cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Fixraa Tube

Fixraa Tube SEEQAA HAA BARANNU! #Diraamaa Afaan Oromo #Nasheda adda adda #Dhaamsa Ajaibaa #Gorsa gaggabaabaa Khana hunda arkkachuuf channel khenya JOIN fi SUBSCRIBE godhun maatii khenya tahaa jzakumullah💖 Youtube link www.youtube.com/c/FixraaTube

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
314
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
🌹EID❤️ MUBARAK 🌹 Taqabalallah minna waminkkum salihaal aa'amaal Bagaa geessaan warraa barana kan bara heddu Rabbiin isiin haa tasisu ..... 🌹 Eidiin kun kan gammachuu kan jalaala kan barakhaa kan bilissumma ummata Musliima nuuf haa ta'uu ....🌹 🌹EID❤️MUBARAK🌹 @ummiitooibsituujiruu
Hammasini ko'rsatish...
Watch "Haala Amala Nabii Keenyaa (SAW) || Bilal Promise Generation 2 || Fixraa Tube 2022" on YouTube https://youtu.be/Qsl_ZXPeolw
Hammasini ko'rsatish...
Haala Amala Nabii Keenyaa || Bilal Promise Generation 2 || Fixraa Tube 2022

Watch "Rabbiin Siif Ararama.|| Bilaal Promise Generation 2 || Fixraa Tube 2022" on YouTube https://youtu.be/pH8Q6ngXkoE
Hammasini ko'rsatish...

Watch "Qophii Addaa ''Waliif Irraa Dabruu'' || Fixraa Tube 2022" on YouTube https://youtu.be/w_YsozDEqfM
Hammasini ko'rsatish...

00:25
Video unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Simbirtuu‼ ✅ Sa'uudi Arabiyyatti baatiin waan mul'atteef Ramadaanni har'a galgala jalqaba. Baga ittiin nu gahe.Ahlan yaa Ramadaan Ramadan 1(Sanbata Xiqqaa) ~Taraawiin har'a jalqaba. The Crescent of #Ramadan 1443/ 2022 was SEEN in multiple Locations in Saudi Arabia, subsequently 1st Ramadan 1443 will be on Saturday, 2nd April 2022. || @Baytal_Nur ||
Hammasini ko'rsatish...
Warra Jannataa! Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: “Yommuu warri Jannataa Jannata seenan, Rabbiin subhaanahuu wa ta’aalaa ni jedha: isiniif dabalaa waa ni barbaadduu?” Isaanis ni jedhu: Fuula keenya hin ibsinee, ibidda irraa nu baraaruun Jannata nu hin seensifnee?” Egasii Inni (Rabbiin) haguuggi ni saaqa. Gara Gooftaa isaanii jabaa guddaa ta’e ilaalu caalaa wanti isaan biratti jaallatamaa ta’e isaaniif hin kennamne.” Sahiih Muslim (Rabbii isaanii ilaalun wanta hunda caalaa isaan biratti garmalee jaallatamaa kan ta’eedha.) Qur’aana keessatti: وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاضِرَةٌ٢٢۝ إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٞ٣٢۝ “Fuulli [gariin] Guyyaa san ni ifu. Gara Gooftaa isaanii ilaalu.” Suuratu Al-Qiyaamah 75:22 Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa rahmataa fi tola Isaatiin warra kana keessaa nu haa taasisu. Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Hammasini ko'rsatish...
Karaan qajeelaan ifa bahaadha! Rabbiin subhanahuu wata'aalaa akkana jedha: (وَتَعَاوَنُوا۟ عَلَى ٱلْبِرِّ وَٱلتَّقْوَىٰۖ وَلَا تَعَاوَنُوا۟ عَلَى ٱلْإِثْمِ وَٱلْعُدْوَٰنِۚ وَٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَۖ إِنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعِقَابِ) "Toltuufi sodaa Rabbii irratti wal gargaaraa; diliifi daangaa dabruu irratti wal hin gargaarinaa; Rabbiin sodaadhaa; dhugumatti, Rabbiin adabbiin isaa akkaan cimaadha" Suuratu al-Maa'idaah Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Hammasini ko'rsatish...
✅Baatii Sha'abaanaa Baatii Rabbiin Sadarkaa Isii Ol Fuudhe Sadarkaa Isii Irraa:- Baatin Sha'abaana Baati Dalagan Ilma Namaa Gama Rabbii Olfuudhamtu Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhanii jiru Baatin Sha'abana baati dalagan ilma nama gama Rabbii olfuudhamtu ja'e, Ani niijaaladha dalagan tiyya olfuudhamu anaa soommana qabuu ja'e Sallalahu aleyhi wasalam Tanaaf baati sha'abana heddu isaa soommanan dabarsa ture Ergamaan Rabbii ﷺ ....... Akkuma Haati mu'imintoota Aishan R.A jetteti "baati sha'abaana xiqqo malee guutu isaa soommanu ture" Dalagaan ilma nama torbaanirra guyya isniina fi kamisa gama Rabbii olfuudhamti amatarra ammo baati sha'abaana olfuudhamti akhi yaa uktii dubbiin khaatimaadha dalaga tee ta amata guutu san waan balleessite irra towbadhu galmee tee gubba diliin sun osoo jirtu gama rabbii olfuudhamun sittin ulfaatu? Tanaaf amma towbadhu gama rabbii deebi'ii dalaga gagaarii baay'isii adaraa... adaraa... warra nabiin baanu san hin tahin hin dagamin baati tana kessatti. Baatiin sha'abaana baati Ergamaan keenya ﷺ akkan itti xiyyeefate waan tahef hundumti keenya ibaadaratti, Istigfara, salaata sunna fi soommana irratti haa jabaannu isiniin ja'a. Rabbii warra waan dhagahetti fayyadamu nu haa godhu ammas nama of dagatu Rabbii nun godhin. Share godhii yaadachiisi
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Asalamu'Aleykum Warahmatullahii Wabarakatuu ODUU GAMMACHIISAA MAJLIS DAARUL HADIIS (MAJLISA SHEEKH ABDULAXIIF MATTAAN ) Kan magaalaa HARAMAAYAA keeysatti arkamu guyyaa ALHADAA (20/06/2014) Rajaba 26,1443 Sa'aa 2:00 Irratti muhaadaraa xumura waggaa (Gaggeeysaa Barattootaa ) tiif, Ulamaa'otaa fi Munshidoota babbeekkamoo afeeree waan jiruuf isiniis akka irratti arkamtanii qooda irraa fudhattan isin gaafanna. NAGAYAA WAJJIIN !!!
Hammasini ko'rsatish...