Oro Life
Bagaa nagaan gara channel Oro Life ttii nagaan dhuftaan isinin jechaa.... Kayyoon Channeli keenyaa ✔️ Wantota dinqisiisoo ✔️ Qoosaa ✔️ Sirbota oromiffa barrefaamaan ✖️Siyaasaa fi amantii Oomishaa, tajaajila fi channel kessan beeksiifachuf 👇 @chaanceee
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
458
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Gurbaa innii wajjiraa gandaa kessaa hojjetuu sun dhukkubee gafaachu yoo demnuu yoo maal nun jedhee gariidhaa
#Bor_kottaa
Hadhaa koo, obbolettii koo fi chiikii koo bagaa ayaanaa dubaartootaan isiin ga'ee
Dhiroonnii 🙍♂qeensaa guddifattaan bagaa guyyaa shamarraani isiin ga'ee
Yaadanittuu gamoon baankii daldala itiyoopiyaa gurandhaalaa 6 2014eebbifaamee
Kana jechuun baankiichii akkaa innii 666 ta'ee nuttii agaarsiisaa akkamittii yoo jettaan
Guraandhala jechuun ji'aa 6ffaa dha. bara 2014 isa jedhuu sana immoo 20-14=6 dha. guyyaa gafaa ja'aa dha.
Kanaaf 666 dha jechuudha
namoonnii yeroo bilbilaa hasa'aan daqiiqaa isaan haasa'aan
♦️Dhiirri dhiiraf
00:00:59
♦️Ilmi Haadhaf
00:00:50
♦️Ilmi Abbaaf
00:00:30
♦️Dhiirri Intalaf
01:23:59
♦️Intalti dhiiraf
call me back!😂😂
♦️Intalli intalaaf
05:29:59(Ayyiiiiiiii warra kana oduun keessan hin dhumatu bar 😜)
@orolife
Repost from Dr. Gurmeessaa
Iccitiin Shammarran keenya baayeedha
Daabboos kookadhan dhiqaniiti walitti shuntuursu 😁