ➧ Uffata halkanii fi uffata Ispoortii fi k.k.f. Guyyaa jedhame booda ykn dura barataan dhufu hin keessumeeffamu! Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa 👇👇👇 https://t.me/+EDDNXhrUkME3YjY
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #Yuunivarsiitii_Gaambeellaa Barattoota sagantaa reemiidiyaalii bara 2015 Yuunivarsiitii Gaambeellaatti ramadamtan maraaf guyyaan seensaa Bitootessa 8 fi 9 bara 2015 ta'uu Yuunivarsitichi beeksiseera. Gara Yuunivarsiitii kanaatti yeroo deemtan wantoonni qabachuu qabdan; ➧ Ragaalee barnootaa orijinaala fi kooppii ➧ Suuraa abbaa 3X4 baay'inni isaa afur ➧ Uffata halkanii fi uffata Ispoortii fi k.k.f. Guyyaa jedhame booda ykn dura barataan dhufu hin keessumeeffamu! Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa 👇👇👇 https://t.me/+EDDNXhrUkME3YjY
Hammasini ko'rsatish...
#Waamicha #Yuunivarsiitii_Miizaan_Teeppii Bara 2015 tti barattoota sagantaa reemiidiyaaliitiin Yuunivarsiitii Miizaan Teeppiitti ramadamtan maraaf guyyaan galmee Bitootessa 8 fi 9 bara 2015 yoo ta'e, iddoowwan galmee; • Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif mooraa guddicha Miizaan Amaanitti • Barattoota Saayinsii Uumamaatiif mooraa Teeppiitti Gara Yuunivarsiitiitti yeroo deemtan wantoonni qabachuu qabdan; ✓ Bu'aa kutaa 10ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa ✓ Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa ✓ Suuraa abbaa 3X4 baay'inni isaa shan ✓ Uffata halkanii fi uffata Ispoortii fi k.k.f Barataa guyyaa jedhameen duras tahee booda dhufan kan hin keessumeessine tahuu jabeessinee isan beeksifna. Odeeffannoo sagantaa reemiidiyaaliitiin wal qabatu, waamicha Yuunivarsiitiiwwanii kan sagantaa reemiidiyaalii fi k k.f argachuuf join taasisaa 👇👇👇 https://t.me/+EDDNXhrUkME3YjY
Hammasini ko'rsatish...
Sagantaa tilmaama badhaafamaa guyyaa kaleessaa tapha eeggamaa Champions League Awurooppaa Bayern Munich fi PSG gidduutti gaggeffame kan 2:0 xumurame namni sirrii tilmaame hin jiru, kanaafuu badhaafamaan hin jiru!
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.