cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Shalaka jatani ali school

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
653
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Guyyaa Wiixata mana barumsaa inni jira kanaafuu barattootni hundinuu harca'aatti tokko malee akka argamtaan jenna.
Hammasini ko'rsatish...
EXMAPLARY-ACT YADANI GIRMA WAKE 12TH I, 'SMART PHONE' LAFAA FUUTEE MANA BARUMSAATI KENNITE.
Hammasini ko'rsatish...
Dhaadannoo Kabaja Ayyaana Guyyaa Farra Malaammaltummaa Adunyaa Bara 2014 irra deebiin qophaa`e. “Hoggansa Naamusawaan Oromiyaa Malaammaltummaa irraa Qulqulloofte !” “በሥነምግባር የታነፀ አመራር ከሙስና ለፀዳች ኦሮሚያ !” “Ethical Leadership for Corruption Free Oromia !”
Hammasini ko'rsatish...
HUJII DANSAA Nagaye Tari, Jarso Salu, Godana Boru, Bule Dalacha, Naol Kasinet, Gizachew Girma, Wariyo Jatani, Chaltu Gayo, Jatani Liban, are 2013 batch of Grade 12 students. They donated 19 reference books amounted 1900.00 ETB. Thankyou
Hammasini ko'rsatish...
MBBA Ramaddii.pdf1.10 MB
Foormii ittiin yuniversitii fi field filatan isa kana. Wiixata mana barumsaa fudhattani guuttu.
Hammasini ko'rsatish...
2013 Entry Institute and Field Choice Formats.pdf1.84 KB
1.Filannoo osoo hin guutin dura fedhii keessan sirriitti itti yaadaa. tokko qofa guuttan. Guca tokkoo oli guutanii galchuun filannoo isan duraa balleessa, qisaasa'ina waraqaa fi yeroo fida,
Hammasini ko'rsatish...
Nagaa jirtu Bona walii gula yaatu? Gara ergaa kiyyaatti yoo deebi'e Hojii Barru barsiisuu cimsuuf Madaaliin Barnoota gaggeeffamuun murteessadha. Haalumaa kanaan Dorga dorgee komishiini Naamusaa fi Farra malaammaltummaa manneen barnoota bara darbee M/B tti hangaa BBO tti geeggeesa turuun ni yaadatama. Bu'uurumaa kanaan bara barnoota 2014 Karoorfachuun Aanaalleen Dorgomii kana irraatti akka hojataan jenna. # kutaa 1_2 sadaarka seekshinii M/B tti # kutaa 3_4, 5_6 ,7_8 sadarkaa M/B tti # kutaa 9_12 Sadarkaa naannootti # Badhaasa isaan malu akka kenitaniif Hubachiisa dorgomiin kun gaaffii fi deebii kun uwwisaa miidiyaalee akka argatu qunnamtii gochuu *****Uulagaleen barattoota itti filatamaanii fi haala haala dorgomiin ittin afeeramaman # Dorgomii sadarkaa M/B dhiira 3 fi durbaa sadii ida 6 # Dorgomtoota filachuuf durbu'aan M/B, # Barsiisa BLAG # Gumii NFM # Qondaala naamusa # Barattootni waggaa darbee hirmaataan waggaa kana hin hirmaatan. Yeroo gaaffiif dorgomii itti gaaggeeffamuu 1. Koree gurmeessuu onk.5_15/ 2014 2.Gaaffiilee qopheessuu maxxansuu onk. 15_ 20/2014 .### Dorgomii Marii paanaali sadarkaa sadarkaan gaggeefamuu ilaalchise 1.sadarkaa M/B tti gaggeessuun sadaasa 10/2014 2.Sadarkaa Godinatti sadaasa 24/2014 3.Ragaa gurmeessuun sadaasa 24/2014
Hammasini ko'rsatish...