cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Faaruu ortoodooksii Tawaahidoo

Chaanaalii kana iratii Kitaabilee aadaa aadaa Faaruu seeraa amantaa ortodoksii tewaahidoo eegee. Baruumsa wangeelaa Walaloo aadaa aadaa irati nii aargatuu Hordofaa @ty1921 @Dengel_enate

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 495
Obunachilar
+224 soatlar
+137 kunlar
+4930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

⚜️Dubrittii Dubbii Abbootiin⚜️ ➭"Waaqayyo osoo Mucaa dubaraa mooticha Heeroodsi irraa dhalateera ta'e arii'atamuun Isaa hafee mootummaa  isaa dhaala ture. Inni garuu mucaa warra hiyyeessaa kan taate Dubroo filate" Abbaa Giyoorgis Isa Gaasiccaa ➭"Yaa tulluu guddichaa! Mucaa xiqqoon kan si baatte atumti akka isheen dandeessee si baattu taasifteeti; Yaa ibidda guddichaa! Mucaa xiqqoon si baattee kan hin gubanne, akka isheen dandeessuuf ishee jabeessiteeti!" Q. Efreem isa Sooriyaa ➭"Addunyaan kun kallattiidhaan Ilma Waaqayyoo Waaqa Abbaa irraa fudhachuuf kan gahe ta'ee waan hin argamneef, addunyaan akka ishee irraa fudhatuuf Ilma isaa tokkicha haadha isaa akka taatuuf Dubroo Maariyaamiif kenne!" Q. Awugisxiinoos ➭"Yaa gooftaa haadha kee eenyu jennee waamnaa? Haadha qofa akka hin jenne Dubroo taatee argine; Dubroo akka hin jenneef ilma haammattee argine. Yaa gooftaa haadha kee waamuuf akkas kan nama rakkisu yoo ta'e siin immoo mee maal jennee waamnaa?" Q. Efreem ➭"Waa'ee Dubroo Maariyaam dubbachuuf yammuun yaadu jechi tokko na keessa dhufa. Kunis Museen tulluu Siinaarra dhaabbatee osoo jiruu, "mukni tokko yammuu ibbiddi isheerratti boba'u, ibiddichi mukittii osoo hin gubiin, mukittiinis osoo ibiddicha hin balleessiin" ilaalee 'akkamitti ibiddi kun  muka kana hin gubne? Raajii kana nan ilaala jedhee kalattii mukittiitti dhiyaate. Yammuu achitti dhiyaatu  garuu jechi tokko garasaatti dhufe, 'Gara kanatti hin  dhiyaatiin bakka ati dhaabbatte kan eebbifamte waan taateef kophee miila kee baafadhu!' kan jedhu; Waa'ee Dubroo Maariyaam dubbachuuf yammuun yaadu "As hin dhiyaatiin!"waan jedhu natti fakkaata. Sababni isaas muka sanarratti kan boba'e ibiddadha. Dubroon Maariyaam kan baatte garuu ibidda Waaqummaati" Q. Saawuroos isa Antsookiyaa ➭"Dubroo qulqulleettiin dhugumatti waaqayyoon kan deesse ta'uushee ni dubbanna, Waaqayyo Ilmi/JECHI/ isheerraa foon waloomfateeraatii" Q. Gorgooriyoos isa Inzinaazuu Caamsaa 01; guyyaa kanatti dhaloonni ishee kan yaadatamu Eebbii fi araarsummaan Haadha Waaqaa Dubroo Maariyaam nurraa adda hin bahiin! Ameen! Yaada ykn gaaffiif ➛ @lamtesh Facebook  ➛https://www.facebook.com/profile.php?id=100087224145170 WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaBrgmYISTkNBLeiTH37 Telegram: https://t.me/Kalabhiyahu
Hammasini ko'rsatish...
