cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii.. https://t.me/geegeete @rabirasmart

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya1 045Til belgilanmaganKaryera1 822
Reklama postlari
21 574
Obunachilar
+1424 soatlar
+967 kunlar
+18830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hamster Kombat የዛሬ Cipher code O: - - - R : •-• A: •- C: -•-• L: •-•• E: • To day 1 miloon
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Urgent Arifaachisaa (Ofeegaanoo) 🤔🤔🤔 Namni kaam iyyu akka beeksiissaa kan gaddittii maxxanfamee hiruu akka irraa of eeggataan dhamsaa isiinif dabarsinaa yeroo ammaa kanaa sobdoonii fi hattoonnii baayyeen baratoottaa amma eebbifamaa jiraan irraa karaa itiin malaqaa argaataan toftaa garaa garraattiin as bahaatii jiruu kanaaf beeksiisaa karalee agency fi kan kanaa fakkeefaamanii as bahaan kana gonkummaa akka irraattii hin hirmaanee dhamsaa siinif dabaarsaa adaraa keessaan namootaaf sharee godhaa adaraa keessaan beeksissaa kam iyyuu gaffaa galmooftaan malqaa tokkoo bastaanii hin galmaiinaa ..... Baldhinaa yeroo biraa waliin hadoofnaa lafaa nagaa olaa ❤🥰 Telegram #HARMEEJOBSNews sharee godhaa join godhaa t.me/geegeete @rabirasmart
Hammasini ko'rsatish...
👍 7 1👏 1
Vacancy at Doctors with Africa CUAMM 🔰 The Doctors with Africa CUAMM invites qualified  applicants for the various positions. 1: Accountant 2: HR Assistant 3:Senior Accountant 4: Senior Finance Supervisor 5: Project Admin 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Read Detail:- https://harmeejobs.com/company/doctors-with-africa-cuamm/ 🔰ከተለያዩ  ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:-  t.me/geegeete Telegram:-
Hammasini ko'rsatish...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

👍 2 1
Vacancy at African Initiatives for Relief and Development (AIRD) 👁African Initiatives for Relief and Development (AIRD) wants to recruit employees in the following vacant position👇👇 1: Finance Assistant 2: Monitoring Officer 3: Finance and Administration Officer 4: Monitoring Assistant 5: Team leader – safeguarding and accountability 6: Project Manager 7: Water, Sanitation & Hygiene (WASH) Officer 📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Apply Online:- https://harmeejobs.com/company/african-initiatives-for-relief-and-development-aird/ 🔰ከተለያዩ  ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:-  🔰Telegram:- https://t.me/geegeete 🔴Share and Support your friend /እባክዎ ለወዳጅዎ ያጋሩት/ ሼር ያድርጉ
Hammasini ko'rsatish...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

👍 1
የዛሬ Tapswap - code - 030072
Hammasini ko'rsatish...
👍 12
Photo unavailableShow in Telegram
Daily Combo - 5,000,000👆👆
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 3
🇺🇸 Call for applications 💯 Hubert H. Humphrey Fellowship Program 2025/26. ✅ ተጨማሪ ዝርዝር መረጃንና የማመልከቻ ቅፆችን በዚህ ማግኘት ይቻላል:- https://ethioworks.com/hubert-humphrey-fellowships-for-international-students/   💯Fulbright African Research Scholar Program 2025-2026:  Click  Here For Detail and Apply :- ✅ ተጨማሪ ዝርዝር መረጃንና የማመልከቻ ቅፆችን በዚህ ማግኘት ይቻላል:- https://ethioworks.com/fulbright-african-research-scholar-program/ 🎓For more Scholarship Click here : 📌Telegram:- https://t.me/geegeete
Hammasini ko'rsatish...
Hubert Humphrey Fellowships 2024-2025 For International Students in USA - Ethioworks.com

The Hubert Humphrey Fellowships for the 2024-2025 academic year offer comprehensive financial support for international students, which includes full tuition,

👍 2
3
Dhaamsa Barattoota Eebbifamtoota bara kanaaf (GC of 2024 /2016 EC). Hunda dursa barattoonni bu'aa ba'ii jireenyaa hunda mootani sadarkaa kana geessan baga firii dadhabbii keessanii agartan, baga gammaddan! Congratulations to you all GC of 2024 (both students of public and private universities) Warreen #Exit_exam qabxii darbiinsaa fiddanii milkooftan baga gammaddan. Qorumsicha darbuun haga geessu itti agarsiisun gaaridha namatti tola. Ammoo gammachuu akka malee hin barbaachisu. Maal gammadda hiriyootakee sibira qabxicha hin galmeessine hin yaadattuu? Bzw #exit_exam wanta addaas miti barnoota fi qorumsa yoo ta'e barattoota sadarkaa kanaf haaraa miti, waanuma nama ajaa'ibus hinqabu, wantootuma barachaa turte deebite yaadattee deebisuudha. Dandeetti fi gahumsa kee guutu safara jechuu hin dandeenyu. Formaalitif malee waan addaa maal qaba, yoo barnootaa namuu walumaan waggaa 16 ykn 17 baranne! Qorumsicha dabarteef jireenyi hundi milkaa'a jechuu miti, qabxicha dhabdeef immoo kufte jechuu mitis! Failure is inability to be open to learn and change, not scoring under your expectation! Warreen #Exit_exam qabxii darbiinsaa hin galmeessine qabxii 1 haga 5 qofaaf akka ta'e beeka! Hiriyoota kee biraa gaafa waan xiqqoof gufattu sitti dhagahama, hiriyaa keettis hedduu dhagahama. Kuni garuu kufaati jettee yaadnan sin taajjaba. Deebite qorumsicha fudhattee ni milkoofta. Challenge keessa dabartee as geesse beekta kanaaf kuni si ajaa'ibuu hinqabu. Beektef qofa qorumsicha hin dabartu, wallaaltefis galmeessuu hin dadhabdu beeki. Haalota garaagaraa fi carraatu murteessa. Department baratamu gargari, haalli nuuf mijatu gargari, miirri nuti keessa jirrus gargari. Department salphaatti dubbifamee hubatamu jira, kanneen osoo hagamuu dubbiste siif galeeyyu gaafilee isaa salphaatti hin hojjannes jira. Every entity in this world is not competitive, it is unique in nature! Kanaafu department keerraatti yeroof milkaa'u dadhabde jechuun kufaati miti. erga isa yoo #jaallattan #share godhi Re-posted t.me/geegeete @rabirasmart
Hammasini ko'rsatish...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

👍 18 4
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.