cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Gahaa Yadaa

AswrwbChannel kana irraa waanta Haraawa salphatii argachuu dandessa 👉 Quran fi hadisaa 👉Baruumsa islamaa 👉Da'aawale 👉 Nashidalee garaagara 👉 V/A islamaa 👉waan harawa maxamfamef 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @gahayada123 @gahayada123 @gahayada123

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
182
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Kijibaan maqaa wal xureeysuurraa haa if qusannuu Rasuulli ﷺ “Namni kijibaan maqaa namaa balleeysu jannata hin seenu” Jedhan. وعن حذيفة رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ "‏لا يدخل الجنة نمام‏"‏ ‏(‌‏(‏متفق عليه‏)‌‏)‌‏.‏ Bukhaariifi Muslimtu gabaase Ammas Muslimni wal duubattis waliif dhaabbata, waliif tumsa, kabajaa walii tiysa. Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Namni kabajaa obboleeysa isaa kan Muslimaa tiyse, Rabbiin guyyaa qiyaamaa fuula isaa ibidda jahannamirraa tiysa” حَدَّثَنَا أَحْمَدُ بْنُ مُحَمَّدٍ، أَخْبَرَنَا عَبْدُ اللَّهِ بْنُ الْمُبَارَكِ، عَنْ أَبِي بَكْرٍ النَّهْشَلِيِّ، عَنْ مَرْزُوقٍ أَبِي بَكْرٍ التَّيْمِيِّ، عَنْ أُمِّ الدَّرْدَاءِ، عَنْ أَبِي الدَّرْدَاءِ، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ "‏ مَنْ رَدَّ عَنْ عِرْضِ أَخِيهِ رَدَّ اللَّهُ عَنْ وَجْهِهِ النَّارَ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ‏"‏ ‏.‏ قَالَ وَفِي الْبَابِ عَنْ أَسْمَاءَ بِنْتِ يَزِيدَ ‏.‏ قَالَ أَبُو عِيسَى هَذَا حَدِيثٌ حَسَنٌ ‏.‏ Jami` at-Tirmidhi 1931 Hoggaa namni si biratti baaxilitti maqaa Obboleeysa kee ykn obboleytii tee tan muslimaa xureeysu callistee bira hin dabrin; Sababaa ati isaaf dubbatteen Rabbiin fuula kee ibidda jahannamirraa tiysa. Yaa Rabbi warra arraba ifii tiyfatu nu godhi. Hujii jannata seenuu nu dhoorkaa hunda irraa nu qulqulleeysi! @Hamiltan_tv_hamile_ummataa || ሀሚልተን ቲቪ @gahayada123 @gahayada123 @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
TOLLI RABBII GUDDAA KUMAA FI KITILA Bismillah jedheetan Dubbii koo eegalaa Hamtuuf toltuu maraa Isatu qeebalaa Akkaan garaa laafaa Akkaan mararfataa Waa hunda osoo arguu Irra dabarfataa Dandeettii isaatin Kan bishaan itichee Lubbuu nutti godhee Uumee nu biqilchee Kan samii utubee Kan dachii diriirsee Kan halkaniif guyyaa Wal faana hiriirsee Isa gad nuuf roobsee Dachii jiraachisuu Sa'aa fi namallee Asheeta nyaachisuu Wa anzala Minassamaa'i maa'aa Lagnisaa hin gogu Halkan guyyaa yaa'aa Tottolchee nu uumee Kan fayyaa nuuf kennee Baasif xaarii kiyya Naaf kafalaa hin jennee Tollli rabbii guddaa Kumaa fi kitilaa Laakkaa'amee hin dhumuu Akkam goona silaa Osoo diinii qabnuu Maaf taane jaahilaa Ergamaa nuuf ergee Diinii nu badhaasee Kan ifaa nuu kennee Dukkanaa nu baasee Waa meeqa siif kennee Waa meeqa siif laatee Kan salaata diddu Mee maaluma taatee Lakkii yaa dargaggoo Lakkii yaa shabaabaa Jireenyi lafarraa Baay'isee gabaabaa Sheyxaanni beekeera Mannisaa azaabaa Kanaaf si dhamaasee Karaarra si dhaabaa Atis yaa abbaa koo Atilleen yaa harmee Dhiifama naaf godhaa Tasa yoonin sarmee Atis yaa shamarree Isheen obboleettii Naannoftee dabareen Hundaa bira geettii Hammam yoo cimtellee Hammam yoo jabaattee Nama hunda caaltullee Qabeenyaan fagaattee Qabeenyaaf jabeenyi Nama hin oolchu du'aa As gubbatti dhiisee Biraa qabrii bu'aa Wanti nurraa hin hafne Kan nu waliin du'uu Dukkana qabriitis Kan nu waliin bu'uu Dalagaa gaariidha Kun dur carraaqannee Osoo lubbuun jirruu Buruuf ol kaawwannee Kanaafuu salaati Soomii zakaa baasii Aalif ollaa kankee Ibaadaadhaaf kaasii Yeron ol kaawwadhu Siinqii guyyaa boruu Ilmaaf qabeenyi kee Gaafas siif hin toluu Kuun saayinsii baree Kuun birriin of tuulaa Bar akkana hin turree Sahaaban rasuulaa Lubbuu wareeganii Diiniif laphee baatuu Nagaaf rahmanni Irra haa jiraatuu Abubakar, Usmaan Aliyyiif Umarii Siraachaw yaamaaraa Taammaanyoochuu marii Hamzaa fi Kaalid faa Ye jagnyoochuu jagnaa Kan seenan dubbatu Goota meeqa qabnaa Daran dubbachuudhaaf Anatu wallaalaa Ilmi abbaan waa hin barin Wallaaluma dhaalaa Ka'aa diinii barraa Diinii baru caalaa Ilmooshee diiniidhan Yoo hin guddisin haatii Duudhaaf safuu gattee Karaarratti yaatii Atis haati ilmaa Yaa haadha intalaa Atis abbaan ilmaa Yaa abbaa intalaa Ilmaan kee diiniidhaan Guddisuun siif malaa Ta'uu baannan garuu Bu'aansaa kasaaraa Anaa badu jettee Sumatu of abaara Biqiltuu gadhaabuun Yoo bishaan obaaftee Itti dalleessitee Yoo jala akaaftee Daraaree fireessee Kan firiidhaan kufuu Ta'uu baannan gogee Sitti ta'aa gufuu Ilmaan kees diiniidhaan Guddisuun siif malaa Yookaan alabbahee Nyaataaf sitti galaa Dubbiin baay'atteefis Harreetti hin fe'anii Hayyoonni kaleessaa Akkas nuun je'anii Dhiifama naaf godhaa Xumureera anii....... @gahayada123 @gahayada123 @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
ረመዷን ፆሙ ኢፍጣሩ ተራዊው ተህጁዱ ዒዱ የናፈቀው ማነው❓ ናፍቆኛል 😍 አልናፈቀኝም😔
Hammasini ko'rsatish...
إعداد الأئمة والخطباء واجب شرعي لتقديم الدعوة وللمشاركة في توعية الأمة وتأهيلهم تأهيلاً علمياً وشرعياً بالمستوى الذي يتناسب مع حاجة المساجد والجوامع والعمل على رفع مكانتهم العلمية وإدخال المجال التقني من خلال تلقي الدروس والدورات للوصول إلى منسوبي المساجد في جميع مناطق إثيوبيا من واجب مجلس شؤون المسلمين ومما يذكر ويشكر لمجلس شؤون المسلمين في إقليم أوروميا إسنادهم رئاسة شؤون المساجد والدعوة والأئمة والخطباء لصاحب الفضيلة الداعية الموفق المسدد المؤيد بتوفيق من الله الشيخ أمين ابروا حفظه الله وعليه إن شاء كلية الدعوة لتثقيف الأئمة رجل مناسب في كان مناسب ،ومما يثلج صدر كل مسلم يحب الخير للبشرية ما قام به مشايخنا في منطقة (جمة) من إقامة دورة علمية للخطباء في المنطقة ومما قيل عن (جمة ) في ترجمة محمد نور الدين حسين الجماوي رحمه الله إمام المسجد الحرام ... -1391هـ من أرض الحبشة وكانت هذه البلدة من مراكز المسلمين.في التضامن الإسلامي ((مجلة الحج)) جـ8، السنة 25، صفر، 1391هـ ص(223). وينبغي المشاركة من جميع الأقاليم في مثل هذه الدورة في المستقبل ليكون الخطيب والداعية داعية عالميا وليس محليا فقط، ومعلوم أن مشايخنا متميزون في ذلك وإمكاناتهم العلمية تسمح بتأهيل عدد كبير من جميع المناطق، ومنابر الجمعة لها دور قوي ومؤثر في نشر التوعية وكما ينبغي نشر الوعي والتمسك بوحدة الأمة والتحذير من التفرق بين المسلمين كتقسيم المجلس وتصنيف الناس إلى (السين) و(الصاد) وهذا غاية في الإفساد والله لا يحب الفساد وعلينا الاهتمام بالتأصيل الشرعي لفقه الانتماء والمواطنة في إثيوبيا ، وغرس حب الوطن والانتماء إليه ، وتفعيل دور الأئمة والخطباء والدعاة للقيام بواجبهم في بيان أهمية الانتماء والمواطنة،لتفويت الفرصة على من يتربص بنا من غير قبلتنا وملتنا ونحن بحمد الله وبفضله نستطيع أن نشارك في حفظ أمن بلادنا ووحدتها ولدينا في مجلس العاصمةوضواحيها مساجد عديدة ويوجد في أوروميا نحو ثلاثين ألف مسجد وفي الصومال نحو عشرة آلاف يصلي المسلم بدون تمييز هذا من فضل الله علينا ينبغي المحافظة على ذلك بالقول والفعل ولدينا علماء ربانيون في المجلس نأخذ بتوجيهاتهم وهم يسعون للإصلاح بقدر المستطاع وفي الختام هذا الأسبوع أسبوع مكتظ بالأحداث المؤلمة من انقلاب سيارة ونتج عن ذلك موت وجرح عدد من طلبة العلم رحمهم الله وما حصل في اليمن الميمون من حرق مجموعة من بني جلدتنا عليهم رحمة الله ومن فقه النوازل في عصرنا الحديث عن الهجرة غير الشرعية التي تؤدي إلى تعرض الكثيرين إلى الإصابة أو الوفاة وخاصة الغرق. فقدان الكثير من الأموال التي تهدر عند دفعها في محاولة الهجرة غير الشرعية.يتعرض الكثير من الأفراد إلى عمليات النصب عند الهجرة غير الشرعية.قد يتعرض المهاجرون إلى الاعتقال والحبس والترحيل. ومن أسوء ماحصل المحرقة الفظيعة البشعة التي حصلت في اليمن الميمون مطلوب من مساجد إثيوبيا وكنائسها إرشاد أتباعهما أن حرمة حدود بلاد الناس مثل حرمة بيوتهم وعلى الدولة الاهتمام بالمواطن وبدل الزج في السجون عليها فتح معاهد التعليم والتدريب لجميع الفنون وعلى حملة الأقلام إرشاد الناس وتوعيتهم من مخاطر الهجرة غير الشرعية .وكتبه/ محي الدين شريف حسن
Hammasini ko'rsatish...
📚👉Kaayyoon keenya ilma namaa daandii qajeellummaa, gammachuu fi milkaa'inatti akeekuudha. 👉Galata galchuun bu’uura milkaa’inna fi gammachuuti. Galata galchuu dhiisu fi ganuun immoo bu’uura kufaati fi adabbiiti. •Namoonni hojiif naamusa gaarii fi cimaa qaban namoota yeroo baay’ee milkaa’aniidha. •Sa’aati tokkoof xiyyeefannoon hojii tokko hojjachuun sa’aati kudhaniif xiyyeefannoo malee hojjachuu caalaa. •Yeroo takkaan wanta guddaa fi baay’ee hojjatanii dhiisu irra xiqqaattullee yeroo hundaa itti fufanii hojjachuutu caala. •Fedhii cimaan wanta tokko hojjachuun nuffii (hifannaa) fi dukkana jireenyaa namarraa oofa, balbala carraa bana, hojiin qulqullinna akka qabaatu taasisa. •Namni amanamummaa qabu nama balballi milkaa’innaa, gammachuu fi badhaadhinnaa banamtuufi. •Daldala keessatti milkaa’u yoo barbaadde amala gaarii qabaadhu. Waadaa hin diigin, hin kijibin, nama hin gowwoomsin, nama hin ganiin, beellama kabaji, hin hatin. Maamiltoota kee kabaji, itti of hin tuulin, itti seeqadhu, amaanaa eegi, hin arrabsin, osoo isaanis ofis hin miidhin gatii madaallamaan itti gurguri. Amaloota Turkoota keessaa tokko yommuu namni wanta tokko bituuf itti dhufu, Baga dhuftan. Maal barbaaddu? Maal isin gargaaru? wanta jechuu barbaaddan jedhaa! fi kkf Amala gaariin nama simatu. Fuula guuraa yoo nama simatte namoonni sirraa dheessu. 👉channel "milkaa'ina Jireenyaa" kanaan nu hordofaan dhaamsa keenya! 👉 @gahayada123 @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
Ustaza Kenya Qaalii Rabbiin Janataan Haaqananisu Wlhi Hedun Gadee Rabbiin Obsa Nuf Haakanu
Hammasini ko'rsatish...
Mu'ujizaa qur'aanaa irraa kana beektuu laata? ➡ Qur'aana keessatti jachi "duniyaa" jadhu yaroo 115 yammuu ibsamu jachi "Aakhiraa" jadhu yaroo 115 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Malaaykaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "sheeyxaana" jedhus yaroo 88 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Namoota" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Ergamtoota" jadhus yaroo 50 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Misooma" jadhu yaroo 50 yammuu ibsamu jachi "Badii" jadhus yaroo 50 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Zakaa" jadhu yaroo 88 yammuu ibsamu jachi "Barakaa" jadhus yaroo 88 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Dhalaa" jadhu yaroo 24 yammuu ibsamu jachi "Dhiira" jadhus yaroo 24 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Jireenya" jadhu yaroo 145 yammuu ibsamu jachi "Du'a" jadhus yaroo 145 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Hojii gaarii" jadhu yaroo 167 yammuu ibsamu jachi "Hojii baaxila" jadhus yaroo 167 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Namoota qajeeloo" jadhu yaroo 6 yammuu ibsamu jachi Namoota halkanii jadhus yaroo 6 ibsamee jira. ➡ Qur'aana keessatti jachi"salaata" adhu yaroo 5 yammuu ibsamee jiru salaanni nuti salaannus 5 dha. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Ji'oota" jadhu yaroo 12 yammuu ibsamee jiru waggaan tokkos Ji'oota 12 of keessaa qaba. ➡ Qur'aana keessatti jachi "Guyyaa" jadhu yaroo 365 yammuu ibsamee jiru waggaa tokko keessas guyyoonnii jiran 365 dha. @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
