uz
Feedback
πŒπ”π‹'𝐀𝐓𝐀 𝐒𝐀𝐁𝐀𝐀 |Quotes | Motivation | Inspiration |Facts

πŒπ”π‹'𝐀𝐓𝐀 𝐒𝐀𝐁𝐀𝐀 |Quotes | Motivation | Inspiration |Facts

Kanalga Telegram’da oβ€˜tish

Buy :ADVERTISING https://telega.io/c/MULATA_SABAA Quotes | Motivation | Inspiration |Facts 🌏Maddeen Odeeffannoo dhugaa fi amaanamoo ta'an karaa telegram Afaan Oromoon tin argachuuf kunooti channel Keessan hordofaa Yaadaafi Erga πŸ“© @Gadisa40

Ko'proq ko'rsatish
6 808
Obunachilar
-1024 soatlar
-537 kunlar
-20830 kunlar
Postlar arxiv
#Breaking_News #Kutaa_8ffaa Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan liinkiin armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa! Website :- http://oromia.ministry.et

Yoo kufuu sodaatte hin deemin, kan adeemuut gufata waan ta'eef πŸ›‘βœ¨. Quotes | Motivation | Inspiration | Facts πŸ“šπŸ’‘ @MULATA_SABAA πŸ“²

Loowwan bishaan dhugee, aannaniitti jijjiira, Bofti bishaan dhugee garuu summiitti jijjiira. @MULATA_SABAA

Gorsa Gabaabduu: Utuu sinballeessiin ati dursiitii dhabamsiisiin. Ati araadakeef garba akka taatuf hindhalanne. Gruu, Yoo daftee hindammaqiin barteen kee allayyaatti sidarbachuf cinaa kee jira. Namoota hedduu gufachiisee qileetti kan darbatu siddii (diina) isaanii miti beeki. Waanuma ati fedhakeetiin guyyuu gochaa ooltutu bulee matuma kee balleessa. Yoo bartee gaarii tahes immoo kufaatii irraa sitiksa. Waan fedhe yoo tahe garuu araada (addiction) waanti jedhamu, daandii irraa nama gata malee sona (asset) jireenyakeef dabalu hinqabu. Gamna tahi. Araadawwan kanniin atumti dursii toobbadhu. Haatahu malee araadawwan hamoon jireenya kee unkuteessuu dandahan maalifaa akka tahan tilmaamtee beektaa ? Isa ati haguuguu yaaltu anuu qola irraa baasee sitti hima: 1. Ejja/Zinaa : Dhiira taatee dubartii addaddaa wajjin ciisuukeetiin, dubartii yoo taate immoo dhiira hedduuf bargaanfachuu kee akka waan injifannoo guddaa tokko gonfatetti lakkoofta taha. Wayita siif odeeffamu waan ajaayibaa seetee tarii qoma dhiibuu malta. Haatahu malee, Gochaa kee kanaan yeroo kee, maallaqa kee, hunda caalaatti immoo galma jireenyakeetii dhaamsaa jirta. Namootni jaboon kaayyoo isaanii egeree yaadu. Ofirra darbanii dhalootaaf hojjetu. Hiriyyoonni kijibaa garuu jaalala ittifakkeessaaf jiraatu. 2. Wantoota sammuu si'eessan aarsitaa (xuuxxaa)? Waan sammuu si'eessu aarsuukeetiin sitti fakkaata malee bashannanaa hinjirtu. Gochaa kee kanaan ittigaafatanummaa jalaa miliquf wixxifachaa jirta. 3. Waan qabatamaa, mul'atu tokko utuu hinhojjetiin jaallatamaafi kabajamaa tahuu barbaaddaa ? Tahuu hindandeessu. Ijibbaadhuutii waan mul'atu dalaguf dhama'i. 4. Hoggayyuu Sanbattan (weekend) bashannanuu dharraataa ? Koodee, eenyu akka taate dursii adda baafadhu. Waan humni kee hindandeenye gichuudhaan yeroo kee balleessaa jirta. Wayita ati guyyoota lakkooftee Sanbattan burraaqxu, namichi abbaan kaayyoo jireenya ati waggoota kudhan booda itti inaaftuf har'a bu'uura naqaa jira, hubadhu. 5. Kaayyoo malee jiraachuu: Utuudhuma karoora tokko hinqabaatiin obboroo irribaa dammaqxee, kallattii miilli si'oofe irra deemaa jirtaa ? Akka fedhan fandalaluu jechuun bilisa bahuu wajjin hariiroo hinqabu, bar. Kaayyoo malee garmaamuun ofi laamshessudha. 6. Namootni maal naanjedhu jettee waanuma namootni kaan jedhanif atis wajjin harka reebda taanaan dhaabdhuu ofi ilaali. Matuma kee tahi malee horgogee (ashasbgulliitii) abbaan barbaade ittiin taphatu hintahin. 7. Boriif Bulchuu: Waan har'a dalaguu qabdu har'uma dalagi. Yeroon dhaabatee sin'egu, beeki. Waan har'a, amma hijhechuu qabdu bubbulchuukeetiin kufaatii sitti dhufu erga barri godaane booda hubachuu malta. Kanaaf, Bara dursuuf ijibbaadhu. 8. Hin''naafiin. Inaaffaan summiidha. Summiin immoo hundumaa dura meeshaa keessa jiru faala. Siinis inaaffaan keessa kee jiru akka suminfaalleef waan namootni argatanitti hin'naafiin. Inumaayyuu daandiin nilkaa'ina isaanii ifa siif haatahuf xurree isaan irra imalan qayyabadhu. Dhimma namaa utuu hintahin haajaa kee irratti fuuleeffadhu. Jireenyi gabaabaa tahuu immoo, qubaqabaadhu. Kanaafimmoo yerookeetti fayyadami. €€€€€€ Hiriyyoottankeef SHARE gochuu hindagatiin. €€€€€€ Maddi: Life Facts @MULATA_SABAA