Godoliyaas

Godoliyaas. 1,677 likes · 1,234 talking about this. "Waaqayyoo Guddaadha" "Waaqayyoo Jaalaladha" "Eenyu akka Waaqayyoo" "Maariyaam Haadha Waaqaati"

Yeroo sa'aatii Sadiidha qabatanii Iyyesuusin Fannisuuf fudhatanii Mat 27:1- 2 Yommuu lafti bari'es luboonni warri angafoonnii fi maanguddoonni sabaa hundinuu Iyyesuusiin ajjeesuudhaaf mari'atan  Isaan isa hidhanii, geessanii, Philaaxos bulchaa biyyaatti dabarsanii kennan. Marq 15:1- 15 Yeroo sa'aatii Sadiidha Barbaa oolcuudhaan Iyyesuusiin Ha Fannosaniif kenne. Akkuma lafti bari'een luboonni warri angafoonni, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa guutummaan yaa'ii warra Yihudootaa hundinuus Iyyesuus irratti mari'atan; kana booddee isa hidhanii, geessanii, Philaaxositti dabarsanii kennan  Philaaxos, “Sii mootiin Yihudootaa?” jedhee isa gaafate; inni immoo, “Situ akkas jedhe” jedhe deebiseef.  Luboonni warri angafoonni waan baay'eedhaan isa hadheessan.  Philaaxos ammas, “Kunoo, waan baay'eedhaan si hadheessu'o waan deebiftu hin qabduu ree?” jedhee, Iyyesuusiin gaafate.  Iyyesuus garuu ergasii deebii tokko illee hin deebifneef; kun immoo Philaaxosin in dinqifachiise Luq 23:1- 25 Yeroo sa'aatii Sadiidha Iyyesuusiin fudhatanii gar dirree murtiitti. Kana booddee warri yaa'ii sana keessa jiran hundinuu ka'anii, Iyyesuusiin fuula Philaaxositti dhi'eessanii, Namni kun saba keenya karaa irraa kaachisuu isaa, mootii warra Roomaatiif gibira baasuun hin ta'u jedhee ittisuu isaa, ani Kristos mootii dha ofiin jechuu isaa qorree bira geenyeerra” jedhanii isa hadheessuutti ka'an Yommus Philaaxos, “Sii mootiin Yihudootaa?” jedhee isa gaafate; inni immoo, “Situ akkas jedhe” jedhee deebiseef*.  Yeroo sanatti Philaaxos luboota warra angafoota, yaa'ii achi jiruunis, “Ani nama kana irraa yakka tokko illee hin arganne” jedhe.  Isaan garuu itti jabeessanii, “Kun barsiisa isaatiin biyya Yihudaa hundumaatti Galiilaadhaa jalqabee hamma asiitti iyyuu saba keenya raase” jedhan Philaaxos kana dhageenyaan nama Galiilaa ta'uu isaa gaafate.  Iyyesuus biyya Herodis bulchu keessaa ta'uu isaas yommuu hubate, gara Herodisitti isa erge; Herodis immoo yeroo sanatti Yerusaalem ture*.  Inni Iyyesuusiin argee baay'ee gammade. Waa'ee Yesus waan dhaga'eef, yeroo dheeraadhaaf isa arguudhaaf in hawwa ture; dinqii Yesus hojjetu keessaas waa arguudhaaf abdate*.  Kanaaf Herodis gaaffii baay'ee Yesusitti dhi'eesse, inni garuu homaa iyyuu hin deebifneef*.   Luboonni warri angafoonni, barsiisonni seeraas achi dhaabatanii, jabeessanii isa hammeessan.  Herodis immoo loltuu isaa wajjin erga isa salphisee itti ga'ises booddee, uffata calaqqisaa itti uffisee Philaaxositti deebisee erge.  Herodisii fi Philaaxos duraan diina walii kan turan, gaafuma sana walitti firooman*.Yeroo sa'aatii Sadiidha qabatanii Iyyesuusin Fannisuuf fudhatanii Yoh 18:28- 40 Yeroon Sa'atii Sadiidha Philaaxoos Iyyesuusiin reebuudhan haa Fannisaniif kenne. Ergasii Iyyesuus mana Qayyaafaatii gara mana mootummaa warra Roomaa, lafa inni biyya bulchu jiraatutti geessan; yeroon isaas ganama barii ture. Warri Yihudootaa ofii isaaniitii hoolaa Faasiikaa nyaachuudhaaf of in eeggatu waan turaniif, akka hin xuroofneef mana mootummaa warra Roomaa sana hin linne.  