cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingĀ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

kennaa fannoo jaalaa

mariyaamiin qubedha barumsaa hundumaa

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
129
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Daandii dhugaan eessa Jedhaatii iyyaafadhaa Achiirras kan deeman Abboota gaafadhaa Hawwii biyyaa lafaa Hundaa isaa dhiisanii Daandii dhugaaf jecha Lubbuu isaanii baasanii Maal kana qofaree Waan isaan ta'an Mana waaqa eeguuf Bu'a ba'ii hedduu ba'an Akkanaan kaaffalanii aarsaa Ortodoksii asin ga'anii Ofii isaanii wareeganii Dirqama afuuras ba'anii Garuu dhaloonni ammaa Kan seexanan guutamee Inni bu'aa darbuuf jedhee Horii boor darbuuf bitamee Ortodoksii diiguuf yaada Balleessuudhafis arifataa Waan hin danda'amneef Gochuuf bishaan alaanfata Inni Ortodoksii diiguuf Karoorfatee yaaduu harraa Guyyaa dhumaatti ni argata Waan hojjetee waaqarraa Ortodoksiin dandiidha Bu'uura hundee raajotaa Waaqni kan nuuf kenne Bu'uura hundee bartootaa Ega akkas ta'e Ortodoksiin Maaf gadhiisnee kufnaa? Bu'aa darbuuf jenneetii Fannoo Keenya ofirra kutnaa? Jabaannee haa dhaabbannu Galuudhaaf dhugaa iddoo Amantiin jaalala baarsiisuu Ortodhoksii Tawaahidoo ~~~~~~~~ By āœļø Firee Hayimaanoot Join šŸ‘‰ Firee Hayimaanoot
Hammasini ko'rsatish...
Bagga ayyanaa dhachuu goftaan isiin gahe
Hammasini ko'rsatish...
+ Dubartii ati naaf laatte + Waaqayyo Addaamiin , "Mukan hin nyaatin jedherraa nyaattee?" Jedhee gaafate. Addaamis :-Dubartii ati akkasheen na duukaa jiraattuuf naaf laattetu mukicharraa naaf kenninaanan nyaadhe jedhe. Waanuma nama dhibudha! Dubartiiti naaf laattee! Haadha manaa koo hin jenne. Guyyaa gaafa Addaamiif Hewaan wal argan Addaam maal akka jedhe yaadadhaa, "Lafeenshee kun lafeekoodha Foonshees foonkoodha" isheen jedhee ture. Addaam haadhaaf Abbaa qabaachuu baatus akkas jedhee ture, "Namni Abbaaf haadhasaa nii dhiisa ; haadha manaa isaa wajjinis tokko ta'a (waltumsa)" isheen jedhee ture. Qullaa isaanii ta'aan illee wal hin saalfatan turani. Amma qullaa ta'uusaa qofaa utuu hin ta'iin, Hewaanumattuu in leeyya'e. Akka waan sila abbaaf haadha dhiisa hin jenneetti Hewaanumaanuu dhiise. Haadha manaa isaa wajjin tokko ta'uu, waltumsuun hafee himata jalqabe. Qaamakoo lafeekoo jechuun hafee dubartiiti naaf laatte jedhe. Yeroon dinqa misirrummaa hafee haadha manummaasheera dubartummaanshee qofaan isatti mul'ate. Gaa'ila qofaarratti miti kan nuti waa jalqabarratti kan keenya goonu ; waa gaafa gara nutti dhabuus qabeenyummaa wantasanaa gara abbaa sanaatti deebisna. Hojiiti naaf laatte Maatii ati naaf laatte Ganda ati naaf laatte Biyya ati naaf laatte Geggeessaa ati naaf laatte Dhibantaa ati naaf laatte Foon dadhabaa ati naaf laatte Ijati naaf laatte Kennaa inni kaleessa nuuf kenne faarfannee fudhannee, har'aa ittiin aarii ba'uuf fayyadamna. Kan ati naaf laatte , Kan ati naaf laatte ... naaf laannaanan nyaadhe jennee ija balasiin cuffannee nyaanneef uumaa himanna. Dn Heenook Haayilee Caamsaa, 17/2012 @amantaakoo
Hammasini ko'rsatish...
Gooftaan keenya utuu Mana Simi'ooniin jiruu, Maariyaam isheen haati Urgooftuu; Waa'ee isheen Qaruuraatti urgooftuu gatiinsaa Meetii 300 baasu fiddee fi cabsitee dhangalaastee yemmuu dubbatetti, "Dubartii kana maaliif rakkiftu? Isheen waan gaarii anaaf goote. ..........Ani dhuguman isiniin jedha, guutummaa biyya lafaatti, idoodhuma Wangeelli itti lallabametti wanti isheen goote immoo yaadannoo isheetiif in dubbatama"Jedhee ture. (Mat.26:10-11) Dubartii galgala tokkittiitti Kiristoosiif Hojii gaarii hojjette namoota tuffachuuf yaalan Kiristoos erga ifateetii, Qulqulleettii Arseemaa [St. Hripsime] ishee bara jireenyashee hundumaa hojii gaariif dadhabde kan hin kabajneef immoo ifata akkamiitu ta'aaf laata? Maariyaam Haati urgooftuttiin Ejjaan gadadootti jiraachaa turtee, dhumarratti imimmaanshee Urgooftuu wajjin walitti maktee, kan miilla Gooftaa jalatti kuftedha. Qulqulleettiin Arseemaan garuu, durbummaatti jiraachuuf jettee, Moototaafi bulchitoota biratti gidiraa baay'ee kan fudhatte, Urgooftuu Qaali'aa tuffattee urgaa jaalala Kiristoosiin kan faayamte turte. Kiristoos waan Maariyaam haati urgooftu goote, yaadannoosheef akka ta'utti guutummaa addunyaarratti dubbatama jedhe. Maariyaam haati urgooftuu kan isheen jaalala Kiristoosiif cabsite Qaruuraadha, kan isheen dhangalaaste urgooftuudha. Qulqulleettiin Arseemaan garuu kan isheen cabsite morma isheedha kan isheen dhangalaaste dhiiga isheedha. Kanaaf waa'een ishee guutummaa addunyaarratti dubbatama. Arseemaa Arseemaa Arseemaa Dn Heenook Haayilee Fulbaana 29 B.A.2013
Hammasini ko'rsatish...
