cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kal e-telecom

๐™ด๐š๐š‘๐š’๐š˜ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐šŒ๐š˜๐š– Bakka bu'aa fi Giddu gala Gurgurtaa MT telekoomi Sim card telebirr Mobile card ๐™บ๐šŠ๐š• ๐šŽ-๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐šŒ๐š˜๐š– @Kaletc

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
179
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

alami-366.apk21.98 MB
Repost fromย Kal e-telecom
Kabajamtoota maamiloota koo Sababa #Ethio_telecom seera haaraa baaseen MT fi Majen irratti hanqin kaardiin Uumamee jira. Kana furuuf application #Alami jedhu kana busudhaan itti fayyadamu ni dandessu. #Alami... Kal e-telecom Amboo
Hammasini ko'rsatish...
alami-366.apk21.98 MB
Photo unavailableShow in Telegram
alami-366.apk21.98 MB
Photo unavailableShow in Telegram
#Duhaa_kahuu โœ Kiristoos akka durba irra dhalate nama ta'ee, namoota baay'eetti gaafii hin ta'u. Isa kana bareechaani beeku. โ—๏ธGaruu, Fannifamee, du'ee Awwalamuu fi du'aa ka'uun isaa namoota baay'ee biratti akka kijinaatti ilaalama. โ™จ๏ธHaa ta'u malee, DHalachuun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo nuuf hin Dunee. โ™จ๏ธ Du'uun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo du'aa hin kaane. โ—๏ธHaqiin Kun beekamu fi hubatamu qaba. โœ… Yesuus isuma durba irra dhalate sanatu du'ee du'aa ka'e. Inni Amma mirga Abbaa isaa jira. Deebi'ee akka dhufuus beekamadha. โ€ผ๏ธBaga yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe! ๐Ÿ™ Ayyaana du'a ka'uu gaarii! Kal e-telecom Amboo 2022/2014
Hammasini ko'rsatish...
01:18
Video unavailableShow in Telegram
9.34 MB
halima-366.apk22.33 MB
https://t.me/Kaletelecom Teeleebirriin maal hojjechuu dandeenya? (1) Teeleebirriin eenyummeessa/akkaawuntii baankii osoo isin hin barbaachisin moobayila keessaniin haala isiniif mijatuun maamiloonni tajaajiloota faayinaansii karaa salphaa taโ€™een akka argatan kan taasisu qarshii diijitaalaati. teeleebirriin maamiloonni haala mijataan akka fayyadaman kan isaan taasisu: 1. Qarshii galchuu fi baasuu. 2. Qarshii erguu fi fudhachuu. 3. Yeroo qilleensaa fi kuufama moobayilaa bituuf. 4. Tikkeettii bitachuuf (fkn paarkii tokkummaa). 5. Galii funaanuu keessatti hirmaachuuf: fkn hidha haaromsa guddicha itiyoophiyaaf qarshii arjoomuuf. 6. Meeshalee/tajaajilootaa suuqii/iddoo adda addaatti argamaniif kaffaltii raawwachuuf. 7. Maamilootarraa kaffaltii fudhachuuf.
Hammasini ko'rsatish...

base.apk21.65 MB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.