cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

AL-FURQAAN GROUP

๐Ÿ”ด kaayyoon garee kanaa waan beynu irraa wal barsiisuu dha inshaa allaah โ˜ . . . โ™ป Hundi keessanuu yoo xiqqaate nama 10 fi sanii ol #Add itti nuuf godhaa๐Ÿ™ . โžค Channels @ALFURQAAN_OFFICIAL @ALFURQAAN_BOOKS ๐Ÿ“ฉYaadaaf...; @Alfurqaan1_Bot ใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…คใ…ค

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
2 289
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

๐ŸŒฟ BARNOOTA SALAATAA #SEENSA โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ ๐ŸŒฟ Hundeewwan Islaamaa Hundeewwan Islaamaa shanitti qoodamu. Isaanis: ((ูˆู‚ุงู„โ€ ูŠุง ู…ุญู…ุฏ ุฃุฎุจุฑู†ู‰ ุนู† ุงู„ุฅุณู„ุงู…. ูู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…ุ› (ุฃุฑูƒุงู†) ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุฃู† ุชุดู‡ุฏ ุฃู† ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุฃู† ู…ุญู…ุฏุง ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ุŒ ูˆุชู‚ูŠู… ุงู„ุตู„ุงุฉุŒ ูˆุชุคุชู‰ ุงู„ุฒูƒุงุฉุŒ ูˆุชุตูˆู… ุฑู…ุถุงู†ุŒ ูˆุชุญุฌ ุงู„ุจูŠุช ุฅู† ุงุณุชุทุนุช ุฅู„ูŠู‡ ุณุจูŠู„ุง)) ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… 1, Rabbiin malee gooftaan haqaa biraa kan hin jirre ta'uufi nabii Muhammad๏ทบ ergamaa Isaa ta'uu ragaa bahuu, 2, Guyyatti yeroo shan salaata fardii dhaabuu (ulaagaalee isiin, akkasuma rogoota isiinifi, dirqamoolee isiin... eeguun salaatuudha.), 3. Zakaa (hirphaa dirqamaa) baasuu, 4, Waggatti ji'a tokko ji'a Ramadaanaa soomuu, 5. Mana Rabbii kan "Makka" jiru -Ka'ibaa yoo dandaโ€™ame umrii keessatti al tokko dhaquufi sirna hajjii raawwachuu. Umar (RA) akka odeessanitti: ยซguyyaa tokko ergamaa Rabbii ๏ทบ wajjiin bakka teenyetti namichi uffata akkaan adii uffate, kan mataan isaa akkaan gurraachaa, kan mallattoon imaltuu irraa hin mul'anneefi kan nu keessaa namni tokkos hin beekne dhufee jilba isaa jilba nabiyyichaatti dhaabee taa'e. Ganaa harkasaa ammoo jilba ufii irra kaaโ€˜e. "Yaa Muhammad! waa'ee Islaamaa natti himi" jedheen. Ergamaan Rabbillee ๏ทบ โ€œIslaamni Rabbiin malee gooftaan haqaa biraa akka hin jirreefi Muhammad ๏ทบ ergamaa Isaa ta'uu ragaa bahuu, salaata yeroofi sirna isaanii eegdee sagaduu, hirphaa dirqamaa (zakaa) kennuu, jia Ramadaanaa soomuu, yoo danda'ame mana Rabbii dhagqanil daawโ€™โ€˜achuudhaโ€ jechuun deebisaniif, (Gaafataanis) โ€œdhugaa keeti" jedhe. Nutis gocha namichaa kanaan ni dinqisiifamne ofumaa gaafatee dhugaa dubbatte jechuunii isaatif Itti aansees "Waa'ee iimaanaa natti himi" jedheen, Isaanis โ€œRabbitti, malaa'ikota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamtoota Isaatti, guyyaa xumuraa fi qadaratti gaaris ta'ee badaa amanuun iimaana jedhama" jedhaniin. "Dhugaa keeti" jedhee ammas โ€œwaa'ee <ihsaana> natti himi" jedheen. "Rabbiin akka waan argituutti gabbaruudha, yoo ati Isa hin arginis Inni waan si arguufโ€ jedhaniin. "Waa'ee yeroo (guyyaa murtii) natti himi" jedheen. "Gaafatamaan gaafataa caalaa beekumsa isii hin qabu" jedhaniin. "Tolee waaโ€™ee mallattoolee isii natti himi" jedheen. "Dubartiin gabraa gooftittii isii deetti, hiyyeeyyin kopheefi uffata hin qabne kan tiiksee turan darbii (fooqii) gugurdaa ijaaruuf yoo wal dorgoman argita" jedhaniin. Sana booda (gaafataan) ni deeme. Sana booda yeroo gabaabaa (guyyaa 3) erga turree booda Ergamaan ๏ทบ :"Yaa Umar gaafataan eenyu akka taโ€™e beekte moo?