Kanaaf Philaaxos gara isaaniitti gad ba'ee, “Wanti isin namicha kana ittiin hadheessitan maali?” jedheen.   Isaan immoo deebisanii, “Utuu inni kun nama hamaa hojjete ta'uu dhaabaate, nuyi sitti dabarsinee isa hin laannu turre” jedhaniin.   Philaaxos immoo, “Isinumti isa fudhadhaa, dhaqaatii akka seera keessaniitti isatti faradaa!” isaaniin jedhe. Warri Yihudootaa garuu, “Nuyi nama tokko illee ajjeesuuf seerri nuuf hin kennu” jedhaniin.  Kanas, Iyyesuus du'a attamiitiin du'uuf akka jiru tuquudhaaf kan inni jedhe, akka raawwatamuuf dubbatan  Philaaxos yommus gara mana mootummaa sanatti ol deebi'e, Iyyesuusiin waamsisee, “Ati mooticha Yihudootaa tii?” jedhee isa gaafate.  iyyesuus deebisee, “Kana yaaduma keetiin dubbatta moo yookiis warra kaantu waa'ee koo sitti hime?” jedhe.    Misbaakii Faarsaa Yeroo sahaatii Sadii Faarsamu Far 21:16 Saroonnii baayyeen natti marsanii Waliin tahaanii Hamoonni tokkummaadhaan na qabatanii Saroonni baayyeen natti marsanii
Hammasini ko'rsatish...
Yeroo sa'aatii ja'aa (6) " Ni Fannifame " " Ni Fannifame " " Ni Fannifame " " Ni Dhukkubsatee Furee Hundumaa tahe " Eyyee ! Eyyee ! Eyyee ! Fannoo isaatiin furee tahee duha nu oolche " " Aministiitii Mukiiriyaa Aantii Faasiliyaasuu " " Amiinistiitii Muudaasuuxaa aantiifaasiliyaasuu " Hiikni kanaa Afaan Hibruutiin:- Amibistiitii - nu yaadadhu jechuudh. Mukiiriyaa- Ya Gooftaa jechuudha. Midaasuuxaa- mootii jechuudha. Aantiifaasilyaasuu - mootummaa ke kessatti jechuudha. Kutaa Macaafa Qulqulluun Dubbifamu Wangeela Arfaan:- Mat 27:26-45 Philaaxos ergasii Barabbaa gad isaaniif dhiisee, iyyesuusiin immoo reebsisee akka fannifamuuf isa dabarsee kenne Yommus loltoonni bulchaa biyyaa Iyesuusiin gara mana mootummaatti geessanii, kutata loltuu sana keessaa warra hafan isatti dachaasan.   Isaan wayyaa irraa baasanii, uffata bildiimaa itti uffisan. Gonfoo qoraattii hojjetanii mataa isaa irra kaa'anii, ulees harka isaa mirgaatiin qabachiisan. Isa durattis jilbeenfatanii, “Attam ree, yaa mootii Yihudootaa!” jedhanii itti ga'isan.  Isatti tufanii, ulicha fuudhanii ittiin mataa isaa rurrukutan   Erga itti ga'isanii booddee immoo, uffata sana irraa baasanii, wayyaa isaa deebisanii itti uffisan; kana booddees fannisuudhaaf isa geessan. Yesus Fannifamuu isaa   Utuu gad ba'aniis, nama biyya Qareenaa Simi'oon isa jedhamu tokko argatanii, Fannoo Iyyesuusiin akka baatuuf isa giddisiisan.  Isaan iddoo Golgootaa jedhamu dhufan; “Golgootaa” jechuun “Iddoo lafee mataa” jechuu dha.  Loltoonni achitti daadhii waynii hadhooftuudhaan makame haa dhuguuf kennaniif; inni garuu afaaniin qabee, dhuguu jibbe  Erga isa fannisanii booddee muka buufatanii uffata isaa hirmaatan*.   Kana booddee isaan taa'anii achitti isa eegan.    Caaffanni yakka inni ittiin hadheeffame mul'isus, “Inni kun Yesus mootii Yihudootaa ti” kan jedhu, mataa isaa irraan kaa'amee ture.   