cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Mooraa Walqixxee Yuuniversitiitti Faar!

Amantaaf jiraachuun Lubbuu Soora! ➾Faarfannaa Ortodoksii haaraa Afaan Oromootiin ➾Barnoota Amantaaa Afaan Oromiffaan ➾Beeksisa Mana Kiristaanaa Walqixxee yuuniverstii Afaan Oromootiin TAWAAHIDOON BARA BARAAN HAA JIRAATTU!

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
383
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

🌷🌷🌷 Hangafa Ayyaanotaa 🌻🌻🌻 Masqalli hangafaa Hangafa Ayyaanotaa Kan itti nuuf argame Fannoon Gooftaa....! Hundi ayyaaneffata Ililleedhan guutame Miidhagina aadaan Baay’ee faayamee... Nama qofaa miti Dacheenis urgooftee Samiinis qulqullooftee dumeessa mulqattee Bubbeenis bubbisee magariisa dambaliisee Qalbii namaa kaasee garaa nama raasee Simbirroon martuu Sagaleen weellisaa Kallattii hundarraa Nama gammachiisaa! Eeyyee Kanaaf jedhama Masqalli Mootii Ayyaanaa Yemmuu ayyaaneffannu Gammachuu argannaa....! Aadaaf amantii keenyan Boonnee burraaqnaa Ayyaana masqalaa Martuu kabajannaa Ishoo baga geessan Hangafa Ayyaanotaa Hundumti keessaan Eegaa yA namootaa!!!! ===β€’||β€’=== F/taa Koo'eel Shawaa 🌻🌻🌻🌼🌻🌻🌻 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Kottaa Miseensa ta’aa! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Fannoon Argameera F/taa Geetahun Shawaa ( Koo'eel)

Faaruu Ayyaana fannoo #Galata_Kee F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Hammasini ko'rsatish...
Jaalal%20Galata%20kee.mp34.40 MB
Faaruu Ayyaana fannoo Gammadaa namoota F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Hammasini ko'rsatish...
Jaalal%20Gammadaa.mp34.74 MB
Mallattoo dhugaa dha. F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa πŸŒΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Hammasini ko'rsatish...
Jaalal%20Mallattoo%20dhugaa%20dha.mp35.43 MB
Oolmaan kee guddaadha! F/taa Guutaa Tasfaayee Faaruu kana youtube irratti dhaggeeffachuun akkasumas Share, like subscribe gochuun faarfattoota keenya jajjabeessaa! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa https://youtu.be/lU0xE9j_Dzs
Hammasini ko'rsatish...
OOLMAAM KEE GUDDAADHA! F/taa Guutaa Tasfaayee... faarfannaa Afaan oromiffaa

Mew Ethiopian Orthodox tewahido mezmur! oromic mezmur

Sillaasee uumaa koo Luba Abarraa Baqqalaa fi F/taa Koo'eel shawaa @Faarfataa
Hammasini ko'rsatish...
(Geetahun fi Dn Abarraa) Sillaasee.mp32.64 MB
🌹Dhiifama🌹 #Share...... Akkuma yaa'iqob jedhe Arraba kootu abidda...! Waan gaarii dhiisee Darbata daba guddaa.! 🌹🌹🌹 Baay’een raawwadhe Arraba koon utaalee Dhugaa dhala namaa Sobaan haqanqaalee! 🌹🌹🌹 Inni Heddu cimaadha Yakkin ani hojjedhee Imaanaa naa kenname Daandiirratti nyaadhee 🌹🌹🌹 Arrabaan tolen jedha Akka nama garraamii Hojiin koo hamaadhaa Dubbinsaa mee akkamii 🌹🌹🌹 Yaada koo fudhateera Yoon gad ta'ee xinxalu Bakkin har'a jiruu kun Anaan hin maadalu...! 🌹🌹🌹 Silaa ani badeera ture Yoo akka raawwii kootii Har'an kan naan ga'e Garuu Dhiifama waaqati 🌹🌹🌹 Gooftaan ani amanee Inni Abbaa dhiifamaati Namatti hin lakkaa'u Badii akka namootaatti... 🌹🌹🌹 Garuu mee maal godhaa Yoon ani dhiifama jenne Gaarummaa waaqayyoo Yoo sirritti hin hubanne...! 🌹🌹🌹 Daandiin itti hubadhu Dhiifama yoon qabannr Hiyyeessa fi qabeessa Wal qixa yoon jaalanne 🌹🌹🌹 Kanaaf yaa obboloota Baay’een sin muufachise Arraba koon dangaa ce'ee Guddaan isinin boochise.... 🌹🌹🌹 Adaraan isinin jedha Dhiifama naaf godhaa! Badii kan koo beekera Kunoo dhiifaman jedha...! ===β€’|β€’=== Koo'eel shawaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Walaloo biraaf xuquun join jedhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa
Hammasini ko'rsatish...
Eebbifamtoota Wku'f 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Sigigoof mucucoo Hunda dabartanii Humna Gooftaatiin Baga har'a geessani 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Hunduma ceetanii Baga gammaddanii Dadhabbii barootaa Firii isaa agartanii... 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Dafqa kan guddistan Firii bara dheeraa! Guyyaa isin argitan Kunoo har'a ta’eera! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Wanta facaafattan Deebistanii argattuu Mi'efattanii ilaaluun Isinoo ittiin jiraattu...! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Irra deddeebi'een jedha Ishoo baga gammaddan Gonfoodhan goonfamaa Firii keessan hundaan....! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 ==||== 🌹 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa
Hammasini ko'rsatish...
Walaloo hafuuraa @Ceesisa @Ceesisa
Hammasini ko'rsatish...
Walaloo filsataa 2013.pdf2.56 KB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.