โ€ naan jennaan "Rabbiif ergamaa Isaatu beeka" jedheen. "Inni Jibriili, kan dhufe amantii keessan isin barsiisufi" jechuun naaf deebisan.ยป jedhan Umar (RA) (Muslimtu gabaase)       Itti fufaa....... ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟโœจโœจโœจโคต๏ธ     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 17โค 11
๐ŸŒฟ BARNOOTA SALAATAA #SEENSA โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ ๐ŸŒฟ Hundeewwan limaanaa Hundeewwan iimaanaa kan amantii Islaamaa jahatti qoodamu. isaanis : ((ู‚ุงู„ ูุฃุฎุจุฑู†ูŠ ุนู† ุงู„ุฅูŠู…ุงู† ู‚ุงู„ ุฃู† ุชุคู…ู† ุจุงุงู„ู„ู‡ ุŒ ูˆู…ู„ุขุฆูƒุชู‡ุŒ ูˆูƒุชุจู‡ุŒ ูˆุฑุณู„ู‡ุŒ ูˆุงู„ูŠูˆู… ุงู„ุขุฎุฑุŒ ูˆุชุคู…ู† ุจุง ุงู„ู‚ุฏุฑ ุฎูŠุฑู‡ ูˆุดุฑู‡... )) 1, Tokkummaa Rabbiitti amanuu, kan hin dhalleefi hin dhalanne, akkasumas Uumaa aalamaa kan hiriyyaa hin qabne ta'uu Isaa amanuu yookan fudhachuuุŒ 2, Hojiif waan Rabbi isaan ajajerratti ciminaan kan socho'an, ifaa irraa kan uumaman, kan hin nyaannefi hin dhugne, saala (dhiirummaafi dhalummaa) kan hin qabne uumamtoonni โ€œmalaa'ikota" jedhaman jiraachuu amanuu, 3, Rabbiin (SW) nabiyyootafi ummatoota isaanii kan yeroo adda addaa ergeef qajeelfama akka ta'u macaafota (kitaabota) kan buuse ta'uusaa amanuu, 4, Rabbiin (SW) ilmaan namaa barsiisufi daandii qajeelaa itti argisiisuuf zabana adda addaa gosa, lammiifi saboota gara garaa irraa akkasumas hawaasa addunyaa keessatti kan erge ergamtoonni (rusuloonni) heddu jiraachuu amanuufi dhugaa dubbattoota ta'uu isaaniis qeebaluu, 5, Jireenyi aalama adduniyaa kana keessatti qofa argamtee kan dhabamtu odoo hin ta'in du'a boodas jireenyi zalaalamii akka jiruufi walitti qabatti du'anii ka'uun (aakiraan) akka jiraatu amanuu, 6, Wanti hundi kan ta'uufi raawwatamu beekumsaafi too'annaa akkasumas murtii Rabbii qofaan akka ta'e (qadaa'i fi qadaritti) amanuu dha.       Itti fufaa....... ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟโœจโœจโœจโคต๏ธ     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
As wr wb warroonni sagantaalee asii gadii kanniin hordofuu barbaaddan link asii gadii kana keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaanaala quwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'a๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ““๐Ÿ““QUR'AANA ๐Ÿ““
HADIISA ๐Ÿ“š๐Ÿ“š
BARNOOTA SALAATAA ๐Ÿ’ป๐Ÿ“ฒ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ
SEENAA RASUULAA ๐Ÿ“ฉ๐Ÿ–ผ๐Ÿ“บ๐Ÿ“ž
SEENAA SAHAABOTAA ๐Ÿ’ป๐Ÿ–ฅ
SAAYINTISTOOTA MUSLIMAA ๐Ÿ—ž๐Ÿ’ฐ
FATAAWAA ULAMAA'II ๐ŸŽง๐ŸŽง๐ŸŽง
FURMAATA RAKKOO๐ŸŒณ๐ŸŽ„๐ŸŒด๐ŸŒฒ
BOQANNAA SAMMUU ๐ŸŒ–๐ŸŒ๐ŸŒฝ๐ŸŠ
BEEKSISA GARA GARAA๐ŸŽค๐ŸŽค๐ŸŽค
BOHAARTII ๐Ÿ‡๐Ÿšดโ€โ™€๐Ÿšด
JECHAMOOTA ๐Ÿคนโ€โ™€๐Ÿคนโ€โ™‚
ODEEFFANNOO WAQTAWAA๐ŸŽค๐ŸŽง
WAL-DORGOMMII ๐Ÿฆ…๐Ÿฆ‡๐Ÿšดโ€โ™€๐Ÿšด