ā€‹ā€‹āœž #į‰³įŠ…įˆ£įˆ„_6 āœž āœžāœžāœž įŠ„įŠ•įŠ³įŠ• "įˆˆį‹µįŠ•įŒįˆįŠ“ įˆ°įˆ›į‹•į‰µ į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›" : "įŠ į‰£ įŠ į‰„įˆ­įˆƒįˆ" įŠ„įŠ“ "į‰…į‹±įˆµ įˆµįˆį‹–įŠ• įŒ«įˆ› įˆ°įŠį‹" į‹“įˆ˜į‰³į‹Š į‰ į‹“įˆ į‰ įˆ°įˆ‹įˆ įŠ į‹°įˆØįˆ³į‰½įˆ āœžāœžāœž #į‰…į‹µįˆµį‰µ_įŠ įˆ­įˆ“įˆ›_į‹µįŠ•įŒįˆ įŠ„įŠ“į‰³į‰½įŠ• į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• į‰ įˆįŠ• įŠ„įŠ•įˆ˜įˆµįˆ‹į‰³įˆˆįŠ•? įŠ„įˆ­įˆ· į‰ įŠ į‹µįˆ›įˆµ įˆ‹į‹­ į‰°į‰€įˆįŒ¦ įŠ„įŠ•į‹°įˆšį‹«į‰ įˆ« įŠ„įŠ•į‰ įŠ“į‰µįŠ“ įŠ­į‰„įˆÆ į‰„į‹™ įŠį‹:: įˆ˜į‹µįŠƒįŠ’į‰³į‰½įŠ• įŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµ į‰ į‹ˆįŠ•įŒŒįˆ įŠ„įŠ•į‹³įˆˆį‹ "į‰ į‰°įˆ«įˆ« įˆ‹į‹­ į‹«įˆˆį‰½ įŠØį‰°įˆ› įˆį‰µįˆ į‹ˆįˆ­ įŠ į‹­į‰»įˆ‹į‰µįˆįŠ“" (įˆ›į‰“. 5:11) į‹Øįˆ°įˆ›į‹•į‰· įˆ•į‹­į‹ˆį‰µ į‰ įŠį‰³į‰½įŠ• įŠ„įŠ•į‹° į‰„įˆ­įˆƒįŠ• į‰°įŒˆįˆįŒ¦ į‹­į‰³į‹«įˆ:: ā¤ļø į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› įŠ„įŠ•į‹° įˆįŒ… į‹ˆįˆ‹įŒ†į‰æįŠ• į‰ įˆ˜į‰³į‹˜į‹ į‹°įˆµ į‹«įˆ°įŠ˜į‰½ į‰”įˆ­įŠ­į‰µ įŠ“į‰µ:: ā¤ļø į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› į‹­įˆ• į‰€įˆØįˆ½ į‹Øįˆ›į‹­įˆį‰µ į‹į‰„ įŠ“į‰µ:: ā¤ļø į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› į‹µįŠ•įŒįˆ įŠ“į‰µ:: ā¤ļø į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› į‰£įˆ•į‰³į‹Šį‰µ įŒ»į‹µį‰… įŠ“į‰µ:: ā¤ļø į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› įŠƒį‹«įˆ įˆ°įˆ›į‹•į‰µ įŠ“į‰µ:: šŸ‘‰ į‹­įˆ•įˆµ įŠ„įŠ•į‹° įˆįŠ• įŠį‹ į‰¢įˆ‰:- įŠ į‰ į‹ į‰ į‰µį‹įŠį‰µ įŠ„įŠ•į‹° įŠįŒˆįˆ©įŠ• įŠØįˆ†įŠ į‰…į‹±įˆ± įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ į‹Øį‰³įˆ‹į‰į‹‹ įˆ°įˆ›į‹•į‰µ į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› į‰µįˆį‰… į‹ˆįŠ•į‹µįˆ įŠį‹:: į‰ į‹œįŠ“ įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰µ į‰°įŒ½įŽ įŠ„įŠ•į‹°įˆšįŒˆįŠ˜į‹ į‰ į‹šį‹« į‹Øįˆ˜įŠØįˆ« į‹˜įˆ˜įŠ• į‰…į‹±įˆµ įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ įˆ¦įˆµį‰µ įŠƒįˆ‹įŠįŠį‰¶į‰½ įŠį‰ įˆ©į‰ į‰µ:- 1. į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• įŒØįˆįˆ® į‹°įŠ“įŒįˆ‰įŠ• įˆ›įŒ½įŠ“į‰µ 2. į‰µįˆįˆ•įˆ­į‰° į‰¤į‰° įŠ­įˆ­įˆµį‰²į‹«įŠ•įŠ• į‰ įˆšįŒˆį‰£ įˆ›įŒ„įŠ“į‰µ 3. į‹Øįˆšįˆ˜įŒ£į‹įŠ• įˆ˜įŠØįˆ« įˆˆįˆ˜į‰€į‰ įˆ įˆ«įˆ±įŠ• įˆ›į‹˜įŒ‹įŒ€į‰µ:: į‰…į‹±įˆ± 3į‰±įŠ•įˆ įŠƒįˆ‹įŠįŠį‰¶į‰½ į‰ įˆšįŒˆį‰£ į‰ įˆ˜į‹ˆįŒ£į‰± įŠØįˆ«įˆ± įŠ įˆįŽ įˆˆįˆŒįˆŽį‰¹ įŠ įˆ­įŠ į‹« įˆ˜įˆ†įŠ• į‰»įˆˆ:: į‹«į‰ŗįŠ• įŠ•įŒ½įˆ•į‰µ įŠ įˆ­į‰ įŠ› į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ•įˆ įŠ įŒ½įŠ•į‰¶ į‹Øį‹°įŠ“įŒįˆ‰ įˆ˜įˆŖ įŠ į‹°įˆØįŒ‹į‰µ:: įˆ˜įŠØįˆ«į‹ įŒˆįį‰¶ įŠ„įˆµįŠØ įˆ˜įŒ£į‰ į‰µ įŒŠį‹œ į‰ įŠ įŠ•į‹µ į‹Øį‹°įŠ“įŒįˆ įŒˆį‹³įˆ į‹įˆµįŒ„ įˆ†įŠį‹ į‹­įŒøįˆį‹©: į‹­įŒ¾įˆ™: įŒˆį‹³įˆ›į‹Š įˆ„įˆ«įŠ•įˆ į‹­įˆ įˆ© įŠį‰ įˆ­:: įˆˆį‹šįˆ…įˆ įŠį‹ į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ“ į‰…į‹±įˆµ įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ įŒ»į‹µį‰ƒįŠ• į‹ØįˆįŠ•įˆ‹į‰øį‹:: į‰ įˆį‹‹įˆ‹ įŒįŠ• įˆ›įˆ•į‹°įˆØ įˆ°į‹­įŒ£įŠ• į‹²į‹®į‰…įˆįŒ¢į‹«įŠ–įˆµ į‰ įˆ˜įˆįŠ©į‹‹ į‰°įˆ›įˆ­įŠ® į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• įŠ«įˆ‹įŒˆį‰£įˆ į‰ įˆ›įˆˆį‰± į‰…į‹±įˆµ įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ į‹µįŠ•įŒįˆįŠ• įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• įŒØįˆįˆ® įŠ­įˆ­įˆµį‰²į‹«įŠ–į‰½įŠ• į‹­į‹ž į‹ˆį‹° įŠ įˆ­įˆ›įŠ•į‹« į‰°įˆ°į‹°į‹°:: į‰ įŠ įˆ­įˆ›įŠ•į‹«įˆ į‰ įŠ įŠ•į‹µ įŒˆį‹³įˆ į‹įˆµįŒ„ į‰°į‹°į‰„į‰€į‹ į‰ įŒ¾įˆįŠ“ į‰ įŒøįˆŽį‰µ įˆˆįŒ„į‰‚į‰µ įŒŠį‹œ į‰†į‹©:: įŠįŒˆįˆ­ įŒįŠ• įˆØįˆƒį‰„ įˆįŒƒį‰øį‹:: į‹Øįˆšįˆ‹įˆµ į‹Øįˆšį‰€įˆ˜įˆµ įŠįŒˆįˆ­ į‰ įŠ įŠ«į‰£į‰¢į‹ į‰£įˆˆ įˆ˜įŠ–įˆ© į‰…į‹±įˆµ įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ į‹ˆį‹° įŠØį‰°įˆ› įˆˆįˆ˜į‹įŒ£į‰µ į‰°įŒˆį‹°į‹°:: į‰ į‹šį‹«įˆ į‰ į‹µįˆ­įŒ£į‹µįˆµ į‰¤į‰° įˆ˜įŠ•įŒįˆµį‰µ į‹įˆµįŒ„ į‰£įˆ­įŠį‰µ į‰°į‰€įŒ įˆØ:: į‰ įˆšį‹«įŒˆįŠ›į‰µ įŒˆįŠ•į‹˜į‰„įˆ į‹ˆįŒˆįŠ–į‰¹įŠ• į‹­įˆØį‹³ įŠį‰ įˆ­:: įˆ˜įŠØįˆ«į‹ įŒįŠ• įŠ įˆˆį‰€į‰ƒį‰øį‹įˆ:: įˆ­įŒ‰įˆ į‹²į‹®į‰…įˆįŒ¢į‹«įŠ–įˆµ į‰…į‹±įˆ³įŠ‘ į‹ˆį‹° įŠ įˆ­įˆ›įŠ•į‹« įˆ˜įˆ”į‹³į‰øį‹įŠ• įˆµįˆˆ įˆ°įˆ› į‹­į‹ž įŠ„įŠ•į‹²įˆįŠ­įˆˆį‰µ į‹µįˆ­įŒ£į‹µįˆµįŠ• įˆ‹įŠØį‹:: į‹µįˆ­įŒ£į‹µįˆµ įŒįŠ• į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• į‰£į‹«į‰µ įŒŠį‹œ įŠØį‹į‰ į‰· į‹Øį‰°įŠįˆ³ įˆ˜į‰³įŒˆįˆµ į‰£įˆˆįˆ˜į‰»įˆ‰ "įŠ«įˆ‹įŒˆį‰£įˆįˆ½" įŠ įˆ‹į‰µ:: į‹µįŠ•įŒįˆŠį‰± įŒįŠ• "įŠ„įŠ” į‹ØįŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµ įˆ™įˆ½įˆ« įŠįŠ: įŠ į‹­įˆ†įŠ•įˆ" įŠ įˆˆį‰½į‹:: įˆŠį‹«įˆµįˆįˆ«įˆ«į‰µ įˆžįŠØįˆØ:: į‹į‹­įŠ— įŠ„į‹«į‹Ø į‹°įŠ“įŒįˆ‰įŠ• įŒØįˆįŒØį‹į‰øį‹:: įŠ įˆįˆ³įŠ«įˆįˆ… į‰¢įˆˆį‹ į‰ įŠ į‹°į‰£į‰£į‹­ į‰ įŒį‹µ įˆŠį‹«įŒˆį‰£į‰µ į‰¢įˆžįŠ­įˆ­ įŠ„įŒįŠ• įŒ įˆį‹į‹› į‰ įˆ°į‹ įˆįˆ‰ įŠį‰µ įˆ˜įˆ¬į‰µ įˆ‹į‹­ įŒ£įˆˆį‰½į‹:: įŠ„įŒ…įŒ įˆµįˆ‹įˆįˆØ įŠ įˆµįŒˆįˆØį‹į‰µ: įŠ įˆ°į‰ƒį‹«į‰µ: į‹į‹­įŠ—įŠ•įˆ įŠ į‹ˆįŒ£:: į‰ įˆ˜įŒØįˆØįˆ»įˆ įŠ įŠ•įŒˆį‰·įŠ• įŠ įˆµį‰†įˆ­įŒ¦ įŠØįˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰± įŒ‹įˆ­ į‰°įˆ«įˆ« įˆ‹į‹­ įŒ£įˆ‹į‰µ:: įŠØįŠįŒˆįˆ­ įˆįˆ‰ į‰ įˆį‹‹įˆ‹ į‹µįˆ­įŒ£į‹µįˆµįŠ“ į‰£įˆˆįˆŸįˆŽį‰¹ įˆˆįŠ į‹°įŠ• į‰ įˆ”į‹±į‰ į‰µ įˆ­įŠ©įˆµ įˆ˜įŠ•įˆįˆµ į‹ˆį‹° įŠ į‹įˆ¬įŠį‰µ (įŠ„įˆŖį‹«įŠį‰µ) į‰€į‹Øįˆ«į‰øį‹:: į‹ØįŠ•įŒ‰įˆ” įŠ„įŠ•įˆµįˆ³ (įŠ į‹įˆ¬) įˆ˜įˆ†įŠ• į‰ įŠ įˆ­įˆ›įŠ•į‹« į‰³įˆ‹į‰… į‹µįŠ•įŒ‹įŒ¤įŠ• įˆįŒ įˆØ:: į‹ØįŠ•įŒ‰įˆ” įŠ„įˆ…į‰µ įˆµį‰³įˆˆį‰…įˆµ į‰ įˆ«į‹•į‹­ "įˆˆįŠ„įˆ˜ įŠ¢į‹«į‹•įˆØįŒįˆį‹Ž įˆˆįŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ įŠ įˆį‰„įŠ­įˆ™ į‹µįŠ‚įŠ•-įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµįŠ• įŠØį‰°į‰€į‰ įˆØį‰ į‰µ įŠ«įˆ‹į‹ˆįŒ£į‰½įˆį‰µ įŠ į‰µį‹µįŠ‘įˆ" įŠ įˆ‹į‰øį‹:: į‹ˆį‹²į‹«į‹įˆ į‰†įįˆØį‹ įŠ į‹ˆįŒ”į‰µ:: į‰…į‹±įˆ± įŠ„įŠ•į‹° į‹ˆįŒ£ į‹•įˆØįį‰µįŠ• įŠ įˆįˆįˆˆįŒˆįˆ:: įˆˆ15 į‹“įˆ˜į‰³į‰µ į‰€į‰£įˆŖ įŠ įŒ„į‰¶ į‹Øį‰°į‰ į‰°įŠį‹įŠ• į‹Øį‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ•įŠ“ į‹Øįˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰±įŠ• įŠ įŒ½įˆ įˆ°į‰„įˆµį‰¦ į‰ įŠ­į‰„įˆ­ įŠ įŠ–įˆØį‹:: į‹µįˆ­įŒ£į‹µįˆµįŠ“ į‰£įˆˆįˆŸįˆŽį‰¹įŠ•įˆ į‹ˆį‹° į‰ įˆ­įˆƒ įˆ’į‹¶ įˆį‹ˆįˆ³į‰øį‹:: į‹Øįˆ°įˆ›į‹•į‰· į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ› įŠ įŒ½įˆ į‰ 14įŠ›į‹ įˆ˜į‰¶ įŠ­/į‹˜įˆ˜įŠ• įŠØįˆŒįˆŽį‰½ įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰µ įŠ įŒ½įˆ įŒ‹įˆ­ įŠ¢į‰µį‹®į‹½į‹« įŠ„įŠ•į‹° įˆ˜įŒ£ įŠ į‰£į‰¶į‰»į‰½įŠ• į‰ į‰µį‹įŠį‰µ įŠįŒįˆØį‹įŠ“įˆ:: įˆˆį‹šįˆ…įˆ į‹­įˆ˜įˆµįˆ‹įˆ į‰”įˆ­įŠ­į‰· įŠ„įŠ“į‰³į‰½įŠ• įŠØįˆŒįˆŽį‰½ įˆƒįŒˆįˆ«į‰µ įˆˆį‹­į‰³ įˆˆįŠ¢į‰µį‹®į‹½į‹«į‹į‹«įŠ• įˆį‹© įį‰…įˆ­ į‹«įˆ‹į‰µ:: į‰ į‹‹įŠ“į‹ įŒˆį‹³įˆŸ (į‹ˆįˆŽ /įŠ©įˆ‹įˆ›įˆ¶/ : įˆµį‰£ : į‹įˆµįŒ„ į‹ØįˆšįŒˆįŠ įŠį‹) įŒØįˆįˆ® įˆµįˆŸ į‰ į‰°įˆ«į‰ į‰µ įˆįˆ‰ įŠƒį‹­įˆįŠ• į‰³į‹°įˆ­įŒ‹įˆˆį‰½įŠ“:: įŠįŒˆįˆ­ įŒįŠ• į‹ˆįŠ•į‹µįˆžį‰¼įŠ“ įŠ„įˆ•į‰¶į‰¼ į‰ į‰…į‹µįˆµį‰· įŠ„įŠ“į‰³į‰½įŠ• įˆµįˆ į‹ØįˆšįŠįŒį‹± įˆ„įŒ‹į‹į‹«įŠ• įˆ°į‹Žį‰½ į‰ į‹į‰°į‹‹įˆįŠ“ įŠ„įŠ•įŒ įŠ•į‰€į‰…:: į‹Øįˆ°įˆ›į‹•į‰· įŠ­į‰„įˆ­ į‰„į‹™ įŠį‹įŠ“ į‰ įˆ•įˆįˆ įˆ‹į‹­ į‰„į‰» įŠ įŠ•į‰³įˆ˜įŠ•:: įŠ į‰£ įŠ„įŠ•įŒ¦įŠ•įˆµ įŠ„įŠ•į‹³įˆ‰į‰µ "į‰ įˆ•įˆįˆ™ į‹Øįˆšį‰³įˆ˜įŠ• įˆ°į‹ įŠØįŠ•į‰± įŠį‹įŠ“::" (įˆ˜į‹. 75:5) į‰ į‹šįˆ… į‹•įˆˆį‰µ įŠØįˆ°įˆ›į‹•į‰· įŒ‹įˆ­ į‹Øįˆ˜įŠ•įˆįˆµ įŠ„įŠ“į‰·įŠ• į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įŒ‹į‰³įŠ• įˆįŠ“įˆµį‰£į‰µ į‹­įŒˆį‰£įŠ“įˆ:: į‹­įˆ…į‰½ įŠ„įŠ“į‰µ įŠ„įˆ˜-įˆįŠ”į‰µ įˆµį‰µįˆ†įŠ• į‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ• į‰³įˆµį‰°įˆįˆ«į‰µ: į‰³įŒøįŠ“į‰µ: įŠØįŒįŠ—įˆ į‰µį‰†įˆįˆ‹į‰µ įŠį‰ įˆ­:: įˆØįˆƒį‰§įŠ•: įŒ„įˆŸįŠ•: įˆµį‹°į‰·įŠ•: įˆ˜įŠØįˆ«į‹‹įŠ•įˆ įˆįˆ‰ įŠ į‰„įˆ«į‰µ į‰°įˆ³į‰µį‹įˆˆį‰½:: į‰ įįŒ»įˆœį‹įˆ įŠ į‰„įˆ«į‰µ į‰°įˆ°į‹­į‹įˆˆį‰½:: į‹­įˆ…į‰½ į‹•įˆˆį‰µ įˆˆį‰…į‹µįˆµį‰µ įŠ įˆ­įˆ“įˆ›įŠ“ įˆˆį‰°įŠØį‰³į‹®į‰æ įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰µ į‹Øįįˆ°į‰µįŠ“ į‹Øį‰…į‹³įˆ“ į‰¤į‰µ įˆ˜į‰³įˆ°į‰¢į‹« įŠ“į‰µ:: į‹įŠ­įˆØ į‰…į‹±įˆ³įŠ• šŸ’š @ortodoxmezmur šŸ’š šŸ’› @ortodoxmezmur šŸ’› ā¤ļø @ortodoxmezmur ā¤ļø
Hammasini ko'rsatish...

