cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

نُورُل إسلام

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
164
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

〽Hikkaa Jecha Hadiisa kanaa ((Rabbiin Jalla Jalaahuu Akkana Jedha Hadiisa Qudsii Keessatti)) ((Ani Bakkuma Gabrichi Khiyya Naherregettiin Jiraa Jedha ))⬇️⬇️⬇️ _____________ " Herreggiin Suni Akkami Mee ⁉️ Hiikkaan Isaa Akkana Taha (( Yaroo Duaaii Godhattees Rabbiin Duaaii tiyya tana Naaf qeebala Jettee Yaaduudha ,,,, Yaroo Dilii Dalaydee Dilii Sanirraa Towbattees Rabbiin Towbaa koo Narraa qeebala Jettee Yaaduudha ,,,,, Yaroo Araarama Rabbi Gaafattees Gooftaan koo Dhiifama Naaf Ni Godha Jettee Yaaduudha ,,, Yaroo Ibaadaa waan Rabbiin Sirraa Jaallatu Dalaydees Wanni Suni Bakkarra Naaf buute Jettee Yaaduudha ,,, Wahuma Hunda Keessattuu Rabbiin Lafatti nan dhiisu Jettee Yooniif Yaadde Rabbiiniis Akkasuma Siif taha ,,, Yooniif dhukubsataa taate Rabbiin Nafayyisa Jettee Yaaduudha Yooniif dhabaa taatees Rabbiin Naduroomsa Jettee Yaaduudha Yooniif Dardara Taatees Rabbiin Jaartii Bareedduu Akkaan ani Yaadeeti Nafuusisa Jettee Yaaduudha Yooniif shamara taatees Akkasuma Yooniif Barataa taatees Rabbiin fatanaa Nabaasa Jettee Yaaduudha Yooniif Nama Dalagaa Hin qabne Taatees Rabbiin Dalagaa Gaarii Naaf khenna Jettee Yaaduudha Yooniif Ilmoo Hin Qabaannees Rabbiin ilmoo Gaariidha Naaf Khenna Jettee Yaaduudha‼️ Yooniif immoo Yaanni koo tokkolleen Galma Naaf hin Gayu Jettee Yaaddees Rabbiin Naas Hin Milkeeysu Duaaiin koos Narraa Hin qeebalamu Jettee Yo Yaaddees akkuma Ati Yaadde sani Arkatta Jechuudha))) Waan Xixiqqoo Qofa Yaadduus wahuma Yaada keetii qofa Arkatta Jechaadha‼️ فتح الباري للقرطبي رحمه الله ((15/270)) Kanaafuu Yoo Obboleeyyan Keenya Yaada Hin Taane Rabbirratti Hin Herreginaa Yaada Kheeyrii Malee Yaroo Hunda Onnee Qulqulluu qabaadhaa shakkii Fii Mamii Heewasaa Fii Hiraarirraa Fagaadhaa ⬇️⬇️ Isin Hoo Yaa Ummata Herreggiin Keessan Rabbii Goftaa Aalamaatti Akkam ture Mee ⁉️ Rabbiin Warra Yaada Gaarii Fii Herreggii Gaarii Rabbirraa qabu Nuhaa Godhu ,,, Aamiiiiin https://t.me/Binti_Islama https://t.me/Binti_Islama
Hammasini ko'rsatish...