BADHAASA ๐ŸŽ๐ŸŽ๐Ÿฅˆ๐Ÿฅ‰๐ŸŽ–๐Ÿ…๐Ÿ†๐Ÿต
MILKAA'INA JIREENYAA ๐Ÿ›ฉโœˆ๏ธ๐Ÿš๐Ÿš€
NASHIIDAALEE BABBAREEDDUU ๐Ÿ“น๐ŸŽฅ๐Ÿ’ฝ๐Ÿ•น๐Ÿ“ท
WALALOO ISLAAMAAโŒจ๐Ÿ’ณ๐Ÿ’ธ
JOIN GODHADHAA โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
JOIN US ๐Ÿ™๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐ŸŒฟ BARNOOTA SALAATAA #DURSAA โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ   โ–ฐ ๐ŸŒฟ Balaa Salaata Dhiisuu Imaamonni mazhabaa garuu namni salaata dhiise ajjeefamuu qaba kan jedhu iyannoo cimaa fudhataniiru. Haafiiz Abdul-Aziim Al-Munzariin akka jedhanitti sahaabonni baayโ€™eenii fi beektonni isaan booda dhufan yeroo salaataa beekaa namni dabarse kaafira akka ta'e hubachiisaniiru. Umar ibnul Khaxxaab, Abdallah ibnu Mas'uud, Abdallaah ibnu Abbaas, Mu'aaz ibnu Jabal, Jaabir ibnu Abdallaahi fi Abuudardaa'i kan jedhaman sahaabonni beekamoon (RA) kanaaf akka fakkeenyatti lakkaa'amu. Beektota sahaabaa hin ta'in gidduu ammoo Imaam Ahmad ibnu Hanbal, Ishaaq ibnu Raahwiih, Abdallaah ibnu Mubaarak, Naha'ii, Haakim ibnu Atiib, Ayyuub Saktiyaanii, Abuu Daawudiifi warri biraas keessatti argamu. Rabbiin akkana jedha : ยซMuslimoota akka warra maaseta hojjatanii waa taasifnaa? isiniif (ragaa) maaltu jiraa? Akkamitti murtii kennitu?ยป (Al-Qalam:35-36) ยซNabseen (namni) hundi waan hojjatteen qabamti, abbootiin (warreen) mirgaa yoo hafan. (Isaan) jannatoota keessatti walgaggaafatu, waaโ€™ee finciltootaa. Saqar (ibidda Jahannam) keessa maaltu isin galche? (jedhuun). Isaanis:ยซwarra sagadan irraa hin turre, hiyyeessota kan nyaachisnus hinturre, warra totorra'an wajjiin kan totorraanu turre, Guyyaa Murtiis kan sobsiifnu turree, hanga (yeroon) mirkanaa'e nutti dhufutti> jedhu. (Garuu yeroo sana) araarri araarsitootaa isaan hin fayyadu.ยป (Al-Muddassir:38-48) Warri biroo ammoo dirqama ta'uu salaataa fudhataniit garuu sababawwan dadhabaa ta'an adda addaatin namni hin sagadne fincilaa (faasiqa) ta'a jedhu. Waan ta'eefis hanga sagadutti hawaasa irraa fooyamee hidhamuu qaba akka fakkeenya badaa hin taane ijjannoo jedhu gabu. Dursitoonni mazhabaa tokko tokko akka olitti ibsame nama salaata dhiise ajjeesuun dirqama jedhaniiru. Imaam Ahmad, Ishaagifi Ibnul Mubaarak kan jedhaman namichi kan ajjeefamu ajaja Rabbii didaa (kaafira) waan ta'eefi yoo jedhan, Imaam Maalik, Shaafi'iifi hiriyyoonni isaanii ammoo namni salaata dhiise kan ajjeeffamu didaa (kaafira) waan ta'eef odoo hin ta'in fincilaa waan ta'eef adabaaf jecha murtii kana dabarsan. Seerri Islaamaa namoota muslima ta'anii Qur'aanafi Hadiisa nabiyyii fudhatan hundaaf salaata ilaalchisee ijjannoon qabu kanuma. Akka ilaalcha beektota hedduutti namni salaata dhiise kaafira taโ€˜a. Yookanis fincilaa (faasiqa) ta'a. Qurโ€™aanafi Hadiisa keessatti nama salaata dhiise iddoon akkamii akka kennameef ibsineerra. Kanaaf muslimoonni gama salaatatiin ijjannoo laafaa akka hin qabanneefi salaata akka hin dhiifne waamicha godhaa mata duree kana kanumarratti raawwanna.       Itti fufaa....... ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟโœจโœจโœจโคต๏ธ     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8