Yommus saamtonni lama isaa wajjin, inni tokko mirga isaatti, inni kaan immoo bitaa isaatti fannifaman. Warri achiin darbanis mataa isaanii raasanii*,  “Ati isa mana qulqullummaa jigsitee, guyyaa sadiitti ijaartu, ilma Waaqayyoo yoo taate mee of oolchi! Fannoo irraas gad bu'i!” jedhanii in arrabsu turan   Luboonni warri angafoonnis immoo barsiisota seeraa fi maanguddootaa wajjin akkasuma isatti ga'isanii,   “Inni namoota biraa oolcheera, ofii isaa immoo oolchuu hin danda'u. Inni mootii Israa'el erga ta'ee, mee amma fannoo irraa gad haa bu'u nus isatti in amanna.  Inni Waaqayyoon amanateera, Waaqayyo immoo yoo isatti gammade isa haa oolchu; innumtuu ‘Ani ilma Waaqayyoo ti’ jedheera” jedhan.  Warri saamtonni isaa wajjin fannifaman iyyuu akkasuma isa in arraabsu turan Guyyaa sa'aatii ja'aa hamma sa'aatii sagaliitti dukkanni lafa hundumaa irra ture.   Marq 15;14_16 Luq 23:27-44 Yoh 19:14-88 Kiraalaayisoo 🤲
Hammasini ko'rsatish...
በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና በገና
Hammasini ko'rsatish...
የበገና ዝማሬ እና ቁጥር ብቻ
Guyyaa kana Yihuudaan Qarshii soddomaan dabarsee gooftaasaa kennuuf irratti kan waliif gale guyyuma kanaadha. Yihuudaan hangafa lubootaa bira deemee "Isa dabarsee yoon isiniitti kenne, maal anaaf laattu?" Jedhee gaafate; isaan immoo meetii soddoma muraniif. Yihudaan yeroo sanaa jalqabee dabarsee isa kennuudhaaf fucha in barbaada ture. Mat 26:15 Akkuma duursa raajiin dubbatameefitti Yihuudaa uumaasaa osoo duuka bu'aa ta'ee jiruu gurgurate. Gabrummaa akkanaa waaqayyoon nu haa baraaru. Guyyaan Kun ammas deebi'ee guyyaa Imimmaanii jedhamees ni beekkama. Mat 26:6 Qulqulleettiin maariyaam haadha shittoo guyyaa itti miila gooftaa shittoo ykn urgooftuu Fi imimmaaniin miiccitee Rifeensa isheetiin qoorsiteedha. Kamisa :- kadhannaa kamisaa , miila dhiqannaa , guyyaa icciitii, kamisa kakuu haaraa jedhamuun beekkama. Gooftaan duuka bu'oota irraa miila isaanii dhiqee isinis akkanumatti miila walii walii keessanii dhiqaa! Kan itti jedheedha. Kana bu'uura taasifachuudhaan abbootiin mana kiristaanaa miila tokkoon tokkoon kiristaanotaq ni dhiqu. Guyyuma kana gooftaan Kun dhiiga koo guyyaa jimaataa fannoo irratti dhangala'uudha. Kun ammoo foon koo guyyaa jimaataa fannoo irratti fannifamuudha. Hoodhaa nyaadhaa foon koo kan nyaate dhiiga koos kan dhuge jireenya barabaraa ni argata. Kan kana hin goone ammoo itti ni faradama. Jechuudhaan guyyaa icciitii qurbaanaa bu'ureesseedha. Manni kiristaanaas guyyaa kana dhiigaa fi foon gooftaa ni laatti. Guyyaa kana gooftaan aarsaa kakuu moofaa haqee aarsaa kakuu haaraa Isa Saba hundaaf ta'u bu'uureesse. Kanaaf kamisa kakuu haaraa jedhamuudhaan beekkamti.Kana malees gooftaan guyyaa itti Geetasamaanittii kadhatee kadhannaa barsiiseedha. Mat 26:36, Luq 22:14 Jimaata :- Fannoo (ስቅለት) Addunyaa maraaf guyyaa gooftaan itti beenyaa ta'ee Dhiigaaf foon isaatiin fayyiseedha. Sanbata duraa :- sanbata jijjiirame (ቅዳሜ ሥዑስ ) sanbatootni kuun isaanii kan hin soomamne yoo ta'u sanbatni Kun garuu sooman darbu. Itti fufa...... https://t.me/amantaakoo
Hammasini ko'rsatish...
