cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Oromia Education Bureau

Chaanaalli kun barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi waggaa tokkoffaaf(Freshman) bifa Viidiyoon afaan Oromootiin barumsa ni kenna.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 902
Obunachilar
+724 soatlar
+137 kunlar
+8830 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
#Update #Kutaa_12ffaa Finfinneetti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaatiif qophiiwwan dursaa hojjataman irratti mariin taasifamaa jira Marii kana keessatti hoggantootni mana barnootaa magaalaa fi mootummaa akkasumas dhaabbilee barnoota dhuunfaa qooda fudhataniiru. Qormaanni kutaa 12ffaa Finfinneetti karaa online kennamuuf qophiiwwan dursaa garaagaraa hojjatamuun isaanii ibsameera jedhan. Qormaata online kennuuf kan barbaachisan: ➭ Kompiyuutaroota, ➭ Laaptooppii, ➭ Taableetota fi kan biroo wantoota barbaachisan guutuuf hojiin hojjetamaa jiraachuu isaas ibsaniiru. Manneen barnootaa dhuunfaa qormaata kanaaf wantoota barbaachisan ammuma irraa kaasanii qopheessuun, qormaanni kun yeroo kennamuuf qophaa'etti akka kennamuuf deeggaruu qabu jedhame. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!
1 0523Loading...
02
https://t.me/qubeeacademy/16955
1 2074Loading...
03
"Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanu Nagga Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan. Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera. Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru. Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru. Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru. #MoE https://t.me/Oromiastudent_s
2 35921Loading...
04
#Ministeera_Barnootaa Bara 2016 tti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnootaa ala ta'aaniiru - Ministeera Barnootaa Sababa rakkoo nageenyaatiin kutaalee biyyattii iddoowwan garaa garaatti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnoota ala ta'uu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Itoophiyaatti sababa rakkoo nageenyaatiin manneen barnootaa 8,977 balaan kan irra gahe yoo ta'u, isaan kana keessaas manneen barnootaa 6,483 kan ta'aan guutummaa guutuutti cufamuu isaanii himameera. Ministeerichi fi Biiroowwan Barnootaa Naannolee waliin ta'uun sirna baruu barsiisuu itti fufsiisuuf yaalii taasisaniyyuu, ammayyuu iddoowwan garaa garaatti walitti bu'iinsi itti fufee jiru rakkoon kun akka hin furamne taasiseera. Qaamolee isaan ilaallatu hundaaf sirna baruufi barsiisuu itti fufsiisuuf wanta isaanirraa eegamu akka godhaniif Ministeerichi waamicha dhiyeesseera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
2 5581Loading...
#Update #Kutaa_12ffaa Finfinneetti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaatiif qophiiwwan dursaa hojjataman irratti mariin taasifamaa jira Marii kana keessatti hoggantootni mana barnootaa magaalaa fi mootummaa akkasumas dhaabbilee barnoota dhuunfaa qooda fudhataniiru. Qormaanni kutaa 12ffaa Finfinneetti karaa online kennamuuf qophiiwwan dursaa garaagaraa hojjatamuun isaanii ibsameera jedhan. Qormaata online kennuuf kan barbaachisan: ➭ Kompiyuutaroota, ➭ Laaptooppii, ➭ Taableetota fi kan biroo wantoota barbaachisan guutuuf hojiin hojjetamaa jiraachuu isaas ibsaniiru. Manneen barnootaa dhuunfaa qormaata kanaaf wantoota barbaachisan ammuma irraa kaasanii qopheessuun, qormaanni kun yeroo kennamuuf qophaa'etti akka kennamuuf deeggaruu qabu jedhame. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 14
Hammasini ko'rsatish...
QUBEE ACADEMY

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 Adoleessa 3, 2016 eegalee kan kennamu ta’uu Tajaajjilli Qormaatilee fi Madaallii ifoomseera. Qormaanni saayinsii Hawaasaa Adoleessa 3 -5, 2016, Saayinsiin uumamaa Adoolessa 9-11, 2016 Yuunivarsiitiwwanitti ‘Online’ fi waraqaan kan kennamu ta’uu Tajaajjilichi himeera. Barattoonni Saayinsii Hawaasaa Waraqaan qoraman Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1, 2016, Saayinsiin Uumamaa ammoo Adoolessa 6 -7, 2016 gara Yuunivarsiitii kan seenaan ta’uu himeera. Barattoonni kana hubatanii yeroon qophii barbaachisa akka taasiisaan hubachiiseera

https://t.me/qubeeacademy

https://t.me/qubeeacademy

If you're Highschool or Freshman or university student seeking video tutorials, check out our YouTube channel 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

👍 6
"Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanu Nagga Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan. Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera. Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru. Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru. Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru. #MoE https://t.me/Oromiastudent_s
Hammasini ko'rsatish...
Oromia Education Bureau

Chaanaalli kun barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi waggaa tokkoffaaf(Freshman) bifa Viidiyoon afaan Oromootiin barumsa ni kenna.

👍 13👎 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Ministeera_Barnootaa Bara 2016 tti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnootaa ala ta'aaniiru - Ministeera Barnootaa Sababa rakkoo nageenyaatiin kutaalee biyyattii iddoowwan garaa garaatti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnoota ala ta'uu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Itoophiyaatti sababa rakkoo nageenyaatiin manneen barnootaa 8,977 balaan kan irra gahe yoo ta'u, isaan kana keessaas manneen barnootaa 6,483 kan ta'aan guutummaa guutuutti cufamuu isaanii himameera. Ministeerichi fi Biiroowwan Barnootaa Naannolee waliin ta'uun sirna baruu barsiisuu itti fufsiisuuf yaalii taasisaniyyuu, ammayyuu iddoowwan garaa garaatti walitti bu'iinsi itti fufee jiru rakkoon kun akka hin furamne taasiseera. Qaamolee isaan ilaallatu hundaaf sirna baruufi barsiisuu itti fufsiisuuf wanta isaanirraa eegamu akka godhaniif Ministeerichi waamicha dhiyeesseera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Hammasini ko'rsatish...
👍 27😁 2
Po'stilar arxiv