cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Bilo tech 👩‍💻📱

📢CHANNEL AFAAN OROMOO ''BILO TECH" Channel kun 💯 🎞️Video Technology Haaraa. 📱App Haaraa☣️ 💻Software developeing 📱Moosaajota Haara. channe YouTube Kenya a subscribe https://youtube.com/channel/UCxTU3rPLBZ_b6VgCrHMo For more: @bilo20📞+251917673578

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat ko'rsatilmaganTil ko'rsatilmaganKategoriya ko'rsatilmagan
Advertising posts
1 708Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Обуначиларнинг ўсиш даражаси

Ma'lumot yuklanmoqda...

👩‍💻Hayye akkam jirtu ordoftoonni channel ✋@bilotech365 Har'a Akkamitti Akka Pattern ykn Password Daganne tokko osoo file tokko hin ballessiin akka miti banuu akka dandeenyu waliin laalla!? 📌 kana gochuuf jalqabatti waan tokkottu nubarbaachisa innis : ➡️Memory card 💾fi bilbila biraa tokko nubarbaachisa ✴️ Stepota armaan gadii hordofa ☑️ step jalqabaa bilbila biraa sana irraatti google chrome irraa App(zip) Aroma file manager Kan jedhamu Buusuu(Download) Gochuu. ☑️ App(zip) Aroma file manager Buusne San gara Memory card copy godhuu ☑️ amma gara bilbila banuuf barbaannu sanatti galchuu , power(buttom bilbila kan ittiin bannu) fi volume(sagalee dabaltuu ) yeroo tokkotti tuquun stock recovery mode banuu ☑️ filannoowwan isiniif dhufan kessaa Install zip from sd card kan jedhu tuquun ok / allow jedhaa ☑️install godhee erga fixee booda ofiisaatiin recovery mode bana ☑️amma Aroma file manager'n gara Setting seenaatii Automount all divice kan jedhu tuquun ba'aa ☑️ amma lammoo seenuun step 5 fi 4 irra deebi'uun dalaguu ☑️Aroma banatanii gara Data folder >>>> system folder >>> seenaatii gesture.key ykn password .key ☑️ erga argitanii booda Delete godhaa. Amma immoo power button Tuquun Reboot / Restart godhaa ☑️ Amma Passwod ykn Pattern Haaraa nugaafata and haaraa galchuun fayyadamuu Gaaffiif qabdaniif @Bilo20/+251917673578 Join @bilotech365
Hammasini ko'rsatish...
VIEWS YKN WANTOOTA ARGAMAN wanti Kamiyyuu kan fuula screen rectangle ta'e irratti argamuu fi kan wantoota nutii goonuuf deebii laatan hundinuu view jedhamuun Android keesstti beekamu. kana malees wanti UI keessatti hammatamuu hundinuu kutaa viewti ykn Viewn parent yoo ta'ee UI elemnt immoo child ta'a jechudha. fknf. java jalatti android.view.View jenne galchina. Android SDK ykn {SOFTWARE DEVELOPMENT KIT} kan inni ofkeessatti hammate jiruu hojii garaagaraa fknf User Interface kannen akka buttons, Checkbox,editText k.k.f uumuf naa gargaruu qaba. User Interface armaan olii WIDGET jedhamuun beekamu. Widgets:- widgets akka "pre-built control" jechuun fudhachuu dandeenya ykan wanta duraan smartphone keessatti uumame wantoota garagaraa control gochuuf nu gargaruudha. Androidiin View Subclass ykn kutaa jalee armaan gadii of kessatti qabataa. TextView {kanneen barreeffama} EditText {barreeffam galchi} ImageView {Fakkii} ProgressBar {Dalgee Lakkooftuu} Button {kan itti Bubunuu} ImageButton {Fakkii Itti bubunuu} CheckBox {Sanduqaa Mirkaneesa} DatePicker {Guyyaa Filannaa} Widget bayyee keessa fknf kan fudhatamedha malee bayyetu jira. Note:- Yoo barbaanne immoo widget mataa keenya create gochuu dandeenya. fknf extendingView jalattii subclass garabiraa uumuu dandeenya.
Hammasini ko'rsatish...
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ 🤔 AKKAMITTI BILBILA TOKKORRAA GARA BILBILA BIRAATTI CHAARJII DABARSUU DANDEENYA??👍💢. ♨️ WANTOOTA BARBAACHISAN♨️ 🛑 OTG CONNECTOR. 🛑 CABEL (Keebilii). 🛑 Bilbiloota Andirooyidii lama 💢 Tartiiba. ⚜ 1⃣ Jalqaba bilbila isa OTG fayyadamuu danda'u fudhachuun OTG cha itti galchi. ⚜ 2⃣ Amma immoo keebilicha gara OTG isa hafeen walquunnamsiisi. ⚜ 3⃣ keebilicha immoo bilbila isa chaarjessuu barbaadde sanatti galchi. 💟 #ENJOY IT. @bilotech365 @bilo20
Hammasini ko'rsatish...
🎬Youtube Irratti 📽video kessan salphatti upload📤 gochuuf App kana Video uploader kana download godha. Salphaatti download gochuuf Ammuma download godha
Hammasini ko'rsatish...
📱📱mobile kessan irraa saffisa ittin 📶📶datan keessan hojja jiruu live📺 yoo ilaaluu barbaddan app kana fayyadama. 💻🌏Internet📶 Speed Indicator⬆️⬇️ jedhama. ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️Ammuma download gochuuf kana xuqaa.
Hammasini ko'rsatish...
ODUU AMMEE Jawar Mohamad dabalatee Morkkattoota Paartii Siiyyaa Osoo hundaa Guyyaa hardha..............Seemore
Hammasini ko'rsatish...
Harka Fuune! Akkam jirtuu? Chaanaliin ajaa'iba kun yeroo dhiyootti barreeffamoota gaggabaaboo, gorsa ajaa'iba fayyidaa qaban qabachuun siniif dhiyaata! Gara chaanalii kanatti hiriyoota keessan affeeraa! Join @gorsaaf111 @gorsaaf111 @gorsaaf111 @gorsaaf111
Hammasini ko'rsatish...