Faaruu ortoodooksii Tawaahidoo

Chaanaalii kana iratii Kitaabilee aadaa aadaa Faaruu seeraa amantaa ortodoksii tewaahidoo eegee. Baruumsa wangeelaa Walaloo aadaa aadaa irati nii aargatuu Hordofaa @ty1921 @Dengel_enate

Torbee dhukkubbii Torbeen dhukkubbii ammoo dhukkubbiiwwan gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos dhala namaaf jedhee fudhate nu barsiisu. Torbee kana keessa kiristaanonni marti sagada boohichaa fi Sooma cimaadhaan dhukkubbii gooftaa yaadatu. Torbee kana keessa Guyyoota Akka mana kiristaanaa keenyatti ayyaana ykn #gizzitii jedhamanii fi itti sagaduun hin danda'amne illee ni jiraate ni sagadama. Walumaa gala gooftaan dhala namaaf jedhee dhukkubbiiwwan kudha sadan fudhateera. Si'a 6666 garafameera. Mismaarota shaniin waraannameera. Asiif achi daddarbamaa fannoo isaaf baatee gara Qaraaniyootti deemuudhaan fannifameera. Raajiiwwan gurguddoon torbas raawwatamaniiru. Dhuma irrattis Gooftaan awwaallamee guyyaa sadaffaatti du'a moo'ee ka'eera. Torbee kana keessa uffannaan, nagaanii fi tajaajilootni mana kiristaanaa fi kiristaanotaq marti kan Isa kaanii irraa addaadha. A) Nagaa እንበለ ደዌ ወሕማም እንበለ ፃአማ ወድካም አመ ከመ ዮም ያብጽሐኒ ያብጽሕክሙ እግዚአብሔር በፍሥሓ ወሰላም አሜን፡፡ #Dhibee fi Dhukkubbii Malee, Laafinaan fi Dadhabbii Malee Akkuma Har’aa Waggaa Har‟aatiin Gammachuu fi Nageenyaan Waaqayyoon Nu Haa Gahu; B) Uffannaa C) Tajaajila mana kiristaanaa Guyyootni torbee kana keessa jiran marti isaanii maqaa kan qaban yoo ta'u, isaaniis gabaabbinaan Akka armaan gadiitti dhiyaataniiru. 29.1) Wiixata :- Abaaramuu balasii (መርገመ በለስ)  , Mana qulqullummaa guyyaa itti qulqulleesse (አንጽኦተ ቤተ መቅደስ ). Guyyaa kanatti gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos guyyaa itti balasii abaareedha. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos beela'ee muka balasiitti goree yoo ilaalu baala malee firii irraa dhabe. Achumaanis ni abaare. Bara baraaniis firiin sirraa hin argamin jedheen. Yeruma sanas ni gogde. Yeroo kana argan bartoonnisaa ni raajeffatan. Inni ammoo akkana jedheen “amantaa yoo qabaattan Tulluu kanaan ka'ii galaanatti darbami! Yoo jettaniin isiniif raawwatama” jedheen. Mat 21:18 #Balasiin :- fakkeenya cubbuuti. Abaaramuun ishee kakuu moofaa keessa cubbuun (duuti) lalisee kan ture yoo ta'u, gooftaadhaan bara baraaf dhala namaarraa kan itti citeedha. Tariitii gooftaan gara keenyaa gaafa dhufe baala malee firii nurraa dhabee nu abaaraa laata? Waan hundaafuu baala halaalaa muul'atu qofa osoo hin taane firii jireenyaa buusuun