cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

BOR BARIIN IFA

Yaadota:- ✅barsiisoo, ✅ bohaarsoofi ✅ jechama namatti tolan. ✔Kitaabota barnoota ✔nama bohaarsan ✔ Afaan -Oro -Amh -Eng bifa pdf,epub ni argattu. yaadaaf➠🔎 @simechala "A B jennee kaanaa kanumaan jalqabnaa Afaanuma..dubbifnaa" Art. Alii Birraa

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganTaʼlim69 789
Reklama postlari
296
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-37 kunlar
-230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from JiT Registrar- JU
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from BOR BARIIN IFA
_______KIILA LIXUU_____________ Arsiin akkuma Oromoo biraa, ummata loon horsiisuufi loon jaalatu. "Loon malee leetoon hin jirtu" jedha Arsiin yoo loon jajatu. Leetoo jechuun ammoo jireenya jechuu dha. Kana jechuun, bakka loon hin jirretti, jireenni gaariin hin jiru jechuuf. Arsiin, haga dhiheenya kanaatitti, namni tokko horii (loon) dhibba shanii haga kumaatittillee horsiisaa ture. Hardhumalle tari namni akkasi hin dhabamu. Beektichi Seenaa Arsii Haantiing Foordi (Hunting Ford) yaaduma kana yoo biyaansan, "Many Oromos own large herds, some of the Arsis are said to possess as many as 5000 (five thousand) heads of cattle..." jechuun barreessan. - Akka jecha isaanitti, ummanni Oromoo harki caalaan looniin dureessa. Ummata Arsii keessaa gariin loon haga kuma shanii fa'a Ka qabutu jiru, jechuun dhugaa Arsiin ummata loon horsiisu jedhu ragaa bahan. - Roga kanaan, namni Arsii tokko yoo loon guddaa amba caalu hore, sirna hojjatantu jira. Kunillee akkana, yoo nama tokkoo, goromsi dhibbaa, ji'a tokko keessatti dhaleef, abbaan loonii, Kiila akka lixu sirna armaan gadii kanatu hojjatama. - Boolla teessuma namaa dhoksu qotanii qopheessan. Silga goromsa dhibbaa, ka dhale sanniin elmanii boolla sanitti guutan. Erga boolli sun aananiin guuttamuu arganii booda, maayii irra sirna ummanni argame irratti, abbichi gormsi dhibbaa dhaleef sun, boolla san bu'ee silga san keesssa ta'a. Yoo tana 'Ebalu kiila lixe' jedhama. Aadaan akkanaa, namticha kiila lixe sanii ulfinna guddaa kennisiisaaf. Hiikkaan isaallee, namichi kun, qabeenna loonii yookiin durammaan bakka gaye jechuu dha. - Ummata Oromoo guddicha keessatti wanti waan akka loon horuu ulfinna namaa kennu hin turre. Roga kanaan, naannoowwan Oromoon jiratu ta adda addaatitti, namoonni loon horuun maqaa bahan heddu. Fakkeenyaaf, Arsii keessatti akkuma Oromoo biraa, yoo namni alaa ol seenu, 'Nooruu', jedhaniin, inni ol seenus, 'Hori haga Jiloo Dhaqqaboo' namaan jedha. Jiloo Dhaqqaboo nama Arsii gosa Adaree jedhamtuuti. Jiloon, loon hagam horee dureessa akka jedhame beekkamu baatus, kuma kudhan hin hanqatu jedhama. Namoonni biraas heddutu jiru, isaan keessaas:- -Jango Qunbii, Oromoo gosa Liiban, Shawaa Bahaa. -Maccoo Qaabatoo, gosaan Oliyyee, naannawa Hara Danbal, nama bara mootii Hayla Sillasee ture. -Diiddo Gaasoo, gosti Badi'i, -Burqaa Adeemaa, Caatimannaa, Kofale -Daadii Tashitee, gosti Habarnoosa -Nabii Roobaa, Oromoo gosa Jiilleeti. Maccaa, Tuulama, Karrayyuu, Boorana, Gujii, Ituu, Humbanna, isaan mara keessattu, namni durummaa looniitiin maqaa baye akka jiru beekkama. - Oromootni bara loon akkasitti horan san, marartee guddaan yaadatu. ** Maddi: Kitaaba Huseen Badhasoo, The Arsi Oromo Marriage Custom (2000) fi G.W.B Hunting Ford, The G* of Ethiopia, The kingdom of Kafa and Janjaro (1995). Horaa Bulaa Deebanaa!!
Hammasini ko'rsatish...
@anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham  @anisoromoodham        @anisoromoodham               @anisoromoodham             @anisoromoodham             @anisoromoodham                @anisoromoodham             @anisoromoodham            @anisoromoodham              @anisoromoodham     @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham                    @anisoromoodham @anisoromoodham                  @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham                         @anisoromoodham #Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham #Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham #Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham #Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham      # Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo      @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo    @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo   @anisoromoodham @anisoromoodham      #Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham     #Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham #Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham
Hammasini ko'rsatish...
@anisoromoodham@anisoromoodham @anisoromoodham@anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham@anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham  @anisoromoodham        @anisoromoodham               @anisoromoodham             @anisoromoodham             @anisoromoodham                @anisoromoodham             @anisoromoodham            @anisoromoodham              @anisoromoodham     @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham                    @anisoromoodham@anisoromoodham                  @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham                                           @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham                       @anisoromoodham @anisoromoodham                         @anisoromoodham Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham Oromoo @anisoromoodham   @anisoromoodham Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo       @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo      @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo    @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo   @anisoromoodham @anisoromoodham      Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham     Oromoo @anisoromoodham @anisoromoodham Oromoo@anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham
Hammasini ko'rsatish...
bara haaraa baga bara haaraa baga bara haaraa geessan baga bara haaraa geessan baga bara haaraa geessan baga bara haaraa geessan bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa bara haaraa baga bara haaraa Baga bara haaraa geessan Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara Haaraa Bara Haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Baga bara haaraa geessan Baga bara haaraa geessan baga bara haaraa bara haaraa Waggaa bara haaraa baga bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa Baga bara haaraa geessan Baga bara haaraa geessan Baga bara haaraa geessan bara haaraa baga bara haaraa Baga bara haaraa geessan Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa bara haaraa bara haaraa bara haaraa Baga bara haaraa geessan Baga bara haaraa geessan Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Bara haaraa Baga bara haaraa geessan Baga bara haaraa geessan baga bara haaraa bara haaraa @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham @anisoromoodham
Hammasini ko'rsatish...
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Waaqayyo inni guyyoota nu lakkoofsise maqaan isaa haa ulfaatu.     Barri dhufee darba hundumtuu ni jijjiirama     Ulfinaaf kan ta'u keessatti hin argamne tasuma.     ....      Barri kun bara Waaqayyo wanta akeeke itti nuuf raawwatu nuuf haa ta'u.    Ameen 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Hammasini ko'rsatish...
G9-Biology-STB-2023-web.pdf10.94 MB
G9-Chemistry-STB-2023-web.pdf7.63 MB
G9-Citizenship-STB-2023-web.pdf6.86 MB
G9-Economics-STB-2023-web.pdf4.76 MB
G9-English-STB-2023-web.pdf78.75 MB
G9-Geography-STB-2023-web.pdf21.19 MB
G9-History-STB-2023-web.pdf9.66 MB
G9-HPE-STB-2023-web.pdf6.35 MB
G9-IT-STB-2023-web.pdf13.65 MB
G9-Mathematics-STB-2023-web.pdf18.19 MB
G9-Physics-STB-2023-web.pdf7.98 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.