Professor Marara Guddinaa
Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
430
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Repost from Najat Hamza
Photo unavailableShow in Telegram
Galata rabbi
ኮሎኔል ገመቹ ተፈቷል።
Qabsoon itti fufa‼️
Kol. Gammachuu Ayyaanaa baga Rabbi Rabbi nagaan si baase.
Warri hafes hiikamuu qabu.
Repost from 𝐎𝐃𝐀𝐀 𝐍𝐄𝐖𝐒
Amma namni keenya baay'een tarkaanfii naannoo Amaaraa keessatti fudhatamaa jiruun yoo mirqaanu argaa jirra. Kan itti aanee dhufu itti hin mul'anne. Warri federaalaa kun waanuma naannoo san jilbeenfachiisanii kan biraa usanii laalanu kan se'us hedduu dha. Dhugaan jiru garuu, Oromoorraa silas hiraarri dhaabatee hin beeku tahuyyuu, duula kaabaarraa as deebii wanni Oromiyaatti tahuuf jiru na yaaddessa. Qalbii warra Amaaraa fincila kajeelaa jiru dhidhiibuuf jecha Bilxiginnaan akkuma barte hammeenya isii daangaa hin qabne san Oromoo irratti jabeessiti. Kan amalaa fi kaayyoo PP dagatee amma mirqaanu kun gaafas ammoo booyichatti deebi'a. Kanaafuu miira keenya boruuf qusachuun hin badu.
Repost from Najat Hamza
Eessaa kaane? Eessa jirra? Eessatti deemna? Maaltu nurraa eegama? Abbaan tarsiimoo qabsoo Oromoo waan jedhu qaba. Obsaan eeggadhaa!!!
Hammasini ko'rsatish...
ODUU Hatattama Qeerroon mormii Hiriira itii fufun Motumma Mudamsisa jira kuno @Moha Oromo
#OLA #subscribe #like #share
Jawar, Baqqalaa fi Hamzaa Booranaa amma bahanii jiru! Baga gammanne!
Hammasini ko'rsatish...
Siyaasa Itoophiyaa: Jawaar fa’i akka bahan itti himame, Iskindir Naggaan hiikamee bahe
Jawaar Mohaammad dabalatee hogganoonni paartii mormituu Kongirasii Federaalawaa Oromoo fi namoonni isaan waliin himatamanii mana amala sirreessaa Qaallitti jiran akka bahan itti himamuu abukaatoon isaanii himan.
Murattuu Too
https://youtu.be/lEQvvvlXa-Y
Daraartu Tulluu Jawar mohammed hatattaman mana hidhaati bahuu qaba jette.
#daraartu_tulluu
Subscribe godhuudhaan nu gargaraa channel YouTube kenyaa
https://youtube.com/channel/UCgwAdMMjngyJZ7QLUBefpWA
Amma erga jarri PP hangana wal qoccolte booda akka amala isii ibsa baastee ajjeechaa Abbootii Gadaa fi saamicha ilaalchisee qorannee seeratti dhiheessina jechuu malti. Ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuu ifatti amananii garuu qaamni itti gaafatame tokko hin jiru. Ummata sobuun hin danda’amu!
Hiikkaan Jalqabamee jira, Jaal Abdi Raggaasa hiikkaman, Baga Nagayaan baatan! Ajjabanii akka gara manaa deemaniin namootni argan nuuf mirkaneeysanii jiran.
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.