cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Odaa Nabee

impaayeri itoophiyaa Akkaakayootaafi Abbootii teenya Foon fi lafee caccabsee nyaata turee har'aas nuu hinquufnee Dammaaqii yaa biyyaa! WBO koo Sanyii Warqituu Goota kilaashiin lolee diina isa godhee daaraa Jabaadhu yaa goota koo Goota mudhii zinnaara×100

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
286
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
"Dhiichisni har'aa, balaa boru fidu tilmaamuuf nama hin dhibu" jedhan! Obbo #Shimallis_Abdiisaa: Ati nyaattee dhugdee, Filattee uffattee, Gadi baatee ol galtee jireenya gaarii jiraachaa waan jirtuuf akka feetetti dubbatta! Atin haamuu malee hin aramtu, galchuu malee hin baastu, nagaduu malee hin kasaartu waan ta'eef Lammii bakka buutee mindaa nyaattutti qoosta. "Jireenyi kana caalaa qaala’uuf deema, homaa hin fiddan, #Hirmii baafadhaa" jettee haadha hiyyeessatti dhaadatta! Dhugaadha! Aangoon laphee nama dhiitessiti. Ummata nama tuffachiifti. Jimaan Harargee, Simintoon Finfinnee, Hashiishni #Colombia fi maallaqni Gabaa Gurraachaa akkas nama dubbachiifti! Hundaafuu kuni karaa badiiti! Gochi akkanaa dargii balleesseera. Wayyaanee maqaleetti galcheera. Isinii har'a ummata miskiinatti dhaadatu kanas garam akka geessu hin wallaallu!
Hammasini ko'rsatish...
Dhaamsa Haatattamaa Kana Share Waliif Godhaa Naannoo Baay'ee Kessatti WBO fi Diiina Oromoo Giddutti Adeemsifamaa Jira Waan ta'eef Yeroo dhukaasni jalqabu uummanni keenya olif gad hin fiiginaa Tasgabbaa'aa. Dhukaasni Yoo Kan Eegalee Ta'e Idduma Jirtan Turaa. Yoo Manuma keessan turtan Gaaridha. Ykn WBO ttii Baqadhaa. T.me/Jaal_marroo_dirribaa @Jaal_marroo_dirribaa
Hammasini ko'rsatish...

D/Doollootti diina unkuteessee injifannoo boonsaan galmaa'era. Har'uma. @marroocaffeebulluq
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Sulultaa Jajjabeen Godina Addaa sulultaa magaalaa darbaa seenee qonna miliqaa Akm 13 hiikun harcummeen garafee garafee gara qonnaatti deebisee jira. Kaabinoota magaalachaas butee harkaa qaba. @marroocaffeebulluq
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
DambiDoolloo @marroocaffeebulluq
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Ammayyaa Ganda Harroojiitti gootichi Wanni bilisummaa Oromoo weerartuu 52 alanfatee 41 kukkutuu ibseera. ammas lo itti fufee jira. Suuraan dirree Birooti!!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Isa kaayyoo gootowwan oromoo nuuf jecha wareegaman bakka gahuuf bosona mana isa bosonu nyaata isaa taasifate lubbuu ifii takkitti yoo baate hin deebine nuuf kenna jiru WBO wabii saba❤💚❤
Hammasini ko'rsatish...
Dambi doolloon ilmaan Amaarechii harkaa baatee ilmaan Aayyaa harka galte.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram