cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Wadaay Tube

Baga nagayaan gara wadaay Tube dhuftan Wantoota channeloonni isiniif dhiheessan Vine qofa osoo hin taane jachoota babareedoo ,walaloo vidiyoo garaagaraafi technology isiniif rabsa Tahee isiiniis 👍 share godhu hin dagatinaa

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
130
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#update Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa har'a jecha ragaa namoota lama kan dhagahe yoo ta'u, iyyannoo shakkamtoota galmee Jawar Mohaammadfaa jalatti argaman fi Abbaa Alangaa dhiyeeffatan qorate ajaja dabarsuuf akkasumas ragaa Abbaa Alangaa hafan dhageessisuuf Wixata Hagayya 18/2012f beellama jijiiramaa kenneera.Maddi:Ethiopia Insider @kelomedia
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...

Learn how the Biden-Harris Administration is tackling our nation’s challenges and building our country back better from this crisis.

Hammasini ko'rsatish...
Haasa'a obboo lammaa magarsaa tasiisan

Haasa'a obboo lammaa magarsaa taasisan guutu isaa

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...
HAMMEENYA ABIY AHMED ALI /GUDI ABIY!

Ethiopian Siitti kaate yaa abiy ahmed ali akkam akka taatu laladhu!!!Channel kenya subscribe nuuf godhuun nu hordofa video kanas waliif share godha

Hammasini ko'rsatish...
Waw Bilbilaa nama keessa birrii jiru isaa sanii waliin ittii fayyadamuun akkamitti danda'ama? video

Birrii bilbilaa nama keessa jiru isaa waliin ittii fayyadamuun akkamitti danda'amaa video kana dawwadha, Barnoota hedduu irraa barattaan jadhee yaduu hunda gama telegram kenyatiin argachu dandessuu (Link telegram kenyaa asii gad isiniif kenyee jirra 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/joinchat/AAAAAE6KIA21WcPieAaScg

Watch "NEW COMEDY A/Oromoo CORONAA AKKAMITTI ILAALTA" on YouTube https://youtu.be/xaArxpnyHIw
Hammasini ko'rsatish...
NEW COMEDY A/Oromoo CORONAA AKKAMITTI ILAALTA

CORONA AKKAMITTI ILAALTA? Waw Comedy addaa kun ilaacha coronatiin wal qabatee kan hojjatameedha bayyee akka isinittii tolu abdii qabna barnoota addaa irraa barattu dawadha. Of eegannoon hunda keenya du'arra nu oolcha ha sababsannu ISIN JAALANNA UMRII NUUF DHEERADHA.

Watch "NEW COMEDY A/Oromoo CORONAA AKKAMITTI ILAALTA" on YouTube https://youtu.be/xaArxpnyHIw
Hammasini ko'rsatish...
NEW COMEDY A/Oromoo CORONAA AKKAMITTI ILAALTA

CORONA AKKAMITTI ILAALTA? Waw Comedy addaa kun ilaacha coronatiin wal qabatee kan hojjatameedha bayyee akka isinittii tolu abdii qabna barnoota addaa irraa barattu dawadha. Of eegannoon hunda keenya du'arra nu oolcha ha sababsannu ISIN JAALANNA UMRII NUUF DHEERADHA.

Watch "COMEDY ADDAA HANQINA SAMMUU/IRRAANFATA" on YouTube https://youtu.be/qAI8-K4NbEY
Hammasini ko'rsatish...
COMEDY ADDAA HANQINA SAMMUU/IRRAANFATA

Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota Channel J.B ngy nuuf qabdu JOLLEEN BIYYAA isinirraa turuuf dhiifama isiin gaafanna warroottan channel kenyaaf haara'a taatan please channel keenya subscribe nuuf godha. Isiin Please YAADA KESSAN COMMENT JALATTII NUUF BARREESSAA ISIIN JAALANNA GALATOOMA