๐Ÿ†Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..โ‰๏ธโ‰๏ธSagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Barnoota Amantaa Islaamaa ๐Ÿ“—๐Ÿ“—๐Ÿ“—
Usuulu-salaasa๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Barnoota Aqiidaa๐ŸŽ™๐ŸŽ™๐ŸŽ™
Sagantaa Wal-dorgommmii ๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡
Sagantaa badhaasaa๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†
Gorsa akka qorsaa๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
๐Ÿ†Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..โ‰๏ธโ‰๏ธSagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
Barnoota Amantaa Islaamaa ๐Ÿ“—๐Ÿ“—๐Ÿ“—
Usuulu-salaasa๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Barnoota Aqiidaa๐ŸŽ™๐ŸŽ™๐ŸŽ™
Sagantaa Wal-dorgommmii ๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡
Sagantaa badhaasaa๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†
Gorsa akka qorsaa๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
๐Ÿ†Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..โ‰๏ธโ‰๏ธSagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
Barnoota Amantaa Islaamaa ๐Ÿ“—๐Ÿ“—๐Ÿ“—
Usuulu-salaasa๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Barnoota Aqiidaa๐ŸŽ™๐ŸŽ™๐ŸŽ™
Sagantaa Wal-dorgommmii ๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡
Sagantaa badhaasaa๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†
Gorsa akka qorsaa๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
Repost fromย Quwwatul'Islaam
๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† ๐Ÿ”ฐWarroonni Wal-dorgommmii irratti hirmaachuu barbaaddan hundi keessanuu koottaatii Seenaa... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/quwwatulislaam?livestream=33ff118148c1300c66
Hammasini ko'rsatish...
Quwwatul'Islaam

Sagantaalee keenya 1/Odeeffannoo waytawaa 2/Seenaa gara garaa 3/Gorsa gabaabaa fi 4/fataawaa ulamaa'ii 5/Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu. Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

๐Ÿ†Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..โ‰๏ธโ‰๏ธSagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
Barnoota Amantaa Islaamaa ๐Ÿ“—๐Ÿ“—๐Ÿ“—
Usuulu-salaasa๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Barnoota Aqiidaa๐ŸŽ™๐ŸŽ™๐ŸŽ™
Sagantaa Wal-dorgommmii ๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡
Sagantaa badhaasaa๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†
Gorsa akka qorsaa๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
๐Ÿ†Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..โ‰๏ธโ‰๏ธSagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hammasini ko'rsatish...
Barnoota Amantaa Islaamaa ๐Ÿ“—๐Ÿ“—๐Ÿ“—
Usuulu-salaasa๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Barnoota Aqiidaa๐ŸŽ™๐ŸŽ™๐ŸŽ™
Sagantaa Wal-dorgommmii ๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡
Sagantaa badhaasaa๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†
Gorsa akka qorsaa๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