HIRIYYAA...! Beekii mee? Bishaan itti dhugii lapheerra si teenyan Galmee teenya cufii garaan si dandeenyan Argachuu dhabuun jiraa addunyaamatu akkasii Hiriyyaa dhugaa jechuun haadhoof haadha garasii Qawwaa argamu duuchaa yeroo gaddaaf Gammaachuu wal barbaadanii dhaquun waliin wajjin hirmaachuu Yoo dhaban waliif kennaa daandii hojii wal gorsaa Hiriyyaatu kafanaa kan itti himatan dhoksaa...! Gammachuu waliif kolfaa gaddatti waliin boo'aa Hiriyyaatu Gaachanaa isaantu waliif ho'aa...! Atis naaf hiriyyaadhaa hundaa naaf caalta tiruu Eessa utuun deemeeyyuu kan akka keetu hin jiruu...! Hiriyyaa jecha jedhuu gochaan natti argisiiftee Imimmaan kiyya haqaa gaddus na gammachiiftee...! Hiika hiriyyaa dhugaa siinin fakkeenya kennaa Onnee kiyya Mooteettaa dhaabbattee siidaa Seenaa...!!! Jiraannus wajjiin dunanis wal faana Jennan jenna malee nutu walitti aana...... https://t.me/dubartotaa https://t.me/dubartotaa
Hammasini ko'rsatish...
❤️Jaalala ❤️ Jaalala jechuun kan rabbiin sadarkaa isii akkaan guddise kan nama lama gidduutti nama tokkoof nama baay'ee kan haadhaaf ilmoo abbaafi ilmoo gidduutti fi kan obboleewwan wol jaallatan islaamaa ta'uu qofaaf Kana keessaa kan duniyaaf aakiraatti nama fayyadu 1) jaalala isii rabbiif jecha wol jaallatanuudha rabbiin (S.W) guyyaa qiyaamaa guyyaa dafqii garii jilba gahu guyyaa garii namaa liqimsu mee eenyunni anaaf jecha adduniyaarratti wol jaallate kottaa qabbana arshii jala taa'aa jedhaan 2) isii mu'umintoonni haadhaaf abbaaf ilmoo fi qabeenya hunda caala rabbiifii ergamaa isaa jaallataniidha kanaaf rabbiif jecha wol haa jaallannu jaalalli hin dhumnee isii kanaa https://t.me/dubartotaa https://t.me/dubartotaa
Hammasini ko'rsatish...
👇👇👇👇👇👇👇 @Binti_Islama @Binti_Islama @Binti_Islama
Hammasini ko'rsatish...
السلام عليكم ورحمةالله وبركاته Anoo Deemuuf Ka'e......... .........27, 28,29..... Anoo deemuuf ka'ee Dafaa na saammadhaa Hamma wal garruufuu Nagaa nadhaammadhaa Ummata musliimaaf An kennaa rabbiitii Qulqulleessaa dilii Saamunaa zambiitii Yaa warra amantan Jechuun isin yaamee Ramadaana soomaa Kan isiniif dhaamee Akka sodaattaniif Rabbiin na wajjabee Lubbuudhan jiraatee Namni na qaqqabee Rabbiin kennaa guddoo Ana keessa kaa'ee Kan dhugaan na soome Dhugumaan milkaa'ee Isiniif badhaasa Anoo rabbiin biraa Halkan kabajamaan Ana keessa jiraa Halkan tokkichisaa Caalu baatii kumaa Badhaafamuu feenan Kurnan gara dhumaa Ibaadatti cimnaan Kurnan boodaa keessaa Keeyrii halkan sanaa Rabbiin si milkeessaa Kan rabbiin kadhateef Ni baati haajanii Kan rabbiin milkeessef Qabama baajannii Anoo deemuf ka'ee Kinoo isin biraa Yeroon koo dhumaara Qophaa'utti jiraa Yaa nama dhugumaan Natti fayyadamtee Rabbitu siif guuta Waan ati haajamtee Anoo nan deebi'a Waggaadhan naanna'ee Kan wal hin argines Ajalli isaa ga'ee Kan wal arginuulleen Ammaaf nagaattii Qiyaamaa nan dhufa Fayyadamnaan nattii Nuun jedhaara kinoo Soomanni baranaa Yaa jamaa musliimaa Maal jettu jaranaa Gammachuun simannus Beelamni ga'eeraa Maalin gaggeessinu Deemuudhaf ka'eeraa Isa bara dhufuu Rabbitu harkaa qabaa Lubbuudhan jiraatee Eenyutu qaqqabaa Osoo bira hin geenye Ramadaana dhufuu Guyyaan isaa geenyan Hedduudha kan kufuu Yaa mootii aalamaa Kanas nu milkeessii Isa bara dhufuus Nagaan nu geessii Jennee haa kadhannuu Cimsinee du'aayii Fayyaaf umrii wajjiin Ibaadan nu faayii Dilii teenya maraa Yaa rabbi nuuf dhiisii Har'a addunyatti Milkiidhan nu kiisii Jaannatal firdoowsiin Bor nu gammachiisii Jennee haa kadhannuu Jechuu fedheetanii Dhiifama naaf godhaa Xumureera anii https://t.me/Binti_Islama https://t.me/Binti_Islama
Hammasini ko'rsatish...
