cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Aarif_Sheeka

Youtube 👇👇Channel Subscribe https://youtube.com/c/Atinaaftube Tel 👉 gorsa jireenya 👉jechoota Hayyoota 👉walaloo jaalala fi Qoosa 👉seenaa Oromo Durif Ama 👉wantoota Seena Yaada Qabdan. 👩‍💻👇 👉 @Aarifeimalyad 👉 @Aarife❣️

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganIngliz187 596Din & Maʼnaviyat129 440
Reklama postlari
215
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+17 kunlar
+630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Leeqaan quufee hin nyaatu shokokii dhageeffata beekaan suufee hin kaatu waan boruuf qalbeeffata qeellam daarii maccaati gidaami teessoo mooti shaambus hortee gootaati nafxanyaan maal nu gooti gimbiin hayyuu biqilcha saasiggi leenca soora beegiin qawween ilililcha maccumti kanaaf koora jaawwiin gamtaadhaan lola dambiin burqaa beekaatii naqamteen diina qola horroon farra deegaati najjoon warqeen taphata indaanqoon buna hira qananiin eessa hin jirre wallagga keessa jira. waadaa koo bakka jirtutti nagaa ta'i rabbiin hamaa sirraa haa qabu. hafuura kee dhabeen gubbachaa jira. t.me/aarifsheeka
Hammasini ko'rsatish...
😭 1
00:51
Video unavailableShow in Telegram
7.33 MB
Photo unavailableShow in Telegram
sinn barbaadu. abadan abdan sin baraabdu ati nama jedhee waayee kankee hin yaadu haala an keessa jiru ulaagaa godhatte utuun sitti boohu erga nabaqatte utuun si amanuu badii tokko malee anarraa dheessite eenyummaa kee narraa erga fageessite na dhageessa... sin barbaadu- eeyyen sin barbaadu sichi nan argitu du'een bada malee dura si baruun koo gammachuu osoo hin taane dhukkuma naaf dhale firiin hammeenya kee amma reef naaf gale sin barbaadu eeyyen sin barbaadu lammata deebi'ee waaye kee hin araadu
Hammasini ko'rsatish...
1
Snapchat-243187306.mp4135.52 MB
Snapchat-1170167240.mp417.14 MB
video_2024-04-10_08-58-47.mp46.96 MB
video_2024-04-10_08-59-19.mp44.43 MB
1
00:34
Video unavailableShow in Telegram
dhalattootta oromoo biyya sudan
Hammasini ko'rsatish...
qophi ijoolle.mp47.46 MB
1
Atin duutan seene-silaa anis du'ee Faanakee hordofee-odoon qilee bu'ee Boo'ichi cidhakeen-qaroon na lola'ee Ribuun qaama kiyyaa-odoo na laamsha'ee Anis naafa ta'ee Amma namaaf taatu,... Urgaakoo sitti uleen-Ofiin si sileessee Mandhee qaama kiyyaa-odoon siif gumeessee Yookiin, Summii si nyaachiseen-suma nyaadhee du'a Nadhiikee dhamdhamaan-maqamaqii bu'a Du'a si oolcheetan-suma waliin du'a Calleensaan guutameen-jannatakee taa'a Si waliin basha'aa! Siddisatoo❤️ Bakkakee akkakee Nafnikoo nafakee Urgaakee suufnesan Nadhakee quufnesan Uggum guntutakee Jannata nafnikee Elaa akkas goona Mee waliin naafanna Atis kaateen deemtu-miilla malee deemna Kiraanchiin gad baanee-guyyuu waliin teenya Waliif laanna beenyaa Suga jiruu teenyaa! t.me/aarifsheeka
Hammasini ko'rsatish...
Aarif_Sheeka

Youtube 👇👇Channel Subscribe

https://youtube.com/c/Atinaaftube

Tel 👉 gorsa jireenya 👉jechoota Hayyoota 👉walaloo jaalala fi Qoosa 👉seenaa Oromo Durif Ama 👉wantoota Seena Yaada Qabdan. 👩‍💻👇 👉 @Aarifeimalyad 👉 @Aarife❣️

Ahmadee Liiban (Abbaa waaxoo) Eenyuu? Haaceen sírba isaa kuullee jedhu keesssatti Ahmadee Liiban akka armaan gadiii kanatti maqaa dhahe: Fakkii Ahmadee Liiban Tokkicha Abbaa waaxoo Walirraa nu dhiiban Foon tokko anaaf atoo Jedhee yeedaleessa. Seenaa kana meeqaa keenyatu beekaa! Ahmadee Liiban ( Abbaan waaxoo) Bara 1700 A.L.A Keessa, Goobanaa seeruu warra Himanoo Keesssatti bulchinsa hundeesse. Ilmi Isaa Alii Goobanaa 1756- 1771tti bakka abbaa bu'e. Mahaammad Alii 1771- 1785 Gondar bulcaa ture. Battoo Mahaammad Alii 1785 - 1790tti warra Himanoo keesssatti bulchaa kan ture hoggaa ta'u, ilmi Isaa Ahmadee Battoo ( kollaassaa) Garfaa irraa kaasee Qaalluu irraan, lága Wanciitiifi lága Jamaa jidduutti mootummaa warra Himanoo haaraya gad dhaabe. Ilmi Isaa Liiban Amadee,Liiban guddicha ( Liiban I) ilmaan lama dhalche. Isaaniis Ahmadee Liiban Ahmadee( Abbaa Muujjaa) fi Alii Liiban Ahmadee ( Abbaa Bullaa) hoggaa tahan Alii Liiban bakka abbaa isaa qabatus, gaafa inni boqatu ilmi Ahmadee Liiban, Ahmadee Liiban xiqqaan ( Liiban 2)bakka Isaa bu'e. Gaafa Liiban xiqqaan boqotu ilmi isaa Ahmadee Liiban Ahmadee ( Abbaa waaxoo) guutumaan guutuutti mootummaa isaa warra Himanoo keesssatti labse. Haa tahu malee, ilmi adeera isaa Ahmadee Alii Liiban warra Himanoo keessatti bifa wal fakkaatuun mootummaa labsachuu eegale. Ijoollee kana lamaan duubaan haadholii lama jajjabduutu ture. Ahmadee Liiban, Abbaa waaxoo duubaan harmee Isaa Mastawat, Alii Liiban boodaan immoo, harmee isaa Warqituutu ture.
Hammasini ko'rsatish...
1
Photo unavailableShow in Telegram
funyoon sooraa qabate sillee qabatuuf jedha akkuma amaanu'eel san sillee quucaruu fedha onneen keenya hin fayyine kan sooraadhaafuu cabe mucaa lafaa dhufaa san carraasaa harkakatti qabe kichuu tokkoo lamaa miti kan shiraan alagaatiin du'aan adabame. sillee nyaachuuf wixxifti diinattiin garaa sharri guyyaan itti haa cufattu tan warra dharaa karri obsi obsa horadhu koode inuma darbaa barri. waadaa geetachoo sagalee keenya barbaada. pls hundi keessan free #waadaa-Geetachoo jechuu hin dagatina. gaafa jiran callifatanii gaafa namni du'e qofaa iyyaan lafa guuttanii mataa hin qabatina. #free waada geetachoo t.me/aarifsheeka
Hammasini ko'rsatish...
😭 2👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.