Tiksee Gaaridha Ati Tiksee gaariidha ati Tiksee hin dagannee Yaa uumaa ummatoota nuti sii Abdannee Ammas nuu tifkadhuu yaa Abbaa Jaalala(2) Ceesisa Tiksee Gaarii ta'ee jaalalan nu tiksuuf Ofitti nuu qabee inni nuu kunuunsuuf Cubbuu hunda keenya isatu nuu dhisee Madaa hunda keenyaas isatu nuu gogsee Ceesisa Gooftaa Iyyesuus maaloo nuu Eebisii Yaa waaqayyoo uumaa ati nuu fayyisii Mana kee keessatti akka nuti hin badne Ati nu yaadadhu akka kufene hin hafnee Ceesisa Yeroo Rakkoo keenyas inni nuu gaafataa Dhiphina keessayiis inni nuu Baafata Abbaa gaari qabna Amaanaa yaa nama Nama hin dagaatu inni hamma dhumaa
Hammasini ko'rsatish...
šŸŒŗIYYASUUS KIRISTOOS EENYUDHA?šŸŒŗ āž”ilma Daawwit. (Maat. 1~1)āž”ļøKiristoos. (Maat.1~16) āž”ļøIyyaasuus Maat 1~21 āž”ļøAmaanu'el. Maat. (1~23, Isa. 7~14.) āž”ļøilma Waaqayyoo. (Maat. 26~63.) āž”ļøMootii Ayihuudii. (Maat. 27~37) āž”ļøMooti Israa'eel (Maar "15~32) āž”ļøilma filatamaa. (Luq.9~35.) āž”ļøMasihii Yoh. (1~41.) āž”ļøQoricha Addunyaa. (Yoh. 4~42.) āž”ļøBuddeena Samii. (Yoh. 6~32.) āž”ļøBuddeena Jireenya. (Yoh. 6~5.) āž”ļøQulqulluu fi qajeelaa (Yoh. Ho. Du. Bu. 20~42) āž”ļøGooftaa. (Room. 10Ć·8~13.) āž”ļøQoricha. (Room. 11~26.) āž”ļøHoolaa Faasikaa. (1Qor. 5~7.) āž”ļøJecha Jireenya. (1Yoh. 1~1) āž”ļøilma Abbaa. (Yoh. 1~3). āž”ļø ilma tokkicha waaqayyoo. (1Yoh. 4~9.) āž”ļø Leenca yihudaa. (Mul. 5~5.) āž”ļø Mootii moototaa. (Mul. 19~16.) āž”ļøGooftaa gooftotaa. (Mul. 19~16 Utuu Addunyaan hin Uumamin dhalli namaafi Ergamoonni Qulqulloonni haala hin Beekneen Abbaa isaa Isa samii irraa, haadha Malee dhalate. (Far. 2 : 7) šŸŽšAddunyaa / lafa Irraati immoo durbee Maariyaamii irraa Abbaa Malee dhalate.Luqaas 2 : 6 - 11 1. Uumaa (Waaqadha) Kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin Uumamin dura Amalummaa abbaa isaa Wajjin ture. Yohaannis 1 : 2-3 Yohaannis 17 : 5 Qolaasiis 1 : 17 2. MUCAA WAAQAYYODGHA šŸŽšā†ŖMormitoonni isaa amananiiru Yohaannis 5 : 28 šŸŽšā†ŖQulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. Gooftaanis dhugaa ba'uu pheexiroos fudhateera. Maatewoos 27 : 32 - 56 Yohaannis 6 : 69 šŸŽšā†ŖGooftaan Iyyasuus kiristoos Mirkaneesseera. 3. IYYASUUS KIRISTOOS CUBBUU HIN HOJJENNE . KUNIS WAAN WAAQA TA'EEFIDHA. šŸŽšā†Ŗ Gooftaanis jarreen mormitoota isaa gaafatee qaanesseera. ā†ŖQulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. 1pheexiroos 2 : 21 - 22 šŸŽšā†ŖQulqulluun phaawuloosis Iyyasuus kiristoos cubbuu hojjechuu irraa walaba tahuu isaa Qulqullummaa isaa ibsee barreesseera. 2Qoronxoos 5 : 21 4. IYYESUUS CUBBUU NAMOOTAA DHIISEERA. CUBBUU DHIISUU KAN DANDA'U WAAQAYYO DUWWAADHA. šŸŽšā†ŖJecha raajeffannoo Barsiisota Seeraa Maariqoos 2 : 7 šŸŽšJecha amanamaaa dhugaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Maatewoos 9 : 6 Yohaannis 8 : 11 5. RAAJIIWWAN ADDAA GOCHUU ISAA. Raajiiwwan 36 taasiseera. šŸŽš Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa Maatewoos 8 : 9-13 Luqaas 4 : 31-44 Luqaas 5 : 12-15 šŸŽšYohaannis 4 : 43 ti hanga Yohaannis 5 : 16 dubbifadhaa. šŸŽš WARRA BEELA'AAN RAAJII ISAATIIN SOOREERA. Yohannis boqonnaa 6 Maatewoos boqonnaa 6 C. DU'AA KAASEERA. Luqaas 7 : 11 - 18 Yohaannis 11 : 1 - 46 6. CUBBUU NAMAAF DU'EERA. Maatewoos 27 : 32 - 56 2 Qoronxoos 5 : 21 1pheexiroos 2 : 22 - 24 Raajii Isaayyaas 53 1Yohannis 3 : 5 - 8 1Qoronxoos 15 : 2 - 4 7. DU'A MO'EE KA'EERA. Maatewoos 28 ā€¢H.Ergamootaa 2 : 24 - 36 1Qoronxoos 15 Galaatiyaa 2 : 20 Roomaa 10 : 9 - 10 1pheexiroos 1 : 19 - 21 1Tasaloonqee 1 : 10 Du'aa ka'umsa Du'ootaa nii amanna. 8. šŸŽšMURTOO LAACHUUDHAAF LAMMATA DEEBI'EE NII DHUFA.šŸŽš ā€¢1Tasaloonqee 4 : 13 - 18 2Tasaloonqee 2 : 1 - 11 ā€¢2 Qoronxoos 15 : 51 - 57 Yohannis 14 : 1 - 6 H.Ergamootaa 1 : 11 Maatewoos 24 : 30 M.Yohaannis 1 : 7 Yohannis 21 : 23 Maatewoos 24 : 42 - 44 1Yohannis 3 : 2 - 3 Akka hojii keetti kan sitti murteessuuf , sii murteessu Kiristoos Iyyesuusidha. 2.Qoronxoos 5 : 10. ///Galanni Waqayyoof Haa Ta'u. šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’ šŸ’@RabuunišŸ’ šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’šŸ’
Hammasini ko'rsatish...
