cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ᏆᎢᎢᏆ ᗰᑌᗞᗞᏆ ᑫᗴᗴᖇᖇᝪᝪ

ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
418
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Qilleensa baranaa Oowwasaa dadhabnee Yoo dubbannen baanuu Callifnuus shakkamnee Yakka tokkoon malee Biyyaa ariyamnee Osoo hin jaalatin Biyyarraa fagaannee Saahibban koo hundaan Nagayatti jennee Hangam yoo fagaannees Yoo lubbuun jiraannee Turruus wal agarraa narraa Akkan yaaddooynee 2x Silaa niin callisaa Waa nan callisiiftuu Akka garii namaaf Lubbuun as hin aftuu Silaa turte qabriin Kan coqorsa baaftuu Fedhii rabbiitiin malee Wanni takkan taatuu Rabbumaaf haa taatuu Hundi faaruudhaatuu 2x Gaafa dubbiin taate Akka gaararraadhaa Bakka takkan teeysuu Jijjiiramtuudhaa Namni ati yaaddu Inni kun gaariidhaa Afaan isaa laaltee Haasawa dubbiidhaa Kan afaansaa dammaa Kan keessi summiidhaa Hedduu haada sharrii Si duubaa siif hidhaa Kanaatu shakaalee Namoota hedduudhaa Osoo firraan arkin Naqe hallayyaadhaa 2x Ifiifuu barana Haadaatu dubbatee Goowwaa if wallaaleef Wasiyyaa dhaammatee Hedduun hidhuuf Taa'a nama if dagatee Kan naman shakkinee Hunda firoomfatee Iccitii haasawu Bakkayyu dhaabbatee 2x Nan ajaa'ibinaa Maal taate jettanii Dubbiin tun ni jirtii Wallaahi dhugaanii Warra si ququmsu Maallaqa arkannaanii Waraabo miila lamaa Hedduudha akkaanii Yoo sittin mullannees Ilaaltee ijaanii Boodarra ni gartaa Numan hifatinii 2x Warra amallisaa Amala bineensaa Kanaatu baayyatee Jira ganda keessaa Waan garaa saan himuu Yoo laalan fuulasaa Dubbiftu ni seeqaa Babbanee ilkeesaa Kan hamtuu guuttatee Qabu garaa keeysaa Maallaqaan bitamee Ergame basaasaaf Kanaa hedduu namaa Balleeyse lubbuudhaa 2x
Hammasini ko'rsatish...
📲 Android App • Screen mobile keessanii cabee isiniif ajajamuu yoo dide. • Screen isaa qixa barbaaddaniin fayyadamuuf furmaata. 💾 Size 8.6MB share💯share💯s
Hammasini ko'rsatish...
ዶ/ር ፀጋዬ አራርሳ ከTMH ጋር
Hammasini ko'rsatish...
Ferhan Abdulselam: AKEEKKACHIISA ‼️⚠️ Bilxiginnaan diraamaa dalaguun beekkamti. Amma ammoo hiriira nagaaa TPLF fi shanee balaleffachuu jedhu waamtee jirti. Hiriira kana irratti ofumaa ummata hiriira bahe irratti bombii darbattee shaneetu godhe jechuu malu. Kana kan akeeku dubbii Baacaa Dabaleeti. Shaneetu TPLF waliin nu waraane jedheera. Hammeenya Shanee fi TPLF jedhanii addunyaatti agarsiisuuf diraamaa tolfame fakkaata. Akkuma agartan duguuggaa sanyii TPLF raawwate jedhanii reeffa tarreessanii agarsiisaa jiru. Duguuggaa sanyii Shaneen raawwatte jechuuf amma haala mijeessaa jiru. Kanaafuu lubbuu keessan waan kaayoo hin qabneef hin kenninaa. ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO
Hammasini ko'rsatish...
🤺ⒷⓊⓛ ⒼⓄⓓⒽⒾ ⓠⒺⓔⓡⓡⓞⓞ🏹

ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO

#Oduu_Belbeltuu! Poolisii Humna Addaa Oromiyaa kuma shanii (5000) ol amma gara Daangaa Tigraay erguuf qopheessanii jiru. Wanti nama ajaa'ibu loluma Amaaraa fi Tigraay gidduutti baname jiru kana irratti Abiyyi fi murni Nafxanyaa Humni Addaa Naannoo Amaaraa Naannoo Amaaraafi Magaaloota Amaaraa Daangaa Tigraay irra jiran eeguu qaban malee Lola seenuu hin qaban jadhanii murteessan. Amma Ijoollee Humna Addaa Oromiyaafi Ijoollee humna addaa Somaalee, Humna addaa Afaarrfi Naannoolee biroo irraa gara nama kuma 12,000 ol erguuf amma qophii xumuraniiru. Ijoollee Oromoo eenyuuf loluuf akka deeman nu hundaaf gaaffiidha? Amma Lolli kun lola Tigraay fi Amaara gidduuti baname malee lola Oromoofi Tigraay gidduutti banamee miti. Ijoollee Oromoo Humna Addaa Poolisii Oromiyaa kan amma gara Daangaa Tigraay deemuuf deemtan hadaraa hadaraa lubbuu teessan qaalii naannoo Amaaraa eeguuf jacha hin balleessinaa! Didaa Isin ilmaa Oromooti malee Ilmaan Amaaraa miti gara Daangaa Tigraay deemtanii du'a saree hin du'inaa! Didaa. Ummaatni
Hammasini ko'rsatish...
Abiyyi ahmed dabalatee dabbaloonni isaa hundi nama kanarraa waan hedduu barachuu qaban ture! Hundaafuu: Jawar Mohammed Irraa Maal Fa'a Baranna? Jawaar Mohammed Hoo Nama Akkamiiti!? 1/ Jawaar murataadha! Murataa, kutataaf cichataadha. Waan jedhe tokko hanga galmaan ga'utti nama hirriiba hin rafneedha. Xiiqiin hojjata! Humni isaa fi humni ummata isaa hangam akka ga'u nama tolchee beekuuf sirrittis itti fayyadamuudha. 2/ Jawaar hayyuudha! Hayyuu ogummaa barnoota baratee horateen rakkoo ummata isaa tolchee qoratee beekuudha. Rakkoolee ummata isaatiif furmaata barbaaduu keessattis nama ogummaaf dandeettii guddaa ittiin ummata isaa of jala hiriirsuun qabuudha. Kana gochuu danda'uu isaatiinis Jawar nama qabsoo ummata keenyaaa gulantaa hedduun ol guddiseedha! 3/ Jawaar sabboonaadha! Sabboonummaan Jawar sabboonummaa firaa fi alaagaas hinaafsiftuudha. Sabboonummaan Jawar kan eenyummaa isaa jaallachuuti malee kan akka warreen biroo sabbonummaa eenyummaa kanneen biroo jibbuutii miti. 4/ Jawaar nama kaayyooti! Kaayyoo isaaf saba isaa galmaan ga'uu keessatti maal gochuu akka qabuuf maal gochuu akka hin qabne tolchee beeka. Waan ummata isaa fayyaddu akkamitti akka dubbachuu qabuuf akkamitti akka hojjachuu qabu nama sirritti addaan baasee beekuu fi nama hojjatee hojjachiisuudha. 5/ Jawaar nama mul'ata qabuu fi abbaa qalbiiti! Jawar ofiif ummata isaatiifis mul'ata guddaa nama qabu ta'uu hojii isaatu mirkansa. Abbaa qalbiitis. Waan hundumaa suuta jedhee qalbiin ilaala. 6/ Jawaar nama obsa guddaa qabuudha! Obsi utubaa guddaa milkaa'inna duuba jirtuudha. Kanas kan nutti agarsiise Jawar. Gabaabumatti! Jawaar Mohammed irraa maal maal fa'a baranna!? Obsa, murannoo, kutannoo, cichummaa, xiiqii, of ta'uu, guutummaan guututti ummata ofiitiif of kennuu, akkasuma JM irraa wanti barannu sadarkaalee barnootaa adda addaa haa qabaannuu, amantiilee addunyaa tana irra jiran hedduu keessaa kamuu haa hordofnuu, Oromiyaa keessaattii mitii biyyoota addunyaa tana irra jiran keessaa eessumattuu haa dhalannuu, sadarkaa jiruu fi jireenya kamuu irra haa jiraannuu, ilaalchota Siyaasaa adda addaas haa qabaannuu nuti Oromoon eessumattuu Oromoo taanee waan hundumaa ta'uu akka qabnuuf eessumayyuu yoo jiraanne bakka jirru hundumatti Oromoo ta'uu keenyattiif Oromummaa teenyaan boonnee jiraachuu akka qabnuu fi haqa ummata keenyaatiif abukaatummaa dhugaa dhaabbachuu akka qabnu fa'a irra baranna! Hayyuu akkanaa kunuunfachuu fi jabeeffachuun ammoo qooda saba keenyaati. Isa qara qarrifaa nafxanyootaa keesaatti dhiifnee gallee harka marannee taa'uun waan hin taaneedha. Kanaaf qeerroo koo bakka jirtuu dammaqi, ka'ii falmadhu, furtuun hayyoota kee mana hidhaatii baasu mana murtii osoo hin taane si harka jira.Waan jalqabde jabaadhuu, muradhuu hojiirra oolchi!. Hayyoota kee mana hidhaa baasi.
Hammasini ko'rsatish...

Artiist Jafar Yusuuf akka malee waraanaan reebamee yeroo ammaa dubbachuu hin danda'u. @jijjiiramaaf
Hammasini ko'rsatish...
#ODUU_AMMEE Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo irraa Beeksisa kanaan dura manxansineen Baratoonni Bara kana Ebbifamtan hundi Fuulbana 23--30tii Waamicha Isiniif gochuun keenya ni yaadatama, Haata'uuti garuu taatee Akka biyyaatti umameen Biyyatti keessa Nageenyi Amansiisaan wan hin jirreef, Baratoonni Bara kana Ebbifamtaniifi Baratoonni Yunivarsitii hundi bara kana Waan Isin waamnu Nutti hin fakkaatu kanaafuu Hundi keessan Iddoo jirtanitti Carraalee armaan gaadii kana keessaa Akka Filattan Isin beeksiisna. 1:- Hojii Yoo argattan barbaadadha. 2:- Bultii ijarrachuu warri barbaaddan ijaaradha 3:- Baqachuu warri barbaaddan baqadhaa 4:- Activists tahudhan Otuu dadhabne hifannee hin jedhin Nama Siyaasaa Cimaa tahun Hojii keessan itti fufaa 5:- Gara Moora Ykn Gibbii ni deebinaa jettanii xiqqollee hin shakkinaa 6:- Turtii Hanga ammaa nu waliin gootaniif Galatooma🙏🙏🙏. SHARE & JOIN:- @Orosarcasm @Orosarcasm
Hammasini ko'rsatish...