uz
Feedback
Kersa Senior secondary school [E.H]πŸ•’βœοΈβœπŸΌπŸ”πŸ‘©β€πŸŽ“

Kersa Senior secondary school [E.H]πŸ•’βœοΈβœπŸΌπŸ”πŸ‘©β€πŸŽ“

Kanalga Telegram’da oβ€˜tish

Education Is a πŸ” One 4 Everything.

Ko'proq ko'rsatish
3 094
Obunachilar
-124 soatlar
+87 kun
+4030 kun
Postlar arxiv
MoE Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera. Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera. Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) 'https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u. Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera. Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera. Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa. የ2018 α‹“.ም. α‹¨αˆαˆˆα‰°αŠ› α‹°αˆ¨αŒƒ αˆ›αŒ αŠ“α‰€α‰‚α‹« αˆ€αŒˆαˆ­ αŠ α‰€α αˆα‰°αŠ“αŠ• α‹ˆαˆ΅α‹°α‹ α‰ αˆ˜α‹°α‰ αŠ› α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αˆ­αˆƒ ግα‰₯ር α‹¨αŠ¨αα‰°αŠ› α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αŒα‰’α‹« α‹αŒ€α‰΅ α‹«αˆ΅αˆ˜α‹˜αŒˆα‰‘ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ α‹¨α‰°α‰‹αˆαŠ“ α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ መሡክ αˆαˆ­αŒ«α‰Έα‹αŠ• ከነሐሴ 28 αŠ₯ሡከ αŒ³αŒ‰αˆœ 5 α‰€αŠ• 2018 α‹“.ም. α‹΅αˆ¨αˆ΅ αŠ₯αŠ•α‹²α‹«αˆ΅αŒˆα‰‘ α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ­ αŠ αˆ³α‹α‰‹αˆα’ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αˆαˆ­αŒ«α‰Έα‹αŠ• α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ ቀቡ αˆ˜αˆ„α‹΅ αˆ³α‹«αˆ΅αˆαˆαŒ‹α‰Έα‹ α‰£αˆ‰α‰ α‰΅ αˆ†αŠα‹ α‰ αŠ¦αŠ•αˆ‹α‹­αŠ• αˆ›αˆ΅αŒˆα‰£α‰΅ α‹­α‰½αˆ‹αˆ‰α’ α‹¨αˆαˆ­αŒ« αˆ›αˆ΅αŒˆα‰’α‹« α‹΅αˆ¨-ገጹ፦ student.ethernet.edu.et αŠα‹α’ - α‰ αˆ•αŠ­αˆαŠ“ αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ αˆα‹© αˆαŠ”α‰³ α‹«αˆ‹α‰Έα‹α£ - α‹¨αŠ αŠ«αˆ αŒ‰α‹³α‰°αŠ› α‹¨αˆ†αŠ‘α£ - α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŒΎα‰³ α‹«αˆ‹α‰Έα‹ αˆ˜αŠ•α‰΅α‹«α‹Žα‰½ - ከ6 α‹ˆαˆ­ በታች αˆ•αƒαŠ• α‹¨αˆšα‹«αŒ α‰‘ αŠ₯αŠ“α‰Άα‰½ α‰°αŒˆα‰’α‹αŠ• αˆ•αŒ‹α‹Š αˆ›αˆ΅αˆ¨αŒƒ αˆ›α‹«α‹«α‹ αŠ₯αŠ•α‹°αˆšαŒ α‰ α‰…α‰£α‰Έα‹αˆ αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ© ገልጿልፒ #MoE ነሐሴ 28 α‰€αŠ• 2018 α‹“/ም @tikvahethiopia

#MoE የ2018 α‹“.ም. α‹¨αˆαˆˆα‰°αŠ› α‹°αˆ¨αŒƒ αˆ›αŒ αŠ“α‰€α‰‚α‹« αˆ€αŒˆαˆ­ αŠ α‰€α αˆα‰°αŠ“αŠ• α‹ˆαˆ΅α‹°α‹ α‰ αˆ˜α‹°α‰ αŠ› α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αˆ­αˆƒ ግα‰₯ር α‹¨αŠ¨αα‰°αŠ› α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αŒα‰’α‹« α‹αŒ€α‰΅ α‹«αˆ΅αˆ˜α‹˜αŒˆα‰‘ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ α‹¨α‰°α‰‹αˆαŠ“ α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ መሡክ αˆαˆ­αŒ«α‰Έα‹αŠ• ከነሐሴ 28 αŠ₯ሡከ αŒ³αŒ‰αˆœ 5 α‰€αŠ• 2018 α‹“.ም. α‹΅αˆ¨αˆ΅ αŠ₯αŠ•α‹²α‹«αˆ΅αŒˆα‰‘ α‹¨α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ­ αŠ αˆ³α‹α‰‹αˆα’ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αˆαˆ­αŒ«α‰Έα‹αŠ• α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ ቀቡ αˆ˜αˆ„α‹΅ αˆ³α‹«αˆ΅αˆαˆαŒ‹α‰Έα‹ α‰£αˆ‰α‰ α‰΅ αˆ†αŠα‹ α‰ αŠ¦αŠ•αˆ‹α‹­αŠ• αˆ›αˆ΅αŒˆα‰£α‰΅ α‹­α‰½αˆ‹αˆ‰α’ α‹¨αˆαˆ­αŒ« αˆ›αˆ΅αŒˆα‰’α‹« α‹΅αˆ¨-ገጹ፦ student.ethernet.edu.et αŠα‹α’ - α‰ αˆ•αŠ­αˆαŠ“ αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ αˆα‹© αˆαŠ”α‰³ α‹«αˆ‹α‰Έα‹α£ - α‹¨αŠ αŠ«αˆ αŒ‰α‹³α‰°αŠ› α‹¨αˆ†αŠ‘α£ - α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŒΎα‰³ α‹«αˆ‹α‰Έα‹ αˆ˜αŠ•α‰΅α‹«α‹Žα‰½ - ከ6 α‹ˆαˆ­ በታች αˆ•αƒαŠ• α‹¨αˆšα‹«αŒ α‰‘ αŠ₯αŠ“α‰Άα‰½ α‰°αŒˆα‰’α‹αŠ• αˆ•αŒ‹α‹Š αˆ›αˆ΅αˆ¨αŒƒ αˆ›α‹«α‹«α‹ αŠ₯αŠ•α‹°αˆšαŒ α‰ α‰…α‰£α‰Έα‹αˆ αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ© ገልጿልፒ #MoE ነሐሴ 28 α‰€αŠ• 2018 α‹“/ም @tikvahethiopia

Grade-11, Condensed Chemistry Curriculum (lesson 31-45).docx7.58 KB

Grade-12, Condensed Chemistry Curriculum (lesson 31-45) .docx7.39 KB

G-12-Eng-Tutorial Lessons 31-45 Week 7-9.rtf7.12 MB

Eco. G. 9-12-Module Condensed for G-12.docx1.24 MB