šŸ’’ #Xabala šŸ’’ ~~~~~~~~~~~ #Xaballi_Waaqayyoo_qulqulloota_tokko_tokkoof_waadaa_galeen_kan_dinqii_isa_ ittiin ibsu, maqaa qulqullicha saanaatiin kan dhibaman cuuphamanii yookaan dhuganii bishaan ittin fayyan jechuu dha. Akkasumas Maqaa Qulqullicha sanaan biyyen amananii dibatan xabala jedhama, Afaan Giā€™iziitiin ā€˜Tsebeleā€™ jechuun biyyee jechuu dha. #Kiitaaba_Qulqulluu_irrattis_fakkeenyaaf_osoo_gooftaan_laga_Yoordaanositti_hin_cuuphaniinin_dura_namootni_hedduun_itti_cuuph_muudhaan_fayyaa_akka_turan_ni_ibsa. Iyyoob dhukkuba isaa irraa kan fayyee laga Yordaanositti cuuphamee ykn dhiqateeti. Mootiin biyya Sooriyaa kan Niā€™imaan jedhamus, akkuma raajichi Waaqayyoo Eelsaan itti hime, Yordaanos dhaqee dhiqachuun dhibee lamxii irra akka fayye Kitaaba Qulqulluu irratti barraaā€™ee jira (#2Mot_5:9). Akkasuma waaā€™ee xabalaa Wangeela Yohaannis irrattis akkas jedha: ā€œ#Karra_hoolaa_isa_jedhamu_isa_mandara Yerusaaleemitti galchu bukkeedhaan bishaan kuufamaan Afaan Ibraaysixiitti, Beetsayidaa jedhamu tokkotu ture. Bishaan sana bira godoo babaldhaa shantu ture. Namootni dhukkubsataan baayā€™een, warri jaaman, warri naafa tahan, warri dhiigni isaanii gar tokko duā€™es godoota sana keessa ciisanii raafamuu bishaanicha ni eeggatu ture. Ergamaan Waaqayyoo yeroo yerootti golba bishaanichaa keessa lixee isa ni raasa, raafamuu isaa booddee, namni dura bishaanicha keessa lixe, dhukkuba isa kam iyyuu irraa ni fayya ture.ā€( #Yoh_5:1-5) Yeroo ammaas biyya keenyatti iddoowwan xabalaa hedduutu argama. Namootnis fayyaa jirachuu isaanii waan wabii barbaachisu hin fakkaatu. Dhukkuboota qoricha hin qabne kan akka HIV AIDS dabalatee dhukkuboota biroo irraas fayyaa jiru. Keessumattu Waaqayyo Waadaa qulqullootaaf seeneen, namoota badada dhaban yaadachaa jira. Xabala akka Shankoora Yohaannis akka fakkeenyatti fudhachuu ni dandeenya. Waaqayyo karaa ittiin fayyinu baayā€™isee jira. Kanaaf Amantiidhaan osoo hin shakkin yoo goone wanti hin fayyineef hin jiru.Waaqayyo inni duraan ture, hardhas ni jira, waadaan isas kan bara baraati .Kanaaf itti haa fayyadamnu. Haa taā€™u malee of eeggannoon godhamuu qaba hundumti xabala miti, hundumtis namoota cuuban miti.Namootni sobanii maqaa xabalaan dogongorsan jiru waan taā€™eef. Akkuma aarsaan iddoo isaa malee hin dhiyaanne, xaballis iddoo qaba. ā€œ#Egaa_qalma_kee_isa_gubamu_sana_iddoodhuma_arhitetti_akka_akka_hin_dhiā€™eesineef of eeggadhuā€.(Keessa Deebii ) ā˜¦ā˜¦ā˜¦ā˜¦ā˜¦ā˜¦ā˜¦ā˜¦ https://telegram.me/EOTC_Oromic @EOTC_Oromic āœāœāœāœāœāœāœāœ
Hammasini ko'rsatish...

