cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Hachalu Advocate page 😍

Oromoof oromiyaa

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
179
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from Etana Habte
Abbaa tooftaa, abbaa tarsiimoo, abbaa beekumsaa, abbaa gootummaa,abbaa bareedinaa, Jawaar Mohaammad hiikni jecha qabsaa’aa jettuu si'i! Erga ati nutti muul'attee, takka hinbeeku Oromoon dhokatee. Ni muul'ate addunyaattii aadaa, seenaa fi eenyummaadhan ardii kutee! Fakkeenya qabsaa‘otaa, riqicha dhalootaa, karaankee karaa tokkummaa, jaalalaa, obbolummaa, namumma, walabummaa fi injifannooti! Itoophiyaanota qofa miti, Oromoota qofa miti, siyaasni maal akka ta’e, Afrikaanonniyyuu sirraa haa baratan! Ati addunyaa dhala namaatif qaalidha! }
Hammasini ko'rsatish...

Photo unavailable
Itoophiyaanota qofa miti, Afrikaanonni hundi ishii sirraa haa baratan. Qabsaa‘aa jechaan si'i. Hiikni jecha falmataa jedhuu sii. Kan sabni ittiin dhaadatu, kan diinni kirkiree sodaatu, kan sabni irratti mormii hingabne, kan diinni dura hindhaabanne. Kan saba tokkoomsu, kan diina bittinneessu. Kan mandaratti hin waamamne, kan addunyaan sagal ajaayibsiifatte. Kan BBC fi Aljazeeran, kan Rooyitersii fi New times ragaa ba'eef. Kan Oromoo addunyaatti muul'ise, kan Wayyaanee Obaman faarsite daaraa godhe. Kan siyaasa Oromoo addunyaarratti bittinnaa‘e Finfinneetti deebise, kan baankii fi taankii yaadan cabse, kan Habashummaa biyyoorra deebisee, Oromummaa ol baase. Nama jechaa fi nama gochaa. Nama waan godhu beeku, nama akkamitti akka godhu beeku, nama yoom akka godhu beeku. https://www.facebook.com/100070169735512/posts/289890606693262/?app=fbl
Hammasini ko'rsatish...
Remadan karem all this world Muslims 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailable
My leader 😍 Baqe koo
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailable
Jaween garmamuu tolaa ❤️🙏
Hammasini ko'rsatish...
# J~war
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Seenaa Jimjimoo
Photo unavailable
#Arraan_Tana😭 Haccee dhabuun baayyee nu gaddisiise😭😭 hayyoota keenya arraan tana 😭😭👇👇 https://youtu.be/VvpRYhpUP9o
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailable
Jawe & Arfase ❤️💚❤️
Hammasini ko'rsatish...