Wanti yaadan akka dhugoomuuf gochaan deegaruun riqicha yaadaati #vision #Nation #motivation #Qoute @MULATA_SABAA

Milkaa’ina keessatti furtuun guddaan hojii, obsaa fi ofitti amanamummaa dha.

Jireenya keessatti baay'ee gara laafessa ta'i, namoonni yeroo si qunnaman, hawaasaan akka bocame osoo hin taane Waaqayyoon akka uume amanu.

Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu. Kan jibbamuu qabu cubbuudha malee cubbamaa miti waan ta'eef. @MULATA_SABAA

Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha. @MULATA_SABAA
Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha. @MULATA_SABAA

MAAHATAMA GAANDII "Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni
MAAHATAMA GAANDII "Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira." @MULATA_SABAA

Gowwootaan jibbamuun gatii ati isaan keessaa tokko ta'uu dhabuu keetiin kaffaltudha. @MULATA_SABAA
Gowwootaan jibbamuun gatii ati isaan keessaa tokko ta'uu dhabuu keetiin kaffaltudha. @MULATA_SABAA

Hiriyaan xiqqoo wal hubachuu dhabuu boodaan diina ta'u, jalqabaayyuu diina keeti ture. @MULATA_SABAA

Dhukkubbii irraa fagaachuuf gammachuu irraa fagaatu. Du’a irraa fagaachuuf jireenya irraa fagaatu.

Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti. Eenyummaan kee si keessa qofadha. Dafnee abdii kutachuu k
Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti. Eenyummaan kee si keessa qofadha. Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne. Qofaa ta'uu malta. Namni si bira dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda'a. Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatte ta'a. Yeroo dheeraa ati karaa irra turte si gaddisiisuu danda'a. Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphaachuu dandeessa. Gorsan siif qaba. Eeyyee gorsa. Ittuma fufii yaali! Yaalii, yaalii, yaali, ammas yaali! Jireenyi Gara-bal'ina si gaafatti. Garaa bal'attee irra deddeebitee hin yaaltu taanaan na amani galma kee hin geessu. @MULATA_SABAA

Time is running out ⏲️ Last call to get a 10% bonus on the biggest DeFi project of the year πŸ”¨ Post-quantum L1 blockchain from Day ZERO $ASE connects usage, security, and governance into one system. Now it’s your chance to be early. Frontrun the next big narrative in crypto https://tglink.io/eb1c35edf7bbf8 🚨 10% BONUS ENDS 16:00 CET Join the TG community @asentum

"Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa dhiphoo keessaa ba'ee dhimma namoomaa isa bal'aa irratti hamma hojjetutti, jireenya jiraach
"Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa dhiphoo keessaa ba'ee dhimma namoomaa isa bal'aa irratti hamma hojjetutti, jireenya jiraachuu hin eegalle!"    β€” Maartiin Luuter Kiingi @MULATA_SABAA