Maqaan nabii keenyaa hadiisa sahiihatti. { ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﻟﻲ ﺧﻤﺴﺔ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺃﻧﺎ ﻣﺤﻤﺪ ﻭﺃﺣﻤﺪ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻤﺎﺣﻲ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﻤﺤﻮ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻲ ﺍﻟﻜﻔﺮ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﺤﺎﺷﺮ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺤﺸﺮ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﻋﻠﻰ ﻗﺪﻣﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻌﺎﻗﺐ ‏} " Ani maqaa shanini qabaa jedhan" rasuulli (s.a.w) • Muhaammed • Ahmed •Maahii • Haashir • Aaqib ☆ Maahii : jechuun kan rabbiin kufrii isaan lafarraa haqu/laffaaa qulqulleessu jechuudha. ☆ haashir: jechuun kan namni isa booda walitti qabmu jechuudha, kan qiyaamaa malee hin jirre. ☆ Aaqib : jechuun isa booda nabiyyiin hin jiru jechuudha. •imaamu muslim asirratti dabalee maqaa biroo. • Al-muqaffii • wa nabiyyu rahmaa waan jedhu irratti dabalee ture. aleeyhi salaatu wa salaa @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
💻Wantoonni nabiyyoota fi Rusultoota ilma namaatiin adda taasisu maali? Deebii:hedduudha isaan keessaa: --Beeysisni rabbirraa isaanitti godhamuu. --Ija isaanittu Rafa malee qalbiin isaanii hin raftu. --Yeroo duuti isaanitti dhufte ni filachiifaman jiruu duniyaa irra turuu fi gara jiruu aakiraatti hiiquu keessatti. --Dacheen qaama isaanii hin nyaattu. --Bakkuma du'anitti awwaalaman. --Beekkumsa malee qabeenya hin dhaalchifaman. --Nabiyyiin dubartii hin jirtu. --Bilisa tahuu,rabbiin takkaa gabra nabiyyii hin goone. --Waa hundaahuu guutuudha, uumamaa fii amalaanis. --Kadhaan isaanii awwaatamtuudha. --Guyyaa qiyaamaa howdii/naanniga/qabaachuu. --Manaamni isaanii hunduu dhugaa tahuu. @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
#Garamitti_Deemaa_Jirra? Mootummaa Duraanii Irraa Ka'ee hanga mootummoota amma jiraaniitti furmaatni Muslimoota Baha Afrikaa keessa jiraataniif mirgii fi fayyadamummaan (gaheen isaan biyya isaanii irratti qaban) isaanii kabajamuu dhabuun waa sadi'iif ture. 1. Tokkummaa/unity, 2. Diinagdee/economy, 3. Amantaa/Religious. Waa sadiin kana akka isaan hin qabaanne tokkummaa isaanii diiguun, diinagdee akka isaan hin horanne dhiibbaa irratti uumuun, Amantaan akka adda adda ta'an, wal-shakkiin akka jiraatuu fi amanamummaan akka hin jiraanne godhuun, firqaan Amantaa biraa akka biyya seenee bulchu gochuun ol-aantummaa, faayidaa, waan hunda irratti hogganummaa isaanii jalatti ummanni Muslimaa Afrikaa bahaa (East Africa) akka kufee jiraatu taasisanii jiru. Biyyoota baha Afrikaa keessaa sababa sadiin dubbannee dabarsine irratti hundaa'uun mootummoota hanga ammaa jiraniin dhiibbaan irratti godhamaa jiru keessaa tokko Itoophiyaadha. Itoophiyaa keessatti Ummanni Muslimaa baay'inna qabaatus tokkummaa fiduu/uumuu, Diinagdeen ummata kana harka jiraatus tokkummaan dhabamuun akka dhaabbata/jaarmaya takka qabaatan taasisuu hin dandeenne. Ummanni Muslimaa Dhiibbaa jiruun Amantaa Islaamaatiif gahee irraa eeggamu bahachuu hin dandeenne. Keessattuu Amantaan walqabatee hanga ammaatti furmaatni takkas hin argamne... @gahayada123
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.