Vision Entertainment ™️
New oromo music 2021 @Vision_Entertainment_Oromoo for another information let join the conversation with the @Hammutti_bot
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
345
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Hammasini ko'rsatish...
Vision Entertainment ™️
New oromo music 2021 @Vision_Entertainment_Oromoo for another information let join the conversation with the @Hammutti_bot
Vision Entertainment: Nasra Yusuf -Naalamalloo-New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video)
Nasra Yusuf -Naalamalloo-New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video)
👍
👎
🔍
Art Farhaan Baddeeysaa: Farhaan , Faaxee , Falmii & Sabboontuu - Gaashiree Gammoojjii - New Oromoo Music 2022
Farhaan , Faaxee , Falmii & Sabboontuu - Gaashiree Gammoojjii - New Oromoo Music 2022
👍
👎
🔍
Margitu warkneh
OBOMBOLEETTII
----------------------
Jaalatamuu malee jaaladhee hin beeku ani kanaan duraa
Dhibee nama jaalatee amma reefu yoonan argaa jiraa
Jaalatamuu dideen jaaladhee kunoo numan tarara
Egaa gahaniit arguu qaqqabeen argaa jira waan maraa
Naa nahi naa nahi naa rifadhu maaloo yaa bajigaa kiyyaa
Bareeda akka asheeta birraa
Naa nahi naa nahi rifadhu maaloo
Sitti na maraache qabaan na dadhabeera sirraa
Ya qaxaleekoo sitti hajameeraa jaalala keetiin sitti maraadhee
Gadi qabaan na dadhabeera sirraa(*5)
-------------------------------
Kan haalakoo kana argeet raajame raajiin halaalaa
An sii safuu jedhe yaa safuu sii safuu humna jaalalaa
Ajaja isaa jalan jira jaalalasaatiin na hiitee
Obomboleettidha miliqee baqachuufis ulfaatee
Oo-boomboleettii(*3)
Daraan ulfaata humnisaa akka qilleensa qarmammeettii
Oo-boomboleettii(*3)
Natti moggaasise maqaan ani hin qabne akka dhabeettii
Oo-boomboleettii(*3)
Na gachisiiseera safuu durbaa dunbush kana ba’eettii
Oo-boomboleettii(*3)
Didanuu naan nama bitadidaan nama didaa hin dimokraatawu Gadaatti
---------------
Akkan ta’un dhaba gaafan ija kiyyaan isa laalee
Ciniinsifadhee danuu har’ammoo natti caalee
Garaa hin jabaatiin ya jabaa qaxalee Oromtiichaa
Hanga yoomiin tura jaalala kee laboobeen guggubaachaa
Oo-boomboleettii(*3)
Daraan ulfaata humnisaa akka qilleensa qarmammeettii
Oo-boomboleettii(*3)
Natti moggaasise maqaan ani hin qabne akkan dhabeettii
Oo-boomboleettii(*3)
Na gachisiiseeraa safuu durba dunbush kana ba’eettii
Oo-boomboleettii(*3)
Didaanu naan nama didaa hin dimookraatawu Gadaattii
👤 Dinqisaa Dabalaa |
🎬 1000 Caaltuu |
New Oromo Music 2021
━━━━━━━━━━━
CHANNEL:- @Vision_Entertainment_Oromoo
Dinqisaa_dabalaa_caaltuu_1000_New_Ethiopian_Oromo_music_2021Official.mp34.71 MB
Dinqisaa Dabalaa - 100 Caaltuu - New Ethiopian Oromo Music 2021
To watch full Video👉 Click here
To Download Mp3 👉 Click here
━━━━━━━━━━━
CHANNEL:- @Vision_Entertainment_Oromoo
2.31 MB
Hammasini ko'rsatish...
Tiru - Micky Hasset (128).mp33.17 MB
Hammasini ko'rsatish...
Takach New - Micky Hasset (128).mp33.40 MB
Hammasini ko'rsatish...
Hulu - Micky Hasset (128).mp33.58 MB
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.