#įŠ į‰”įŠ_įˆƒį‰„į‰°_įˆ›įˆ­į‹«įˆ_įŒ»į‹µį‰… įŠ„įŠ’įˆ… įŒ»į‹µį‰… į‹°įŒįˆž į‹ØįˆƒįŒˆįˆ«į‰½įŠ• įŠ®įŠØį‰  įŒˆį‹³įˆ įŠ“į‰øį‹:: "įŒ½į‹µį‰…įŠ“ į‰µįˆ©į‹į‰µ įŠ„įŠ•į‹° įˆƒį‰„į‰° įˆ›įˆ­į‹«įˆ" įŠ„įŠ•į‹²įˆ‰ įŠ į‰ į‹:: į‰£įˆ•įˆ­ įŠØįˆ†įŠ įŒ£į‹•įˆ˜ įˆ•į‹­į‹ˆį‰³į‰øį‹ įŒ„į‰‚į‰±įŠ• įˆˆį‰ įˆØįŠØį‰µ įŠ„įŠ•įŠ«įˆįˆ:: įŒ»į‹µį‰ įˆ˜įŠ«įŠ įˆ™įˆ‹į‹³į‰øį‹ įˆ½į‹‹ (į‹Øįˆ«į‹į‹•į‹­) į‹įˆµįŒ„ įˆ²įˆ†įŠ• įŠ į‰£į‰³į‰øį‹ įįˆ¬ į‰”įˆ©įŠ­: įŠ„įŠ“į‰³į‰øį‹ į‹°įŒįˆž į‰…į‹µįˆµį‰µ į‹®įˆµį‰“įŠ“ į‰µį‰£įˆ‹įˆˆį‰½:: į‰ į‰°įˆˆį‹­ į‰…į‹µįˆµį‰µ į‹®įˆµį‰“įŠ“ įŠ„įŒ…įŒ į‹°įˆ˜ įŒį‰”: įˆįŒ½į‹‹į‰µįŠ• į‹ˆį‹³įŒ…: į‰”įˆ­įŠ­į‰µ įˆ“į‰µ įŠį‰ įˆØį‰½:: įŠ„įŠ•į‹²į‹«į‹įˆ įŠØįŒ»į‹µį‰ įˆ˜į‹ˆįˆˆį‹µ į‰ įŠį‰µ įˆ˜įŠ•įŠ“ įŒ­į‹ įŠ«įˆˆ į‰ įˆ­įˆƒ įŒˆį‰„į‰³ įŠį‰ įˆ­:: įŒįŠ• į‹Øį‰ į‰ƒ įŒįŠįˆµ įŠ įŒįŠį‰·į‰µ "įŠØįˆ›įˆ•įŒøįŠ•įˆ½ į‹°įŒ į‹Øįˆ„įˆ‹įˆ“ į‰£įˆ­į‹« įŠ įˆˆįŠ“ į‰°įˆ˜įˆˆįˆ½" į‰„įˆį‰µ įŠ„įŠ•į‹° įŒˆįŠ“ į‰°įˆ˜įˆįˆ³įˆˆį‰½:: įŒ»į‹µį‰įŠ• į‹ˆįˆį‹³ įŠ įˆ³į‹µįŒ‹įˆ įŠ„įŠ•į‹° įŒˆįŠ“ įˆ˜įŠ•įŠ“ į‰ į‰°įŒ‹į‹µįˆŽ įŠ‘įˆ« 7 įŠ įŠ­įˆŠįˆ‹į‰µįŠ• į‰°į‰€į‰„įˆ‹ į‹įˆ­į‹įˆˆį‰½:: į‹ˆį‹° įŒ»į‹µį‰ į‹œįŠ“ įˆ•į‹­į‹ˆį‰µ įˆµįŠ•įˆ˜įˆˆįˆµ įŠ į‰”įŠ įˆƒį‰„į‰° įˆ›įˆ­į‹«įˆ įŒˆįŠ“ įˆ•įŒ»įŠ• įŠ„į‹«įˆ‰ įŠØįŠ„įŠ“į‰³į‰øį‹ įŒ‹įˆ­ į‰†įˆ˜į‹ įˆ²į‹«įˆµį‰€į‹µįˆ± "įŠ„įŒį‹šįŠ¦ įˆ˜įˆįˆØįŠ įŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµ" įˆ²į‰£įˆ į‹­įˆ°įˆ›įˆ‰:: į‹­įˆ•į‰½įŠ• įŒøįˆŽį‰µ į‰ įˆ•įŒ»įŠ• įŠ įŠ•į‹°į‰ į‰³į‰øį‹ į‹­į‹˜į‹ įˆŒįˆŠį‰µ įˆŒįˆŠį‰µ įŠ„į‹Øį‰°įŠįˆ± "įˆ›įˆØįŠ• įŠ„į‰£įŠ­įˆ…įŠ•?" įŠ„į‹«įˆ‰ į‹­įˆ°įŒį‹± įŠį‰ įˆ­:: į‹Ø5 į‹“įˆ˜į‰µ įˆ•įŒ»įŠ• įŠ„įŠ•į‹²įˆ… įˆ²į‹«į‹°įˆ­įŒ įˆ›į‹Øį‰± į‰ įŠ„į‹įŠį‰µ į‹­į‹°įŠ•į‰ƒįˆ:: į‰µįŠ•įˆ½ įŠØį į‰„įˆˆį‹ į‰ įŠ„įˆØįŠįŠį‰µ įˆ³įˆ‰įˆ įįŒ¹įˆ į‰°įˆįˆ«įˆšįŠ“ įŒøį‹‹įˆš įŠį‰ įˆ©:: įŒøįŒ‹į‹ įˆµįˆˆ į‰ į‹›įˆ‹į‰øį‹įˆ įˆįŒ… įˆ†įŠį‹ į‰„į‹™ į‰°įŠ įˆįˆ«į‰µįŠ• įˆ°įˆ­į‰°į‹‹įˆ:: į‹ØįˆįŒ£įˆŖį‹įŠ• įˆµįˆ į‹«į‰ƒįˆˆį‹įŠ• įŠ įŠ•į‹µ įŠ„įˆØįŠ›įˆ į‰ į‹“į‹Øįˆ­ įˆ‹į‹­ įˆ°į‰…įˆˆį‹ įŠ į‹įˆˆį‹į‰³įˆ:: įŠØį‹šį‹« įŒįŠ• įˆˆįŠ įŠ«įˆˆ įˆ˜įŒ įŠ• įˆ²į‹°įˆ­įˆ± į‹ˆį‹° į‰µ/į‰¤į‰µ įŒˆį‰„į‰°į‹: įˆ˜įŒ»įˆ•įį‰µįŠ•įˆ įŠ įŒ„įŠ•į‰°į‹ įˆ˜įŠ•įŠį‹‹įˆ:: į‰ įŠ į‰£ įˆ˜įˆįŠØ įŒ¼į‹“į‰… įŠ„įŒ… įŠØįˆ˜įŠįŠ®įˆ± į‰ įˆį‹‹įˆ‹ į‹Øįˆ įˆ©į‰µįŠ• į‰µįˆ©į‹į‰µįŠ“ į‹ØįŠį‰ įˆ«į‰øį‹įŠ• į‰°įŒ‹į‹µįˆŽ įŒįŠ• į‹ØįŠ” į‰„įŒ¤ į‹°įŠ«įˆ› įˆ°į‹ įˆŠį‹˜įˆØį‹įˆØį‹ įŠ į‹­į‰½įˆįˆ:: į‰£įˆ•įˆ­ į‹įˆµįŒ„ įˆ°įŒ„įˆ˜į‹ 500 įŒŠį‹œ į‹­įˆ°įŒį‹³įˆ‰:: į‰ į‹Øį‰€įŠ‘ 4į‰±įŠ• į‹ˆįŠ•įŒŒįˆįŠ“ 150 įˆ˜į‹įˆ™įˆØ į‹³į‹Šį‰µįŠ• į‹­įŒøįˆį‹«įˆ‰:: (įˆ˜įŒ½įˆį į‰…į‹±įˆµįŠ• įˆ›įŠ•į‰ į‰„ į‰³įˆ‹į‰… įŒøįˆŽį‰µ įŠį‹) į‰ 40 į‰€įŠ“į‰µ: į‰€įŒ„įˆŽįˆ į‰ 80 į‰€įŠ• įŠ įŠ•į‹“ į‰„į‰» į‹­įˆ˜įŒˆį‰£įˆ‰:: įˆįŒį‰£į‰øį‹ į‹°įŒįˆž įˆ£įˆ­įŠ“ į‰…įŒ įˆ į‰„į‰» įŠį‹:: į‰ į‹Øį‹•įˆˆį‰± į‹«įˆˆ įˆ›įˆµį‰³įŒįˆ įˆ›į‹•įŒ įŠ•į‰µ į‹«įˆ³įˆ­įŒ‹įˆ‰:: (įŠ«įˆ…įŠ• įŠ“į‰øį‹įŠ“) į‹˜į‹ˆį‰µįˆ­ į‰ įŠ•įŒ½įˆ•įŠ“ į‰…į‹±įˆµ įˆ„įŒ‹į‹įŠ• į‹­į‰ įˆ‹įˆ‰: įŠ­į‰”įˆ­ į‹°įˆ™įŠ• į‹­įŒ įŒ£įˆ‰:: į‰ įįŒ¹įˆ į‰ įˆį‰£į‰øį‹ į‹įˆµįŒ„ į‰‚įˆįŠ•: įˆ˜įŠØį‹į‰µįŠ• įŠ įˆ‹įˆ³į‹°įˆ©įˆ:: į‰ įŠ„įŠį‹šįˆ…įŠ“ į‰ įˆŒįˆŽį‰½ į‰µįˆ©į‹į‰¶į‰»į‰øį‹ į‹°įˆµ į‹Øį‰°įˆ°įŠ˜ įŒŒį‰³įˆ įˆˆįŒ»į‹µį‰ į‹ØįŠ„įˆ³į‰µįŠ“ į‹Øį‰„įˆ­įˆƒįŠ• įˆ įˆØįŒˆįˆ‹įŠ• įˆ°įŒ„į‰·į‰øį‹ į‰ į‹šį‹« įŠ„į‹Øį‰ įˆØįˆ© įŠ¢į‹Øįˆ©įˆ³įˆŒįˆ į‹­įˆ”į‹± įŠį‰ įˆ­:: įŠØį‰„į‹™ į‹Øį‰°įŒ‹į‹µįˆŽ į‹˜įˆ˜įŠ“į‰µ į‰ įˆį‹‹įˆ‹įˆ į‹ØįŠ­į‰„įˆ­ į‰£įˆˆį‰¤į‰µ įˆ˜į‹µįŠƒįŠ’į‰³į‰½įŠ• įŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµ įŠ į‹•įˆ‹į įˆ˜įˆ‹įŠ„įŠ­į‰µįŠ• įŠ įˆµįŠØį‰°į‰µįˆŽ įˆ˜įŒ„į‰¶ įŠ įˆ‹į‰øį‹:: "įˆµįˆˆ įŠ„įŠ” įˆØįˆƒį‰„įŠ“ įŒ„įˆįŠ• įˆµįˆˆ į‰³įŒˆįˆµįŠ­: *įˆµįˆˆ įˆįŠ“įŠ”įˆ•: įˆµįˆˆ į‰°į‰£įˆØįŠØ įˆįŠ•įŠ©įˆµįŠ“įˆ…: įˆµįˆˆ įŠ•įŒ¹įˆ• į‹µįŠ•įŒįˆįŠ“įˆ…: į‰‚įˆįŠ“ į‰ į‰€įˆįŠ• įˆµįˆ‹įˆˆįˆ˜į‹«į‹įˆ…: įˆµįˆˆ įŠ•įŒ¹įˆ• įŠ­įˆ…įŠį‰µįˆ…įŠ“ įˆ›į‹•įŒ įŠ•į‰µįˆ…: į‰…į‹±įˆµ į‹ˆįŠ•įŒŒįˆįŠ• į‰ įį‰…įˆ­ įˆµįˆˆ įˆ›įŠ•į‰ į‰„įˆ… 7 įŠ įŠ­įˆŠįˆ‹į‰µįŠ• įŠ„įˆ°įŒ„įˆƒįˆˆįˆ::" "į‰ įˆ°įˆ›į‹­įˆ įŠØįˆ˜įŒ„įˆį‰ į‹®įˆįŠ•įˆµ įŒįŠ•: 500 į‹ØįŠ„įŠ•į‰ įˆįˆ°įˆ¶į‹Žį‰½ į‹«įˆ‰į‰ į‰µįŠ• įŠ į‹³įˆ«įˆ½ įˆ°įŒ„į‰¼įˆƒįˆˆįˆ:: į‰ įˆµįˆįˆ… į‹ØįˆšįˆˆįˆįŠ‘: į‰ į‰ƒįˆ įŠŖį‹³įŠ•įˆ… į‹Øįˆšįˆ›įŒøįŠ‘į‰µįŠ•įˆ įˆįˆ‰ įŠ„įŠ•į‹µįˆįˆ­įˆįˆ… 'įŠ įˆ›įŠ•į‹Ø! į‰ įˆ­įŠ„įˆµį‹Ø!' į‰„į‹¬įˆƒįˆˆįˆ" įŠ įˆ‹į‰øį‹:: į‰…į‹±įˆ³įŠ• įˆ˜įˆ‹įŠ„įŠ­į‰µįˆ "įˆƒį‰„į‰° įˆ›įˆ­į‹«įˆ į‹ˆįŠ•į‹µįˆ›į‰½įŠ•" įˆ²įˆ‰ įŠ į‰€įį‰øį‹:: įŒŒį‰³ įŒįŠ• į‰ į‹šį‹«į‰½ įˆ°į‹“į‰µ įŠ įŠ•į‹µįˆ įˆ¦įˆµį‰µįˆ įˆ†įŠ– į‰³į‹«į‰øį‹įŠ“ įŠ į‰…įŽ 3 įŒŠį‹œ įˆ³įˆ›į‰øį‹:: įŠØįį‰…įˆ© įŒ½įŠ“į‰µįˆ į‹Øį‰°įŠįˆ³ įŠįįˆ³į‰øį‹ įŠØįˆ„įŒ‹į‰øį‹ į‰°įˆˆį‹Øį‰½:: į‰ į‹įˆ›įˆ¬įˆ į‹ˆįˆ°į‹·į‰µ:: #į‹ØįŠ“įŒįˆ«įŠ•_įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰µ į‰ 6įŠ›į‹ įˆ˜į‰¶ įŠ­įįˆˆ į‹˜įˆ˜įŠ• įŠ“įŒįˆ«įŠ• (į‹ØįŠ įˆįŠ— į‹Øįˆ˜įŠ•) į‹ØįŠ­įˆ­įˆµį‰²į‹«įŠ–į‰½ įˆƒįŒˆįˆ­ įŠį‰ įˆØį‰½:: į‹Øįˆ³į‰£ įŒį‹›į‰µįŠ• į‹ØįŠ„įŠ› įŠįŒˆįˆ„į‰³į‰µ įˆ²į‰°į‹‹į‰µ į‹Øį‰°į‰°įŠ«į‹ įŠįŠ•įˆįˆµ į‹°įŒįˆž įŒØįŠ«įŠ įŠ į‹­įˆį‹³į‹Š įŠį‰ įˆ­įŠ“ įŠ“įŒįˆ«įŠ•įŠ• įˆŠį‹«įŒ į‹į‰µ į‰°įˆ˜įŠ˜:: į‰€įŒ„įˆŽįˆ "įˆƒįŒˆįˆ«į‰½įˆįŠ• įˆįŒį‰„įŠ" į‰„įˆŽ į‰ įˆ›į‰³įˆˆįˆ įŒˆį‰£:: į‹ˆį‹²į‹«į‹įˆ įˆ•į‹į‰”įŠ•įŠ“ įŠ«įˆ…įŠ“į‰µįŠ• įˆ°į‰„įˆµį‰¦ "įŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµįŠ• įŠ«į‹±" įŠ įˆ‹į‰øį‹:: įŒ½įŠ‘ įŠ­įˆ­įˆµį‰²į‹«įŠ–į‰½ įŒįŠ• "įŠ į‹­į‹°įˆØįŒįˆ" įŠ įˆ‰į‰µ:: įŠ„įˆ­įˆ±įˆ įˆŠį‹«įˆµįˆįˆ«įˆ«į‰øį‹ įŠ įˆµį‰¦ 4,000 