Namootan 7 kan rabbiin gaaddisa isaa jala taasifatu guyyaa qiyaamaa eenyu akka ta'an ni beektaa ?"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""" Share gochuudhaaf obsaa fii kabajamaa fii hubannoo qabaadhaa Guyyaa qiyaamaa jedhan Ergamaan Rabbiiﷺ 🚩 bulchaa biyyaa kan karaa haqaatin bulchu 🚩dargaggeessa ibaadaa osoo godhu ibaadaa irratti guddate 🚩Namicha qalbiin isaa masjiidaan waliin walitti hidhamte 🚩Namoota lama kan Rabbiif jecha wal jaalatan, kan yommuu walitti dhufanis tahee yommuu gargar bahan Rabbiif qofa tahe 🚩 Namicha dubartiin bareedduu taatee fii tan sadarkaa guddaa qabdu takka wal wajji haa sagaagalaniif isa yaamtee inni garuu "Rabbii kan koo sodaadha!" Jedheetiin dide 🚩namicha sadaqaa kennatu, kan sadaqaan inni kennatu sun dhoksaa tahuu irraa kan ka'e yommuu harki isaa mirgaa kennatu harki isaa kan bitaa waan tokkoyyuu kan irraa hin beekne. 🚩namicha yommuu kophaa isaallee jiru Rabbii isaa zakkaru kan iji isaa imimmaaniin guuttamtu." 《Sahiih Bukhaarii, lakk. Hadiisaa 660》 Yaa Rabbii warra guyyaa qiyaamaa guyyaa gaaddisa kee malee gaaddisni biroo hin jirre sana warra gaaddisa kee jala taasifaman irraa nu taasisi! Yaa Rabbii #AAAAMIIIIIIN https://t.me/dubartotaa https://t.me/dubartotaa
Hammasini ko'rsatish...
Osoo itti fayyadamnee way waa tolee Muslimni obbaleysa muslimaati. 🌹 Abu hureyraa irraa odeeyfamee Rabbiin isarraa haa jaalatuu. Ergamaa Rabbii sallallaahu Aleeyhi wa Aali wasallam ni jedhe, 🌺 walin waanyiinaa ykn quudhaa walii hin dhabinaa, 🌺 walin gowwomsiinaa, Walin jibbinaa, 🌺 Duuyda walitti hin deebi'inaa ykn duuyda walittin galinaa, Osoo sadeen kanattuu fayyadamnee akkam waaa tolee😊 Nuti garuu kanarraa faallaa yaana. Hin dhumne naaf obsii.👇 🌺 Hin gurgurin gariin keessan gurgurtaa garii irraatti. Gabroottan Rabbii tahan! Maal tahan ( #obbaleyyaan_tahan) Muslimni obbaleysa muslimaati 🌺 Innii Qaalii Allaaha jala butamaa tahee obbaleysa isa qaalii Allaaha jala butamaa taheeti!! 🌺 erga obbolaa tahan. Isa hin hiidhu, 🌺 Isaaf tumsuu. Hin dhiisu. 🌹 Isa hin tuffatu ❤️ Sodaan rabbii As jirti Ergamaa Rabbii sallallaahu Aleeyhi wasallam nii akeeke Gara qoma isaa taraa (sadi) Dhiirtichaaf gahaadha hamturraa obbaleysa muslimaa tuffachuun. 🌹 Cufni muslimaa muslimarratti haraama, (dhiiyni isaa) ( Horiin isaa) (Naamusni isaa) Kanaafuu obbalaa keenya kan muslimaa hamtuu irratti yaadu haa dhifnuu. Dhiiga isaa gad naquf yaadu haa dhiifnu shira walitti xaxuu irraa haa of qusannuu.. Dhigni obbolaa muslimaa nurratti haraamaa obbolaa kiyya kan muslimaa By Kumeysa Aliyyi ✍️ @kumeysa @kumeysa
Hammasini ko'rsatish...