nurraa eeggama. Guyyaa kana gooftaan warra bitanii fi gurguranis mana qulqullummaa keessaa qacceedhaan yaasee Jira. Mat 21:12 Kibxata :- Guyyaa gaaffii Fi guyyaa barumsaati. Gooftaan barumsa bal'aa fi dheeraa fakkeenyota garaagaraa fudhatee guyyaa itti barsiiseedha. Keessattuu guyyaa kana dhiifama, amantaa, dhufaatiisaa Isa lammataa Fi wkf kan biroo bal'inaan barsiiseera. Kana malees guyyaa itti fariisoonnii fi saduqoonnii (warra du'aa ka'umsa hin amanne) dabaree dabareedhaan gaaffii Isa gaafachaa turan. Innis deebisee gaaffii isaaniif haala gaaffiitiin kan deebiin barbaachisuuf deebii deebisaa ture. Qabxiin hubatamuudhaa qabu garuu gaaffiin isaan gaafachaatii jiran baruudhaaf osoo hin taane tokko ittiin yakkuuf (kiyyoo keessa galchuuf), lammaffaa ammoo qoruudhaaf ture. Inni garuu gaaffii isaaniif deebii deebisee, isaan ammoo gaaffii dhumaan afaan isaan qabachiisee deebisee jira. Iddoo itti isaan hin beeknu jedhanittis ammoo anis hamma gaafficha naaf deebistanitti Isa isin na gaafattan kana isiniif hin deebisu jechaanii ture. Roobii :- Marii Yihuudotaa (ምክረ አይሁድ), Ganiinsa Yihuudaa, Guyyaa Imimmaanii jedhamuudhaan beekkama. Guyyaa kanatti  lubonni warri angafoonnii fi maanguddoonni sabaa, mana guddicha isa kan Qayyaafaa angafa lubootaatti walitti qabamanii karaa ittiin Yesusin "haxxummaadhaan qabsiisanii #ajjeesan in mari'atu turan. Mat 26:3 #Inaaffaadhaan guuttamanii waaqayyoon uumaasaanii fannisuuf karaa ittiin kiyyootti Isa galfatan dhaban duursa gaaffii gaafatanii inni Akka Yakka dubbatuuf yaalanis ta'uufii hin dandeenye. Garuu gooftaan inni dhufeyyuu du'ee du'a keenya hambisuudhaafi, isaan garuu kana hangafa, luboota, beektotaq Fi barsiisota seeraa ta'anii osoo jiranii laphee isaanii Seexanni duuchee gooftaa fannisuun dhebsuu isaanitti ta'ee halkanii fi guyyaa nari'achaq turan.
Hammasini ko'rsatish...
Faaruu ortoodooksii Tawaahidoo

Chaanaalii kana iratii Kitaabilee aadaa aadaa Faaruu seeraa amantaa ortodoksii tewaahidoo eegee. Baruumsa wangeelaa Walaloo aadaa aadaa irati nii aargatuu Hordofaa @ty1921 @Dengel_enate

#ብዙ_የሚያተርፉባቸው_በአይነታቸው_ለየት_ያሉ_የተዋህዶ_ቻናሎች_መንፈሳዊ_ጥያቄ_ጥይቀው_ለጥያቄዎ_መልስ_የሚያገኙባቸው_እና_የሚማሩባቸው_አመኑኝ_ያመሰግኑናል።መቀላቀል_ይፈልጋሉ_ታዲያ_ምን_ይጠብቃሉ_ቶሎ_ይቀላቀሉ::
Hammasini ko'rsatish...
ኦርቶዶክሳዊ መዝሙር ብቻ
መንፈሳዊ ስነ-ፅሑፎች
መንፈሳዊ ትምህርቶች
መንፈሳዊ ግሩፕ
የበገና ዝማሬ እና ቁጥሮች
faaruu afaan oromoo
ለሀሳብ
Hammasini ko'rsatish...
የበገና መዝሙር እና ቁጥር መገኛ

የበገና መዝሙሮችና ቁጥሮቹን እንዴት ላግኝ?🤔 በገና ምንድነው?🤔 አገልግሎቱስ?🤔 ከበገና ደርዳሪ ምን ይጠበቃል?🤔 መንፈሳዊ ጥቅሙስ ምንድነው ?🤔 ሁሉኑም በአንድ ያገኛሉ ይቀላቀሉ። @ty1921