į‹«įˆ…įˆ įŠ«įˆ…įŠ“į‰µ: į‹²į‹«į‰†įŠ“į‰µįŠ“ įˆįˆ‘įˆ«įŠ•įŠ• įŒØįˆįŒØį‹į‰øį‹:: į‹­įˆ•įŠ•įŠ• įŠ į‹µįˆ­įŒ "įŠ įˆįŠ•įˆ³?" įŠ įˆ‹į‰øį‹:: įˆ•į‹į‰” įŒįŠ• įŠ įˆįŠ•įˆ "įŠØįŠ­įˆ­įˆµį‰¶įˆµ įį‰…įˆ­ į‹Øįˆšįˆˆį‹ØįŠ• į‹Øįˆˆįˆ" įŠ įˆ‰į‰µ:: (įˆ®įˆœ. 8:5) įŒØįŠ«įŠ™ įŠįŠ•įˆįˆµįˆ įŠ„įŠ•į‹° įŒˆįŠ“ įŠØįˆ•į‹į‰” įˆ˜įŠ«įŠØįˆ įŠØ4,100 į‰ įˆ‹į‹­ į‹Øįˆšįˆ†įŠ‘į‰µįŠ• įŒØįˆįŒØįˆ:: į‰³įˆ‹į‰įŠ• į‰…į‹±įˆµ įˆ’įˆ©į‰µįŠ•įˆ (į‹Øįˆ•į‹į‰” įˆ˜įˆŖ įŠį‹) į‰„į‹™ įŠ įˆ°į‰ƒį‹­į‰¶ įˆ°į‹Øįˆį‹:: įˆšįˆµį‰±įŠ• į‰…į‹µįˆµį‰µ į‹µįˆ›įˆ•įŠ•įˆ 2 įˆ“į‰µ įˆįŒ†į‰æįŠ• įˆ°į‹­įˆį‹ į‹ØįˆįŒ†į‰æįŠ• į‹°įˆ įŠ įŒ įŒ§į‰µ:: įŠØį‹šį‹«įˆ įˆ°į‹Øįį‰µ:: į‹­įˆ•įŠ•įŠ• į‹Øį‰°įˆ˜įˆˆįŠØį‰± į‹ØįŠ“įŒįˆ«įŠ• įŠ­įˆ­įˆµį‰²į‹«įŠ–į‰½ įŒįŠ• įˆµįˆˆ įˆ˜įįˆ«į‰µ įˆįŠ•į‰³ į‰ įˆį‰ƒį‹³į‰øį‹ įŠ„į‹Øį‰°įˆÆįˆÆįŒ” į‹ˆį‹° įŠ„įˆ³į‰µįŠ“ įˆ°į‹­į į‰°įˆ½į‰€į‹³į‹°įˆ™:: įŠØį‰°įˆ›į‹‹įˆ įŠ„į‹ØįŠį‹°į‹°į‰½įŠ“ į‹°įˆ įŠ„į‹Øįˆįˆ°įˆ°į‰£į‰µ įˆˆ40 į‰€įŠ“į‰µ į‰†į‹Øį‰½:: į‹­įˆ•įŠ•įŠ• į‹Øįˆ°įˆ›į‹ į‰…į‹±įˆ± įŠ į„ įŠ«įˆŒį‰„įˆ į‹°įˆ­įˆ¶ į‹Øį‰°įˆØį‰į‰µįŠ• įˆ²į‰³į‹°įŒ įŠįŠ•įˆįˆµįŠ• įŠØįŠ į‹ˆį‰³į‹°įˆ®į‰¹ įŠ įŒ„įį‰¶į‰³įˆ:: įŠ įˆįˆ‹įŠØ įŠ į‰ į‹ į‹ˆįˆ°įˆ›į‹•į‰µ įŒ£į‹•įˆ˜ įį‰…įˆ«į‰øį‹įŠ•: įŠ­į‰„įˆ«į‰øį‹įŠ•: įŒøįŒ‹ į‰ įˆØįŠØį‰³į‰øį‹įŠ•įˆ į‹­įŠ­įˆįˆˆįŠ•:: #įŠ…į‹³įˆ­ 26 į‰€įŠ• į‹ØįˆšįŠØį‰ įˆ© į‹“įˆ˜į‰³į‹Š į‹Øį‰…į‹±įˆ³įŠ• į‰ į‹“įˆ‹į‰µ 1.įŠ į‰”įŠ įŠ¢į‹Øįˆ±įˆµ įˆžį‹ į‹˜įˆį‹­į‰… 2.įŠ į‰”įŠ įˆƒį‰„į‰° įˆ›įˆ­į‹«įˆ įŠ•įŒ¹įˆ• 3.į‰…į‹±įˆ³įŠ• įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰° įŠ“įŒįˆ«įŠ• 4.į‰…į‹±įˆµ įˆ’įˆ©į‰µ įŠ įˆØįŒ‹į‹Š 5.į‰…į‹±įˆ³įŠ• į‰¢įˆ‹įˆ­į‹«įŠ–įˆµ: įŠŖįˆį‰…į‹«įŠ“ į‰³į‰±įˆµį‰„į‹« (įˆ°įˆ›į‹•į‰³į‰µ) 6.į‰…į‹±įˆµ įŒįˆ­įŒįˆ­į‹®įˆµ į‹˜į‹°įˆ“į‰° įˆ°įŠ•įˆ²įˆ‹ 7.į‰…į‹µįˆµį‰µ į‹®įˆµį‰“įŠ“ į‰”įˆ­įŠ­į‰µ #į‹ˆįˆ­įˆį‹Š į‰ į‹“įˆ‹į‰µ 1.į‰…į‹±įˆµ į‰¶įˆ›įˆµ įˆį‹‹įˆ­į‹« 2.į‰…į‹±įˆµ įŠ į‰”įŠ įˆ°įˆ‹įˆ› įŠØįˆ£į‰“ į‰„įˆ­įˆƒįŠ• " įŠ„įŒį‹šįŠ į‰„įˆ”įˆ­ įįˆ­į‹µįŠ• į‹­į‹ˆį‹µį‹³įˆįŠ“:: į‰…į‹±įˆ³įŠ‘įŠ•įˆ įŠ į‹­įŒ„įˆ‹į‰øį‹įˆįŠ“:: įˆˆį‹˜įˆˆį‹“įˆˆįˆįˆ į‹­įŒ į‰„į‰ƒį‰øį‹‹įˆ. . . įŒ»į‹µį‰ƒįŠ• įˆį‹µįˆ­įŠ• į‹­į‹ˆįˆ­įˆ³įˆ‰:: į‰ įŠ„įˆ­įˆµį‹‹įˆ įˆˆį‹˜įˆ‹įˆˆįˆ į‹­įŠ–įˆ«įˆ‰:: į‹ØįŒ»į‹µį‰… įŠ į įŒ„į‰ į‰„įŠ• į‹«įˆµį‰°įˆįˆ«įˆ:: įŠ įŠ•į‹°į‰ į‰±įˆ įįˆ­į‹µįŠ• į‹­įŠ“įŒˆįˆ«įˆ:: į‹ØįŠ įˆįˆ‹įŠ© įˆ•įŒ į‰ įˆį‰” į‹įˆµįŒ„ įŠį‹:: į‰ įŠ„įˆ­įˆįŒƒį‹įˆ įŠ į‹­įˆ°įŠ“įŠØįˆįˆ::" (įˆ˜į‹. 36:28-31) āœž į‹ˆįˆµį‰„įˆį‰µ įˆˆįŠ„įŒį‹šįŠ į‰„įˆ”įˆ­ āœž āœž į‹ˆįˆˆį‹ˆįˆ‹į‹²į‰± į‹µįŠ•įŒįˆ āœž āœž į‹ˆįˆˆįˆ˜įˆµį‰€įˆ‰ įŠ­į‰”įˆ­ įŠ įˆœįŠ• āœž į‹įŠ­įˆØ į‰…į‹±įˆ³įŠ• šŸ’š @ortodoxmezmur šŸ’š šŸ’› @ortodoxmezmur šŸ’› ā¤ļø @ortodoxmezmur ā¤ļø
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.