cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Mijuu Walaloo

Walaloon Afoola Oromooti Waliin haa guddisnuu Ittiiniis buhaaraa Irraa haa barannuu Walaloo nuuf erguu yoo barbaaddan @flmtbd nuuf ergaa @flmtbd @Mijuuwalaloo

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
1 491
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
πŸŽ‰βœˆοΈοΈοΈοΈοΈοΈοΈοΈEthiopian Airlines 75th Anniversary Transportation Subsidy!βœˆοΈπŸ’΅οΈ

βœˆοΈπŸ’ΈοΈοΈοΈοΈοΈβœˆοΈπŸ’ΈοΈοΈοΈοΈοΈClick on the link to claim your transportation allowance!πŸ’ΈπŸŽβœˆοΈοΈοΈβœˆοΈοΈοΈ

Har'a huutee qabda Boru kuftee cabda
Hammasini ko'rsatish...
🌹 30
πŸ₯€ 8
☝ 10
Bara gaarii bara abdii Abdii teenya mee nuu fidi 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Abjuu gaarii barri fidu Dhugaa ifaa dharri didu Si waammannee nu owwaadhu Si jaalannee nu jaaladhu ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ Bara hamaa baraaf sodaa Garaa hamaa dharaaf soddaa Shira keetiin nu rakkanne Gooba keetiin nu gubanne πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€πŸ€¦β€β™€ Of tuulummaa boona gowwaa Cabbiin cabbiin yoomi oowwa? 🏹🏹🏹🏹🏹🏹🏹🏹🏹🏹 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Dhara hamaa dharraa tahi Abbaa uumaa haqaaf nahi. 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ✍✍✍ Falmataa Abdii Gooroo guutuu Caamsaa 2/2020
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 24
☝ 2
Dhagaan gaaraa ka,ee Gara lafaa fiigu Mukaaf citaatti bu,a Silayyuu hin arguu Mukarraa baala harcaasaa Citaa hundeen buqqaasaa Dhagaas itti bu,ee cabsaa Daagatti bu,ee ol utaalaa takka of gubbaan fonqolaa Dararaa uumee haalaa Gaafa lafa ga,u Hunduma g toaga,aa Tasa fayyaan ta,u Kufee gargar dhoo,aa! Toofiq Ahimad Ibraahim
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 18
☝ 7
Osoon Ilaalee arguu Lola'aa dhiiga qomoo Hiyyoomeen du'a malee Hin gurguru Oromoo! Chirichaaroonii mitii Jumlaanuu hin jijjiiru Cubbuu fi caba sabaa Hin bitu hin gurguru. Garaakoo hin guuttadhu Xibsii foon saba kiyyaa Gammachuusaa gammadeen Iyyasaa waliin Iyyaa.... ✍✍ Salah Qeeransoo @bfwalaloo @bfwalaloo @bfwalaloo
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 20
✍ 1
#Dhugaa Abdii bara kumaa Furtuu waa hundumaa Sagalee ol qabeen Ofitti si waama. Manni koo isa sana Maqaan koo isa kana Ifaajee tokko malee Dafii koottu mana. ....................................... Naaf koottu yaa michuu Maaf didde ariifachuu Baayyina beellamaa Barii lakkaawwachuu ................................... Maaloo! Ariifadhuu #Dhugaa Abdii bara kumaa Furtuu waa hundumaa Sagalee ol qabeen Ofitti si waama. Manni koo isa sana Maqaan koo isa kana Ifaajee tokko malee Dafii koottu mana. ....................................... Naaf koottu yaa michuu Maaf didde ariifachuu Baayyina beellamaa Barii lakkaawwachuu ................................... Maaloo! Ariifadhuu Miilaan tarkaanfadhu Barrisi kaa amma Takkaa si hammadheen Seenaatti waa dhaamaa. Toofiq Ahimad Ibraahim tarkaanfadhu Barrisi kaa amma Takkaa si hammadheen Seenaatti waa dhaamaa. Toofiq Ahimad Ibraahim
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 6
☝ 2
Eenyuutti himaturee Caba onnee keessaa Hundumtuu si cabsuuf Mana gumaa si geessaa, ~ ~ Taankiif Baankii malee Wal faana biyyaaf kaanee, Harra garuu orma mitii Walitti diina jabaa taanee, ~ ~ Yoo dubbatte rakkoodha Dhiifnaanis kan caaluu, Coba imimmaan keenyaa Rabbiin qoftii haa ilaaluu, ~ ~ Waan jennu wallaallee Hundumtuu wal gaadaa Yoo ati yaada kee himtee Hunduu afaan si qadaadaa, Safuudha!
Hammasini ko'rsatish...
🀦 35
✍ 26
"Hunduu deebii qabaa " Yoomi Gaafni jettee Gaafiin kee jalqabaa Arraa mitii boru Hunduu deebii qabaa Gaafa Aduun dhiitee Dukkanaan marfamnu Gaafa hayyuun dhumee Doofaadhaan durfamnu Gaafa kana jirra Gaafa miilli mataa Du'aafii jiruuniis Lachuutuu wal qixaa Ni eegganna garuu Gaafa guyyaan ifu Dukkanniis jibbamee Fedhii Rabbiin kufu ✍✍✍✍Falmata A . Gooroo Guutuu 1/6/2020
Hammasini ko'rsatish...
🀦 15
✍ 11
πŸŽ€πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”Š 🎀 πŸ”Š 🎀 πŸ”Š 🎀 πŸ”Š 🎀 πŸ”Š 🎀 πŸ”Š 🎀 πŸ”Š πŸŽ€πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”Š 🎀 🎀 🎀 🎀 🎀 🎀 🎀 🎀 🎀 Promotion Time! πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅πŸ”΅ πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£
Hammasini ko'rsatish...
βœ… Walaloo fi Baacoo
Bashannanaaf (Just....
Gaaffii deebii Oromummaa
Islamic News channel
⚑️Awwii Media
βœ…Qoosaa
Dhaangaa walaloo
✍Galmee channeliif✍
😜Dhugooma Abjuu😘
Ijoolee G/G ❀️ የ ጎ/αŒ‰ αˆαŒ†α‰½
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.