Seenaa bareedaa kana hanga dhumaatti dubbisaa seenaa sahaaboota Rasuulaa s a w Seenaa wareegamticha shahiidicha du'e akka islaama taheen osoo sa'aan irra hin marmaarin """"""""""""""''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''""""""""""""""""""""""”"" Muslimootaafii ruum Walitti cabiinsa lola yurmuk duratti Namtichi hogganaa waraana ruum irraa ta'e kan jedhamee yaammamu Maqaan isaa (Jarjah) As bahee hogganaa waraana muslimootaa kan tahe "kaalid ibnu waliin"Ra" akka wal qunnamu gaafate Kaalid ni dhaqeef Jarjah ni jedheen kaalidiin yaa kaalid dhugaa naaf hin osoo nan sobne isin araboonni dhugaa malee hin soban jedhu Dhugumatti Rabbiin seyfii kee samii irraa Nabii keessan irratti buusee siif kennamee? Kaalid miti jedheen Maaliif seeyfullaa jedhamee moggaafame hayyu? kaalid namticha kanaaf galchuuf murate ni jedheen Rabbiin Nabiyyii nuuf erge kaanis dhugoomsinee irra hedduun keenya kijibsiifne Anilleen warra nabii kijibsiisan san waliin ture Hanga rabbiin qalbii teenya islaamummuuf banutti rabbiin rasuula gaarii nuuf filatee nuuf erge Rasuulli nayaamanii yaa kaalid ati seyfii seyfii rabbii irraahi naan jedhan kanaaf seeyfullaa jedhamee moggaafame jedheen Ni jedheen Jarjah mee mee Nabiin keessan maal fa'aatti isin yaama Kaalid ni jedheen Nabiin kan itti nama yaaman Tokkichummaa rabbiitiifi Rasuula dhugeessuu islaama jechuun kanuma jedheen Jarjah ni jedhe namni ammaan tana islaamummaa fudhate akkuma keessanitti sawaabaa fii ajrii argataa jedheen Miti jedheen kaalid caalaa argataa Jarjah akkamitti isintu dursee islaamummaa fudhachuudhaan Ni jedheen kaalid nuti Nabiyyii waliin jiraannee aayataa fii mu'ujizaa isaa ijaan agarree gurraan dhageenyee Haala kanaan amanne garuu isaannan argaa fii dhageettii maleetti dhugoomsanii amanan ajriin isaanii guddaadha Ni jedheen Jarjah kaalidiin yaa kaalid islaamummaa Nabarsiisi Ni jedheen kaalid jedhi "Ashahadu allaa ilaaha ilallaa wa Ashahadu anna muhammadun rasuul allaa" Jarjah shahaadaa qabatee islaama tahee raka'aa lama salaatee waraana muslimootaa waliin qowmii isaa ruumiin waraanaa /lolaa/oolee loluma san keessatti shahiide jireenya isaa keessatti raka'aa lama qofa salaate kaalid ilma waliid wajjiin 💘Radiyallaahu anhum💘 https://t.me/Binti_Islama
Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...
2.13 MB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.